KIKI PICTURE
Oromic,Amharic and English profile picture And motivational/inspiration/ speech @Motipicture For any comment👇👇👇👇 @michuu2
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
178
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
ለሌለሽ ስትለፊ ያለሽን አትርሺው፡፡ምስጋና የስኬት ነዳጅ ነው፡፡የደስታ ምንጭ ነው፡፡አንቺ ያለሽ ህይወት እንዲኖረወ የሚለምን ብዙ ነው፡፡ሲከፋሽ አምላክሽን ሌላ ነገር አትጠይቂው::የሰጠሽን ቁጠሪና አመስግኚው::በማመስገን የምትከስሪው የለም፡፡ በእርግጥ ውስጥሽ ዝም ብሎ ደስ ይለዋል::#ተመስገን #መልካም_ቀን!
Amantaa dhiibuun dhuma dubbiiti. Sirni kum guyyuma guyyaan boollaa isaa gad fageessee qotatu ittuma fufuti jira. Barri Afaan Tokko, Amantaa Tokko, Aadaa Tokko, Enyummaa Tokko fi ilaalcha Saba Tokko Namarraatti dhiiban Sun as hin deebi'u jira.
Walqixxuummaan Amantaa Filannoo miti. DIRQAMA!!
Baatiwwan lakkoofnee
Utuma isa eegnuu
Kunoo har'a nuuf dhufe
Akkuma arginu
Rabbitu nuuf kenne
Akka ittiin gammadnu
Guyyaa tokkummaadhaan
Rabbitti faarsinu
Guddina isaa ibsaa
Shukrii isaa galchinu
Baga itti geessan
Muslimni martinuu
Guuyyaa addaati kun
Muslimtoota maraaf
Dhiqatee dibatee
Wolga'a bakka maraa
Dirreetti gadiya'aa
Rabbiisaa shaakkaraa
@ija_milkii
@ija_milkii
IID MUBAARAK
IID MUBAARAK
Bara tokkoof ifaa
Bara tokkoof dukkanaa
Bara jiraaf abaaruu
Bara ekeraaf faaruu
Bara wallaalaan nugusaa
Bara beekaan cal'isaa
Bara dhoqqeen qaalii
Bara warqiin rakishaa
Bara ajjeeffamuun badiin malee
Bara reefka fudhachuun qarshii malee
Bara abbaafi ilma ablee takkaan qalee
Bara dhugaan sobaan mana hidhatti gale
Bara gaaffii Oromoo karatti gane
Bara gaaffii ormaa masaratti galee
Bara Amantaa tufataamee
Bara wbo shoorrorkeefamee
Osoo ooltee hin bulin ittiin nu qaqqalte siifis dhumateera biyyinis gubate kana anaa miti hojii keetu dubbate.
yoo isinit tole #share
#channelkanajoin nu godha
Channel oromo qosaa addaa Addaa itii argatenaa channel kanetii makamaa join jechunii dawedhaa
👉 @oro_tik_tok
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
❤️❤️❤️❤️
Join
🕌 ለመላው የእስልምና እምነት ተከታይ እህት ወንድሟቻችን ነገ ለሚጀመረው የረመዳን ፆም እንኳዋን አደረሳችሁ ፆሙ የሰላም የፍቅር የመተሳሰብ ሀገራችንን ሰላምዋ የሚበዛበት ወር ይሁንልን ።🕌 🇪🇹
By MAB
ⓂOTI PICTURE
JOIN
💞@Motipicture💞
✨✨✨✨✨✨✨💫
ⓂOTI PICTURE
JOIN
💞@Motipicture💞🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Yeroo Jaalalli nama qabu
Namni tokko maal gochuu qaba ?
Dhirafaa
Dubraa fi
Hundaa
Wal dorgommii
💗💗💗💗💗💗💗💗
Wal dorgommii suraa marsaa 2ffa jalqabuuf jenaa martii kessanuu suraa erguun kardii abbaa 25 argatuu
Suraa erguuf @chachakiya21
Channel @oro_tik_tok
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️