Gadaa Isportii™®
19 088
مشترکین
+1424 ساعت
+1787 روز
+68130 روز
توزیع زمان ارسال
در حال بارگیری داده...
Find out who reads your channel
This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.تجزیه و تحلیل انتشار
پست ها | بازدید ها | به اشتراک گذاشته شده | ديناميک بازديد ها |
01 Baayermuunik leenjisaa Bireentifoord Toomaas Firaank fudhachuuf marii irra jiru.
[BILD]
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii | 55 | 0 | Loading... |
02 ✅Taphataan sarara fuundura Livarpuul Moo Saalaan bara dorgommii dhufu Livarpuul keesa akka turu toora hawwaasummaa isaa iratti beeksiseera.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii | 93 | 0 | Loading... |
03 ◽️Leenjistoota arfan kana wal morkii isaan Piriimiyerliigii keessan agarsiisan yoomuu hin dagatamu.
✅️Sir Alex Ferguson
✅️Arsen Wenger
✅️Pep Gardiola
✅️Jurgen Klopp
Bara dorgommii kamtu irra hawwatadhaa isiniif ?
Bara Sir Alex Ferguson fi Arsen Winger ❤️
Bara Peep Gaardiyoolaa fi Jergun Kilop🥰
Rivalry and respect 🐐
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii | 68 | 0 | Loading... |
04 ✅Arnee Sloot ifaan leenjisaa Livarpuul ta'un waliigaltee waggaa sadii mallatteessee jira.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii | 51 | 0 | Loading... |
05 ✅Obbolessi xiqqichi Keliyaam Mibaappee Itaan Mibaapeen PSG gadhiisuun gara Liil imaluuf waliigalteerra gahaniiru.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii | 82 | 0 | Loading... |
06 #OFFICIAL🚨: Filooriyaan Wiirtz taphataa cimaa Bundesliga Jarman kan bara dorgommii kana ta'uun filatameera.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii | 51 | 0 | Loading... |
07 ✅Taphatan duraanii Maanchister Yunaayitid Riyoo Fardinaand odefannoo keessa nagahe jedheen Leenjisaan Cheelsii Maawuriziyo Pochetinoon bara dorgommii dhufu Cheelsii waliin akka itti hin fufne dubateera.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii | 60 | 0 | Loading... |
08 ✅Kingslii Komaan miidhamni isa mudateera. Taphataan sarara fuundura lammii Faransaay kun iddoo shaakalatti miidhamni isa kan muudate yoo ta'u yeroo hagamiif dirree irraa fagaatee akka turu hiin beekamne.
Taphataan kun taphatoota Faransaay geeba Awurooppaa bara kanaaf filatte keessa isa tokko.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii | 68 | 0 | Loading... |
09 ✅Garee Cimaa Pirimer Ligii Ingilaand torbee 38ffaa akka Who Scored baasetti.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii | 53 | 0 | Loading... |
10 ✅Fooya'iinsa Arsenaal Arteetaa jalatti agarsiise
Bara dorgommii 2023/24 89
Bara dorgommii 2022/23 84
Bara dorgommii 2021/22 69
Bara dorgommii 2020/21 61
Bara dorgommii 2019/20 56
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii | 51 | 0 | Loading... |
11 ✅ KILAABA PIREEMER LIIGII INGIILAAND KEESSA KAAM DEGGAARTA? | 38 | 1 | Loading... |
12 Deeggartootni Manchester United channel telegram kana join godhaa
https://t.me/Manchester_United_fan2 | 483 | 0 | Loading... |
13 ✅ KILAABA PIREEMER LIIGII INGIILAAND KEESSA KAAM DEGGAARTA? | 1 020 | 0 | Loading... |
14 🔵👋🏻 Tiyaagoo Siilvaa: “Abjuun koo ijoolleen koo siif taphachuu arguudha”.
''Galatoomaa Cheelsiin.
Galatoomaa deeggartoota.
Hunda keessan nan jaalladha.
Bye bye”. | 1 394 | 0 | Loading... |
15 Onana : " Nuti Manchester United gara Wembley kan adeemu injifanner waancaa ol kaasuufii".
Taphni xumuraa FA CUP Sanbata dhufu sa'aatii 11:00 irratti xumura kan argatu ta'aa.
@oduu_isportii | 1 739 | 0 | Loading... |
16 Top Assist
@Oduu_Isportii | 1 585 | 0 | Loading... |
17 🚨 𝗕𝗥𝗘𝗔𝗞𝗜𝗡𝗚: Taphataan sarara gidduu Riyaal Maadriid Awuriliyen Chowaminin tapha xummuraa Shaampiyoons Liigii Awurooppaan ala ta'eera.
@Liveisporti
@Liveisporti | 1 270 | 0 | Loading... |
18 Jargen Kiloop🗣️
"Akkuma yeroon dhufu na simattan Arne Isloot gaafa dhufu akkasuma ho'isaa Simadha" ❤
@Liveisporti
@Liveisporti | 1 127 | 0 | Loading... |
19 Deggartoota kilaba kamiyyuu taha Jargan Kiloppif kabajni in mala miidhagina Pirimer Ligii Ingilaand turan👏👏👏 | 1 184 | 0 | Loading... |
20 Kloop. 😭❤️ | 1 153 | 0 | Loading... |
21 Thiago Silva Cheelsiitti nagaa dhaammatee lakkiseera
@Liveisporti
@Liveisporti | 1 133 | 1 | Loading... |
22 Badhaafamtoota Warqee Pirimer Ligii Ingilaand bara 2023/24! 🏅
@Liveisporti
@Liveisporti | 1 118 | 0 | Loading... |
23 Arseenaal torbee dhumaa gahaanii wancaa dhabaniis gahuumsaa Ajaa'baa bara kana argisisaaniif taasumaa dinqisifachuu dhiisuu hin danda'amuu 👏
@Liveisporti
@Liveisporti | 1 036 | 0 | Loading... |
24 Roodrii waa'ee Arsenaal: 🗣
"Arsenaal bara dorgommii ajaa'ibaa dabarseera, garuu garaagarummaan yaadu nu gidduu jira ture.yeroo gara Itihaad taphachuu dhufan nu injifachuu akka danda'an hin amanne ture. Wal qixa bahu barbaadanii dirree seenan."
@Liveisporti
@Liveisporti | 1 144 | 0 | Loading... |
25 ✅ Linki asi gadii Start gochuun channaloota laman isinif dhufaan join gootu isa booda namaaf share gochuun Telegram Premium kaffaltii malee argachuu dandeessu
👇👇👇
https://t.me/TgPremiumAiBot?start=Bot24404662
Hey! I Found A New Bot For You Which Gives Real Telegram Premium For Free Just Do Some Refers And Withdraw It Start Now. 👇
https://t.me/TgPremiumAiBot?start=Bot24404662 | 608 | 0 | Loading... |
26 Deeggartootni Manchester United channel telegram kana join godhaa
https://t.me/Manchester_United_fan2 | 631 | 0 | Loading... |
27 https://t.me/Oroispoortii2 | 195 | 0 | Loading... |
28 🔥🔥Channallii Kubbaa Millaa Deggartotaa kilbaa Hundaa of kessaattii qabatee🔥🔥
Chaanaalii Kunii jaallatamumma guddaa horacha jiruniin sa'aatii 24 waa'ee Kubbaa millaa kan irraa argattan yoo tahuu Join gochuun itti dabalama 😍👇
@OroIspoortii2
@OroIspoortii2 | 301 | 0 | Loading... |
29 Maanchistar Siitiin shaampiyoonaa Piriimiyerliigii Ingiliiz bara 2023/2024 ta'eera.
Cityn waggoota 4 walitti aansuun waancaa Piriimiyerliigii injifachuun seenaa haara galmeseraa
Arsenaal 2ffaa ta'uun yoo xumuruu
Liivarpuul bara kana sadarkaa 3ffaa, Aston Viilaa 4ffaa, Tootinaam 5ffaa, Cheelsiin ammoo 6ffaa ta'uun xumureera.
Seenaa guddaa qabu Maanchistar Yunaayitid bara gadhee dabarsee sadarkaa gadi aanaa yeroo kamiyyuu caalaa #saddeettaffaan xumureera.
Taphataan sarara fuulduraa lammii Noorweey Erling Haaland waggoota 2 walitti aansuun Piriimiyerliigii Ingiliiz goolii galchuudhaan badhaasa Warqee injifateera.
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa irratti Maanchistar Siitii, Arsenaal, Liivarpuul fi Aston Viilaan yoo hirmaatan, Tootinaam ammoo Yuurooppaa Liigii irratti akka hirmaata, Cheelsiin ammoo Konfiraansii Liigii irratti akka hirmaatu mirkanaa'eera.
Luutoon Taawun, Barnilee fi Sheefiild Yunaayitid Piriimiyerliigii Ingiliiz irraa gara Shaampiyoonshshipitti gadi bu'aniiru. | 2 073 | 2 | Loading... |
30 Premier League Bara 2023/24 Xummurame✅🫡
Champions League:
Manchester City , Arsenal , Liverpool , Aston Villa
Europa League:
Tottenham
Conference League:
Chelsea
Share
🔥 📶 @OroIspoortii2
🔥 📶 @OroIspoortii2 | 1 648 | 0 | Loading... |
31 ✅taphoota Piriimiyerliigii Ingiliiz Guyyaa Har'a
⏰ Xummuraa
↘️Arsenaal 2 fi 1 Evertan injifate
↘️Maanchistar Siitiin 3-1 Weestihaam
↘️Biraayitan 0-2 Maanchistar Yunaayitid
↘️Cheelsiin 2 fi 1 Boornemaawuz
↘️Liivarpuul 2 fi 0n Woolviis
↘️ Bireenfoord 2-4 Niwukaastil Yunaayitid
↘️Barnley 1-2 Nottingham Forest
↘️Kiristaal Paalaas 5-0 Aston Viilaa
↘️ Sheefiild Yunaayitid 0-3 Tootinaam
↘️Lutoon Taawun 2-4 Fuulhaam
Share
🔥 📶 @OroIspoortii2
🔥 📶 @OroIspoortii2 | 1 589 | 0 | Loading... |
32 Kiloop😢💔
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii | 1 580 | 0 | Loading... |
33 ✅ Dorgommiin Pirimerliigii Ingilaand Bara 2023/24 Haala kanaan Xumuramee Jira!!
@oduu_isportii
@oduu_isportii | 1 797 | 0 | Loading... |
34 2018: Manchester City 🏆
2019: Manchester City 🏆
2020: Liverpool 🏆
2021: Manchester City 🏆
2022: Manchester City 🏆
2023: Manchester City 🏆
2024: Manchester City 🏆
Man City's dominance 🔥
@Liveisporti | 1 822 | 0 | Loading... |
35 Dirreen Anfiild barreeffama DANKE JURGEN jedhuun guutamee jira | 1 705 | 0 | Loading... |
36 ANFIELD 😭 | 1 693 | 0 | Loading... |
37 Maanchister Siitiiiiiiioo Champiooooooon 🏆 | 1 906 | 0 | Loading... |
38 Xumurameeera | 1 940 | 0 | Loading... |
Photo unavailableShow in Telegram
Baayermuunik leenjisaa Bireentifoord Toomaas Firaank fudhachuuf marii irra jiru.
[BILD]
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Photo unavailableShow in Telegram
✅Taphataan sarara fuundura Livarpuul Moo Saalaan bara dorgommii dhufu Livarpuul keesa akka turu toora hawwaasummaa isaa iratti beeksiseera.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
◽️Leenjistoota arfan kana wal morkii isaan Piriimiyerliigii keessan agarsiisan yoomuu hin dagatamu.
✅️Sir Alex Ferguson
✅️Arsen Wenger
✅️Pep Gardiola
✅️Jurgen Klopp
Bara dorgommii kamtu irra hawwatadhaa isiniif ?
Bara Sir Alex Ferguson fi Arsen Winger ❤️
Bara Peep Gaardiyoolaa fi Jergun Kilop🥰
Rivalry and respect 🐐
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Photo unavailableShow in Telegram
✅Arnee Sloot ifaan leenjisaa Livarpuul ta'un waliigaltee waggaa sadii mallatteessee jira.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Photo unavailableShow in Telegram
✅Obbolessi xiqqichi Keliyaam Mibaappee Itaan Mibaapeen PSG gadhiisuun gara Liil imaluuf waliigalteerra gahaniiru.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Photo unavailableShow in Telegram
#OFFICIAL🚨: Filooriyaan Wiirtz taphataa cimaa Bundesliga Jarman kan bara dorgommii kana ta'uun filatameera.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Photo unavailableShow in Telegram
✅Taphatan duraanii Maanchister Yunaayitid Riyoo Fardinaand odefannoo keessa nagahe jedheen Leenjisaan Cheelsii Maawuriziyo Pochetinoon bara dorgommii dhufu Cheelsii waliin akka itti hin fufne dubateera.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Photo unavailableShow in Telegram
✅Kingslii Komaan miidhamni isa mudateera. Taphataan sarara fuundura lammii Faransaay kun iddoo shaakalatti miidhamni isa kan muudate yoo ta'u yeroo hagamiif dirree irraa fagaatee akka turu hiin beekamne.
Taphataan kun taphatoota Faransaay geeba Awurooppaa bara kanaaf filatte keessa isa tokko.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
✅Garee Cimaa Pirimer Ligii Ingilaand torbee 38ffaa akka Who Scored baasetti.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Photo unavailableShow in Telegram
✅Fooya'iinsa Arsenaal Arteetaa jalatti agarsiise
Bara dorgommii 2023/24 89
Bara dorgommii 2022/23 84
Bara dorgommii 2021/22 69
Bara dorgommii 2020/21 61
Bara dorgommii 2019/20 56
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii