fa
Feedback
Mindset Study

Mindset Study

رفتن به کانال در Telegram
3 511
مشترکین
-524 ساعت
-227 روز
-13830 روز
آرشیو پست ها
Remedial schedule
Remedial schedule

#Update #Kutaa12ffaa #NationalExam ⚠️ Xiyyeeffannoo Barattoota Kutaa 12ffaaf: Shaakalli Qormaata Bikaalessaa (CBT) Jalqabeera! Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa qophii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 milkeessuuf qormaata shaakalaa (Mock Exam) karaa interneetii gadhiiseera. Barattoonni Caamsaa 7/2018 irraa kaasee hanga guyyaa qormaataatti shaakaluu ni danda'u. Haala Seensaa (Login Details): 👤 «Username» :- "Admission Number" kaardii keessan irratti argamu galchaa. 🔑 «Password» :- "1234" galchaa. (Admission Number manneen barnootaa keessan irraa argachuu dandeessu.) 🌐 Liinkii Naannolee fi Bulchiinsa Magaalotaa: Barattoonni naannoo keessan irratti hundaa’uun liinkiiwwan armaan gadii kanaan seenaa shaakalaa: 🔗 exam1.ethernet.edu.et Oromiyaa 💻 Koompiitara, Laapiitooppii, Taableetii ykn Bilbila keessaniin internet fayyadamuun qormaata kana shaakalaa! Barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatan hundaaf share taasisaa! @AbdiiSabaa_Barnootal

Guyyaan Qormaata Kutaa 12ffaa Ifoomeera. Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa qormaata xumura barnoota sadarkaa lammaf
Guyyaan Qormaata Kutaa 12ffaa Ifoomeera. Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa qormaata xumura barnoota sadarkaa lammaffaa (kutaa 12ffaa) Waxabajjii 24 hanga Adoolessa 17, 2018 A.L.I. tti akka kennamu beeksiseera. Gama biraatiin, qormaatni biyyoolessaa sagantaa Rimiidiyaalaa Caamsaa 17 hanga Caamsaa 20, 2018 A.L.I. (guyyaan Caamsaa 19 Iid Al-Adhaadha) kan kennamu yoo ta'u, qormaatni ba’umsaa barnoota digrii jalqabaa (Exit Exam) immoo Waxabajjii 2 hanga Waxabajjii 12, 2018 A.L.I. tti ni gaggeeffama. Dabalataan, qormaatni seensaa barnoota digrii lammaffaa fi isaa ol (NGAT) Adoolessa 29 hanga Adoolessa 30, 2018 A.L.I. tti akka gaggeeffamu ibsameera @AbdiiSabaa_Barnoota

የ12ኛ ክፍል ፈተና የሚሰጥበት ቀን ይፋ ሆነ። የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሠርተፊኬት (12ኛ ክፍል ፈተና) ከሰኔ 24 እስከ ሃምሌ 17 ቀን 2018 ዓ/ም ድረስ እንደሚሰጥ የትምህርት ምዘና
+1
የ12ኛ ክፍል ፈተና የሚሰጥበት ቀን ይፋ ሆነ። የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሠርተፊኬት (12ኛ ክፍል ፈተና) ከሰኔ 24 እስከ ሃምሌ 17 ቀን 2018 ዓ/ም ድረስ እንደሚሰጥ የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት አሳውቋል። በሌላ በኩል፦ - የሬሜዲያል ፕሮግራም ሀገር አቀፍ ፈተና ከግንቦት 17 እስከ ግንቦት 20 ቀን 2018 ዓ/ም - የቅድመ ምረቃ ትምህርት መውጫ ፈተና ከሰኔ 2 እስከ ሰኔ 12 ቀን 2018 ዓ/ም - የድህረ ምረቃ ትምህርት መግቢያ ፈተና (NGAT) ከሃምሌ 29 እስከ ሃምሌ 30 ቀን 2018 ዓ/ም - የመሰረታዊ የንባብና የስሌት ክህሎት ምዘና ጥናትና ምርምር መረጃ መሰብሰብ ከሚያዚያ 26 እስከ ግንቦት 7 ቀን 2018 ዓ/ም ትምህርት ሚኒስቴር 💠 🔴ተጨማሪ ትምህርታዊ መረጃ ለማግኘት ቻናላችን ይቀላቀሉ ✈️https://t.me/Tmhrt_Minister ✈️https://t.me/Tmhrt_Minister

Bakka network hin jirretti qormaanni hin kennamu; yoo kun hin milkoofne, karoora bakka bu’aa (backup plan) ni qabna jedhan. I
Bakka network hin jirretti qormaanni hin kennamu; yoo kun hin milkoofne, karoora bakka bu’aa (backup plan) ni qabna jedhan. Information gahaa tahe argachuuf https://t.me/Educational_Entertainment join godhaa!

Ministeerri Barnootaa, Birhanu Nega, deebii kennaniin, “Yaaddoon isin qabdan nutis ni qabna” jechuun, gareen biyyaalessaa tor
Ministeerri Barnootaa, Birhanu Nega, deebii kennaniin, “Yaaddoon isin qabdan nutis ni qabna” jechuun, gareen biyyaalessaa torban torbaniin hordofamu hundaa’eera jedhan. Akkasumas, Tele, Humna Ibsaa fi INSA waliin hojjetamaa jira jedhan. Deebii isaanii keessatti, “Dhiibbaa guddaa ni qabaata jechuun hin amannu” jechuun, “Kompiitara 122,000 qopheessineerra” jedhan. Barattoonni tokko tokko bilbila harkaa isaanii irratti shaakala qormaataa jalqabaniiru. Akkasumas, bakka network hin jirretti, shaakala ji’a tokko ykn lamaaf ni kennama jedhan. “Qormaanni dura ji’oota lamaaf qormaanni shaakalaa ni kennama,” jechuun, barattoonni hundi kompiitara waliin akka baratan ni taasifama jedhan. Akkasumas, Daarektarri Olaanaa Tajaajila Madaallii fi Qormaata Barnootaa, Doktar Esheetuu Kabbadaa, rakkoo ibsaa fi network ilaalchisee dhaabbilee waliin hojjetamaa jira jedhan. Qormaanni marsaa 6n akka kennamu karoorfameera. Itti fufa ......! https://t.me/Educational_Entertainment join godhaa

Gabaasa kana kan dhiyeessan itti gaafatamaa hojii olaanaa damee tarsiimoo Ministeerichaa, Obbo Esheetuu Gelayee, “Qormaanni k
Gabaasa kana kan dhiyeessan itti gaafatamaa hojii olaanaa damee tarsiimoo Ministeerichaa, Obbo Esheetuu Gelayee, “Qormaanni kutaa 12ffaa bara 2018 A.L.I 100% interneetiin akka kennamu waliigalteen irra gahameera” jedhan. Manneen barnootaa 4,047 keessatti, manneen barnootaa idil-addunyaa dabalatee, naannolee 15, zoonoota 148 fi aanaalee 1,074 keessatti barattoonni 503,203 (idilee) fi 51,762 (irra deebii) galmaa’aniiru jedhan. Haa ta’u malee, qormaanni guutummaatti interneetiin akka kennamu jedhu kun yaaddoo guddaa uumeera. Pirezidaantiin Koree Dhaabbataa, Doktar Naggarii Lenchoo, “Aanaalee keessatti humni ibsaa yeroo dheeraa addaan citu, fi network hin jirre ni jiru. Qophiin barbaachisaa guutameera?” jechuun gaafataniiru. Akkasumas, miseensi koree, Obbo Taaddasaa Geetuu, “Manneen barnootaa bu’uuraalee ibsaa, kompiitaraa fi network hin guunne keessatti qoraman irratti dhiibbaa hamaa guddaa ni jiraata; maal furmaanni jira?” jechuun gaafatan. Itti fufa....! https://t.me/Educational_Entertainment join godhaa

#Grade12 #NationalExam “Qormaanni kutaa 12ffaa bara 2018 A.L.I guutummaatti karaa online akka kennamuuf mootummaa naannolee w
#Grade12 #NationalExam “Qormaanni kutaa 12ffaa bara 2018 A.L.I guutummaatti karaa online akka kennamuuf mootummaa naannolee waliin waliigaltee irra gahameera” - Ministeera Barnootaa ➡️ “Barattoonni manneen barnootaa bu’uuraalee misoomaa hin guunne keessatti qoraman irratti dhiibbaa hamaa akka hin geessisneef maal furmaanni kaa’ameera?” - Koree Dhaabbataa ⚫️ “Dhiibbaa ‘guddaa’ akka qabaatu amantaa hin qabnu” - Ministeera Barnootaa Birhanu Nega Ministeerri Barnootaa qormaata kutaa 12ffaa bara 2018 A.L.I “guutummaatti interneetiin” akka kennu beeksiseera. Haa ta’u malee, manneen barnootaa bu’uuraalee misoomaa hin guunne keessatti qoraman irratti dhiibbaa akka hin geessisneef Koreen Dhaabbataa gaaffii furmaataa kaaseera. Kunis yeroo gabaasni ji’oota sagalii Ministeera Barnootaa mana maree bakka bu’oota uummataatti, Koree Dhaabbataa misooma qabeenya namaa, hojii fi teknolojiif dhiyaate ture. Itti fufa.....! Informationa dabalataa battalatti argachuuf https://t.me/Educational_Entertainment join godhaa!

