cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

🪩 GORSA FAYYAAF 🪩

💊 Gorsa fayyaaf, 💉 Barreeffamoota dhimma fayyaatiin walqabatan, xinsammuu akkasumas dhukkubootaa fi mala ittisaa waliin ilaalla! 👉 'Join' fi 'share' gochuun nu cinaa dhaabbadhaa❣️

نمایش بیشتر
فنلندة726زبان مشخص نشده استپزشکی2 407
پست‌های تبلیغاتی
9 336
مشترکین
+2724 ساعت
+1897 روز
+1 02930 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

#Kaneen Armaan gadii kessaa gartuu dhigaa kee kan ta'ee kamii ?Anonymous voting
  • A: B
  • B: O
  • C: A
  • D: AB
0 votes
👍 7
GARTUU DHIIGAA FII AMALOOTA NAMAA.! @GORSA_FAYYAAF 📈#Qorannoon baayyee cimaa fi gad-fagoo tahe jiraachuu baatus gartuun dhiigaa fi amalli namaa hariiroo akka qabu ni dubbatama! Haa ta'uu Malee Qorannoo dhigaa tasisuun gartuu dhigaa kenyaa bekuun fayyidaa Heduu qabaa. 🔰#Gosotaa dhigaa ✍1.Namni dhigni isaa A+ tahe √kan kannuf- A+, AB+ √Kan irra fudhatu- A+, A-, O+, O- ✍2.Namni dhiigni isaa O+ tahe √kan kannuf- O+, A+, B+, AB+ √Kan irra fudhatu-  O+, O- ✍3.Namni dhiigni isaa B+ tahe √kan kannuf- B+, AB+ √Kan irra fudhatu- B+, B-, O+, O- ✍4.Namni dhiigni isaa AB+ tahe √kan kannuf- AB+ qofaa √Kan irra fudhatu- Gosa dhiigaa hunda irraa fudhatu nii danda’aa. ✍5.Namni dhiigni isaa A- tahe √kan kannuf- A+, A-, AB+, AB- √Kan irra fudhatu- A-, O- ✍6.Namni dhiigni isaa O- tahe. √kan kannuf- gosa dhiigaa hundaaf ni kenna √Kan irra fudhatu O- qofaa ✍7.Namni dhiigni isaa B- tahe √kan kannuf- B+, B-, AB+, AB- √Kan irra fudhatu- B-, O- ✍8.Namni dhiigni isaa AB- tahe √kan kannuf- AB+, AB- √Kan irra fudhat- AB-, A-, B-, O- irraa fudhatuu ni danda’a ♻️#Amaloota gosotaa dhiigaa ✔️#Gartuu dhiiga A Namoonni kun 👉cimoodha 👉gadi fageenyaan yaaduu 👉kalaqaan beekamu 👉hojjii kan jaallatanii fi 👉nagaa barbaadu 👉amanamoodha 👉hojjii kamuu tartiiban akkasumaas qulqullinaa fi yeroo tokkotti hojjii tokko duwwaa hojjachuu filatu 👉 waan sirrii qofa hojjachuuf dhama'u.  🔱Amalli badaan isaanii waanuma xiqqoof dhiphachuu fi waan hunduu sirrii akka ta'u barbaadu! ✔️#Gartuu dhiiga B Namoonni kun 👉hojjii kalaqaan beekamu 👉waan karoorsanii amma galmaan gahanitti hin dhisan. 👉 yeroo tokkotti waan hunda dhiisanii wanta tokko duwwaa irratti xiyyeeffatu! 👉hawaasummaa cimsuu Jalatuu 👉Amala namaa yaaduu fi nama hubachuu qabu! 🔱Rakkoon isaani immoo of jaallachuu, jijjiiramuu, maal naa dhibee fi balleessaa namaaf irraa kan hin darbinedhaa.! ✔️#Gartuu dhiigaa AB Namoonni kun makaa A fi B ti. Amalli isaaniis 👉 namaf yaaduu 👉Nagaa buusuu 👉 namaan walii galu 👉amanamummaa fii namaa kununsuu jalatuu 👉Namoonni kun sammuu cimaa fi dandeettii waa yaaduu cimaa qabu 👉kaayyoo ofiif namoota cichaniidha. 🔱Rakkoon Jaraa kanaa imoo Hanqinaa waa irranfaachu fii waa murteesuu dadhabuu qabu.! ✔️#Gartuu dhiiga O 👉Namoonni kun dandeettii gaggeessummaa cimaa kan qabaniidha 👉ofitti amanoodha 👉waan xiqqqoon warra hin qabamneedha! 👉arjummaa qabu 👉namaaf gaarii yaaduu nii jaallatu! 👉amanamuumma qabu 👉abdiidhaan kan guutamanidha 👉waan haaraa dafanii baru, 👉ejjennoo cimaas qabu! 🔱Rakkoon Jarra kana imo hinaaffaa, of jajuu, of jaallachuu fi kiyya malee jechus qabu! 🗣#Hubachiisa Gartuu dhigaa kenyaa addan basnee bekuun Fayya kenyaaf fayyidaa waan qabuf Gartuu dhigaa kessani bekaa.!! Fayyaa Qabaadhaa                            👇👇          @GORSA_FAYYAAF @GORSA_FAYYAAF
نمایش همه...
👍 12 4🥰 2
Repost from N/a
F░O░L░L░O░W S░E░L░E░C░T░E░D C░H░A░N░N░E░L░S ⠀⠀⠀⠀⠀⣰⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⡀ ⠀⠀⠀⢀⣾⣿⣿⣿⠿⠿⠟⠻⠿⢿⣿⣿⣿⡆ ⠀⠀⠀⢰⣿⣿⡿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠉⢻⡇ ⠀⠀⠀⠈⠿⣿⣇⣠⠤⠤⠤⢤⣀⣤⠤⠤⣺⡏ ⠀⠀⠀⠀⠐⢉⣯⠹⣀⣀⣢⡸⠉⢏⡄⣀⣯ ⠀⠀⠀⠀⠡⠀⢹⣆⠀⠀⠀⣀⡀⡰⠀⢠⠖⠂ ⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠙⣿⣿⠀⠠⠚⢋⡁⠀⡜ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⠈⠙⠦⣤⣀⣤⣤⡼⠁ ⠀⠀⠀⠀⠀⢀⡌⠀⠀⠀⠀ ⠉⢏⡉ ⠀⠀⠀⣀⣴⣿⣷⣶⣤⣤⣤⣴⣾⣷⣶⣦⡀ ⢀⣴⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣄ ⠚⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛​​​ ★  ˚ * ★  . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆     ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ *★  ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡   *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚ ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *   ⋆ ﹡    ·   ˚ * ★    ˚ * ★    . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ * ⋆ ﹡    ·   ˚ *★    ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚    ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ * ⣴⣿⣦⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢻⣿⣿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢀⣴⣿⣿⣀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⠀ ⠀⠀⠀⣴⣿⢿⣷⠒⠲⣾⣾⣿⣿ ⠀ ⣴⣿⠟⠀⢿⣿⠁⣿⣿⣿⠻⣿⣄⠀⠀⠀⠀ ⡾⠟⠁ ⠀⠀⢸⣿⣸⣿⣿⣿⣆⠙⢿⣷⡀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀ ⠀⢸⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠀ ⠻⣿⡀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣆⠂⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⣼⣿⣿⣿⡿⣿⣿⣿⣿⡄⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣿⣿⠿⠟⠀⠀⠻⣿⣿⡇⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⢀⣾⡿⠃⠀⠀⠀ ⠀⠀⠘⢿⣿⡀⠀⠀⠀ ⠀⠀⣰⣿⡟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡀⠀⠀ ⠀⢠⣿⠟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠻⣿⣧⠀⠀ ⢀⣿⠃⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠘⣿⣆⠀ ⢾⠇⠀⠀⠀⠀   ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡤. 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮    ╭━━━━━━━╮     ┃   ● ══  ▪️           ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃        🔘               ╰━━━━━━━ 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 Goo Click the Heart 😱😱👆🏼l ⇣            🌺🌺          🌺🌺🌺        🌺🌺🌺🌺      🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺       🌺🌺🌺🌺🌺           ☘🌺🌺☘                ☘☘               🎋                   🍃                  🎋              🍃🍃                  🎋          🍃🍃🍃                  🎋      🍃🍃🍃🍃                 🎋    🍃🍃🍃🍃                🎋🍃🍃🍃🍃🍃                 🎋🍃🍃🍃🍃                 🎋                 🎋 🎋 ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 👇 Click ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 ☆ ☆ ☆ ☆ 🌑.°.● .  ☆ ●★:.¸. ●. ☆ . * ●.°☆ ☆. ☆●●● ★ *°☆. ☆ ●* ● 🌚 ●°☆. ☆● *° .°●☆●°°☆. .°● ★ * °☆.   .●¸.★°●☆. .● ★ °☆ ●.   .●*●°° ☆●. . * ¸★°☆ ●. . *●¸. ★° °●.   . ★ ° °☆★●. .○: . * .° °☆★ ° °☆  ¸..★¸ ● ★. .○★ . . . ★  ° °☆★ °☆ ¸. ● ★. .○° °☆ ¸. ● . ★°°★°☆ ☆ ● ★.  .○ °☆ . * ● ¸ .★ ★°°☆°★● ★. .○° :.  * •○ °★¸ ●★°°☆ .★●★. 👀👇 ⚠️ DON'T DELETE THIS MESSAGE  ⚠️ Ads @Oromoo_inspire ♨️ @Jireenya_jaalalaa 📚 Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
نمایش همه...
👍 8
Photo unavailableShow in Telegram
Mallattoowwan Saddeet (8) MATAA DHUKKUBBIIN Yaala Hatattamaa Akka Barbaadu Agarsiisan (RED FLAGS OF HEADACHE) 1. Mataa dhukkubbii jalqabee daqiiqaa xiqqoo keessatti dhukkubbiin isaa garmalee cimee sadarkaa obsuu hin dandeenyerra nama geessisu.(Thundercalp headache) 2. Mataa dhukkubbii haala taa'umsa qaamaa (positional change) irraan garmalee namatti cimu ykn jijjiiramu. 3. Mataa dhukkubbii sochii qaamaa, waa hojechuu (exertion) qufa'uu, haxxifachuu fi kkf irraan nama eegalu. 4. Mataa dhukkubbii cimaa haaraa (kan duraan hin jirre) keessumaa namoota waggaa 50 olii yoo mudatu. 5. Mataa dhukkubbii yeroo mara buqqee mataa (head) irraa bakka tokko deddebi'ee dhukkubu. 6. Mataa dhukkubbii walitti fufaa (kan gidduutti hin fooyyofne ykn hin dhiifne). 7. Mataa dhukkubbii duraan dhukkubbii xiqqoo qabu fi daddafee deebi'ee hin dhufne yoo haala jijjiiratee garmalee haala duraa caalaa namatti yoo cimaa deemu. 8. Mataa dhukkubbii mallattoowwan biroo kan akka dhaqna gubaa, sochii dadhabuu Dr. Gurmeessaa H.
نمایش همه...
20👍 11 3
Wantoota Dandeettiii Dhukkuba Loluu Qaama Keenyaa (Immunity) CIMSAN. ----------------#--------#-------------#------------# 1. Hirriba ga'aa rafuu (sa'aa 6 haga 8) 2. Sochii qaamaa taasisuu (torbanitti guyyaa 4 ol guyyaatti daqiiqaa 30 oliif) 3. Sammuun dhiphachuu (stress) dhiisuu. 4. Nyaata kuduraa fi muduraan (fruits and vegetables) itti baay'ate soorachuu. 5. Tasumaa tamboo fi waantoota tamboo fakkaatan aarsuu dhiisuu. 6. Alkoolii kan dhuguu dhiisuu yoo kan dhugan ta'e ammoo xiqqeessanii dhuguu. 7. Dhukkuboota akka dhukkuba sukkaaraa fi kkf yoo qabaanne qoricha dhukkuboota sanaaf nuu kennaman sirriitti fudhachuu. 8. Ulfaatina qaamaa akka garmalee hin daballe yokaan hin xiqqaanne sirrii irratti eeguu. Fayyaa hindhabinaa! ⭐Follow ⬇️ @GORSA_FAYYAAF
نمایش همه...
👍 22 12🥰 5😁 1
Repost from N/a
» Fakkicha Hubannoodhaan Ilaali! ☁️              ☁️                       🛰          ☁️              ☁️      ☁️             ☁️                                     ☁️ ☁️     ☁️ ☀️              ☁️             ✈️ ☁️              ☁️☁️  ☁️      ☁️           🚁      📡 ☁️ 🏡🏬🏥🏡🏭.    🏨🏣🏦                      / | \      _🚂🚃  /   |   \ 🚩___        👬🚦 /    |     \ 🚦🚶         🌳   /      |        \  🌳               /        |          \    🐐         🎡      🌳  /  🚔   |  🚔     \ ⛽️       🏟           /            |             \   🌵 /      🚖   |  🚘          🚴       /                |       🚔     \     /         🚍    |                   \   /                    |                     » Konkolaataa diimaa fakkicha irra jiru tuqii garam akka deemu ilaali! Itti Gammadda! Hope Just «JOIN» Now! Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝑺𝒑𝒐𝒏𝒔𝒐𝒓𝒆𝒅 𝒃𝒚: 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
نمایش همه...
