cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

GAG

📢Whatever you are, stick to it! ! Expect three things 1. The mother 2. His eyes 3. The country https://www.youtube.com/@GeletiAmsalu

نمایش بیشتر
فنلندة3 603زبان مشخص نشده استکتب25 254
پست‌های تبلیغاتی
198
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
-430 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

"Guyyaa tokkotti karoorsee Firii facaasee abuuree Guyyaa tokkotti ammas Waan faacafadhe guuree" ~ "Yaada yaade hundumaa Hardhatti hojiidhaan utubaa Hardha yaadee, hardha milkeessaa Maalifan yeroo koo gubaa" Jettee... Yoo adeemtee manaa baatuu Dhugaa, tasa akkasiin naman taatuu "Galma tokko milkeessuf Tokko qofan yaala dirqamaa" Ilaalacha akkasii hamma dhiistutti Hiikan qabu osoo ta'eyyuu digdama ✔️✔️✔️✔️✔️👇👇👇✔️✔️✔️✔️ ☀️☀️☀️☀️SHEARS☀️☀️☀️☀️ 🌐https://t.me/Galattii_Amsaaluu_official
نمایش همه...
GAG

📢Whatever you are, stick to it! ! Expect three things 1. The mother 2. His eyes 3. The country

https://www.youtube.com/@GeletiAmsalu

💞 "Guyyaa tokkotti karoorsee Firii facaasee abuuree Guyyaa tokkotti ammas Waan faacafadhe guuree" ~ "Yaada yaade hundumaa Hardhatti hojiidhaan utubaa Hardha yaadee, hardha milkeessaa Maalifan yeroo koo gubaa" Jettee... Yoo adeemtee manaa baatuu Dhugaa, tasa akkasiin naman taatuu "Galma tokko milkeessuf Tokko qofan yaala dirqamaa" Ilaalacha akkasii hamma dhiistutti Hiikan qabu osoo ta'eyyuu digdamaa 🌐https://t.me/Galattii_Amsaaluu_official
نمایش همه...
GAG

📢Whatever you are, stick to it! ! Expect three things 1. The mother 2. His eyes 3. The country

https://www.youtube.com/@GeletiAmsalu

Repost from N/a
KEE MALLI : September 16, 2023
نمایش همه...
September 16, 2023

Welcome to TON Diamonds support. Describe your problem. Response time is 1 working day. Опишите вашу проблему. Примерный срок ответа поддержки 1 рабочий день.
نمایش همه...
نمایش همه...
G²2GA.Bot

