cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

𝐆𝐎𝐋𝐀 𝐒𝐄𝐄𝐑𝐀𝐀 𝐌𝐀𝐊𝐊𝐎𝐎 𝐁𝐈𝐋𝐈𝐈 - 𝐌𝐀𝐊𝐎 𝐁𝐈𝐋𝐈 𝐋𝐀𝐖 𝐑𝐎𝐎𝐌

𝐀𝐛𝐨𝐮𝐭-𝐋𝐚𝐰 𝐢s a 𝐋eading 𝐄-𝐋egal 𝐒ervice 𝐏odium, 𝐖hich 𝐢s 𝐒et 𝐔p 𝐛y 𝐒𝐚𝐛𝐚𝐚'𝐢𝐟 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐭o 𝐏rovide 𝐕arious 𝐋egal 𝐒ervices! (𝐎𝐑𝐎𝐌𝐈𝐀,𝐄𝐓𝐇𝐈𝐎𝐏𝐈𝐀 & 𝐖𝐎𝐑𝐋𝐃) Contact Us:- 𝐅𝐚𝐜𝐞𝐛𝐨𝐨𝐤:

نمایش بیشتر
فنلندة3 029زبان مشخص نشده استقانونی5 334
پست‌های تبلیغاتی
673
مشترکین
+324 ساعت
+117 روز
+1030 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

#HARREE_WALIIN_HIN_FALMIIN! Qeerrensaa fi harreetu utuu waliin haasa'anii, harreen miira keessa galtee akkas jette. HARREE: margi cuquliisa! QEERRENSA: lakki margi magariisa! HARREE: lakki margi cuquliisa dha. Utuma waliin falmanii falmii guddaan gidduu isaanitti ka'e. Dubbii ho'aas taanaan dhimma kana mootii bineensotaa LEENCA bira dhaqneetu gaafannee adda baafanna jedhanii murteessan. Yemmuu achi ga'anis Mootiin bineensotaa Leenci teessoo isaa irra taa'ee "dhimmi sa'atii kana gara koo isin fide maali!?" jedhee gaafate. Ariitiidhaan harreen HARREE: Qeerrensatu margi cuquliisa miti naan jedhe, naaf adabamuu qaba jette. LEENCA: Qeerrensoo! ati maal jette? QEERRENSA: margi magariisa LEENCA: margi cuquliisa! Kanaaf Qeerrensi adabamuu qaba. Ati waggaa 5(shan)niif hin dubbatin cal jedhi. Qeerrensi gadi jedhee adaba isaa fudhate. Kanumaan Harreen asiif achi of daddarbachaa, u'utaalaa, halaakaa, "elaakaa silayyuu anoo jedheera" jechaa sokkite. Qeerrensi garuu aaree suuta jedhee Leencaan "maalifan adabamee!? Margi magariisa miti moo!? jedhee gaafate. Leenci deebiseefii " eeyyee margi magariisa. Ati kan adabamteefi sababa 'margi magariisa' jetteef osoo hin taanee sababa HARREE wajjin haasofteefi. Ammas sittan hima, warra dhugaa jallisan, warra dubbii micciiran, warra mudaa kee lakkaa'an biratti yeroo kee akka hin fixne. Isaan biratti cal jedhi. Warra si dhaggeeffatan, warra ulfina qaban, warra dhugaa beekan, safuu waaqaaafi lafaa qaban wajjin haasa'i, isaan wajjin ooli, isaan wajjin mari'adhu. Malee HARREE wajjin hin falmin," jedheen jedhama. #Waanan Dubbise irraa. https://t.me/OdaaOromooti
نمایش همه...
𝐆𝐎𝐋𝐀 𝐒𝐄𝐄𝐑𝐀𝐀 𝐌𝐀𝐊𝐊𝐎𝐎 𝐁𝐈𝐋𝐈𝐈 - 𝐌𝐀𝐊𝐎 𝐁𝐈𝐋𝐈 𝐋𝐀𝐖 𝐑𝐎𝐎𝐌

