cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Tokkummaa arabiya mejlis💋

نمایش بیشتر
أثيوبيا10 283زبان مشخص نشده استزبان‌شناسی14 813
پست‌های تبلیغاتی
215
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
-630 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

ዘመናዊና  ምቹ አረብያን መጅሊስ በቶኩማ ሾፒ ዉስጥ ይገኛል MODERN AND COMFORTABLE ARABIA MEDJELIS FOUND AT TOKUMA SHOP ADDIS ABABA Tokkummaa harabiya mejlis telegram 0947343831 https://t.me/+FrJyAQM8BJQyMzE0
نمایش همه...
ዘመናዊና  ምቹ አረብያን መጅሊስ በቶኩማ ሾፒ ዉስጥ ይገኛል MODERN AND COMFORTABLE ARABIA MEDJELIS FOUND AT TOKUMA SHOP ADDIS ABABA Tokkummaa harabiya mejlis telegram 0947343831 https://t.me/+FrJyAQM8BJQyMzE0
نمایش همه...
Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
Majilisa 👌Golgaa (magarajaa) 👌Minxaafi Yoobarbaaddan   -Tokkummaa harabiya mejlis     Nubiraa argattuu Nuufbilbila          Phone 📱  09 47 34 38 31                            09  04 57 72 72                       join; https://t.me/+FrJyAQM8BJQyMzE0               
نمایش همه...
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
Majilisa 👌Golgaa (magarajaa) 👌Minxaafi Yoobarbaaddan   -Tokkummaa harabiya mejlis     Nubiraa argattuu Nuufbilbila          Phone 📱  09 47 34 38 31                            09  04 57 72 72                       join; https://t.me/+FrJyAQM8BJQyMzE0               
نمایش همه...
■ There are many things that prevent you from achieving success in Life. Some of these are listed below. ➲ Lack of interest. ➲ Fear of failure. ➲ Giving space to the words of others, crumbling backwards. ➲ Lack of self-confidence. ➲ Ignorance of one's own abilities and strengths. ➲ Lack of vision. ➲ Living without purpose. ➲ Lack of commitment. ➲ Plan by looking at someone and following someone else’s path. ➲ Disappointment. ➲ Being satisfied with the little things. ➲ Fear of. ➲ Self-deprecation. ➲ Fear of sacrifice. ➲ Ignorance of the reality of life and the world. These are the things that build a wall between a person and his success so that he does not succeed. People who break this wall succeed and find a beautiful life. And those who surrendered while in place he stays on the road before he reaches his intention. ➥ Determination and strength for one's goals, overcoming these obstacles makes one successful.
نمایش همه...
👍 1
■ Wantoonni milkaa'inaJireenyaa gonfachuu irraa nama ittisan hedduutu jiru. Kanneen keessaa muraasni kan armaan gadiiti. ➲ Fedhii dhabuu. ➲ Kufaatii sodaachuu. ➲ Jecha namaaf iddoo kennuun, duubatti mucucaachuu. ➲ Ofitti amanamummaa dhabuu. ➲ Dandeettii fi humna ofii wallaaluu. ➲ Mul'ata dhabuu. ➲ Kaayyoo malee jiraachuu. ➲ Kutannoo dhabuu. ➲ Nama ilaalanii karoorsuu fi karaa nama biraa hordofuu. ➲ Abdii kutuu. ➲ Waan xixiqqootti quufuu. ➲ Sodaachuu. ➲ Of tuffachuu. ➲ Wareegama kanfaluu sodaachuu. ➲ Dhugaa jireenyaa fi addunyaa wallaaluu. Wantoonni kunniin namni akka hin milkoofneef namaa fi milkaa'ina isaa gidduutti dallaa warra ijaaranidha. Namoota dallaa kana cabsantu milkaa'ee jiruu bareedaa arga. Warri harka laate immoo osoo iddoo yaade hin gahin karaatti hafa. ➥ Kaayyoo ofiif kutannoo fi jabina godhatanii, gufuu kanneen irra tarkaanfachuun nama milkeessa.
نمایش همه...
Wantoota 12 Yaadachuu Qabnu ═══════════ ➲ Kan darbe jijjiiramuu hin danda'u. ➲ Yaadni dhugaa kee hin ibsu. ➲ Imalli nama hundaa adda adda. ➲ Yeroo hunda wantootni yeroon darbaa deemuun ni fooyya'u. ➲ Murtiin amala namaa himuudha. ➲ Garmalee yaaduun gaddatti nama geessa. ➲ Gammachuun keessaa argama ➲ Yaadni gaariin waan gaarii uuma. ➲ Kolfi namatti daddarba. ➲ Gaarummaan bilisa. ➲ Kan kuftu yoo dhiiste qofa. ➲ Wanti naanna'u naannoo dhufa.
نمایش همه...
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
Tokkummaa harabiya mejlis haala Ajayiba ta'een gatii madaalawaa Ta'een majilisa isniiqopheesinee Jirraa nooraa irraa basha'aa! Tokkummaa harabiya mejlis State Wonderfully affordable We arranged a majlis for you Have fun from the nora! Call📞 📲 0947343831                   0904577272 Join https://t.me/+FrJyAQM8BJQyMzE0
نمایش همه...
👍 2
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable