cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

BBC News Afaan Oromoo

🌐 Oduu - BBC News Afaan Oromoo BBC Afaan Oromoo irratti Oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koottaa, waan isinitti dhagahamus nutti himaa. 📩

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
9 736
مشترکین
+2224 ساعت
+1437 روز
+81830 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Gareewwan waancaa Awurooppaa 2024 irratti hirmaatan 24 keessaa kanneen hafan 16 Sambata borii irraa eegaluun tapha kuffisanii darbuu ni taphatu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XLYcn7x
نمایش همه...
Euro 2024: Tilmaama taphoota kuffisanii darbuu gareewwan 16

Gareewwan waancaa Awurooppaa 2024 irratti hirmaatan 24 keessaa kanneen hafan 16 Sambata borii irraa eegaluun tapha kuffisanii darbuu ni taphatu.

👍 4
Falmii pirezidaantummaa Ameerikaa jalqabaa bara kanaan Joo Baayiden dubbii Tiraampi ofirraa qolachuu irratti laafan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7Cwk1jP
نمایش همه...
Falmii Pirezidaantummaa jalqabaa irratti Joo Baayiden dubbii Tiraampi ofirraa qolachuuf rakkatan

Falmii pirezidaantummaa Ameerikaa jalqabaa bara kanaan Joo Baayiden dubbii Tiraampi ofirraa qolachuu irratti laafan.

Indiyaa keessatti dhaabbanni bilbila appilii dhiyeessu Foxconn dubartoota heerumaniif hojii kennuu didee jechuun himatame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Dk14rbZ
نمایش همه...
Indiyaatti warshaan iPhone 'dubartoota heerumte hin qacarru' jechuun himatame

Indiyaa keessatti dhaabbanni bilbila appilii dhiyeessu Foxconn dubartoota heerumaniif hojii kennuu didee jechuun himatame.

👍 2
Yeroo addunyaan gara Addeessaatti arreedaa jirtu keessaa jirra, dorgomtoonni heddummaataniiru. Ofii waan addeessarra jiru abuuruuf eenyutu qophiidha? Hundi keenya qaama hawaa nutti dhiyaattee jirtu kana qooddachuuf qophiidhaa?Moo Addeessi kan nama, kubbaaniyyaa yookiin biyya muraasaa ta’uuf deemti? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/H05Cqzg
نمایش همه...
Imala hawaa: Addeessa eenyutu dhuunfata? Waldhibdeen dacheerraa achittis mul'achuu malaa?

Yeroo addunyaan gara Addeessaatti arreedaa jirtu keessaa jirra, dorgomtoonni heddummaataniiru. Ofii waan addeessarra jiru abuuruuf eenyutu qophiidha? Hundi keenya qaama hawaa nutti dhiyaattee jirtu kana qooddachuuf qophiidhaa? Moo Addeessi kan nama, kubbaaniyyaa yookiin biyya muraasaa ta’uuf deemti?

3
Moggaasni isaa lammummaa ogeessota hojii ijaarsa riqicha kana hojjetaniin akka mogga’e kan himamuuf Riqichi Poorchugaal, Godina Shawaa kaabaa aanaa Giraar Jaarsoo Ganda Warxuu jedhamu keessatti argama. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ja8Zuh0
نمایش همه...
Riqicha Poorchugaal: Itoophiyaatti riqicha umrii waggaa 500 caalu lakkoofsise

Moggaasni isaa lammummaa ogeessota hojii ijaarsa riqicha kana hojjetaniin akka mogga’e kan himamuuf Riqichi Poorchugaal, Godina Shawaa kaabaa aanaa Giraar Jaarsoo Ganda Warxuu jedhamu keessatti argama.

Roonaaldoon gosa bofaa akkaan guddaa fi cimaadha. Umriinsaa amma waggaa 13 guuteera. Reppitaayiloota shifii ta'an kan uummate kolleejjii magaalaa Portsmouth keessatti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rNCvQbt
نمایش همه...
Bofa kormaa Roonaaldoo jedhamu, quunnamtii malee ilmaan hanqaaqu

Roonaaldoon gosa bofaa akkaan guddaa fi cimaadha. Umriinsaa amma waggaa 13 guuteera. Reppitaayiloota shifii ta'an kan uummate kolleejjii magaalaa Portsmouth keessatti.

👏 1
Hordoftoonni Amantii Waaqeffannaa 79 Jimaata darbe ALI Waxabajjii 14, 2016 Magaalaa Baabbilee keessatti hidhamuu Dhaabbanni Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa komate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZcCrDNT
نمایش همه...
Baabbileetti waaqeffattoonni 79 hidhamuurratti qaamni mootummaa maal jedhe?

Hordoftoonni Amantii Waaqeffannaa 79 Jimaata darbe ALI Waxabajjii 14, 2016 Magaalaa Baabbilee keessatti hidhamuu Dhaabbanni Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa komate.

5
Addunyaarratti maallaqoota 180 ittiin daldalamu keessaa humna bituufi gurguuruun kan doolaara caalan jiru. Isaan keessaa Dinaarri Kuweet isa tokko. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jiSacy9
نمایش همه...
Sharafa alaa Itoophiyaan biyyi mallaqnishee doolaara dachaa sadiin caalu, Kuweet biyya akkamiiti?

Addunyaarratti maallaqoota 180 ittiin daldalamu keessaa humna bituufi gurguuruun kan doolaara caalan jiru. Isaan keessaa Dinaarri Kuweet isa tokko.

👍 4
Taateen Wiiliyaam Ruutoo wixinee baajataa mootummaan isaanii qopheesse akka dhiisan dirqisiise ardii dargaggootaan guutamte Afrikaa keessatti humni qeerroo hammam jabaa akka tahe agarsisa. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/SamFM5G
نمایش همه...
Wiiliyaam Ruutoo harka kennachuun humna 'qeerroo' Afrikaa agarsiisa

Taateen Wiiliyaam Ruutoo wixinee baajataa mootummaan isaanii qopheesse akka dhiisan dirqisiise ardii dargaggootaan guutamte Afrikaa keessatti humni qeerroo hammam jabaa akka tahe agarsisa.

2
Himata Somaaliyaan loltootni Itoophiyaa eeyyamakoo malee daangaakoo seenan jechuun Mana Maree Nageenyaa UN irratti Itoophiyaa himachuun ishee himata ''bu'uura hin qabnedha'' jedhan Dubbii himaan Ministeera Dhimma Alaa Itoophiyaa. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TJzH5YU
نمایش همه...
Himanni Somaaliyaan waraana Itoophiyaa irratti dhiyeesite 'bu'uura hin qabu'- Itoophiyaa

Himata Somaaliyaan loltootni Itoophiyaa eeyyamakoo malee daangaakoo seenan jechuun Mana Maree Nageenyaa UN irratti Itoophiyaa himachuun ishee himata ''bu'uura hin qabnedha'' jedhan Dubbii himaan Ministeera Dhimma Alaa Itoophiyaa.

یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.