MADDA BEEKUMSAA
Channel kun 👉Gorsaa 👉Ilaalcha dhugaa 👉 Beekumsa addunyaa 👉 Jechoota saayikolojii 👉isiif dhiyeessa hordofa yaadaf @aman_royal @madda_beekumsa2
نمایش بیشتر📈 تحلیل کانال تلگرام MADDA BEEKUMSAA
کانال MADDA BEEKUMSAA (@madda_beekumsa2) در بخش زبانی جاوهای بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 20 227 مشترک است و جایگاه 9 785 را در دسته آموزش و رتبه 250 را در منطقه فنلندة دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 20 227 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 05 اکتبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 1 355 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -4 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 0.28% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 0.37% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 57 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 74 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 3 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“Channel kun
👉Gorsaa
👉Ilaalcha dhugaa
👉 Beekumsa addunyaa
👉 Jechoota saayikolojii
👉isiif dhiyeessa hordofa
yaadaf @aman_royal
@madda_beekumsa2”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 06 اکتبر, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کردهاند.
در حال بارگیری داده...
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 06 اکتبر | 0 | |||
| 05 اکتبر | 0 | |||
| 04 اکتبر | +10 | |||
| 03 اکتبر | 0 | |||
| 02 اکتبر | 0 | |||
| 01 اکتبر | 0 |
| 2 | Barreeffama kana Suuta ja'ii Dubbisi,
Umuriin 25 yeroo jireenyi wallaalummaaf dhiifama gochuu itti dhaabuudha.
Ati kana booda "mucaa xiqqaa" ykn "durba xiqqoo" miti.
Dogoggorri umurii 25tti hojjattu bakka dhaqee hin deebi'u.
Inni walitti dabalamaa (compounds) tahaa adeema.
Yoo tarkaanfiiwwan 3n kana amma gochuu dhiiste, Jireenyi Callisaan Boollatti si gata.
1. Dandeettii maallaqa ittiin hojjetan gabbifadhu.
Umurii 25tti, madda galii tokko qofa qabaachun balaadha.
Yoo gurguruu ykn Selling, qabiyyee uumuu ykn Content Creation, akkasumas mari'achuu (negotiate) hin dandeenye, ati salphaatti miidhamuu dandeessa.
Yoo kana godhuu baatte ammoo mindaantu sitti tola, Iddoo mijjataa sii uumuun Gudii si garsiisa.
Itti fufnuu??
"BARACHAAN JIRA" Ja'ii comment godhi, akka ati hamileen dubbisaa jirtu naaf mirkaneessa.
2. Yeroo kee to'adhu, ykn jireenyaatu si to'ata.
Jireenyi karoora hin qabne, dhiphina walxaxaa uuma.
Haalli halkan kee itti dabarsitu, amalli bilbila fayyadamuu kee, fi xiyyeeffannoon kee kan ammaa,
jireenyi gara fuulduraa hammam ulfaataa akka ta'u murteesss.
Osoon itti hin fufne dura, Barreeffama kana saahibban keef share godhi.
Tarii jireenya isaa jijjiruu malta.
"Itti fufi..." jachuun yaada kee naaf qoodi!!
3. Dhukkubbii guddina ammaa filadhu, ykn ammoo gaabbii gara boodaa.
Karaa kamiyyuu dhiphachuun kee hin oolu.
Barachuun yeroo gabaabaaf dhukkuba.
Gaabbiin garuu umurii guutuuf dhukkuba.
Dubbistoota kabajamoo,
Umuriin 25 ijoollummaa miti.
Inni akeekkachiisa dhumaati, utuu bu'aan hojii keetii dhiifama tokko malee si dhaqqabuu hin eegalin dura.
Eenyumtuu si baraaruuf hin dhufu.
Garuu of baraaruuf ammallee yeroo qabda.
Yoo barreeffamni kun si tuqeera ta'e, dubbistee bira hin darbin.
"Guddachuu filadheera" jedhii yaada (comment) barreessi,
Yoo qabiyyeen koo siif fayyade, "Galatoomi ❤️" jedhii yaada barreessi. Leenjistoonni baay'een waan kana hunda barsiisuuf maallaqa hedduu gaafatu. Namoota biroof akka fayyaduuf 'Share' tuqi. Waliin haa barannu, waliin haa guddannu. | 287 |
| 3 | Shamarri tokko yo sin jaallanne hin kadhatin!
2. Yoo isheen daangaa darbite ykn akkaata jireenya kee ol taatee irraa fagaadhu!
3. Yoo si tuffatte, hin eyyaminiif
4. Yoo si dhiisuu barbaadde humnan hin tursiisin bor deemuun ishee hin ooluu
5. Yoo isheen si irra dhiira kan bira filatte ofitti hin deebisin. Jalqabumayyu si jaallatte miti waan ta'eef.
6. Yoo isheen gammachuu fi nagaa siif hin laattu ta'e wajjiin turuu hin filatin. Boqonnaa sammuutu caala.
7. Maallaqa ishee irraa hin eeggatin! Karaa ishe naaf darbinnaa jette hin yaadin! Gargaari!
#gorsa | 374 |
| 4 | 📝 Namni Gatii Ofiisaa Hin Beekne, Gatii Namoonni Isaaf Kennaniin Gatii Isaa Ibsata.🥺
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
🔴 Titiisni roobni itti roobe tokko gaanfa guddaa sangaa tokko irra qubattee aduu ho'ifachaa yeroo dheeraaf turte. Erga qorri ishee gadhiisee booda gurra sangaa sanatti jechuun, "dhiifama, amma deemaan jira," jette.
