cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

Moe Ethiopia

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
1 663
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Share waliif godhaa
نمایش همه...
نمایش همه...
Muslim Renaissance

Allaahumma akrijnaa minazzulimaati ilannuur!!! Yaa allaah.nuf dirmadhu.

🅰ramaddiin akkuma bara darbeetti kenname farsantii 25 qofaatu irraa adda ta'e malee jijjiiramni hin jiru.
نمایش همه...
Ramaddiin barattoota kutaa 12 ffaa Kan bara kana qormaata qoraman ramaddiin yunivarsiitii kennameefi jira. Kanaaf barattooni Akka of qopheessitan issiniif dabarsa.
نمایش همه...
Hanniti hin dhabamtu ni xiqqaatti malee
نمایش همه...
Barattooni rimidiyaalii boru irra jalqee torbee kana guutu in qoramu akkuma isaan qoramanniin wiixata dhufu exist exam ni jalqabama ramaddiin barattoota kutaa 12 ffaa Kan bara Kanaas in laatamuuf kanaaf jecha warri qoramtan Akka of qopheessitan issiniif dabarsina.
نمایش همه...
نمایش همه...
Muslim Renaissance

Allaahumma akrijnaa minazzulimaati ilannuur!!! Yaa allaah.nuf dirmadhu.

Barattooni bara 2015 qorumsa kutaa 12 ffaa fudhachuuf deeman 869,765 ni dha. Isaan keessaa 365,954 barattoota saayinsii uumaamaa yoo ta'an kanneen hafan immoo barattoota saayinsii hawaasaati.
نمایش همه...
Waa'ee ramaddii yunivarsiitii barattoota kutaa 12ffaa qormaata rimidiyaaliif booda ykn mana barumsaaf Kan ergamu ta'a.
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Sagantaa qormaata rimidiyaaliif qophoofte
نمایش همه...