Muslim Renaissance
Allaahumma akrijnaa minazzulimaati ilannuur!!! Yaa allaah.nuf dirmadhu.
نمایش بیشتر656
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+127 روز
+2930 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
Miseensa keenya dabaluu hin dhiisinaa liinki kana share&forward godhuu hin dagatinaa.please https://t.me/qaroo_muslimaa
Muslim Renaissance
Allaahumma akrijnaa minazzulimaati ilannuur!!! Yaa allaah.nuf dirmadhu.
Ammaaf keyran wa keeyraati @seenaa_yunivarsiitii
Yunivarsiitiin yeroo jalqabaaf biyyaa morokkoott dubartartii Aisa abdalla jedhamuun bara 1487 hundeeffamte. Yunivarsiitilleen yeroo duraaf ummata islaamaatin jaaramte. Kanaaf islaamni qarooma arraa kanaaf gahee guddaa qaba. Jummaa Mubarak!!!! Ma'assalaam....
Namni muslimaa hundi as keessatti hirmaadhaa. Of baraa amantii teessanis baraan dhaamsa kiyya.
Qarooma muslimaa mechanical engineering Fi medical health addunyaa arraaf gumaachuu kitaabni seenaa muslima addunyaa jedhu Kan aalima beekkamaa imaamul albaaniin barreessan ifa ni godhu. Walduraa duubaan seenaalee islaani dalage Kan addunyaan arraantanaa itti fayyadamaa jirtu qopheessinee issiniif dhiheessina. Hammasittuu join t.me/qaroo_muslimaa akkasuma share fi forward godhuu hindagatinaa.
Muslim Renaissance
Allaahumma akrijnaa minazzulimaati ilannuur!!! Yaa allaah.nuf dirmadhu.
As wr Wb baga rabbiin guyyaa jummaatiin issin gahe. Anileen issiniin Jummaa Mubarak!!! Ja'ee. Jajjabaadha rabbiin balbala keeyri hunda issiniif haa banu. Kan hamtuu immoo issinirraa haa cufu.
نمایش همه...
Muslim Renaissance
Allaahumma akrijnaa minazzulimaati ilannuur!!! Yaa allaah.nuf dirmadhu.