Mijuu Warraaqsaa
رفتن به کانال در Telegram
2 793
مشترکین
-424 ساعت
-317 روز
-10730 روز
در حال بارگیری داده...
کانالهای مشابه
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
ژوئن '26
ژوئن '26
+10
در 0 کانالها
مه '26
+44
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '26
+66
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '26
+17
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '26
+16
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '26
+16
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '25
+9
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '25
+22
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '25
+14
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '25
+7
در 1 کانالها
Get PRO
اوت '250
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '25
+2
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '25
+4
در 0 کانالها
Get PRO
مه '25
+7
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '25
+6
در 1 کانالها
Get PRO
مارس '25
+13
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '25
+7
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '25
+15
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '24
+69
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '24
+215
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '24
+154
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '24
+231
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '24
+284
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '24
+517
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '24
+510
در 1 کانالها
Get PRO
مه '24
+535
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '24
+662
در 2 کانالها
Get PRO
مارس '24
+503
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '24
+463
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '24
+315
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '23
+845
در 1 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 27 ژوئن | +1 | |||
| 26 ژوئن | 0 | |||
| 25 ژوئن | 0 | |||
| 24 ژوئن | +1 | |||
| 23 ژوئن | +1 | |||
| 22 ژوئن | 0 | |||
| 21 ژوئن | +1 | |||
| 20 ژوئن | +1 | |||
| 19 ژوئن | 0 | |||
| 18 ژوئن | 0 | |||
| 17 ژوئن | 0 | |||
| 16 ژوئن | 0 | |||
| 15 ژوئن | 0 | |||
| 14 ژوئن | +1 | |||
| 13 ژوئن | 0 | |||
| 12 ژوئن | 0 | |||
| 11 ژوئن | 0 | |||
| 10 ژوئن | +1 | |||
| 09 ژوئن | 0 | |||
| 08 ژوئن | 0 | |||
| 07 ژوئن | 0 | |||
| 06 ژوئن | 0 | |||
| 05 ژوئن | 0 | |||
| 04 ژوئن | +1 | |||
| 03 ژوئن | 0 | |||
| 02 ژوئن | 0 | |||
| 01 ژوئن | +2 |
پستهای کانال
| 2 | ITTI FUFA BARRUU DURAA.
KUTAA LAMMAFFAA..
Ololtuun yeroo baay’ee xiyyeeffannoo argachuu, namoota walitti buusuu, fi si aarsitee tarree ishee si geessuu barbaaddi.
Ololtuu irra aanuuf tooftaalee armaan gadii bal’inaan gadi fageenyaan ilaali:
1. Nyaata Ololtuu Maaksii (Starve the Rumor)
Ololtuun akkuma ibiddaati; yoo qoraan itti guutan boba’ee bal’ata, yoo dhowwatan ammoo ofumaan dhaama.
Nyaanni ololtuu inni guddaan "deebii ati kennitu" fi "aarii keeti".
Cal’isuu Tooftawaa (Strategic Silence): Olola hundaaf deebii kennuuf dhiphachuu dhiisuu. Ati yoo dhimma dhabde, ololli sun gatii dhabee lafatti hafa.
Xiyyeeffannoo dhowwachuu: Fuula kee, sagalee kee fi yaada kee keessaa baasii akka waan isheen hin jirreetti.
Kun qor-qalbii ishee miidhee akka isheen abdii kuttuu godha.
2. Gaachana Safuu fi Bulchina Amalaa (Maintain Moral High Ground)
Ololtuun si xureessuuf yammuu yaaltu, salphaatti mo’amtee akka isheetti akka hin deebine of eeggachuu barbaachisa.
Sadarkaa kee eeggachuu: Isheerratti olola deebisuu, maqa-balleessii ykn arraba banuu dhiisuu.
Yoo ati jallina isheetti jallina deebiste, uummata biratti ishee wajjin tokkuma taatanii dhumattuu.
Amala gaariin mo’achuu: "Harki dhiqatan kajeelaa baha" akkuma jedhamu, amalli kee inni sirriinii fi safuun kee calaqqisuun gaachana saphaphuu olola ishee kuttudha.
3. Bu’aa Hojii Qabatamaan Deebii Kennuu (Let Results Speak)
Ololli baay’een dandeettii, hamilee fi milkaa’ina kee kuffisuuf banama.
Mo’ichi inni guddaan hojii kee itti fufsiisanii bu’aa guddaa fiduudha.
Xiyyeeffannoo guutuu hojiitti deebisuu: Yeroo isheen ololtu, ati ammoo hojii haaraa fi bu’aa qabatamaa hawaasni beeku hojjedhu.
Bu’aan dubbii caala: Namoonni yeroo muraasaaf olola sobaa sanatti amanuu danda’u, garuu yoo bu’aa hojii keetii fi jijjiirama lafarra jiru argan, ololtuun sun uummata biratti baay’ee salphatti sobduu taati.
4. Ragaa Qabatamaa Qabaachuu fi Iftoomina (Transparency)
Yoo ololli sun dhimma hojii, amanamummaa kee kan miidhu fi akka uummatni sitti hiriiru kan godhu ta’e, ragaadhaan addabaasi.
Yeroo sirriitti dubbachu: Odoo hin aarin, tasgabbii fi sagalee dambalii hin qabneen dhugaa jiru uummataaf ifa godhi.
Fakkeenyaaf, "Ololli akkasii naannoo jira, dhugaan jiru garuu kanadha, ragaan isaas kanadha" jedhii bira darbi. Dubbii keessa hin deddeebi’in.
5. Tooftaa Adda Baasuu (Social Isolation)
Ololtuun baay’ee naannoo isheetti garee sobaa uumuun dhiibbaa gochuu barbaaddi.
Ati ammoo hawaasa keessaa adda ishee baasi.
Hawaasa amansiisuu: Namoota dhimma kanaan rurrukutaman dhuunfaatti waamtee dhugaa jiru itti himuun, ololtuun sun kophatti akka haftu gochuu.
Mirkaneessa Dhugaa: Namoonni naannoo kee jiran sitti dhihaatanii dhimma kee beekan akka isheetti hin amanne gochuudha.
6. Daangaa Jabaa Kaawwachuu (Setting Hard Boundaries)
Goochi ololtuu sun yoo jireenya kee dhuunfaa ykn nageenya kee miidhuu rurrukute, seeraan fi daangaa fiixaan dhowwuu gaafata.
Miidiyaa Hawaasaa irratti: Block, Restrict ykn Unfollow gochuun guutummaatti akka isheen jireenya kee keessaa baddu gochuu.
Yaada ishee dubbisuunis ta’ee irratti xiyyeeffachuun sa’aatii gubuudha.
Seeraan Deebisuu: Yoo maqa-balleessiin sun seeraan si gaafachiisuu danda’u ykn maqaa kee hojii guutummaatti xureessu ta’e, ragaa qabattee seeraan gaafachuun tarkaanfii dhumataa fi jabaadha.
Goolaba:
Ololtuu irra aanuun kan danda’amu "Ati eenyu akka taate sirriitti beekuun" qofadha.
Isheen si kuffisuuf yoo dharraatu, ati garuu tasgabbaa’ii kaayyoo keerratti xiyyeeffadhu.
HORAA BULAA
Dhiiroo Garbii
Dhiiroo G Garbii
Dhiiroo S Garbii | 206 |
| 3 | بدون متن... | 516 |
| 4 | Gama diplomaasiitiin; rakkoolee gama siyaasaa, waraanaa fi dinagdee Abiy Ahmediin biyya keessatti mudate kana diplomaatiin ykn biyyi hin beekne hin jiru.
Ammoo humnootaa fi namoota isa dorgomuu danda’an mara dhabamsiisee qofaa isaa mul’achuuf hawwuus itti milkaa’aa hin jiru.
Hariiroon inni biyyoota ollaa waliin qabu hundi hammaatee; namni saba isaaf hin taane nuuf homaa nuuf hin godhu; nama kijibuun araada itti ta’e dha jedhamee beekama.
Filannoon kun Egeree Oromiyaa dukkaneessuuf waan akeekkateef, sirna dadhabaa fi balaafamaa nu irratti bocame, mormitoota isaa hunda kaan dhiibee, kaan laamshessee, kaan dhabamsiisee qofaa isaa filannoo irratti erga of dhiheessee booda; yaa sabaa, yaa biyyaa; uummatni heeraan na filate jira, naaf hubadhaa, jedhee labsachuuf qophii isaa xumuratee jiru kana callisanii ilaaluun hin danda’amu.
Kana callisanii ilaaluun Egeree Oromiyaa dukkaneessuu akkasumas uummata keenya irratti loloota waggoota shanan dhufaniif itti labsame fudhatanii hayyamuu dha.
Kanaaf, ABO-WBOn filannoo kijibaa kana callisee ilaaluun Egeree Oromiyaa dukkaneessuu waan ta’eef, akka uummatni keenyis itti fufiinsaan waggoota shanan dhufaniif lola keessa akka jiraatu itti dhiisuu akka hin taaneef herrega sana jijjiiruuf agarsiisa siyaasaa maqaa filannoon gaggeeffamu kanaaf beekamtii dhorkuun tarkaanfii uggura geejibaa maqaa “Egeree Oromiyaa” jedhuun labsee jira!
Tarkaafiin qindaawaa kunis zooniilee bobbaa WBO Oromiyaa saddettan jiran keessatti kan gaggeeffamuu ta’uu mirkaneessa!
Tarkaafiin kun guyyaa har’aa, Caamsaa 29, 2026 irraa eegalee fudhatamee, kan torbee tokkoof itti fufu ta’a!
Oromiyaa mara keessatti sochiin geejibaa ugguramaa ta’uu hubachiisaa, konkoolaataan kamuu magaalaa tokko irraa gara magaalaa biraatti sosso’uun hin haayyamamu!
Konkoolaataan sosso’uu danda’u yoo jiraate Ambulaansii dhukkubsataa baatu, kan ragaa ogeessa fayyaa qabu qofaa ta’a!
Qaamni uggura kana cabsee argame balaa irra ga’uu maraaf gaafatamni kan mataa isaa ta’uu akeekkachiisa.
Namootni qee’ee keessan irraa baatanii karaa irra jirtan torbee tokkoof bakka jirtan keessa akka turtan gorsina.
Sabaa fi sablammooti Impaayera Itiyoophiyaa keessa jirtanis labsii kana hubachuun akka of eeggannoo feesisu gootan dhaamaa, isinis bakkaa fi haala jirtan keessatti duula wal-fakkaataa kan sirna fashistii kana bakkaa sossoosuu dandahu qindeessuu keessatti hirmaattan waamicha goona.
Namoota biyya ambaa, hojjettoota gargaarsa namoomaa, diplomaatotaa Finfinnee keessa jiratn; guyyaa har’aa irraa eegalee sochii Oromiyaatti gootan hunda akka torbee tokkoof sagantaa keessan jijjiirtanii fi warri sochii irra Oromiyaa keessa jirtan ammoo hanga uggurri kun ka’utti bakkuma jirtanitti akka turtan ykn sochii kam irraayyuu of qusattan dhaamaa, haala yeroo jiru irratti ammoo ibsa ABO-WBOn itti fufiinsaan kennu akka hordoftan hubachiisna. Egereen Oromiyaa Agarsiisa Siyaasaa PPtiin Hin Dukkanaahuu!
Injifannoo Ummata Oromoof!
Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO
Caamsaa 29, 2026 | 435 |
| 5 | بدون متن... | 0 |
| 6 | fi abbaa hafuuraa Isra'eelotaa jedhamee kan moggaafame Theodor Herzl falaasamni isaa sochiin Tsiyotaa hanga ammaatti hundeeffama Isra'eelotaa irra darbee baha giddu galeessaa lol-aaf wantoota hedduudhaan akkuma hunkuretti jira.
Abbaan hafuurummaa isaa Isra'eeliin hundeessuu irra darbee biyya lafa hanga adda Re'ee geessu irra teessu Arabootaa fi Filisxeemotaa gidduutti akka sodaatamtee turtu taasisee lafa kaa'eera.
Oromiyaan duraan biyya turte. Xoophiyaanonni adeemsa keessa Abisiniyummaan gara Oromiyaatti godaa+nuun lafa Oromoo weera+ran. Weera+ra kana booda Oromiyaaf Oromoo dhuunfatanii lafaaf mana isaa kiristinnaa kaasan. Maqaaf lafa iraa guutummaatti gara maqaa Amaa+raatti jijjiiran, kun soba kan jedhu Bekeleen Biqilaaf ragaadha. Finfinneen addis Abebeef ragaadha. Bishooftuun Debtezayitiif ragaadha. Adaamaan Naazireetiif ragaadha!
Warri kaabaa keesumaa Amaa+rri waan isaan Oromiyaa irratti taasisaa jiran kun waan Isra'eel Filisxeemotaa irratti taasisaa turteefi itti jirtun wal natti fakkaata. Jarri waan hunda Isra"eel irraa waraabbatu. Isa seenessa sobaa mootummaa Oromoo ofiin jedhu kana jala gugatanii Wallagga Bahaa fi Horro Guduruu wallaggaa, Shawaa kaabaa, Shawaa Kibba Lixaa, Shawaa Bahaa fi Walloo kesssatti akkanuma tarkaanfachiisaa jiru.