Repost from Mindset Study
dear viewers as it is known "YouTube channel" |Educational_Entertainment| on the national examination for the academic year |1995-2015| We promise to prepare all the questions chapter by chapter! based on this we have #ENTRANCE_EXAM_FROM |1995-2015| ON #BIOLOGY_GRADE_12_UNIT-3 We have made a short video for you! Today we have posted the amazing #part_4 so please Subscribe to our YouTube channel! #Thank you! https://www.youtube.com/@Obsii01 ውድ ተመልካቾች እንደሚታወቀው "ዩቲዩብ ቻናል" |ትምህርታዊ_መዝናኛ| በብሔራዊ ፈተና ለትምህርት ዘመን |1995-2015| ሁሉንም ጥያቄዎች በምዕራፍ ለማዘጋጀት ቃል እንገባለን! በዚህ መሰረት # ENTRANCE_EXAM_FROM |1995-2015| አለን። በ #BIOLOGY_GRADE_12_UNIT-3 ላይ አጭር ቪዲዮ ሠርተናል! ዛሬ አስደናቂውን # ክፍል_4 ፖስት ስላደረግን የዩቲዩብ ቻናላችንን ሰብስክራይብ ያድርጉ! #አመሰግናለሁ! https://www.youtube.com/@Obsii01 kabajamtootaafi jaalatamtoota daawwattoota keenya akkuma beekkamu "YouTube channel" |Educational_Entertainment| irratti qormaata biyyooleessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa |1995-2015| tti gaafiilee jiran hunda boqonna boqonnaan qindeessee isiniif qopheessuuf waadaa isiniif galuun keenya ni yaadatama! kana bu'uura godhachuun nutiis #ENTRANCE_EXAM_FROM |1995-2015| ON #BIOLOGY_GRADE_12_UNIT-3 Video gabaabduu takka isiniif hojjachuuf keenya ni yaadatama! Har'a immoo bifa ajaa’iba ta’een #part_4 isiniif maxxansinee jirra kanaafuu deemaa YouTube keenya Subscribe gidhaa daawwadhaa isiniin janna! #Galatoomaa! https://www.youtube.com/@Obsii01

Repost from Mindset Study
dear viewers as it is known "YouTube channel" |Educational_Entertainment| on the national examination for the academic year |1995-2015| We promise to prepare all the questions chapter by chapter! based on this we have #ENTRANCE_EXAM_FROM |1995-2015| ON #BIOLOGY_GRADE_12_UNIT-3 We have made a short video for you! Today we have posted the amazing #part_4 so please Subscribe to our YouTube channel! #Thank you! https://www.youtube.com/@Educational_Entertainment1 ውድ ተመልካቾች እንደሚታወቀው "ዩቲዩብ ቻናል" |ትምህርታዊ_መዝናኛ| በብሔራዊ ፈተና ለትምህርት ዘመን |1995-2015| ሁሉንም ጥያቄዎች በምዕራፍ ለማዘጋጀት ቃል እንገባለን! በዚህ መሰረት # ENTRANCE_EXAM_FROM |1995-2015| አለን። በ #BIOLOGY_GRADE_12_UNIT-3 ላይ አጭር ቪዲዮ ሠርተናል! ዛሬ አስደናቂውን # ክፍል_4 ፖስት ስላደረግን የዩቲዩብ ቻናላችንን ሰብስክራይብ ያድርጉ! #አመሰግናለሁ! https://www.youtube.com/@Educational_Entertainment1 kabajamtootaafi jaalatamtoota daawwattoota keenya akkuma beekkamu "YouTube channel" |Educational_Entertainment| irratti qormaata biyyooleessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa |1995-2015| tti gaafiilee jiran hunda boqonna boqonnaan qindeessee isiniif qopheessuuf waadaa isiniif galuun keenya ni yaadatama! kana bu'uura godhachuun nutiis #ENTRANCE_EXAM_FROM |1995-2015| ON #BIOLOGY_GRADE_12_UNIT-3 Video gabaabduu takka isiniif hojjachuuf keenya ni yaadatama! Har'a immoo bifa ajaa’iba ta’een #part_4 isiniif maxxansinee jirra kanaafuu deemaa YouTube keenya Subscribe gidhaa daawwadhaa isiniin janna! #Galatoomaa! https://www.youtube.com/@Educational_Entertainment1

Qabxiin Sagantaa Sirreeffamaa Ifoomeera Ministeerri Barnootaa bara barnootaa 2018 Yuunivarsiitiiwwan Mootummaatti Saayinsii U
+1
Qabxiin Sagantaa Sirreeffamaa Ifoomeera Ministeerri Barnootaa bara barnootaa 2018 Yuunivarsiitiiwwan Mootummaatti Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaatiin barattoonni qabxii 49.5% gadi fidan, garuu kanneen ulaagaalee armaan gadii guutan sagantaa reemeediyaalii barachuu danda'u jedheera; 1. Dhaabbilee Mootummaa fi dhuunfaatti sagantaa reemeediyaaliin barachuuf akkaataa baay'ina gosoota barnoota qoramaniitti 33% fi isaa ol fiduu. 1. Kun akkuma jirutti tahee garummoo Yuunivarsitii mootummatti kan baratan warra qabxii arman gadii fidan qofa. ✓ Dhiiraaf Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaatiin 216 ✓ Shamarraniif Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasatiin 204 • Naannolee guddataa jiran fi horsiisee bultotaaf Saayinsii Uumamaa fi Hawaasaatiin saala lamaanuu - 198 • Kanneen dhaga'uu hin dandeenyeef Saayinsii Uumamaa fi Hawaasaatiin saala lamaanuu - 198 • Kanneen ijaan arguu hin dandeenyeef Saayinsii Uumamaa fi Hawaasaatiin saala lamaanuu - 165 Join:- https://t.me/Educational_Entertainment

Repost from ABDII SABAA
Ministeerri Barnoota qormaata kutaa 12ffaan walqabachuun ibsa kenne. Bara kana barattoonni dhibbeentaan 8.4 darbuu kan beeksi
+1
Ministeerri Barnoota qormaata kutaa 12ffaan walqabachuun ibsa kenne. Bara kana barattoonni dhibbeentaan 8.4 darbuu kan beeksise ministeerichi barri kun isa bara darbeerra fooyya’aa ta’uu ibseera. Naannoowwan lakkoofsaan barattoota hedduu dabarsa walduraa duubaan Finfinnee, Naannoo Harari fi Naannoo Amaaraadha jedhameera. Bara kana barnoota saayinsii uumaafi naannoon Oromiyaan qabxii olaanaa galmeessiteetti. Bifuma kanaanis: Mana barnootaa Ifa Boruu Dodolaa Dhiiraan qabxii 591 saayinsii Uumamaan tokkoffaa. Mana Barbootaa Boordiingii Amboo Dhiiraan 562 Saayinsii uumamaan galmaa’eera. Walumaa galatti Oromiyaatti barattoonni 11,651 qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa milkaa’aniiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

Data Lakkoofsaa qoramtota kutaa 12ffaa Statistics 📊 🎓 Qormatota: 575,635 ✅ 50% ol wara fidan: 48,929 ❌ 50% gad wara fidan:
Data Lakkoofsaa qoramtota kutaa 12ffaa Statistics 📊 🎓 Qormatota: 575,635 ✅ 50% ol wara fidan: 48,929 ❌ 50% gad wara fidan: 526,706

Repost from ABDII SABAA
#kutaa_12ffaa Qabxii olaanaan bara kanaa saayinsii uumamaa Dhiira 591/600 Dodolaa Ifa Boruu irra Dubara 579/600 finfinnee Bisraata Gabriel #ADS 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://otieu.com/4/8938642 https://otieu.com/4/8938642 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

Repost from ABDII SABAA
#kutaa_12ffaa Oromiyaatti bara kana barattoonni 11651 darbaniiru. #ADS 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://otieu.com/4/8938642 https://otieu.com/4/8938642 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

Repost from ABDII SABAA
#kutaa_12ffaa Barattoonni saayinsii uumamaa 11.4% bara kana darbaniiru saayinsiin hawaasaa kan darban 5.3% , Akka biyyaatti 8.4% 50% ol fiduun darbaniiru. Wail gala barattoonni 48,929 darbaniiru. #ADS 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://otieu.com/4/8938642 https://otieu.com/4/8938642 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

Bu'aan Qormaata kutaa 12ffaa 2017 guyyaa boruu sa'aatii booda akka ifoomu ministeerri Barnootaa ifoomsanii jiru, Akkuma bu'aan qormaataa ifoomeen kan isin beeksifnu taha hangasitti barattoonni keenya obsaan eegaa isiniin janna! Guyyaa boruu Yeroo bu'aan Qormaata gadhiifametti networkiin biizii tahee isin rakkisuu waan dandahuuf code keeysaniifi first name keeysan @EResult2017 irratti yoo ergattan salphatti isiniif laaluu dandeenya. Hubachiisa:- 1:- Bu'aan qormaataa keessan dhuunfaadhaan karaa keessaatiin isiniif ergama namni tokko bu'aa keessan arguu hin danda'u. 2:- bu'aan keessan isiniif ergamuuf dirqama chaanaala kana join godhuu qabdu, akkasumas YouTube keenya Subscribe godhuu qabdu! YouTube channel kana subscribe godhaa:- https://www.youtube.com/@Obsii01 Chaanaala kana join godhaa:- https://t.me/Educational_Entertainment

Repost from ABDII SABAA
Oduu Ammee Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara
Oduu Ammee Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 boru ifooma. Qabxicha ilaalchisee boru waaree booda sa'aatii 10:00: eegalee ibsi kan kennamu ta'uu Ministeerri Barnootaa himeera. #ADS 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://otieu.com/4/8938642 https://otieu.com/4/8938642 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

Asoosama gabaabaa Bu'aa ba'ii Kutaa 1ffaa Yeroon isaa ganna ture finfinnee bal'oo keessa osoo oliif gadi deemtuu roobni cimaan tokko dhufe. Dinqituun dhiyeenya walloodhaa dhufte finfinnee keessa baay'ees hin beektu; dibaabellee of harkaan qabdu asif achi ilaalte bakka deemtu dhabde naatee waaqa asii ol ilaalte. dukkanaa'eeras waan ta'eef osoo achii ijashee deebisaa jirtuu tasa nama argite. namni kun dargaggeessa hojii eleektirikaa hojjetu ture. Yeroo kanas mukarratti ol ba'ee dalagaasaa osoo dalagaa jiruuti kan roobni akka tasaa roobee jennaa achi irraa bu'aa jira. dinqituunis haga inni achi irraa bu'utti ijashee irraan kaafanne ture. akkuma bu'een itti dhiyaattee akka qufa'uu taatee eenyu obboleessoo iddoon itti rooba kana caamfannu jiraa? Yoo jettu Ibsaan baayyee na'e hin agarreen ture duubarraan turte itti gara galee yogguu ishee ilaalu intala geessuu magaala shurrubbaan ishee gabaabaa luuccaa rooban tortoree irra gad ciise argee akkuma na'etti na hordofi jedheenii dursee fiigaa adeeme, dinqituunis peestaala harkatti baattee jirtu qabattee isa duuba fiiguu jalqabde. osuma fiiganii mana bunaa tokko seenan " noori Ibsa oluma" jetteen haati mana bunaa sun. Taa'i taa'i jedhee olseenee koottu jedheen dinqituudhaan, isheenis sodaachaa ol seentee erga teesseen booda kirkiruu jalqabde. huccuun ishee haphii waan tureef baayyee tortoreera. kana kan hubate ibsaan nyaaran hadha mana bunichaatti haasa'e. sana booda fuutenii gara kutaa ittaanutti dabartee, shinshinii bareedaa tokko itti uffistee rifeensashee sirreessiteefii, dibata dibdeefii "koottu achi dabarraa" jetteen gaafa gad ba'an ibsaan ijasaa irraa buqqisuun dandeenye. harkasaa boquurra godhatee daqiiqaaleedhaaf ilaalen isheenis naatee ilaalaa turte. kana gidduutti taa'ikaa bunan siif buusa jetteen haati mana bunichaa Aadde Raggaatun to..to..tole jettee teesse bunni lameenifuu bu'ee dhuganii sinii ishee harkaa fuudhee deebisee maqaan koo ibsaa jedhama kan kee hoo jedhee yeroo gaafatu hati mana bunaa naatee ol jettee isaan ilaalte..... Itti fufa.. Barreessituun Seenaa Asaffaa.