fa
Feedback
ABBI TECH

ABBI TECH

رفتن به کانال در Telegram

Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et

نمایش بیشتر
4 748
مشترکین
-224 ساعت
-247 روز
-10130 روز
آرشیو پست ها
✅Dhaabbanni meta Facebook fi messenger irratti "passkey" fayyadamuu jalqabuuf jedha.🔐 Hanga ammanatti, Facebook fi messenger
✅Dhaabbanni meta Facebook fi messenger irratti "passkey" fayyadamuu jalqabuuf jedha.🔐 Hanga ammanatti, Facebook fi messenger irratti seenuuf password qofa fayyadamaa turre. Amma garuu:- 🖌 Pin code 🖌 Fingerprint 🖌 face authentication 🖌 Authentication App .... Fayyadamuu Akka daanda'amu *meta* beeksise jira. Kun immoo nageenya account Facebook fi messenger keenyaa cimsuu fi accountin keenya saffisaa fi amansiisumaa dabalataa Akka qabaatu taasisa jechuudha

photo content

Qormaatni kutaa 8ffaa bara 2017 barattoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee keeysatti qoramtan hundii firii kessan ilaalachuu ba
Qormaatni kutaa 8ffaa bara 2017 barattoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee keeysatti qoramtan hundii firii kessan ilaalachuu bakka kutaa 8 ffa jedhuu tuqun ilaaladha የ2017 የ8ኛ ክፍል ፈተና በፊንላንድ ከተማ ላሉ ተማሪዎች በሙሉ ይገኛል።

Ethiopia kessatti free internate eegalee jira. Kanaa bakka free internate jedhuu tuqun add godha fayyadama ነፃ ኢንተርናሽናል በኢትዮጵያ
Ethiopia kessatti free internate eegalee jira. Kanaa bakka free internate jedhuu tuqun add godha fayyadama ነፃ ኢንተርናሽናል በኢትዮጵያ ተጀመረ። ከዚህ ይልቅ ነፃ ኢንተርኔት ላይ ጠቅ ያድርጉ እና ያክሉት እና ይጠቀሙበት @Mr_wave_mnn

Oduu gammachisaa Barattoti qormaata biyaalessaa kutaa 12th fudhattan Gaffin natural science ba'ee waan jiruuf bakka gaaffi je
Oduu gammachisaa Barattoti qormaata biyaalessaa kutaa 12th fudhattan Gaffin natural science ba'ee waan jiruuf bakka gaaffi jedhuu tuquun itti fayyadama መልካም ዜና ለናንተ የ12ኛ ደረጃ ሀገር አቀፍ ፈተና የሚወስዱ ተማሪዎች የተፈጥሮ ሳይንስ ጥያቄ ወጥቷል እና የጥያቄውን ቁልፍ በመጫን እጠቀማለሁ

Breaking news Guyyaa har'aa badhaasaa qarshii 10000 eegaluuf waan jiruuf bakka Badhaasa jedhuu tuqun add godhaa abba carra ta
Breaking news Guyyaa har'aa badhaasaa qarshii 10000 eegaluuf waan jiruuf bakka Badhaasa jedhuu tuqun add godhaa abba carra ta'aa ሰበር ዜና ከዛሬ ጀምሮ 10000 የሽልማት እጣ ስላለ የሽልማት ቁልፍን ተጫኑ እና አሸናፊ ለመሆን ይጨምሩ

Oduu gammachisaa Barattoti qormaata biyaalessaa kutaa 12th fudhattan Gaffin natural science ba'ee waan jiruuf bakka gaaffi je
Oduu gammachisaa Barattoti qormaata biyaalessaa kutaa 12th fudhattan Gaffin natural science ba'ee waan jiruuf bakka gaaffi jedhuu tuquun itti fayyadama መልካም ዜና ለናንተ የ12ኛ ደረጃ ሀገር አቀፍ ፈተና የሚወስዱ ተማሪዎች የተፈጥሮ ሳይንስ ጥያቄ ወጥቷል እና የጥያቄውን ቁልፍ በመጫን እጠቀማለሁ

