cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

WALALOO FI BAACOO 😂👍❤️

Walaloowwan babareedoo, bashanasisoo akkasuma baacoo nama boharsaan ni argaatu share godha!! WALALOO FI BAACOO(@beekii_walaloo)

نمایش بیشتر
فنلندة3 215زبان مشخص نشده استشوخی و سرگرمی20 036
پست‌های تبلیغاتی
617
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+17 روز
+630 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

00:24
Video unavailableShow in Telegram
Hacee wagga afur guttee.. Ergaa nurra adda batee..😭 Nun jiruuuni sin ala... Deemsaa halkaani tatee😭😭 As nuuf deebita seenee Nutoo ilaallaa karaa..😭 Waggaa afur maaf turte.. Nuti jabaattee garaa..?😔 Sabni osoo yaada keetin.. Boo'uu imimmaan cobsee..😭😭 Kee garaan akkamittin.. Waggaa afur nu obsee ...😭😭😭 @beekii_walaloo @beekii_walaloo @beekii_walaloo
نمایش همه...
1.83 MB
#ex Hi #ana: Maaltuu si hafee? #isa Akka si mufaachise Beekaa haalootatu naf hin mijaanee kanaafin sif yeroo dhabe! dhiifama akka duritti deebihna? #ana: Kkkkkkkk Warqee harkaa qabdu akka biyyootti yaadee miti gatee kan deemtee. Warqee ati gatee warqee tahu Isa namni beeke ittin bareederraa🤌 Kana booda ija koon txt kee arguu hin barbaadu! . . . . 👉Itti haa yaadnu wan harkaa qabnuutti hin qoosiin kan nuti akka biyyootti yaadnee nama kanif warqeedha! @beekii_walaloo @beekii_walaloo
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
#Waadaa_naf_galii Galma koo duri duri... Abjuu bara dheeraa...! Giifti jireenya koo... Si'in argaadheeraa...!💪 Jaalala naf laatte... Kan jaalala sooru...! Ga'eera galma koo... Kana booda jooru..!😎 Imalaa keerra deemen.. Miiltoo kan kee ta'a...! Taa'i jennaan taa'een... Ka'i jennaan ka'a...!😜 Sif bitameen jiraadha... Umurii kiyyaa guutuu..! Baadhen si kunuunsa... Barruu koorraa buutu...!🤌 Ijii koo ala hin laluu... Yoo laale ha jammuu...! Dhugaa waaqa jiraata... Sin ala hin wammuu...!🙏 Beekii beekiin jedha... Bara kiyyaa maraa...! Kan bira hin yaaduu... Situ na maraaraa...!🤗 Waada sifin galla... Sin jaala yeroo hunda...! Sitti hin jijjirammu... Yoon argeeyyuu muuda..!🥰 @beekii_walaloo @beekii_walaloo @beekii_walaloo
نمایش همه...
#isa: Beekiikoo #ana: Woyyee #isa: maaliifi yeroo baay'ee akka gadditu beektaa? #ana: Eeee?? #isa: Ati namaf ofi eegata, namoota sifi ofi hin eeganneefi, namootafi xiyyeefannoo laata namoota sin simmaanefi, namootafi yeroo kee kennita namoota yeroo ati isanii barbaadu busy ta'anif, namoota jaalalani itti hidhamta namoota jireenya kee akka barbaadani seenaani ba'anifi.... #ana: Dhugaadham maal godhu? #isa: 🤌Namoota akkasi irra fagaadhu nagaa argaata.🤌 @beekii_walaloo @beekii_walaloo @beekii_walaloo
نمایش همه...
#Nama_kalessa_keessa_jiraatu😭 #isa: Beektuukoo #Ana: Woyyee #isa: Sin jaalladham #ana: Amma reefuun foyya'ee, kolfuu jalqabee, qophaa koo ta'u kanaan itti beeke. Ammadha hiribba nagaa raafuu kanaan egallee, ammadha sababaa barbaade kan darbee yaadee bo'u kanaan dhiise ammadha. #isa: Ani bar... #Ana: Dhugaadhafin si barbaade sin jaalladha sifin amaanama sin gannuus yoomuu sin nuufuu sitti hin jijjirammu nan jechuuf miti... Kkkkkk.. Hundaa jedhamerraa na dhiisii maaloo! Qophaa koo jiraachu itti bareera.. Xiqqoo fayyuun koo nati dhagaa'amerra.... Maaloo na dhiisii🙏 #isa: Tole garuu dhugaa jedhe namni dhugaanis jiram.. Kan darbee yaaduun dubbatti si hambisaa jireenyi bar gara fundurraatti. #ana: isas jedhamerraa💔 @beekii_walaloo @beekii_walaloo @beekii_walaloo