Sangaanis garagalee ilaalee akkana jedhee deebisef: "Yeroo qubattes natti hin dhaga'amne; yeroo kaatus homaa natti hin dhaga'amu." deemi jedheen.
✉️ Jireenya keenya keessatti namoonni tokko tokko ni jiru. Yeroo nu waliin jiraatanis bu'aa nuuf hin qaban; yeroo nurraa fagaatanis miidhaa nurra geessisan hin qaban. Garuu akka waan jireenya keenya keessatti gahee guddaa qabanitti of ilaalu.
✍️ Kanaaf, namoota gatii isaaniis ta'ee gatii nama biraa hin beekne waliin yeroo kee hin gubin! Nama tasgabbaa'aa ta'i! Hojii kee irratti xiyyeeffadhu; namoota akkasiitiif deebiin hundarra gaarii ta'e milkaa'ina keeti.
✅ Namni gatii isaa hin beekne, namoonni ati dadhabaadha gaafa ittin jedhan, gatii isaa waan hin beekneef sirriidha eyyee an dadhabaadha jedhee fudhachuun jireenya dadhabaa jiraata.
✍️ Namni gatii isaa beeku garuu, namni tokko dhufee ati dadhabaadha yoo ittiin jedhe; akkas jechuun deebisaaf, amma yaadu dandeessuuf amma ittiin of yaadduun ana yaaddee!... Animmoo sammuu koon waanan yaaduuf, sammuu koo ammoo gatii akkan ani qabutti waan amaneef... Jechi ati amma naan jette kun na hin ibsu jechuun deebisaaf! Gatiin kee amma isaan si yaadaniin ol akka tahe dursii amani! ✅
✍️Waan Dubbistaniif #Galatoomaa Jecha Maxaansa Kana Namoota Akka Keetti Dubbisaan Bira Akka Gahuf | 445 |
| 5 | 📥 wave 📥 መግባት የምትፈልጉ
🕳️ wave.🕳️daabalaammu
Abban barbaadan
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Above ➡️ 10k+ subscribers
Above ➡️ 20k+ subscribers
Above ➡️30k+ subscribers
Above ➡️40k+ subscribers
Above ➡️ 50k+ subscribers
Above ➡️100k+ subscribers
Kaffaltii tokko malee dabaladhaa.
Inbox ▶️ @Miracle_tb👑
Inbox me▶️ @Miracle_tb 👑
Hubadhaa‼️ beeksifni keenya kan safuu ummata hin cabsinee fi Kan barsiisuudha
DM▶️ @Miracle_tb✅
DM▶️ @Miracle_tb ✅ | 11 |
| 6 | Oduu gammachiisa ethio telecom ayyaana masqala ilaalchisee badhaasa qopheesseera badhaasa keessan fudhachuuf bakka⬇️Get ⬇️ jedhu tuqaan add godha
waver 💸 @Miracle_tb 🔵 | 8 |
| 7 | Tapha ammaa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala | 10 |
| 8 | Kaardii badhaasuf jena namoota dursanii join godhaniif namoota 20f badhaasa qarshii 1000 💰 qopheera 💰💰💰
👉 add your channel 💸 | 6 |
| 9 | Goooooooooool 💥
Ispeeeeen 🇪🇸
Lamin yamal
Spain🇪🇸 1-0 🏴England
Tapha neeshiin liigii amma taphatamaa jiru kallattiin ilaaluuf iddoo 🔴LIVE 🔵 jettu tuquun ilaalaa. | 29 |
| 10 | Kaardii badhaasuf jena namoota dursanii join godhaniif namoota 20f badhaasa qarshii 1000 💰 qopheera 💰💰💰
👉 add your channel 💸 | 14 |
| 11 | Tapha ammaa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala | 17 |
| 12 | Namoota amma online jiran qofaaf carraa addaa!
✅ Namni dura join godhe 10f→ data 5GB
✅ Namni ADD folder godheef → Badhaasa addaa qarshii 500
JOIN kan Jettu tuquun hirmaadhaa | 17 |
| 13 | Tapha guyyaa har'aa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala | 20 |
| 14 | kaardii 500 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂
SAFARICOM 250 fi
Ethiotelecom 250
Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇 | 15 |
| 15 | ✅Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaaf🔥🔥
Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu tuquun seenaa badhaasa keessan fudhaa 👇👇 | 18 |
| 16 | 🤝Namoota Amma online jirtan qofaaf:
👉Amma sa'atii kanaa jalqabee hamma 🕟3:30 qofatti kan turuu! 🙌
Namoota dursanii chaanaalii armaan gadii JOIN godhan 20'f badhaasi kaardii 500 qophaa'eera! 🏃♂️🏃♂️ | 23 |
| 17 | Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruutti interneetii bilisaa fayyadamuun danda'ameera
Iddoo FREE INTERNET 🛜 jettu tuquun fayyafamaa | 24 |
| 18 | Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruu sa'ati kanatti internate hin dangeffamne kenname waan jiruuf bakka free internate jedhuu tuqun add godha bilisan fayyadama. Utuu hin dhaabbatin dafaa itti fayyadama
Waver @Junaddiint | 19 |
| 19 | ARIIFADHAA
Badhaafamaa namoota dursee ADD godhe qarshii 5000 nama 10 ni badhaafna dursaatii bakka ADD jedhu tuqaa badhaafamaa 👇👇👇 | 1 |
| 20 | Daqiiqaa 30 booda ni haqama
Gaaffii kardii abba 100 irraatti hirmaadha amumma ariitiidhaan
10+10×0+10=??? | 10 |