Barattoti kutaa 12 ffa hundaaf Pro. Biranuu nagga akka jedhanitti ለ12ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ ፕሮፌሰር ቢራኑ ናጋ እንዳሉት።
Barattoti kutaa 12 ffa hundaaf Pro. Biranuu nagga akka jedhanitti ለ12ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ ፕሮፌሰር ቢራኑ ናጋ እንዳሉት።

#Update #Kutaa_8ffaa #Ministry_Result Magaalaa Finfinneetti bara 2017 barattoota qormaata kutaa 8ffaa fudhatan keessaa 88.8%
#Update #Kutaa_8ffaa #Ministry_Result Magaalaa Finfinneetti bara 2017 barattoota qormaata kutaa 8ffaa fudhatan keessaa 88.8% kan ta'aan 50% fi isaa ol fiduun darbaniiru. Bulchiinsi Magaalichaa bu'aan qormaata kutaa 8ffaa waggaa waggaadhaan fooyya'aa akka dhufe himanii bara 2017 barattoota qormaata fudhatan 70,525 keessaa 88.8% kan ta'aan darbaniiru jedhaniiru. Bara kana sadarkaa magaalaatti barattoota qabxii olaanaa galmeessisan 20 keessaa 13 kan ta'aan barattoota Manneen barnootaa Iteegee Manan fi Galaanitti kan baratan ta'uu isaanii ibsuun, bara kana qabxiin kan bara darbe kan 2016 kan ture 78.9% irraa gara 88.8% tti guddateera. Barattoonni bu'aa qormaata isaanii liinkii armaan gadiin seenuun ilaaluu akka danda'aanis ibsameera. https://aa.ministry.et/#/result

Ministerri barnoota dhimma qormaata biyaalessaa irratti seera haaraa baaseera kanaaf bakka see more jedhuu tuqun guutu isa du
Ministerri barnoota dhimma qormaata biyaalessaa irratti seera haaraa baaseera kanaaf bakka see more jedhuu tuqun guutu isa dubbisa. የትምህርት ሚኒስትሩ በብሔራዊ ፈተናዎች ጉዳይ ላይ አዲስ ህግ አውጥቷል ስለዚህ ሙሉውን ለማንበብ ተጨማሪ ይመልከቱ የሚለውን ቁልፍ ይጫኑ. @Mr_wave_mn

Barattoti kutaa 12 ffa hundaaf Pro. Biranuu nagga akka jedhanitti ለ12ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ ፕሮፌሰር ቢራኑ ናጋ እንዳሉት።
Barattoti kutaa 12 ffa hundaaf Pro. Biranuu nagga akka jedhanitti ለ12ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ ፕሮፌሰር ቢራኑ ናጋ እንዳሉት።

Ministerri barnoota dhimma qormaata biyaalessaa irratti seera haaraa baaseera kanaaf bakka see more jedhuu tuqun guutu isa du
Ministerri barnoota dhimma qormaata biyaalessaa irratti seera haaraa baaseera kanaaf bakka see more jedhuu tuqun guutu isa dubbisa. የትምህርት ሚኒስትሩ በብሔራዊ ፈተናዎች ጉዳይ ላይ አዲስ ህግ አውጥቷል ስለዚህ ሙሉውን ለማንበብ ተጨማሪ ይመልከቱ የሚለውን ቁልፍ ይጫኑ. @Mr_wave_mn

photo content

Addunyaa guutuutti odeeffannoon gara biliyoona 16tti dhiyaatu akka hack ta'e gabaafamaa jira. Apple, Google, Telegram, Facebook, fi Github miidhamtoota akka ta'an himama. ✍kaanfu maal gochuu qabdu amma . 1. Akkaawuntii keessan hundaaf jecha icciitii gartokkoon/guutumaan guutuutti jijjiiruu . 2. Jecha icciitii mirkaneessa tarkaanfii lamaa( 2FA ) sing up Godhu 3. Linkii hin beekamne hin cuqaasinaa ykn hin xuqqina .

Yoo Tarii Waan armaan Olitti siniif maxxanse bantanii jiraattan Hatattamaan 1) Setting => Devices seenaa 2) terminate session
+2
Yoo Tarii Waan armaan Olitti siniif maxxanse bantanii jiraattan Hatattamaan 1) Setting => Devices seenaa 2) terminate session tokko tokkoon filattaniin Warra kankeessan hin taane Hunda isaa ykn gubbaama isaa Terminate all Other session Bakka itti login taatanii jirtan hunda cufuu dandeessu

Repost from Joshua Graphics
👋Namooti old telegram group qabdan gatii madaalawwan isin irraa bita ! Kan bara ✔️2017 ✔️2018 ✔️...2022 ✔️2023 jia 1-12 gidduutti create kan tahe bitaa jirra ! Memeber isaa nama 1 yoo tahellee rakkoo hin qabu nuti bara isaa barbaanne ✔️Asiin nu dubbisaa ➡️ @JoshuaSMRT 👋  ከዚ በታች ባሉት አመታት የተከፈተ group ካላችሁ በተመጣጣኝ ዋጋ እንገዛለን ✅ 2017 ⏩   ✅ 2018 ⏩  ✅ 2019 ⏩  ✅ 2020 ⏩  ✅ 2021 ⏩  ✅2022  ⏩  ✔️2023 first 1-12 month ▶️ ለመሸጥ ያናግሩ  ⏩  @JoshuaSMRT 🗯 ⚠️ የግሩፑ Member ብዛት ''0'' ሆነ ''1000'' ሆነ ዋጋው እኩል.minimum member 1ም ይሁን እኛ የምንፈልገው የተከፈተበትን አመተ ምህረት ብቻ ነው

📣Namonni Channel Kessaan WAVE Galfachuun Yeroo Muraasa kessatti Guddifachuu Warreen Barbaddaanif ✅ @Mr_wave_mnn Na Dubbisaa ✅Kanneen Subscribers                📈📈📈 ➡️Above✅ 1k+ subscribers ➡️Above✅ 5k+ subscribers ➡️Above✅ 10k+ subscriber ➡️Above✅ 15k+ subscriber ⚠️Hub.Channel views in qabne In fidinaa❌   Na Dubbisuf 📥  @Mr_wave_mnn   Na Dubbisuf 📥  @Mr_wave_mnn

Ethiopia kessatti free internate eegalee jira. Kanaa bakka free internate jedhuu tuqun add godha fayyadama ነፃ ኢንተርናሽናል በኢትዮጵያ
Ethiopia kessatti free internate eegalee jira. Kanaa bakka free internate jedhuu tuqun add godha fayyadama ነፃ ኢንተርናሽናል በኢትዮጵያ ተጀመረ። ከዚህ ይልቅ ነፃ ኢንተርኔት ላይ ጠቅ ያድርጉ እና ያክሉት እና ይጠቀሙበት @Mr_wave_mnn

Qormaanni biyaalessaa kutaa 12th Gaffiin isa ba'e waan jiruuf bakka barnoota kessani irra tuquun add gochun gaffiiwwan isa ma
Qormaanni biyaalessaa kutaa 12th Gaffiin isa ba'e waan jiruuf bakka barnoota kessani irra tuquun add gochun gaffiiwwan isa mara ilaalaa deebi itti Barbaaddadha. ከ12ኛ ክፍል ብሄራዊ ፈተና ላይ ጥያቄዎች ስላሉ የተማሪ ቦታን ተጭነው ጨምሩበት። @Mr_wave_mn

Linkiiwwaan akkasii kan ittiin Hattoonni Telegram keessan balleessani dha! Waanuma kamiyyuu bantanii Lakkoofsa keessan irratt
+2
Linkiiwwaan akkasii kan ittiin Hattoonni Telegram keessan balleessani dha! Waanuma kamiyyuu bantanii Lakkoofsa keessan irratti hin galchiinaa!