3 480
مشترکین
-224 ساعت
-337 روز
-13930 روز
آرشیو پست ها
3 480
Yuunivarsiitiin Finfinnee hayyoota Yuunivarsitii torbaaf piroofeesarummaa guutuu kenne.
1. Piroofeesar Yoonaas Cebuudee (Orgaanikii Keemistiriitiin)
2. Piroofeesar Ahimad Mustafaa (keemistiriidhaan)
3. Piroofeesar Nuurillinyi Tafarraa (Keemikaal Injinariingiitiin)
4. Piroofeesar Ambisaa Qana’aa (Barnoota Waliigalaatiin)
5. Piroofeesara Fiqaad Gaashawu(fiiziksiidhaan)
6. Piroofeesar Abbabaawu Yiriggaa( Barnoota Olaanootiin)
7. Piroofeesar Taaddasee Bariisoo( Antiroopooloojiin)
@GAADDISA_SABAA2|JOIN GODHAA
3 480
Repost from FIXED MATCHES™
ODUU GAMMACHIISAA
Qarshii ni barbaaddu taanaan
dhibbaa dhibbatti dhugaadha shakkii tokko malee hojjedhaa
tartiiba armaan gadiitiin jalqabaa hojjedhaa
1ffaa, Link asii gadii kana tuqxu
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184
2ffaa, Start kan jedhu tuqxu.
3ffaa, chaanala Lamaan isinii dhufu @hulepay_official fi @hulepay_payment join gootu sana booda check isa jedhu tuqxu
itti aansuun 🙌መጋበዛ ሊንክ
Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe qarshii 1 isiniif kenna
Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan qarshii 10 yoo geessan💵ብር ወጪ
Isa jedhu tuqxanii lakkoofsa telebirr ittiin banattan itti galchitanii baafattu
👇👇linkii kanaan seenaa👇👇👇
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184
Hojii biraa argachuuf @Hojii_online join godhaa
Yaadaaf ykn gaaffiidhaaf karaa @Gaaffii_hojii_bot tiin nu dubbisuu dandeessu
3 480
Seenaa dulloota faranjiitiifi abjuu Atseewwanii mana barnootaatii raabsaa bahanii,barnoota raawwiin hujii duubaan hin jirre himaa bahanii,sirni barnootaa kufe jechuun sirna mitii xiinxalli.
ila
Manni barnootaa hedduun,joollee kitaaba baachisa malee,kitaaba San keessa waan jiru innuu hin beekuu xiinxalli,waraabbii biyyoota ormaatii budduuqsame malee,aadaafi safuu ufii kan beeksisuu mitii taajjabi, oduu malee hujii hin leenjisuu argi.
Ekaa
Kubbaa taphachuu,konkolaachisuu,qonnaafi daakkii bishaanii kitaabarraa himee,bishaanitti nama guuree, bishaan nama nyaataa jiraa argi,leenjisaan sun,waan leenjisaa jiru san irraa,wanti inni raawwiidhaan beeku tokkollee hin jiruu xiinxalli.
Jaaloo
Manni barnootaa,akka itti nama kuffisan osoo hin taane,akka itti nama kunuunsan,akka itti nama sobanii bira darban osoo hin taane,akka itti dhugaa dalaganii biyya guddisan,akka itti qormaata hatan osoo hin taane,akka itti qorannoon waan haaraa argatanii,ittiin nama leenjisuu qaban,barsiisuu qaba turee hubadhu.
Obbolaa
Gaafii biyya lafaa deebisuuf,yaada gaarii burqisiisuuf, hubannoo gaarii argamsiisuuf,samuu hiikuu malee, namicha danqaraa keessa deemaa bahe taayitaa itti kennanii,abjuu dargii akka abjaawu godhuu hin turree beeki.
Hey
Jara osoo ufiifuu hin galiniif,akka jedhan dhagahee, “warri osoo hin baratin,nu barsiistan galata qabdu”jedhu santu si oomishaa jiraa quba qabaadhu.
Hohohoo
“Jette haa jedhanii,tafkiin na koobaa jette”jedhan!
Eccc,achi qabi!
Namana
inni Rabbi Aangoo sitti kenne,Munaafiqni siyaasaa, munaafiqni jiruu,kutteefi kuftuun si biratti wal-gahuu jalqabnaan,kaffaltiin kee guddaa tahaa yeroon uf argi.
3 480
((ODUU GAMMACHIISAA))
Keellaa dhangaggoo dabalatee keellaaleen hawaasa keenya beelaaf gadadoof saaxilan kan jimaa hawaasa keenyaa gabayaa hanqisanii ooyrutti irratti hanbisan ka'uu isaaniitiin baga gammaddan baga gammanne.
Duraan duursee Rabbiin hawaasa keenya hurree rooba hin qabne tan guyyaan lafa dukkaneeysite agartuu hagooydee ijaan lafa arkuu daate keeysaa ifatti baase haa galatoomu.
Itti aansee Mootummaa fidaraalaatii fii oromiyaas dabalatee iyyansa keenya dhageeysanii saamicha hawaasa keenya irraa dhaabuu keeysaniif guddaa galatoomaa isiniin janna.
Akkasumaas Bulcituu G/H/B/Aadde Misqii Mohammed fii K/Magaalaa Maayaa Aadde Ifrahaa, jaallan keeysanii waliin dhiibbaa roga hundaan godhaa turtaniif guddifnee isin galatoomfanna.
Jaallan keellaan kun akka hawaasa keenya irraa ka'uuf wajjiin qabsaawaa turreefii wajjiin qabsaawuuf ammallee sochii gubbatti waliin argamnu hundi keeysanuu galatoomaa baga qabsoon teeysan bikka argattee qabsoo lammaffaa irraa isin hambifteen isiniin ja'a!
Mootummaan ummata dhageeyfachaa deemuun dansaadha, baga nu dhageeysan.
Irra deebinee galatoomaa isiniin janna!
Gabayaas akka sirreeysitan abdiin isin eegganna.
Galatoomaa
Gad'qabaa namaa ol'qabaa Rabbii taate dubbiinii.... ja'e warri waa ja'u.
Via;-Ustaz Anas Mohammed
3 480
((ODUU GAMMACHIISAA))
Keellaa dhangaggoo dabalatee keellaaleen hawaasa keenya beelaaf gadadoof saaxilan kan jimaa hawaasa keenyaa gabayaa hanqisanii ooyrutti irratti hanbisan ka'uu isaaniitiin baga gammaddan baga gammanne.
👇👇👇👇👇👇👇👇
3 480
Hordoftoonni amantaa piroteestaantii daandii irratti lallaban tokko tokko muslimoonni nagaadhaan akka hin sochoone gochaa jiru
👇👇👇👇👇
Naannoo Jiddugaleessaa Itiyoophiyaa godina Hadiyyaa magaalaa Hoosa'anaatti hordoftoonni amantaa piroteestaantii daandii irratti amantaa isaanii lallaban manguddoo muslima ta'e tokkotti daandii cufuun dirqamsiisanii haleellaa isaan irratti raawwachuun ibsameera.
Godinicha dabalatee bakkoota biroo heddutti muslimoonni azaana (waamicha gara salaataatti) akka hin goone dhorkuu dabalatee haleellaan biroo isaan irratti raawwatamaa kan tureefi jiru yoo ta'u yeroo muslimoonni daandii irra deeman daandii itti cufuun humnaan qabanii dhiibbaa irraan ga'aa jiraachuu jiraattoonni godinichaa himaniiru jechuun Harun Media'n gabaaseera.
Namni kamuu mirga amantaa fedhe hordofuufi nagaan bakkaa bakkatti sochoo'uu ni qaba. Mirgi kun ammoo heera mootummaatiinis kan kabajameefiidha.
Garuu gochi akkanaa kan hordoftoonni amantichaa dirqamaan daandii irratti nama qabuun itti lallabuufi dhiibbaa biroof saaxiluu yeroodhaa gara yerootti babal'ataa kan dhufe yoo ta'u gama mootummaatiin mirga lammiilee kabajachiisuuf ejjannoon hanga ammaatti fudhatame hin jiru.
Nu hordofaa

Waan Raajii...Lakkuu 9 deesse!🤷
Hojiin Waaqayyoo dinqiidhaam!
Dubartiin kun Waggaa 25 dhala malee turte,garuu yemmuu Waaqayyo yaadatu Al takkaan daa'ima sagal argatte! Nama dhiba Hojiin Uumaa! Nagaan haa guddataniif🥰
Maddi~ Iconic Africa
@GAADDISA_SABAA2|JOIN GODHAA
3 480
Dhimmi Turkiitti ta'e akkamiin dubbii ijoo adduunyaa ta'uu danda'e?
Turkoonni biyya yookaan magaalaa lolaanii injifannoon qabatan keessatti guyyaa salaata Juma'aa imaamni (mukaxxibni) sey*fii qabatee minbara irratti ol ba'uun kuxbaa gochuun aadaa isaanii (Usmaaniyyaa) ti.
Juma'aa dheengaddaa irratti imaamni masjiida guddichaafi seena qabeessaa Ayaa Soofiyaa kan magaalaa Istaanbulitti argamuu Sheyik Alii Erbaas sey*fii seena qabeessa kan Mootummaa Usmaaniyyaa (Ottoman Empire) irraa osoo daddarbuu har'a ga'e qabatanii kuxbaa gochuuf miinbara irratti ol ba'an.
Wanti ijoo dubbii ta'e ammoo haala isaan say*fii kana itti qabataniidha. Akka aadaa isaaniitti yeroo nageenyi jiru say*fii kana meeshaa inni keessa taa'u waliin kan qabatan yoo ta'u yeroon isaan man'ee isaa keessaa baasanii/luqqisanii kuxbaa irratti qabatanis ni jira. Kun kan ta'u (kan isaan say*fii mannee isaa keessaa baasanii qabatan) yeroo nageenyi hin jirretti.
Imaamni masjiida seena qabeessa kanaa Sheyik Aliin kana kan godhan sababa lammiilee Filisxiin weerara Israa'eliin miidhamaa jiraniif ture.
Booda suuraafi vidiyooleen taatee masjiidichatti ta'e mul'isan miidiyaalee hawaasaa garaa garaa irratti ijoo dubbii ta'aniiru. Namoonni hedduun inumaa akka waan Sheyikichi lola labseetti waliif qoodaa kan jiran yoo ta'u dhugaan jiru garuu kun aadaa lammiilee Turkii dur irraa eegalee jiru ta'uu isaati.
#turkey
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 