fa
Feedback
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY

رفتن به کانال در Telegram

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus (EECMY) is a national Lutheran church with more than 10 million members.

نمایش بیشتر
3 506
مشترکین
+324 ساعت
+87 روز
+6330 روز
آرشیو پست ها
Sagantaa Ayyaana Waggaa 125ffaa Macaafni Qulqulluun Afaan Oromootti hiikamee fi waggaa 100ffaa Wangeelli Iluu Abbaa Booritti lallabame. Magaala Mattuuii * * * * * * መጽሐፍ ቅዱስ ወደ አፋን ኦሮሞ ቋንቋ የተተረጎመበት 125ኛ ዓመት እና የእግዚአብሔር ቃል በኢሉባቦር የተሰበከበት 100ኛ ዓመት ክብረ በዓል። በመቱ ከተማ

ለኢሉባቦር ቤቴል ሲኖዶስ አገልጋዮች የሁለት ቀናት የቄሶች ቅድመ ምደባ ስልጠና በቤተክስቲያኒቱ ምክትል ፕሬዚዳንት ቄስ ዶ/ር ታሪኩ ቶለሳ ተሰጥቷል። የቤተክርስቲያኒቱም ፕሬዚዳንት ቄስ ዶ/ር ዩናስ ይገዙ በስልጠናው ላይ በመገኘት ለአገልጋዮቹ ምክር ሰጥተዋል። * * * Tajaajiltoota Sinoodoosii Iluu Abbaa Boor Beeteeliif leenjiin muudama lubummaan duraa itti aanaa prezdaantii waldichaa Luba Dr Taarikuu Tolosaatiin guyyaa lamaaf kennamee jira. Prezdaantiin waldichaa, Lubni Dr Yoonaas Yiggazuu leenjicha irratti argamuudhaan tajaajiltootaaf gorsa kennanii jiru. * * * Two days of preordination training for Ilubabor Bethel Syond ministers was given by the vise president of Church, Rev. Dr. Tariku Tolessa. Rev. Dr. Yonas Yigezu, president of the Church, also shared an encouragement word with the ministers.