cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

ONNACHIIFTUU!

Channel keenya kana Join fi share yoo gootan waantota gadii kana argattu: ☛Jechoota Onnachiisoo, ☛Jechoota Jaalalaa, ☛Walaloowwan mi'eessoo, ☛Baacoowwan Bohaarsoo, ☛Barannoo Teknooloojii, ☛Jechoota Gufuu Jireenyaa Cabsanii fi kkf nu waliin hirmaadhaa.

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
2 279
مشترکین
-124 ساعت
-47 روز
-4730 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
Namni kamiyyuu miira qaba, miira isaammoo dubbannaan ibsata kanaaf waan miirefffatte haasawwaan ibsii. Of jaalladhu Gaafa of jaallattu of kununsita , gaafa of kununsitu jaalala kee haaromsita.👇👇👌 https://sinanor.com/2024/05/29/the-right-love-is-given-by-god/
نمایش همه...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
“Badhaadhina qabeenyaa caala;badhaadhina sammuu tiif dhama’i!”👌 Namni ati waayee Isaa Dubbachaa jirtu si Bira Hin jiru taanaan Callisii Qofa Dhaggeeffadhu! Waan Baruu Barbaadde yoo inni Eeyyamamaa ta’e Kallattiiman isa faana Dubbadhu!👇🏾👇🏾 https://obsii.com/2024/01/13/strive-for-intellectual-prosperity-wealth-is-better-than-wealth/
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
"Har'a onaa fakkaatus Bor waan gaariitu dhufa "Kun ni maraattee?" jedhaa Oduu keessan hurgufaa... Ani isaaf gurra hin qabu Fiigicha koo ittan fufa! Booda hin laalu kakuudha Kakuu lafeefi dhiigaa Mul'atni koo fagoodha Achi ga'uufan fiiga!" 👇👇👇👇👇👇👌 Sinanor.com Obsii.com Sifanoro.com
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Waldhabdeen yeroo hunda nu waliin jiraata. Sababi isaa ka’umsi waldhabdde keessa keenya malee alaa miti.Garuu yeroo inni uumamu miira tasgaba’een to’achuu dandeenya. Waldhabdeen gadheedha jechuu hindandeenyuu.👇👇👌 https://sifanoro.com/2023/06/02/waldhabdeen-yeroo-hunda-nu-waliin-jiraata/
نمایش همه...
Repost from Ayyuu Tube
Photo unavailableShow in Telegram
🛄 BAGA NAGAAN GARA TELEBIRR GIFT NAGAAN DHUFTAN Bootii Telebirr gift fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu. 🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu! Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu. Kabajamoo maamila keenyaa Liinkin affeerraa keessanii ⬇️ https://t.me/Telebirrgift_bot?start=r0657887928
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Jibbamanii jaallachuun Miidhamanii dhiifama gochuun Tuffatamanii kabaja laachuun Dhiibamanii bakka jijjiirrachuun boqonnaa sammuu namaaf kenna namni boqonnaa sammuu qabu ammoo yeroo hundaafi guyyaa hunda boqonnaadhaan hojii isaa hojjeta waan ta’eef inuma milka’a waan ta’eef haala kam keessattiyyuu yaada qajeelaa qabaadhaa!✍️👇👇👇👇👇👌 https://shorturl.at/0wazI https://shorturl.at/0wazI
نمایش همه...
👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Of ta'i gita gatii keeti jiraadhu🤌 Namni gatii ofii isaa hin beekne, gatii namoonni isaaf kennaniin gatii isaa ibsata. Namni gatii isaa hin beekne, namoonni ati dadhabaadha gaafa ittin jedhaan, gatii isaa waan hin beekneef sirridha eyyee an dadhabaadha jedhee fudhachuun jireenya dadhabaa jiraata.👇👇👌🫰 https://sinanor.com/2024/06/07/love-yourself-is-a-gift-of-value-love-yourself/
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Yoo barbaade gaarii Yoo barbaade hamaa Siin haa jedhuu namni Dhiisi waa'ee namaa Siif mogga'us namaan Maqaan lamaaf sadii Ati ofii kee beeki Namaaf gaarii yaadi 👇👇👇👇👇👇👌 https://sinanor.com/2024/06/06/crucial-advice-for-girls-in-love/
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Booda kaateetu dursita mataa gochuu beekta eegee Lafa onaatti quubsita namni kankeen beeku deegee, hin saalfatu kan si eegee Kan beela'e beeluu baaftee yaa waaqako waaqa gaarii Kattaa keessaa bishaan baaftee mul'atteetta bara Aggaarii, gaarummaankeen qabu daarii! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👌 Sinanor.com Obsii.com Sifanoro.com
نمایش همه...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Jireenya Sammuu Uumuu Humna jijjiirama sammuu fi aartii yeroo ammaa kana keessa jiraachuu daawwadhu.  Tooftaalee dhiphina hir’isuu, of beekuu guddisuu fi jireenya kee guyyaa guyyaa keessatti nagaa keessoo horachuu baradhu. Sammuun kee jijjiirama gaarii fiduuf kaka'umsa gaarii qabachuu✍️👇👇👇👌  https://obsii.com/2024/06/03/i-achieve-with-love-and-purpose/
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.