Booji'aa Caalii tiin | 0 |
| 7 | Xalayyichi Yihudotaaf gaaffii isaanii waggootaaf isaan rakkisaa ture kan dhugoomseef akkasumas humna kan isaanitti hore ta'ee argame. Bu'uura kanaan Yihudonni "Aliyah" isaanii isa jalqabaa taasisan. "Aliyah" jechuun akka Yihudotatti gara lafa kakuutti deebi'uu yookaan gara dachee kakatameetti deebi'uu jechuudha. Achi bara 1919 hanga 1930 gidduutti Yihudonni guutuu Addunyaarra jiran marsaa shaniif Yihudonni kuma dhibbootaan lakkaa'aaman guuramanii Filisxeemiin galan. Yihudonni kun maallaqa waan qabaniif lafoota bittaa Ingiliz jala jiran erga qabatanii, isa kan bitaa itti dabalataa isaaniin kan tajaajilu kominiitii Yihudotaa gadi dhaabuun dhaabbata daldalaa, naannolee jireenyaa, fi warshaawwan hojetaa kominitii Yihotaa dachee Filisxeemotaa irratti babal'isuu eegalan.
Egaa 1939 loll-i addunyaa 2ffaa eegaluun hanga 1945tti yeroo itti fufu, Yihudonni Awurooppaa irra jiraatan waraa-na Naaz!iitiin ara'atamni guddaan isaanirra gahe, kanumaan warri hafe waan argate hundaan lubbuu isaa bafachuun gara Filisxeem itti baqachuu eegalan. Silaa namni hangi kun gaafa achitti baqatu lafti dhiphachuurra kan ka'e walitti bu'insi uumamuun hin hafuuti Filisxeemotaa buleeyyii achi jiraatan waliin lafararatti, bishaan irratti, fikkfn irratti lol!a hamaa keessa galan. Yihudonni immoo rakkoon akka bismaaraa gadi tumamaa waan turaniif kun homaa isaaniif miti ciccimoodha. Isa dhiisii Ardii irra faca'anii yeroo turanuu dinagdee cimaa fi hariiroo hawwaasummaa cimaa qabu ture, erga walitti qabamanii immoo waan ta'u tilmaamuun nama hin dhibu. Achii koloneeff!attoota Ingiliz waliin ta'uun Filisxeemotaa ukkaams!uu, ajjee!suu fi qe'ee irra ari'uun qabeenya isaanii saam!uun of ijaaruufi of humneessuu itti fufan. Wayita waraa-na addunyaa 2ffaa immoo Yihudonni Ingiliz cina dhaabbachuun Jarmanii fi Xaaliyaanii waraa-nuuf tumsa waraa-na ijaaruu jedhuun eeyyama gaafatan, eeyyamnis kennamef, waraa+nas ijaaran. Boodarra lol-toonni kun Jarmanii fi Xaaliyaanii waraa-nuu dhiisee Filisxeemotaa buqq-isuu fi ajjee-suutti fuulleffatan. Waraa-nni kun warra akka milishaa Yihudotaa Haganaa, warra jedhamanidha. Gareen kun warra akka mismaarati. Waraa+na maqaan milishaa bakka bu'uyyuu miti. Baay'ee gara jabeeyyii warra rakkoof gidiraan qancarsee walitti qabedha. Isaan kun immoo warra humna ittisaa Isra'eel( IDF) ammaa hundeessanidha.
Waraa-nni addunyaa 2ffaa xumuramuu hordofee Ingiliziif Filisxeemotaa bulchuun salphaa hin turre. Ingiliz Yihudotaa fi Filisxeemotaa gidduutti wal hubannoo umuuf yaalii gootus garuu walitti bu'insichi walitti bul'insa abbaa qabiyyee fi qubattootaa waan tureef walitti bu'insichi walitti bul'isa biraa dhaluun isaa hin oolle. Gama lamaaniin gaaga'amni waan qaqqabeef 1947 Ingiliz dhimmichi humna ol waan itti ta'eef dhimmicha dhaabbati mootummooti gamtoon akka jaarsummaaf taa'u gara sanatti geessite. Dhaabbati mootummoota gamtoonis dhimmicha erga ilaaleen booda April 2,1947 murtee falmisiisaa Filisxeemotaa kan bakka lamatti qoodu murteesse. Murtee kanaan lafa ulaa galaanatti dhiyaatu Yihudotaaf yeroo kennu, lafa xiqqaa yihudotaan marfame Filisxeemotaaf akka kennamu taasise. Isra'eelis murtoo kana fudhattee abbaa biyyummaa yoo labsattu, gama biraan immoo Filisxeemotaati fi Araboonni murticha mormuun lol-a jalqabaa Lol-a Isra'eelii fi Arabootaa eegalchiisan. Lol-a kanaanis warri lixaa Isra'eeliin deggeruudhaan Isra'eel lafoota dabalataa lol-icha mootee qabatte. Lol-ichi akka carraatti ishee fayyadeeyyuu lafa guddaa qabachuun biyya guddoo taate. Asitti Filisxeemonni dogoggora seenaa ofirratti hojjetan, humna Arabaa abdatanii lol-a hin malletti galanii mo'aman. Isra'eel tumsa mootummoota gamtoomanii kana qabattee yeroo Ingilizoonni magaalaa Haifa gadhiisanii bahan may 14,1948 gamtaan dhaabbanni odeeffannoo Yihudotaa ifatti hundeeffama Isra'eel labse! Yaa'ii kana irratti immoo muummee ministeera Isra'eel kan ta'an David Ben Gurion hundeeffamuu Isra'eel raggaasisan! Tisiyonotaaf yaada warraaqsaa,kan fide, | 0 |
| 8 | Isra'eel lol!a Rooman Impaayer waliin geggeessiteen jaarraa 4ffaa keessa guutummaatti biyya ishee dhabuun diig!amtee facaatee turte. Yeroo kana hedduun nii ajjee!faman, nii bittinnaa'aan. Taateewwan kanaan booda Isra'eeloonni waggaa 1800 booda irra deebiin ijaaramuu danda'aniiru. Deebi'anii ijaaramuun isaanii garuu akka raajii yookan dinqiitti ilaala ture jiras.
Isra'eel biyyi ishee diig!amee uummati ishee biyyoota Awurooppaa dabalatee biyyoota hedduu keessa bittannaa'ee waggoota hedduuf jiraataa tureera. Yeroo biyya namaa keessa faca'anii jiraatan kana rakkoowwan hedduu kana hin jedhamnetu isaan irra gahaa ture. Haa ta'u malee sabni Isra'eel addunyaa irra faca'ee jiraatu kun barnootaa keessaayyuu saayinsii fi dinagdeedhaan gurguddoo turan. Akka salphaatti baqattummaaf harka kennanii hin jiraanne, nyaata irraa hafaa warra itti baqanii bu'atanii nyaatanii jiraachuu qofa hin eegganne. Utuu jibbamanii, dhiibamanii jabaatanii hojjetan. Maal godharee biyyoota itti baqatanii jiraatan kana keessatti Yihudonni hin jaallataman turan. Irra caalaa jaarraa 19ffaa fi 20ffaa keessa jibbinsi isaanii Awurooppaa fi biyyoota biroo keessatti babal'ataa ture. Jibbiinsi kun Yihudonni akka ajjee!faman, akka godaansifaman taasisaa tureera. Bal!aan kun akka isaan gara Ameerikaa , Jarman fi Arjentiinaatti baqatan isaan taasiseera. Yeroo bakka tokkoo gara bakka biraatti baqataniis nan nuffe hin jedhan jabaatanii hojjetu, wal jajjabeessu, wal barbaadanii foolii urgaa sabummaafi lamummaa wal fudhachiisu, ittiin wal qaru. Kun immmoo akka sabaatti isaan iticheera!
Kana gidduutti bara 1886 namni tokko warraaqsa kaasa. Innis Theodor Herzl jedhama. Theodor nama ogummaa akka waa barreessuu, gaazexeessummaa, fi Abakuttummaa qabu ture. Rakkoof gidiraa Yihudotaa kana irratti barruu ijoo taate tokko qopheesse. Barruu kanaan Yihudonni hundinuu lafa kakuu isaanii kan taate Filisxeemitti deebi'uun akka irra jiraachuu qaban, akkasumas Isra'eel akka biyyaatti deebitee ijaaramuun akka isheerra jiraatu qopheesse. Itti fufee "biyya namaatti salphannee jiraachuurra, biyya keenyarratti kabajamnee du'!utii qabna jechuun" xiiqii hamaa lammilee Yihudootaa keessa kaa'e. Kana qofaan hin dhaabne dhaabbata Odeeffannoo Yihidotaa guddaa Ostriyaa keessatti hundeesse. Barruun inni dura katabe immoo guutuu addunyaarratti rabsamuun isaa sochii Tsiyonota hundeessuu fi abbaa hafuuraa Isra'eelotaa hanga isa jechisiisutti geessiseera. (The father of Israel)
Jaarraan 19ffaa fi 20ffaa immoo yeroo bittaan kol-onii itti addunyaarratti dagaage ture. Haala kanatti fayyadamuun Yihudonni maallaqa qaban, biyyoota impeeriyaal ta'an maallaqaan daldalanii bakka kol-oneffatan irraa akka lafa isaanitti gurguranii daldaluun biyya Yihudii kan taate Isra'eeliin deebisanii hundeessuuf yaalii guddaa taasisan. Jalqabarratti Jarmanoota gaafatan, Jarman nii didde. Itti fufee warra isaan diig!e Otomanotan lafa Filisxeem qabattan irraa nuuf kenna maallaqa guddaa isiniif kafalla jedhan Otoman nii didan. Naannoo Ugandaatii lafa kol-onii Ingiliz jala ture, Ingiliziin maalaqa siif kafallaa nuuf kenni jennaan isheenis nii didde. Yihudonni yaaliiwwan kana hunda godhanii ijibaatani abdii hin kutanne ture.
Gidduutti waraa+nni addunyaa 1ffaa guungumee roobuu eegale. Yeroo kana loll-i addunyaa 1ffaa eegalamuu hordofee taateen wal hordofuu eegalte. Waraa+na kanaan Otomanonni mo'amanii lafa Filisxeemotaa Ingilizootaaf dhiisanii baqatan. Ingilizoonnis laficha bulchuu eegalan. Ammas Yihudonni itti fufanii lafa irratti Isra'eeliin hundeeffatan barbaaduu itti fufan. Kana gidduutti Ingilizoonni eeyyama seenaa Yihudotaa jijjiiree addunyaa har'aa kana isaan dhamdhamsiise kennaniif, (taateen kun bittaa maallaqaa of keessaa qaba). Yeroo sanatti itti gaafatamaa dhimma haajaa alaa Biritaaniyaa kan ture Lord Arthur Balfour mootiin Biritaaniyaa adeemsa Yihudonni biyya isaanii ijaarrachuuf taasisan akka deggeru fi ijaaramuu biyya Isra'eeliif gahee isaa akka bahatu xalayyaa kan barreesse yommuu ta'u, xalayyaan kun siyaasa baha giddu galeessaa yeroo jalqabaaf isa xumuraaf kan jijjiire ta'ee argame. | 0 |
| 9 | بدون متن... | 0 |
| 10 | #MAALTU_BEEKA?
Jaarsa qurxummii qabuun jireenya maatii isaa gaggeessu tokkotu ture. Markabni jalaa waan xuraa’eef, nama qalama dibutti bilbilee akka markabichi dibamuuf walii galan.
Namni qalama dibus dhufee osoo qalama dibaa jiruu uraa xiqqoo tokko karaa cina markabichaatti arge. Akkuma argeenis suphaa barbaachisuun qaawwaa sana duuchee, hojii dibuu isa waliif galanis xumure. Akka uraa markabichaa duuche garuu jaarsatti hin dubbanne. Kaffaltii dibuudhaaf waliif galan sana fudhatee karaa isaa irra bu’e.
Borumtaa isaa jaarsi dhimma biraa waan qabuuf, “Ijoollee koo! Egaa ani bor bakka biraan deema! Halkaniin ka’aatii deemaa qurxummii nuuf qabaa! Akkuma dur goonus gurguraatii maallaqa argattan baankii geessaa nuuf galchaa! Nagaan bulaa!” jedhee gara hirriba isaa deeme.
Akkuma jedhee tures, bariinaan, bakka dhimma isaa deemee, achi oolee gara galgalaa gara manaatti deemsa akkuma jalqabeen waa’ee ijoollee isaa yaaduutti ka’e. Gidduuttis, “Nan bade! Ijoollee koon galaafadhe! Maaltu na liqimsa?” jechaa ofumatti boo’uutti ka’e. Dafqa illee lamaaniin xuruursaa fiiga jaarsi! Edaa markabni isa harkatti urateera kaleessumtii isaa! Isa yaadate! “Reeffa ijoollee koo argadhaa laata?” jedha jaarsi sagalee ol kaasee, akka waan namni dhaga’u bira jiruutti!
Fiigee gaafa mana ga’u, ijoolleen isaa qurxummii hojjetanii Abbaa isaanii eegaa jiru. “Abbaa! Nuun immoo si eegaa jirraam! Qaama kee dhiqadhu! Uffata kees jijjiirradhu, nyaata nyaannaa!” jedhuun. Jaarsi fajajee dhaabbate! Itti dabalaniis “Qurxummiin akka har’aatti qabamtee hin beektu! Qarshii baay’ee galchinee dhufne!” jedhu fuula ifaadhaan. “Akkamittiin waanti kun ta’a? Markabni na harkatti uratee tureem! Anoo jiraa keessan miti du’aa keessanuu hin argadhu jechaan harganaa dhufee ijoollee koo!” jedhee osoo jaarsi hin xumurin, “Innoo suphameera! Situ suphe seene nutoo!?” jedhu. Jaarsis akka namtichi dibuudhaaf dhufe sun suphee deeme hubate!
Hatattamaanis namticha kaleessa qalama dibe sana barbaadee “Gaarummaan hammana ga’u maalidha? Dhumaatii na baraarte!” jedhee cheekii muree qarshii inni hin eegneen isa duroomse jedhama.
🌟 Argitee? Qaawwa markabaa duuchuun lubbuu namoota baay’ee baraara! Halkan silaa qaawwa hin argani-ni dhumu ture! Nama gargaaruuf wanta xiqqoo fi salphaa sitti fakaatu of-harkatti hin-tuffatin! Hojii gaarii xiqqoon imimmaan haadha-hiyyeessaa qoorsi! Isheen ati maanguddoo harka qabdee karaa irra buuste sun galaa jireenya kee isa ta’u, eebba si badhaasa ta’a! Maaltu beeka? Qarshiin 5 ati rakkataaf kennitu seenaa maatii guddaa jijjiira ta’a! Maaltu beeka? Qaawwa tokko duuchee lubbuu du’a oolche mitiiree? Kanaafuu, xinnaadha, guddaadha, firadha, alagaadha, osoo hin jedhin gaarummaa gochuu dandeessu tokko illee bira hin-darbin! Qaawwa argite gatii malee duuchii bira darbi! Gatii kee Rabbi irraa argatta! Gaarii gochuu kee ittuma fufi!
Heeraan Gameessaa Barakaa
🙏🙏🙏 | 0 |
| 11 | بدون متن... | 0 |
| 12 | Haati jihadis baga ayyaanni abbaa kee si galche jedhanii naasuuf gammachuu wallaalaa miila ilmasaanii irratti kufanii! Yoo isa ajjeefte anas na ajjeesi jedhanii? Ija isaanii galgalaaf ganama ilmasaaniif osoo boo'anii😭 Ja'amuuf kaate sanaan ija ilma isaanii keessa ilaalaa kadhatan😢
Achii booda rasaasicha lafatti dhukaasee anillee si dhiiseera dhiigni ilmaan hiyyeessaa gadi nammee biyya duunyaattis biyya aakirattis siyaa gaafatu jedhee harmee isaa wajjin gara godoo caccabduu kan bokkaan keessa yaa'u sanatti gale jedhan😭
Isinis warri har'a angoon qaba jettanii ilmaan haadha hiyyeessaa akkasumas jaarsa waggaa 60 hanga 80 ta'uu fi dargaggeessa wal adeemaa humnaan qabdanii lafa jarri hin barbaanne kanatti akka jarri aarsaa hin barbaachifne kaffalan godhaa jirtan. Gaaf tokko akka carraa yoo lubbuun hafan isin gaafachuu danda'u ykn ilmaan jiraatu isin gaafata har'uma itti yaada.
Himuun dura diduun itti aana gaabbiin booddeedha jetti harmeen koo gaafa mammaaktu!
Anis isiniif dhaameera diduu fi fudhachuun kan abbaati
Waanan isinitti dheeresseef na ofkolchaa isin jaaladha oromoo koo waan dubbiftaniif galatoomaa 🥰!
✍️ JL Waaqoo Shaafii | 0 |
| 13 | Dhaamsa milishootaa fi waraana impaayera itoophiyaa keessatti aarsaa hin barbaachifne kafalaa jirtan hundaaf fi ilmaan oromoo taatan hundaaf.
Impaayeratiin bara durirraa kaastee ilmaan oromoo humnaan qabdee kumaatamaan of jala hiriirsuudhaan ficcisiisaa turteetti hardhas kanumatti jirti!
Kanaaf abboota keenyaa fi obboloota keenyaan waa xiqqoo tokko jedhee xumuruun barbaada.
Warri bara hayilasillaasee kubur zaabanyaa ta'ee sirnicha faana hiriiree. Baalee fi Harargee akkasumas lafa garaagaraatti dhuman sun dargii hin argine! Seenaanis jara hin yaadanne! Amma yoonaa abbaa lafa tu biyya bulchaa jira se'u utuu carraa du'aa ka'uu argatu 'ta'ee🥲
Akkasumas warri dargii faana hiriiree. Lixa oromiyaa fi Baha oromiyaa akkasumas Kaaba biyyatti irraa hanga finfinneetti dhumaniis yaadigiin hin argine!
Kan yaadigiin faana hiriiree. Lixa oromiyaa fi Baadimee akkasumas Somaalee fi iddoo garagaraatti dhumanis biltsiginnaa hin argine!
Warri har'a bilxiginnaa faana hiriiree dirqamaanis fedhanis ta'u dhumaa jiru kunis hireema
warra sanaatu isa eeggata.
Anga yoonaatti milishaa ykn waraana impaayeratti kanaaf lubbuun darbee seenaan isa yaadate argames dhagahees hin beeku.
Isinis akkuma warra sirna dhufe darbe faana dhume sana hin ta'inaati isa bor dhufu arguu yoo barbaaddan. Callisaa ilmaan keessan guddifadhaa. Yoo carraa kana dhabdaan immoo lafa hin taanettiin hin duhinaa. Seenaa lafa kaawwadhaa wareegamaa darbaa. Akka bara baraan dhaloonni isin yaadatutti! Akka musxafaa huseen faa ta'aa🥰
Kaabinoonni garaaf jettanii ummata oromoo qe'eef qabeenya isaa irraa humnaan guurtanii waardiyyaa godhachuuf yaaltan sirni kunis guyyaan kunis ni darba gaabuuf jirtu itti yaada.
Naannoo keenya namicha jihaad jedhan tokko ilma haadha hiyyeessaa wayitu jira ture ilma tokkicha abbaan isaa irraa boqatee haadha qofatu isa guddise sana booda kaabinoonni bara sanaa fi bulchaan gandaa abbaatamam jedhamu tokkotu humnaan isa qabanii gara mooraa waraanaa dargiitti erguuf qopheessan!
Innis akkas jedheen maaliif ilmaan haadha hiyyeessaa fi nama hojii barbaachaaf qe'ee isaatii bahee dhama'u kan naannoo biraatii dhufe fi kan fira hin qabne qofa ergitaa yoo dhuguma biyyaaf ta'e obboleessa kee fi warra fira keetii faa maaliif hin ergitu jedheen?
Bulchaan gandaa sunis hhhhhhh😁 jedhe itti kolfee yoo duulichi isin warra ilmaan iyyeessaa bira darbe nutis ni dhufna jedhe laphee dhaata itti qoose jedhan!
Sana booda namni kunis deemee waggaa 7 duule. Guyyaa tokko naannoo. Ambootti lolli jabaan isa mudate hiriyoonni isaa baayyeen hin du'ani akkasumas baay'een hin booji'aman inni garuu meeshaa isa fudhatee miliqe sa'aatii muraasa booda dargi kobollolee jechuu dhaga'e!
sana booda naannoo. Shanan ykn Jibaat irraa ka'ee naannoo bakka dhalootaa isaatii miilaan deemee torban 1 booda gale! Achiin booda osoo deemee harmee isaa hin argiin balbala mana bulchaa sana jala taa'ee amma jarri ulaa banatanitti eege. Yeroo aati manaa balbala bantu shaa jedhee ol seene!
Abbaatamaam maal ammayyuu hin raftumoo dargiin kufeera hin dhageenyemoo isin jedhee afaan qawwee shariifoo qaruu isanirra kaa'ee😁
Abbantamam naa ajjeefta ilma koo adaraa abbaa kee adaraa haadha kee nadhiisi balleesseera yoomiin akkana se'e jedhanii kadhatan😅
Adaraa seeraa adaraa dargii hin jettu akkuma durii jedheenii dabaree isaa itti qoose innis😁 Jaarsis utuu ilaalanuu du'uun ni ulfaatti jedhanii gaabii fuularra buufatan jedhan!😁
Sana booda haati manaa bulchaa sana manni jaraa ollaa waan ta'eef fiigdee💃 Haadha jihaad bira dhaqxee banneerra banneerra nu qaqabaa jette gara manaatti deebite. Haati jihaadis duuka fiiganii dhaqan.
Yeroo isaan achi gahan ilmi isaanii kilaashii gurra jaarsicharra kaa'ee ajjeesuuf jedha. | 0 |
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
