The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY
رفتن به کانال در Telegram
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus (EECMY) is a national Lutheran church with more than 10 million members.
نمایش بیشتر3 519
مشترکین
+424 ساعت
+157 روز
+4430 روز
آرشیو پست ها
Waldaan Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus tajaajiltoota 73 tiif Muudama Lubummaa kenniteettiif.
Sinoodosiin Giddu Galeessa Gibee Magaalaa Ijaajjiitti tajaajila Wangeelaa fi Dhoksaa Qulqulluu akka geggeessaniif tajaajiltoota 73 Pirezidaantii Waldattii Luba Dr. Yonaas Yiggazuutiin gaafa Adoolessa 16, bara 2015 Muudama kenniteettiif.
Sinoodosiin kun haala rakkisaa keessa darbaa kan jiru yoo ta'e illee muudamni amma ta'e kun waggaa kana keessa Waaqayyoon galateeffachuudhaaf carraa isa lammaffaa argame ta'uu isaa Pirezidaantiin Sinoodosichaa Lubni Mokoonon Moosisaa ibsaniiru. Akkuma beekamu wagguma keessa jiru kana ji'a Amajjii irratti Amantoota Kuma Dhibba Tokko gurmeessuudhaan Sinoodosii haaraa Gibee Konchii jedhamu of keessaa baasee dhaabuun Sinoodosii kanaa in yaadatama.
Yeroo ammaa kana immoo Sinoodosiin kun Sabakoota 15 fi Amantoota Kuma Dhibba Sadi'ii ol of keessatti ammatee tajaajila isaa geggeessaa kan jiru yammuu ta'u; tajaajiltootni Lubummaa fudhatan kun gara Waldoota Amantootaa keessaa dhufanitti deebi'anii tajaajila isaanii kan itti fufan ta'uun ibsameera.
I/A/Pirezidaantii Waldatti Luba Dr. Taarikuu Tolosaa dabalatee keessumootni waamichi isaaniif godhame sirna muudama kanaa irratti argamaniiru.
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus ordained 73 New Ministers
* * * *
At the Central Gibe Synod in West Showa Ejaji City 73 ministers received their ordination into the office of the word and sacrament from the church’s president Rev Dr Yonas Yigezu, on Sunday, July 23/2023.
Although the synod is going through difficulty, this is another opportunity to give thanks to God, said the president of the synod, Reverend Mekonin Mosisa. As it is remembered, in January of this year, the Synod established the new Gibe Konchin Synod in Benja City, which will give service for one hundred thousand members.
Currently, the Synod is in service of more than three hundred thousand members in 15 parishes, and it is stated that the nelwly ordained ministers will return to their congregations to continue their service.
The vice president of the church, Rev. Dr. Tariku Tolosa and other invited guests attended.The day was also recorded in the history of the church for the highest number of minister's ordination in a single service.
የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ ለ73 አገልጋዮች የቅስና ሹመት ሰጠች
* * * *
በምዕራብ ሸዋ ኢጃጂ ከተማ በማእከላዊ ጊቤ ሲኖዶስ ለቃሉና ለቅዱሳት ሚስጥራት አገልግሎት 73 አገልጋዮች ከቤተክርስቲያኒቱ ፕሬዚዳንት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ የቅስና ሹመት እና ስምሪት እሁድ ሐምሌ 16/2015 ዓ.ም ተቀብለዋል።
ሲኖዶሷ በአስቸጋሪ ሁኔታዎች ውስጥ እያለፈች ቢሆንም ይህ ሁለተኛ እግዚአብሔርን የማመስገኛ አጋጣሚ እንደሆነላቸው የሲኖዶሱ ፕሬዚዳንት ቄስ መኮንን ሞሲሳ ገልፀዋል። እንደሚታወሰው በያዝነው አመት ጥር ወር ላይ ሲኖዶስዋ ለአንድ መቶ ሺህ ምዕመናን አገልግሎት የሚሰጥ አዲሱን የጊቤ ኮንቺን ሲኖዶ በቤንጃ ከተማ አቋቁማለች።
በአሁኑ ሰአት ሲኖዶስዋ በ15 ሰበካዎች ለታቀፉ ከሶስት መቶ ሺህ በላይ ለሆኑ ምዕመናን አገልግሎት እየሰጠች ሲሆን የቅስና ሹመት የተቀበሉትም አገልጋዮች ወደየመጡበት ማህበረ ምዕመናን ተመልሰው አገልሎታቸውን እንደሚቀጥሉ ተገልጿል።
በእለቱም የቤተክርስቲያኒቱ ምክትል ፕሬዚዳንት ቄስ ዶ/ር ታሪኩ ቶሎሳን ጨምሮ ጥሪ የተደረገላቸው እንግዶች የተገኙ ሲሆን በቤተክርስቲያኒቷ ታሪክ በአንድ ጊዜ በከፍተኛ ቁጥር የቅስና ሹመት የተሰጠበት ቀን ሆኖ ተመዝግቧል።
- - - - - -
ODUU GAMMACHIISAA! 📯
Sagantaan Barsiisa Ijoollee fi Dargaggoo Digrii Jalqabaatiin Jalqabame!
Tajaajila Ijoollee fi Dargaggoo cimsuudhaa fi bifa caalmaa qabuu fi dhaloota jaarraa 21ffaa madaaluun guddisuudhaaf humna nama baratee barichaa fi dhaloota beeku horachuun barbaachisaadha. Haala dhalootaa, haala yeroo fi bara keessa jirru xiyyeeffannaa keessa galchuudhaan tajaajiltoota ijoollee fi dargaggoo bifa hunda-galeessa ta'een leenjisuudhaaf Qajeelchi Tajaajila Ijoollee fi Dargaggoo Waldaa Makaana Yesuus dhaabbata barnootaa kan angafaa waldattii kan ta'e Seeminarii Makaana Yesuus waliin ta'uun Kaarikulamiin akka qophaa'uuf irratti hojjatamaa ture. Seeminarichis hojii kana xiyyeeffannaa itti kennee irratti hojjachuudhaan 'Sagantaa Digriitiin Barumsa Tajaajila Ijoollee fi Dargaggoo' jalqabuudhaaf qophii xumureera.
Kanaafuu, Waldaan Amantootaa hundumtuu kana hubattanii tajaajilaa/ tajaajiltoota ijoollee fi dargaggoo keessan gara Seeminarii Makaana Yesuusiitti ergitanii akka barsiifattaniif, akkasumas dhuunfaadhaanis barachuu warra barbaaddaniif balballi banaa ta'uusaa jaalala Gooftaatiin isin hubachiisna.
Seeminarii Makaana Yesuus
• Teessoo፡ Bakkanniisaa፤ Finfinnee
• Bilb፡ 0917-821-573
• Website: www.mekaneyesusseminary.org
• Facebook: https://www.facebook.com/mekaneyesusseminary
• Telegram: https://t.me/MekaneYesusSeminary
የምስራች፡ Good_News! 📯
የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ትምህርት በድግሪ ፕሮግራም በመካነ ኢየሱስ ሴሚናሪዮም ተጀመረ::
የልጆች እና ወጣቶችን አገልግሎት ለማጠናከር እና ትውልዱን እና ጊዜውን በሚመጥን መልኩ ለማሳደግ የተማረ የሰው ሀይል በእጅጉ ያስፈልጋል፡፡ ይሄንንም ለማሳካት የኢት./ወ/ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ ከቤተክርስቲያኒቱ አንጋፋ የትምህርት ተቋም ከሆነው ከመካነ ኢየሱስ ሴሚናሪዮም ጋር በተቀናጀ መልኩ በመስራት የልጆች እና ወጣቶች ትምህርት በድግሪ ፕሮግራም እንዲሰጥ የካሪኩለም ዝግጅት ላይ ሲሰራ ቆይቷል:: ሴሚናሪውም ለፕሮግራሙ ትኩረት ሰጥቶ በመስራት አሁን የካሪኩለም ዝግጅቱ ስለተጠናቀቀ እና ፕሮግራሙን ለማስጀመር በዝግጅት ላይ ስለሆነ ማህበረ ምዕመናናት የልጆች እና ወጣቶች አገልጋዮቻችሁን ወደ መካነ ኢየሱስ ሴሚናሪ ልካችሁ እንድታስተምሩ እና የዕድሉ ተጠቃሚ እንድትሆኑ እና በግልም መማር ለምትፈልጉ በሩ ክፍት ስለሆነ የእድሉ ተጠቃሚ እንድትሆኑ በጌታ ፍቅር እናሳውቃችኃለን፡፡
መካነ ኢየሱስ ሴሚናሪዮም
• አድራሻ፡ መካኒሳ፤ አዲስ አበባ
• ስልክ፡ 0917-821-573
• Website: www.mekaneyesusseminary.org
• Facebook: https://www.facebook.com/mekaneyesusseminary
• Telegram: https://t.me/MekaneYesusSeminary
Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Konfiraansiin Misiyoonii Finish Luteraan kan waggaa kanaa A.L.A. tti Adoolessa 7-9 tti mata duree "Kunoo Anaan Na Ergi" jedhu hundeeffachuudhaan geggeeffameera.
* * * *
Namootni 10,000 ol ta'an waaqeffannaadhaaf, Sagalee Waaqayyoo dhaga'uudhaa fi tajaajila garaa garaa irraa hirmaachuudhaaf Konfiraansicha irratti hirmaataniiru. Tajaajiltoota umurii ijoollummaa, ga'eessummaa fi nam-guddummaa irra jiraniif tajaajila misiyoonummaatti akka bobba'aniif geggeessaan godhameeraaf.
Misiyooniin Finishi Luuteraan A.L.A. tti bara1859 kan hundeeffame yammuu ta'u; dhuma bara1960 tii kaasee immoo waggaa 50 oliif W/K/W/W/M/Y/Itiyoophiyaaf hidhata amanamaa ta'uudhaan wajjin hojjechaa jira. Yeroo ammaa kana Sinoodosoota Lamaa wajjin walitti dhiyeenya gaariidhaan hojjechaa jira.
Pirezedaantiin Waldaa Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Lubn Dr. Yonaas Yiggazuu keessummaa kabajas ta'uudhaan Konfiraansii kana irratti argamanii haasaa godhaniiru.
Waldaan keenya walitti dhuffenya bu'a qabeessa ta'e kanaaf galateeffachaa; walitti dhufeenyi kun jabaatee akka itti fufuuf in kadhatti.
Finnish Lutheran Mission annual conference was held in Ryttylä, from July 7-9/2023 under the overarching theme, “Here I am, Send me Lord”.
* * * *
The conference was attended by more than 10,000 people for worship, word of God and other services. 20 missionaries were commissioned at the conference involving adults, youths and children.
FLM was established in 1859 as a mission society and has been a faithful partner with EECMY for more than 50 years, since late 1960s and currently is working with two synods closely.
The president of EECMY, Rev Dr Yonas Yigezu attended the conference as distinguished guest, and speaker.
EECMY is grateful for the fruitful partnership and prays that it will continue strengthened even more.
የፊኒሽ ሉተራን ሚሲዮን አመታዊ ኮንፍራስ እ.ኤ.አ ከሐምሌ 7-9/2023 “እነሆኝ፥ እኔን ላከኝ ጌታ” በሚል መሪ ቃል በፊንላንድ ሪቲላ ተካሂዷል።
* * * *
በኮንፍራሱም ላይ ከ10,000 በላይ ሰዎች ለአምልኮ፣ የእግዚአብሔር ቃል ለመስማት እና ለሌሎች አገልግሎቶችን ለመካፈል ተገኝተውበታል። በአዋቂ፣ በወጣት እና በልጆች የእድሜ ክልል ውስጥ ለሚገኙ 20 ሚስዩናዊያን የአገልግሎት ተልዕኮ ስምሪትም ተሰጥቷል።
የፊኒሽ ሉተራን ሚሲዮን የተመሰረተው እ.ኤ.አ በ1859 ሲሆን ከ1960ዎቹ መገባደጃ ጀምሮ ከ 50 አመታት በላይ ታማኝ አጋር ሆኖ ከኢ/ወ/ቤ/ክ መካነ ኢየሱስ ጋር ሲሰራ ቆይቷል። በአሁኑ ሰአት ከሁለት ሲኖዶሶች ጋር በቅርበት እየሰራ ይገኛል።
የኢትዮጲያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ ፕሬዚደንት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ በኮንፍራንሱ ላይ በክብር እንግድነት እና ንግግሮችን ለማድረግ ተገኝተዋል።
ቤተክርሲቲያናችን ውጤታማ ስለሆነው አጋርነት እያመሰገነች ከዚህ በበለጠ ተጠናክሮ እንዲቀጥል ትፀልያለች።
የየዕለቱ ጥቅሶች የሐምሌ ወር ከ1/11/2015-30/11/2015
ዘመነ ሉቃስ ወንገላዊ
Tokkommaan Amantoota Makaana Yesuus Awurôpaa keessaa jiraatan Konfiraansii isaanii isa waggaa waggaan geggeeffatan keessaa isa waggaa kana torban darbe gaafa Adoolessa 3-9, bara 2023 tti Suwiidinii Magaalaa Yutaaburitti geggeeffataniiru.
- - - -
Konfiraansii kana irratti "waaqeffanaadhaa fi sagalee Waaqayyootiin wal jajjabeessuu" yaada jedhu giddu galeessa godhataniiru.
Konfiraansicha irratti tajaajiltootni biyya Awuroopaa garaa garaa keessaa dhufan lallaba sagalee Waaqayyootii fi faarfannaadhaan tajaajilaniiru.
Pirezedaantiin Waldaa Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Lubni Dr. Yonaas Yiggazuu Konfiraansicha irratti argamanii Amantoota jajjabeessaniiru.
Saganticha irratti Amantootni Awuroopaa keessa jiraatan jaalala W/K/W/W/M/Y/Itiyoophiyaatiif qaban mul'isaniiru; akkasumas Diyasporaa biyya alaa jiratan sirriitti tajaajiluudhaaf sinoodosootni biyya ambaa garaa garaa keessa akka dhaabbataniif hirmaattotni konfiraansichaa yada isaanii ibsaniruu.
Annual conference of EECMY members’ fellowship in Europe was held last week at Gotebro, Sweden from July 3-9/2023.
- - - -
The conference focus was on the central idea of “mutual nurturing through worship and sharing the Word of God.”
At the conference, invited speakers and choirs from different European countries have given service. The president of the church, Reverend Dr. Yonas Yigezu visited members attending the conference, and spoke on various topics.
The program also reflected that members of the church who are living abroad have a special love for their church. Meanwhile, church members who participated in the conference stated that the discussions took them back to the conversation regarding formation of EECMY synod in abroad to serve the diaspora.
በአውሮፓ የኢትዮጲያ ወንጌላዊት ቤ/ክ መካነ ኢየሱስ አባላት ህብረት ዓመታዊ ኮንፍራንስ ባሳለፍነው ሳምንት እ.ኤ.አ ከሀምሌ 3 9/2023 ዓ.ም በስዊድኗ ዩታቡር ከተማ ተካሄዷል።
- - - -
ኮንፍራንሱም “በአምልኮ እና በእግዚአብሔር ቃል እርስ በእርስ መተናነፅ በሚል” መአከላዊ ሀሳብ ላይ ያተኮረ ነበር።
በኮንፍራንሱም ላይ ከአውሮፓ የተለያዩ ሀገራት ጥሪ የተደረገላቸው አገልጋዮች የእግዚአብሔርን ቃል በማካፈልና በመዝማሬ አገልግለዋል። የቤተክርስቲያኒቱም ፕሬዚደን ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ በኮንፍራንሱ ላይ በመገኘት ምዕመናንን ጎብኝተው በተለያዩ ርዕሰ ጉዳዮች ላይ ንግግር አድርገዋል።
ፕሮግራሙም በአብሮፓ የሚኖሩ የቤተክርስቲያኒቱ አባላት ለቤተክርስቲያናቸው ልዩ ፍቅር እንዳላቸው የተንፀባረቀበት እና ቤተክርስቲያኒቱ በውጪ የሚኖረውን ዳያስፖራ በሰፊው ለማገልገል ሲኖዶሶችን ለማቋቋም የነበሩ ሀሳቦችን ዳግም ወደ ማጤን የሚመልስ መሆኑን በኮንፍራንሱ ላይ የተሳተፉ አባላት ገልጸዋል።
* * * *
CMCC CLASS OF 2023/2015 E.C
The EECMY-DASSC Center for mentally Challenged Children (CMCC) celebrated the Class of 2023 today June 30 as 20 students received their certificate during the commencement ceremony at GTWTC.
የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነየሱስ የልማትና ማህበራዊ አገልግሎት ኮሚሽን የአእምሮ እድገት ውስንነት ያለባቸው ልጆች ማሰልጠኛ ተቋም ለ2015 ዓ.ም.ተመራቂዎች የሰርተፍኬትና የምረቃት ፕሮግራም አካሂዷል።
🎓
Congratulations to all our graduates
#Disabilityisnotinabilitie
#inclusiveness
EECMY Missions Sending Congregations National Forum 2023, 2nd annual conference that was held from June 28-30/2023, concluded yesterday.
* * * *
In the forum that took three days, trainings were given under the title of Contextual Mission by local and foreign scholars and discussions were held. According to the DMT director Rev Dr Lalisa Daniel, congregations that responded to the Mission work were 120, but now have exceeded 1,600.
The forum was held under overarching theme "Sharing Jesus Effectively!". And, Five hundred ministers and leader from Missions Sending Congregations has participated. In additions invited ministers from other church bodies have attended.
- - - - - -
Waxibajjii 21-28, 2015 (Waxibajjii 28-30, 2023) tti geggeeffamaa kan ture Foramiin Waggaa 2ffaa W/K/W/W/M/Y/I-Waldoota Amantootaa Warra Misiyoonummaaf Tajaajilaa Erganii haala gaariidhaan geggeeffamee xumurameera.
* * * *
Guyyoota walitti fufaan sadi'iif kan geggeeffame Foramiin kun oogessora biyya keessaa fi alatiin waa'ee Tajaajila Misiyoonummaa irratti leenjii bal'aan kennamee; mareen barbaachisus godhameera. Daarakteerri Ergaa Wangeelaa fi Ti'ooloojii Waldattii Lubni Dr. Laliisaa Daani'eel akka ibsanitti kanan dura Misiyoonii erguudhaaf Waldootni Amantootaa fedha isaanii mul'isan 120 qofaa yammuu ta'an; yeroo ammaa kan garuu misiyoonii erguudhaaf kan qopha'an Waldoota Amantootaa 1,600 ol ta'an akka jiran hubachiisaniru.
Foramichi mata duree "Yesuusiin Karaa Bu'a QabeessaTa'e Irra Namoota Biraan Gu'uu" jedhu qabatee kan geggeeffame yammuu ta'u; namootni Waldoota Amantootaa irraa dhufanii fi hojjetootni Waldattii garaa garaa 500 irratti dhufan hirmaataniiru.
ከሰኔ 21-23/2015 ዓ.ም ሲካሄድ የነበረው የኢት/ወ/ቤ/ክ መካነ ኢየሱስ ሚሲዮን ላኪ መኅበራነ ምዕመናት ፎረም ሁለተኛው አመታዊ ኮንፍራንስ በትላንትናው እለት ተጠናቋል።
* * * *
ለሶስት ቀናት በቆየው ኮንፍራንስ ከሀገር ውስጥና ከውጪ በመጡ ምሁራን አውዳዊ በሆነ የሚሲዮን አገልግሎት ዙሪያ ሰፊ ስልጠና የተሰጠ ሲሆን ተያይዞም ሰፊ ውይይቶችም ተደርገዋል። የቤተክርስቲያኒቱ የወንጌል ተልዕኮና ቲኦሎጂ ዳሬክተር ቄስ ዶ/ር ለሊሳ ዳንኤል እንደጠቀሱት ከዚህ በፊት ለሚስዮን አገልግሎት ምላሽ የሰጡ መኅበራነ ምዕመናት 120 ብቻ እንደነበሩ እና በአሁኑ ሰአት ግን በሀገር ውስጥና ከሀገር ውጪ ሚሲዮን የሚልኩ መኅበራነ ምዕመናት 1,600 አልፈዋል።
ፎረሙ "ኢየሱስን በውጤታማ መንገድ ማካፈል!" በሚል መሪ ቃል የተካሄደ ሲሆን ከቤተ ክርስቲያኒቱ ሚሲዮን ላኪ መኅበራነ ምዕመናት የተወጣጡ 500 አገልጋዮችና መሪዎች ተሳታፊ ሆነዋል። በተጨማሪም ከተለያዩ አብያተ ክርስቲያናት የመጡ አገልጋዮች ተሳትፈዋል።
- - - - - -