Welcome to start this bot @Geleti_bot

Hi Irina , Thank you for joining us!
نمایش همه...
JAALALAA💞 fi GAABBII🤦 ⚙️Seenaa kana dubbisuu dhabuun akka gaabbii sitti hin taane      “…Ani garuu, ati ija tokkoon guddachuu irra ani ija tokkoon du'uu wayya jedheen ija koo tokko of keessaa baasisee siif arjoome” Seenaa ajaa'ibsiisaa kana obsaan dubbisi Barataa tokkotu yeroo hunda haadha isaa jibba. Sababa haati isaa ijji ishee tokko qofa ta'eef haadha ija tokkee qabaachuun isatti hin tolu. Yeroo hunda "ijuma kee kana arguu hin barbaadu wayyaatiin maradhu!" jedhee harmee isaa kana argaa jibba ture. "Ati hiriyoota koo biratti na qaanessita si arguu hin fedhu" jedha ture.Gaaftokko mana barumsaa inni baratutti ayyaana maatii barattootaatu kabajamuuf jedha. Barattoonnis, maatii isaanii fudhatanii mana barnootaa deeman. Inni garuu harmee isaa dhoksee qofaa isaa deeme. Haati isaa kunis nama irraa dhageessee, "mucaan koo otuu ani jiruu akkamitti qofaa dhaabata" jechuun mana barumsichaa dhaqxee isa barbaaddee bira teesse. Innis akka isheen hin dhufne waan beekuuf yommuu ishee argu na'ee, fuulli isaas gurraacha'e. "Ani ija kee arguu hin barbaadu siin hin jennee?" jedhee achitti dhiisee bakka jijjiirrate. Yeroo sagantaan xumuramee gara qe'eetti galuuf jedhanis harmeen isaa kun isa wajjin qajeelte. Mucaan ishees, "ati hiriyoota koo biratti na qaanessite, ilma haadha ija tokkee jedhamuu irra otoon du'ee naaf wayya" jechaa aaree boba'e. Barattoonni tokko tokkos "hey hey ijji haadha kee tokko garam dhaqee?" jechuun itti qoosuu jalqaban. Innis kan duraa caalaa aaree gubate. Gara manaatti galuu jibbee biyya biraatti bade. Achittis turtii yeroo booda carraa barnootaa argatee gara biyya biraa deeme. Haati isaas abbaa manaa waan hin qabneef qofaa taatee baay'ee yaaddofte. Dhiphinaaf yaaddoo irraan kan ka'es ni dhukkubsatte. Mucaan ishee immoo barumsa xumuree hojii argatee jira. Bultii ijaarees abbaa ijoollee ta'e. Harmeen isaas sababa inni ishee jibbuuf mana isaa dhaquu sodaatte. Gaaftokko garuu murteessitee iddoo mana isaa nama gaafattee bira deemte. Akkuma mana isaa deemteen balbala rurrukutte. Mucaan ilma ishee yommuu balbala bantu jaartii ija tokkootu balbala irra dhaabatti. Mucattiin sunis ni baqatte. Booda irra ilmi ishee gadi itti ba'ee, "ati maalumaaf jireenya kootti gufuu taataa jaartittii nanaa, ani si arguu hin fedhu siin hin jennee? Amma dafii ija koo duraa badi!" ittiin jedhe. Isheenis waan gootu dhabdee gara qe'ee isheetti tirattee galte. Yeroo boodas dhukkubnishee itti hammaate. Ilmi ishee kunis waa'een harmee kanaa garaa isa nyaachuu eegale. Guyyaa tokko haadha warraa isaatiin, "guyyoota muraasaaf hojiif iddoo biraan deema" jechuun ishee sobee mana haadha isaa dhaqe. Haati isaa yommuu isa argitu, "ishoo mucaa koo baga dhufte. Ani akkuma ati argitu kana du'uuf qophiittin jira. Garuu osoo hafuurri na keessaa hin ba'in dhugaa tokko sitti himuun fedha. "Ani kanaan booda si hin qaanessu, jireenya kees hin jeequ nagaan jiraadhu. Dhugaan jiru garuu, yeroo ati daa'ima🔧 turte osoo taphattuu, mukaan of waraantee ija kee tokko balleessite. Anis ati ija tokkoon guddachuu irra ani ija tokkoon du'uu wayya jedheen ija koo tokko of keessaa baasisee siif arjoome. Ati garuu ijuma kootiin barattee bakka guddaa geessee, hamaaf gaarii hunda argitee, ijuma kootiinis argaa koo jibbite. Kanas jaaladheen godhe, ammas nan si jaaladha. Nagaan taa'i!" jechuun hafuura dhumaa baafatte addunyaa kana irraas lubbuu dhaan darbite. Mucaan ishee kun eelaa onnee horatee bara jireenya isaa guutuu dhukkuba gaabbii dhukkubsachaa jiraate. ⚖️Hubadhu Seenaan kun amma siif fuulleedha ykn dawwitiidha keessatti of ilaali. ➡️‼️WANNI SADII EEGII 1⃣ ➡️ HADHA KEE 2⃣ ➡️ IJA KEE 3⃣ ➡️ BIYYA KEE ☀️Asgoraa 🔒join🔑🔓 gochuun nu hordofaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Galattii_Amsaaluu_official /start userLang_EN
نمایش همه...
G²2GA

📢Whatever you are, stick to it! ! Expect three things 1. The mother 2. His eyes 3. The country

https://www.youtube.com/@GeletiAmsalu

1
Welcome to TON Diamonds support. Describe your problem. Response time is 1 working day. Опишите вашу проблему. Примерный срок ответа поддержки 1 рабочий день.
نمایش همه...