cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Jabeessaa Qeerroo

OLA/OLF

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
24 941
مشترکین
-724 ساعت
+247 روز
+42630 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

01:08
Video unavailableShow in Telegram
#መረጃ፦ወሎኮ ቆሞኮ.....እንዲህ የነፍጠኛውን ሥርዓት ናፋቂን ጉሮሮ ለጉሮሮ በመያያዝ መሬቱን በደሙ እየጠበቀ ይገኛል......
نمایش همه...
👍 7 4
Photo unavailableShow in Telegram
Hararge lixa Aanaa miiyeesoo fi bordodeetti WBOn Haleelaajabaa Waraana PP irratti fudhateen Gugsee Ari'aa jira Du'aa fi Madoon heduu adabee garii booji'ee
نمایش همه...
👍 9😡 2
Alkan edaa WBOn Finfinnee seenee jettee akkasitti egumsaan bultee
نمایش همه...
🔥 9
Ofii eggannoo goodinaa shawaa lixaa annaa ammayyaa,dirree inciinnii,jibbati,nonnoofi tokkee kutayyee meshaalee gurguddoofi elekoopterri marsa waan jirtuuf sher godhaa jallaan naaf qaaqabsisaa.
نمایش همه...
👍 13
#inbox በ wbo ሥም ሲዘርፍ የኖረው የpp ሽፍታ ከተማ ውስጥ ደረሰኝ አሳትሞ የሚልሻ ደሞዝ እያለ በግዳጅ ከህዝቡ በየወሩ ብር እየሰበሰበ ነው ምን ይሻላል ህዝቡ ተሰቃየ!?
نمایش همه...
😡 10👍 2
#inbox Waan si dhibu "Horro Guduruu irraa ka'anii qawwee qabatanii Malkaa Noonnootti harka kennatan" jedhan, ani eessuman dhaqa maalo biyya kana keessaa? Ye afuuftuu lij😀
نمایش همه...
👍 10😡 3
Gootichii lixaa shaggaar irraan akka baalaa tti pp harcaasaa jira ganamarra OROMIYAAN BIYYA #መረጃ፦ጧት የጀመረ ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በምዕራብ ሸገር ዞን እንደቅጠል ሲያራገፋቸው ነው የዋለው...
نمایش همه...
20👍 9🔥 1
#Eegannoo Baakkoo Ppn Ijoollee iyyeessaa humnan kaambittii funaana jirti!
نمایش همه...
Ppn bishaani fi ibsa irratti VAT dabaluuf qophii irra jirti. #መረጃ፦አልጠግብ ባዩ ብልፅግና በውሀና በኤሌክትሪክ ኃይል(መብራት) ላይ ቫት ለመጨመር ዝግጅቷን ጨርሳለች....አቤት ፕህን ህዝብ አጥንቱን እንኳን አላሰቀሩትም!
نمایش همه...
😡 5👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Meettaa Walqixxee ==================== Lixa Shagga Meettaa Walqixxeetti murni fa*shistii PP uummata konkolaataan deemaa jiran keessaa buusuun WBO akka balaalleffatan himame. Caamsaa 9/2016 Lixa Shaggar Aanaa Meettaa Walqixxeetti, Sirni fa*shistii PP uummata konkolaataan gara Magaalaa Mugar, Magaalaa Incinniifi Magaalaa Hoolataa deemaan jiran konkolaataa keessaa buusuun hiriira balaaleffannaa WBOti jechuun Magaalaa Aanaatii hanga Goorootti miilaan deemsisuun himame. Uummanni hiriira balaaleeffannaa kana dididuun, callisanii miilaan kan deemaan yoo ta'u, maaliif callistu jechuun dhiitee Kufaafi Poolisoonni sirnichaa uummata irraan miidhaa geessisaa jiraachuun himame.
نمایش همه...
👍 11