4🥰 2👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Faayidaa Sukkuummii (Massage) 1. Dhiigni qaama keenya keessaa sirriitti akka yaa'u godha. (Dhiigni akka hin gantarre/ititne godha.) 2. Miira dhukkubbiifi dadhabbii ni hir'isa. 3. Maashaan keenya akka si'aa'inaan hojjetu godha. 4. Dhiphina hir'isa. 5. Mataa dhukkubbii hir'isa. 6. Hirriba gahaa akka rafnu nu godha. 7. Dooppaminii sammuu keenya keessaa baay'inaan dabaluudhaan gammachuu dheeraafi miira mukuu keessaa akka baanuu akkasumaas guyyaa guutuu fuulaa ifaa akka qabaannu nu godha.
نمایش همه...
9👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Kurisuun yoo akkam ta’e rakkoo nurraan geessisa yookiin yoo maal ta’e mana yaalaa deemuu qabna? Akkuma beekamu namoonni hedduun yeroo ciisan ni kurruufu,garuu namoonni yeroo hunda irra deddeebin kurruufan yoo maal ta’e mana yaalaa deemuu qabu? ✓ Yeroo namni sun kurruufu hafuurri giddu gidduutti itti ciccita yoo ta’e. ✓ Guyyaa garmalee rafa yoo ta’e ✓ ganama yeroo hirribarraa kaatan mataan hedduu isin dhukkuba yoo ta’e ✓ Ganama ganama qoonqoo keessa isin dhukkuba yoo ta’e ✓ Hirriba boqonnaa hin qabne raftu yoo ta’e ✓ Halkan hirriba keessa nii fe’amtu yoo ta’e ✓ Halkan halkan laphee keessan isin dhukkuba yoo ta’e ✓ Kurruuffiin keessan sagalee guddaa qabaachuun namaoota isin bira jiran ni jeeqa yoo ta’e
نمایش همه...
👍 3
Repost from N/a
⇣ ⇣ ⇣  𝗚𝗔𝗠𝗠𝗔𝗖𝗛𝗜𝗜𝗦𝗔𝗔! 𝗡𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗼𝗻𝗹𝗶𝗻𝗲 𝗶𝗿𝗿𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘁𝗮𝗻 𝗺𝗮𝗿𝗮𝗮𝗳: Congratulation🎊 all of you🎊🎉 We are bringing new possibilities to help you here. Trusted group which is giving money & package 👇👇 join it fastly add member 👇👇👇👇 Sponsor @Coop_Bank_Of_Oromia_Official ✨Group armaan gadii kana join gochuun hiriyoota kee yoo add goote badhaasa amanuuf nama rakkisu argatta. 𝗛𝘂𝗻𝗱𝗶 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻 𝗰𝗮𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻 𝘆𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮!✨💸🎁 1. @Safaricom_Afaan_Oromoo_Official 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 2 @Coop_Bank_Of_Oromia_Official 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 3 @Oromia_Bank_Gift 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 4 @USAfundforOromia 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 5 @Oromo_Germany_Association 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 6 @GADAA_BANK_BONUS 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 7 @Commercial_Bank_Official 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 𝗬𝗮𝗮𝗹𝗶𝗶𝘁𝗶𝗶 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗶 𝗺𝗮𝗹𝗲𝗲 𝘆𝗮𝗮𝗹𝘂𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗶𝗻𝗶" Hirmaadhaa badhaafamaa! Carraa Gaarii isiniif haa ta'u! Affeerraa Gaarii 🌄 Hubadhaa; chaanaalii kana irratti kan maxxanfamu odeeffannoo mirkanaa'e qofaadha👆👆👆👆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦    𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
نمایش همه...
4
🟢🟢🟢Shunbura gurraachaa fi adii ni soraatta? FAAYDAA SHUNBURAA 1.Dhukkubbii mataaf. 2. Jijiiraamu sagaleetiif, 3. Dhukkuubbii laagaaf. 4. Dabaliinsa qaamaaf, (dabaluu qamatiif.) 5. Daballii sparm (rakkiina walqunnaamtii saala damma waliin makaa nyaadha ) 6. Raammo garachatiif. 7. Dhukkuubbii lappee irriisuf. 8. Dhukkuubbii dugdaaf, kessaattu warreen lapii toppi fayyadamaaniif. 9. Dhibee sonbaatiif. 10. Cirraacha kalee basuuf, kessaattu gurrattiin isii yoo dammaan makaani nyataan. 11. Dhìibbaa dhiigaatiif. 12. Gogaa kenyaaf. 13. Ciixxoo (Hoqsiisu qaama) irrisuuf.. 14. Fayyaa rifeensaaf. 15. Dhibee ilkaaniif. 16.dhiiguu irgoo keenyaatiif. 17. Fayyaa onneef. 18. Fayyaa sammuu keenyaatiif. Galatooma lammii koo . Fayyaa hindhabinaa! ⭐Follow ⬇️ @GORSA_FAYYAAF
نمایش همه...
👍 15
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.