cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Odaa Nabee

impaayeri itoophiyaa Akkaakayootaafi Abbootii teenya Foon fi lafee caccabsee nyaata turee har'aas nuu hinquufnee Dammaaqii yaa biyyaa! WBO koo Sanyii Warqituu Goota kilaashiin lolee diina isa godhee daaraa Jabaadhu yaa goota koo Goota mudhii zinnaara×100

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
286
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Dhaamsa Haatattamaa Kana Share Waliif Godhaa Naannoo Baay'ee Kessatti WBO fi Diiina Oromoo Giddutti Adeemsifamaa Jira Waan ta'eef Yeroo dhukaasni jalqabu uummanni keenya olif gad hin fiiginaa Tasgabbaa'aa. Dhukaasni Yoo Kan Eegalee Ta'e Idduma Jirtan Turaa. Yoo Manuma keessan turtan Gaaridha. Ykn WBO ttii Baqadhaa. T.me/Jaal_marroo_dirribaa @Jaal_marroo_dirribaa
نمایش همه...

Photo unavailableShow in Telegram
"Dhiichisni har'aa, balaa boru fidu tilmaamuuf nama hin dhibu" jedhan! Obbo #Shimallis_Abdiisaa: Ati nyaattee dhugdee, Filattee uffattee, Gadi baatee ol galtee jireenya gaarii jiraachaa waan jirtuuf akka feetetti dubbatta! Atin haamuu malee hin aramtu, galchuu malee hin baastu, nagaduu malee hin kasaartu waan ta'eef Lammii bakka buutee mindaa nyaattutti qoosta. "Jireenyi kana caalaa qaala’uuf deema, homaa hin fiddan, #Hirmii baafadhaa" jettee haadha hiyyeessatti dhaadatta! Dhugaadha! Aangoon laphee nama dhiitessiti. Ummata nama tuffachiifti. Jimaan Harargee, Simintoon Finfinnee, Hashiishni #Colombia fi maallaqni Gabaa Gurraachaa akkas nama dubbachiifti! Hundaafuu kuni karaa badiiti! Gochi akkanaa dargii balleesseera. Wayyaanee maqaleetti galcheera. Isinii har'a ummata miskiinatti dhaadatu kanas garam akka geessu hin wallaallu!
نمایش همه...
D/Doollootti diina unkuteessee injifannoo boonsaan galmaa'era. Har'uma. @marroocaffeebulluq
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
DambiDoolloo @marroocaffeebulluq
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Sulultaa Jajjabeen Godina Addaa sulultaa magaalaa darbaa seenee qonna miliqaa Akm 13 hiikun harcummeen garafee garafee gara qonnaatti deebisee jira. Kaabinoota magaalachaas butee harkaa qaba. @marroocaffeebulluq
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Dambi doolloon ilmaan Amaarechii harkaa baatee ilmaan Aayyaa harka galte.
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Isa kaayyoo gootowwan oromoo nuuf jecha wareegaman bakka gahuuf bosona mana isa bosonu nyaata isaa taasifate lubbuu ifii takkitti yoo baate hin deebine nuuf kenna jiru WBO wabii saba❤💚❤
نمایش همه...
Sirni akka Bilxiginnaa utuu hin uumamiin kufe dachee kana irra hin jiru. Sirni kamuu waggaa kurnan tokkoof mimmiliqee karuma nagaa bita. Kan ishee kanaa uummata dammaqe gowwomsitee sirn baalabbaataa deebisuuf dhamaati. Sirna Amaarinyaa aqanaqqantu kana Oromoon dursee kuffise. Qawween bituuf dhamaati. Uummanni qawween hin bitamu. Eessattuu hin milkoofne yaaliin akkasii. Bilxiginnaan kan isheen hundoofte jibbinsa Oromoo fi Oromummaa irratti. Akka isheen Oromoo nan cabsa jettee dhaadattes duuruu himne. Oromoo cabsuun dadhabsiisuun sirna Itoophiyummaa itti fe'uuf kantuu dhamaati. Oromoon lafa kana irraa dhumatee bada malee sirni Itoophiyummaa tortoraa fi samaan Minilik irratti hin fe'amu. Sirna Solomoonawaa, sirna Sahlesillaaseen kan Shawa dynasty jedhee hundeesse, kan Minilik achii dhaalee saba Oromoo ittiin gabroomfate addabaabayii ifatti faarsiti. Itoophiyummaan ati faarsitu Oromiyaa dhiisiitii Bahir Daarittuu fudhatama hin qabu. Oromummaan garuu ni daraara, yoomuu ni lalisa. Sabboontota Oromootiinis ke'een Oromoo bilisa ni baha. Ergamtoonni sirna Saahlesillaasee, minilik, "nuti arbenyoota" ofiin jettus gatii ishee ni argatti. Murtii J Mohammed-tiin ulfaadhu yaada gaariidha add itti ergadhaa🙏
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram