Nuredin @ dawud ©
529
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
Repost from Nekemte College of Teacher Education - KBBN
Ramaddii marsaa 13ffaa bara 2015.pdf1.31 MB
Wal beekuu irra walii beekuu wayya jedhuu miti ree oromoon yoo mammaaku qomoowwaan ko kanaaf wal haa jabeeffannu waliigalan alaa galan jedhu waan taheef walbira dhaabbachuun keenya dirqama keenya xiqqaa ofii abbatu guddifataa miti ree
https://t.me/Nuredindawud
Nuredin @ dawud ©
Nuredin @dawu©
Namni namummaa namaa hin jaalannee eenyuu beektu
👉Nama kaayyoo fuulduraa hin qabne tahuu beekaa
Osoo qabaate sila anis achii gahuun koo hin hafu waan jedhuuf namummaa kee ni jaalata ture
Waljaalachuufi namummaa namaa jaalachuu haa aadeeffannu yoo saba koo qaalii
👉NOTE More than anyone's respect for you The respect you have for yourself is the price I have a great one for you .When you learn your worth you start ignoring a lot of things. @I'll tell you 4 things wait 1-Snake in the grass 2-Food poisoning 3-In the cooking speech 4-Beware of the enemy in the dark 🔍Nuredin @dawud©🌹 isn't following anyone. Autodesk_new ✍👉The person who is your identity is you don’t judge you by what you don’t know Thank you so much for reading
👉HUBADHUU
Kabajaa namni siif qabu caalaa
Kabajaa ati ofiif qabdutu gatii
Guddaa siif qaba .Gatii kee gaafa bartu wantoota baay'ee tuffachuu eegalta.
@waa 4 siif dhaamaa eeggadhu
1-Bofa marga keessaa
2-Summii nyaata keessaa
3-Dubbii cooraa keessaa
4-Diina dukkana keessaa irraa of eeggadhu
🔍Nuredin @dawud©🌹
Samiitti ol haasa'ee
Dachii faana kolfee
Dhugaatti daanga'ee
Madaa kiyya obsee
~
Yeroon harka baasee
Simbirroota waamu
Yoon garaa of raasee
Nagaa itti dhaamu
~
Lolaa imimmaan koo
Dacheen haa raggaatu
Gubaa mar'imaan koo, waraqaan yaadannoo
Ragaa naaf haa baatu
~
Isaani michuun koo
Michuun bara baay'ee
Kanaafan dhoksaakoo
Dhoksee itti ol-kaa'e!
Join godhaa
《1》 Eenyummaa kee guutuu nama si hin fudhanne amansiisuf hin yaalin! Namni akkasii har'aaf malee boru sin fayyaduuti.
《2》 Maal naan jedhuu utuu hin taane, maalan jedhe jechuu irratti xiyyeefadhu!
《3》 Guyyaa darbuuf jettee waan hin darbine hin dubbatin!
JOIN 💯 share .....
🔍MAQAA Oromoo KAN SHAMARAA MOGGAASAN
1-Aannanee 51-Jaalannee
2-Aannanii 52-Jiituu
3-Aantuu 53-Keetii
4-Abdattuu 54-kennaakee
5-Abdiishee 55-Kookeet
6-Amartii 56-Kumashii
7-Arfaasee 57-Kumee
8-Argituu. 58-Kuulanii
9-Asaantii 59-Lalii
10-Atinaaf 60-Lalisee
11-Ayyaantuu 61-Lalistuu
12-Badhaatuu 62-Leelloo
13-Bariisaa 63-Leensaa
14-Bariisee 64-Leensee
15-Biiftuu 65-Lookoo
16-Bilillee 66-Loomee
17-Bilisummaa 67-Magartuu
18-Boonsee 68- Marartuu
19-Boonsituu 69-Meetii
20-Boontuu 70-Miidhagduu
21-Booranee 71-moo'iboon
22-Burqituu 72-Naahilii
23-Caalchituu 73-Naabeekii
24-Caalii 74-Naafsiif
25-Caaltuu 75-Naafis
26-Daraartuu 76-Naanaatii
27-Dureettii 77-Naanaahii
28-Edaatuu 78-Obsee
29-Eebbisee 79-Oromiyaa
30-Ejjattuu 80-Roobalee
31-Faayaa 81-Roobduu
32-Falmattuu 82-Sabboontuu
33-Faayisee 83-Sanyii
34-Feenet 84-Seenaa
35-Firii 85-Seenaa'ol
36-Firoomtuu 86-Seeraan
37-Gaaddisee 87-Siifan
38-Galaanee 88-Siinboonee
39-Galatee 89-Sirkannaan
40-Gammachiiftuu 90-Soorettii
41-Giiftii 91-Taliilee
42-Hawwii 92-Toltuu
43-Heeraan 93-Turungoo
44-Hiree 94-Tuujubee
45-Hireekoo 95-Urgoo
46-Hireewaaq 96-Urjii
47-Ibsituu 97-Waaritee
48-Iddooshee 98-Walabummaa
49-Iftuu 99-Walqixummaa
50-Itittuu 100-Waarituu
👉Kana qofa waan hin taaneef kan irraa haafeef dhiifama isin gaafadhaa.
👉Waan dogongora ta'e naa sirreeffadhaa .
@Nuredin@dawud©@
Join godhaa
🔍Nuredin@dawud©
🌷GUDDAA GALATOMAA🌷
👆✍✍✍✍✍✍👆
🔍MAQAA OROMOO KAN
DHIIRAAF MOGGAASAN
1-Aagaa 96-Hundeessaa
2-Aanaa 97-Hundumaa
3-Abboomaa 98-Ibsaa
4-Abdataa 99-Iddoosaa
5-Abdii 100-Ifaa
6-Abdiisaa 101-Ifnaan
7-Abdiwaaq 102-Indandeessaa
8-Abishee 103-Irranaa
9-Addunyaa 104-Isaafis
10-Araarsaa 105-Itichaa
11-Araarsoo 106-Ittaanaa
12-Areerii 107-Ittafaa
13-Arfaasaa 108-Jaalataa
14-Argataa 109-Jaamboo
15-Atimoo'i 110-Jaarraa
16-Ayyaanaa 111-Jaarsoo
17-Ayyaansaa 112-Jireenyaa
18-Baacaa 113- Jootee
19-Baatii 114-Kanarraa
20-Baatuu 115-Karoorsaa
21-Badhadhaa 116-Kiilolee
22-Badhaasaa 117-Kiyyaa
23-Badhaasoo 118-Kumaa
24-Bantii 119-Kumarraa
25-Bariisoo 120-Kumsaa
26-Beekaan 121-Lalisaa
27-Beekumaa 122-Lammaa
28-Beenyaa 123-Lammeessaa
29-Bilisaa 124-Lammii
30-Billisaa 125-Lammiyaad
31-Birraa 126-Lataa
32-Boonaa 127-Latii
33-Boonsaa 128-Leellisaa
34-Boonsisaa 129-Leencoo
35-Booraa 130-Leenjisoo
36-Bulchaa 131-Liiban
37-Burqaa 132-Magarsaa
38-Caalaa 133-Malkaa
39-Caalchisaa 134-Maqaasaa
40-Cimdeessaa 135-Mararaa
41-Daawwiti 136-Margaa
42-Dabalaa 137-Meelaal
43-Dabalee 138-Miidhaagsaa
44-Dachaasaa 139-Milkeessaa
45-Daraaraa 140-Milkii
46-Dhaabaa 141-Milkeessoo
47-Dheeressaa 142-Moosisaa
48-Dhufeeraa 143-Mul'ataa
49-Dhugumaa 144-Murataa
50-Diinaa'ol 145-Murteessaa
51-Duulaa 146-Naa'ol
52-Eebbaa 147-Nadhii
53-Eebbawaaq 148-Naggaa
54-Eebbisaa 149-Namarraa
55-Ejeree 150-Nimoonaa
56-Ejjetaa 151-Obsaa
57-Elemoo 152-Ofirraa
58-Falmataa 153-Olaanaa
59-Fayyeeraa 154-Olaanii
60-Fayyisaa 155-Olcaalaa
61-Fileeraa 156-Oleeraa
62-Firaa'ol 157-Olii
63-Firoomsaa 158-Oliiqaa
64-Fufaa 159-Oljiraa
65-Furgaasaa 160-Oliyaad
66-Gaaddisaa 161-Onnataa
67-Gaaromaa 162-Oroliyaanaa
68-Gaaromsaa 163-Qana'ii
69-Gabbisaa 164-Qananii
70-Gadaa 165-Qananiisaa
71-Galaalchaa 166-Qaqqabaa
72-Galaan 167-Qeerransoo
73-Galaanaa 168-Roobaa
74-Galataa 169-Rooberraa
75-Galatoo 170-Roobsan
76-Gammachiis 171-Sabaa'if
77-Gammachuu 172-Sabboonaa
78-Gammadaa 173-Seenaasan
79-Gammadii 174-Shaalloo
80-Garbaa 175-Simboo
81-Godaanaa 176-Soorummaa
82-Goobanaa 177-Taliilaa
83-Gurmeessaa178Tokkummaa
84-Guutaa 179-Tolaa
85-Guutamaa 180-Toleeraa
86-Guutuu 181-Tufaa
87-Haaromsaa 182-Tulluu
88-Habeebee 183-Tumsaa
89-Hacaaluu 184-Tuulamaa
90-Hirphaa 185-Urgeessaa
91-Horaa 186-Waaqjiraa
92-Hordofaa 187-Waaqoo
93-Humneechaa188-wayyeerraa
94-Hundarraa 189-Wayyeessoo
95-Hundee. 190- Yeroosan
یک طرح متفاوت انتخاب کنید
طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.