نمایش همه...
Part 2 #Ana: ofiin beeke, nan guddadhe, eenyumma koon baree iddoo koon argee... #isa: dhiifama beekii garuu naf hin galle? #ana: beeka jireenyi koo namaf miti anayyuu hin galluu..🤔 #isa: qoyi nama amaanu keen baay'ee miidhamte? #ana: namaan addunyaa kanarraa hundarraa callisisee amaanuutu onnee amaanti koo na keessa balleesse.. #isa: jechuun si ganneetu deeme? #ana: lakkii, Isa amaanu koo, isaf jiraachu koo fi jireenya isaan ala baaru dadhaabu koo.. Gowwumaafi faarummati fudhaate. #isa: kana hunda baay'ee jaallata Ture? #ana: baay'een amaana Ture jechoota inni qoosaaf jedhu hunda dhugaa jedhen yaada.. #isa: si soba Ture? #ana: namni akka hin amaanamne isaan baree. inni anafi barnoota koo jaalqabaatti🙏 #isa: inni wan si miidheefi Anis sin miidharree?🤔 #ana: namni Ani ofi koo caalaa Isaf jiraadhu, namni Ani osoo hin duubatin yaada koo beekaa jedhe yaaduu, namni ani umuuri koo walakaa ol beekuu ergaa hin amaanamne akkamittin nama amaanu dandaa'a?🤔 #isa: Itti_fufaa 👇👇👇👇👇 @beekii_walaloo @beekii_walaloo
نمایش همه...
#isa: beekiikoo #ana: woyyee #isa: garuu maaf na hin amaantu? #ana: nama jaallachu malee amaanun ulfaata wan ta'ef #isa: garuu sin jaalladha, na amaani yoomuu sitti hin jijjirammu sin miidhuus.. #ana: har'a na jaallachu kee beeka, Isa Bor garuu hin amaanu. #isa: qoyi ati nan jaallatuu? Ani bar sin amaana. #ana: sin jaalladha,garuu na hin amaanin. #isa: maal jechuudha? #ana: anis namadha kan har'a malee kan Bor hin beekuu. #isa: ati garuu adda! Maaliifi nama jaallatuu amaanun sitti ulfaata? #ana: naman jaalladhu miti namani argee hundan amaana Ture.. #isa: amma maaltuu ta'erree? 👇👇👇👇#itti_fufa @beekii_walaloo @beekii_walaloo
نمایش همه...
#Isa: sareekoo wan tokko si gaffuu dhugaa nati himtaa waada naf gaali? Ana: tole waada galee #Isa: abdiin eenyuudha? Maal keeti? #Ana: boontuun eenyudha? Maal keeti? #Isa: beekiikoo baay'een si jaalladham 🥰 #Ana: anis baay'een si jaalladham 😎 @beekii_walaloo @beekii_walaloo @beekii_walaloo
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Eegaa aduun lixxee... Lafti dukkanaa'ee...! Ga'e galmee cufee... Dachaasen ol kaa'ee...! Baay'ee taa'e taa'e... Si eegee dadhabee..! Ga'a mana kootti... Imala jalqabee...! Fedhiif hawwii kan kee.. Erga dharra baatee...! Nan dhabnin karaara... Gufuu nati taatee..! Hamilee koo cabsite... Na buustee mogolee...! Nan waamin hin dhufu.. Ofi koon wal lolee...💔 Eenyumma kee sirrii... Bareera garaakee...! Lammaffa nan eegin... Hin darbu karaa kee..! Akka hin deebinetti... Deemerra yaa tiruu..! Nan eegin kennakoo.. Ano dhufaa hin jiru..!😔 @beekii_walaloo @beekii_walaloo @beekii_walaloo
نمایش همه...
Baga ayyaana yaadannoo du'aa ka'uu gooftaa keenyaa yesuus kiristoosiin isin gahe,hordoftoota amaantaa kiristaanaa maraaf ayyaana gaarii isiniif haa ta'u. #Iyyesuus_duhaa_ka'eera!
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.