383
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
آرشیو پست ها
Guyyaan Ayyaana sabaafi sablammii 18ffaa akka M/B sad. 2ffaa Boqojjiitti haala hoo'aa ta'een kabajameera.
Guyyaa 1-5/04/2016ALItti qormaatni walakkeessaa (mid-exam) sem. 1ffaa ni kennama.
Barattoota kutaa 12ffaa bara 2015 xumurtan hundaaf Document ykn ESSL certificate dhufee jira. Kanaaf qaamaan argamtanii hanga guyyaa 19/3/2016tti akka fudhattan cimsinee isin beeksifna.
Guyyaa jedhameen ala nama dhufu m/b kan isa hin keessummeessina Ta's.
Barataan Daree isaa hin argatin maqaa if kutaa isaa erguun daree isaa beekuu ni danda'a.