𝐀𝐛𝐨𝐮𝐭-𝐋𝐚𝐰 𝐢s a 𝐋eading 𝐄-𝐋egal 𝐒ervice 𝐏odium, 𝐖hich 𝐢s 𝐒et 𝐔p 𝐛y 𝐒𝐚𝐛𝐚𝐚'𝐢𝐟 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐭o 𝐏rovide 𝐕arious 𝐋egal 𝐒ervices! (𝐎𝐑𝐎𝐌𝐈𝐀,𝐄𝐓𝐇𝐈𝐎𝐏𝐈𝐀 & 𝐖𝐎𝐑𝐋𝐃) Contact Us:- 𝐅𝐚𝐜𝐞𝐛𝐨𝐨𝐤:

👍 1😁 1🤩 1
#𝐒𝐨𝐛𝐚𝐚𝐧𝐍𝐚𝐦𝐚𝐇𝐢𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟𝐢𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢𝐇𝐚𝐪𝐚𝐚𝐃𝐨𝐠𝐨𝐠𝐠𝐨𝐫𝐬𝐮𝐮! 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐬𝐚 ......................................... Hojii Haqaa Dogoggorsuun Yakka Namni kamiyyuu qulqullummaa nama biroo osoo beekuu yakka inni hin raawwanneen abbaa taayitaa biratti kan isa yakke yoo ta’e; ykn Mala biroo kamiiniyyuu, keessumattuu, nama qulqulluu ta’e yakka hin raawwanneen akka himatamu karoorsee yakki kan raawwatame fakkeessuun yookiin maqaa isaa osoo hin ibsiin yakkuu sirrii hin taaneen  nama biroo kan himate yoo ta’e;  hidhaa cimaa waggaa shan hincaalleefi adabbii maallaqaatiin ni adabama. Ta’us, yakkuun sobaan dhihaate nama sobaan yakkame irratti adabbii armaan olitti ibsame caalu kan hordofsiise yoo ta’e, hanga adabbii nama qulqulluu irratti murtaa’een ni adabama. 𝐗𝐮𝐦𝐮𝐫𝐚 .............................. Hojii Haqaa Dogoggorsuu Seera yakkaa kew.446 jalatti hojii haqaa Dogoggorsuun yakka akka ta'ee ibsee jira. Namni kamiyyuu kan hin raawwatamne ta’uu isaa osoo beekuu yakki tokko raawwatameera jedhee sobaan abbootii taayitaatti kan beeksise yookiin sababa kamiiniyyuu yoo ta’e yakka ofii isaatiif hin raawwanne raawwadheera jechuun kan of himate yoo ta’e; ykn qorannoo yakkaa ykn adeemsa himannaa ilaalchisee osoo beekuu odeeffanoo sirrii hin taane abbootii taayitaaf kan kenne yoo ta’e, hidhaa salphaa ji’a jaha hin caalleen yookiin adabbii maallaqaa qarshii kuma tokko hin caalleen ni adabama. #𝐒𝐞𝐞𝐫𝐚 #𝐇𝐞𝐞𝐫𝐚 #𝐇𝐚𝐪𝐚 #𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚 #𝐈𝐭𝐡𝐨𝐨𝐩𝐡𝐢𝐲𝐚𝐚 #𝐀𝐟𝐫𝐢𝐤𝐚𝐚 #𝐌𝐚𝐧𝐚𝐌𝐮𝐫𝐭𝐢𝐢 #𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚𝐀𝐥𝐚𝐧𝐠𝐚𝐚 https://t.me/OdaaOromooti
نمایش همه...
𝐆𝐎𝐋𝐀 𝐒𝐄𝐄𝐑𝐀𝐀 𝐌𝐀𝐊𝐊𝐎𝐎 𝐁𝐈𝐋𝐈𝐈 - 𝐌𝐀𝐊𝐎 𝐁𝐈𝐋𝐈 𝐋𝐀𝐖 𝐑𝐎𝐎𝐌

𝐀𝐛𝐨𝐮𝐭-𝐋𝐚𝐰 𝐢s a 𝐋eading 𝐄-𝐋egal 𝐒ervice 𝐏odium, 𝐖hich 𝐢s 𝐒et 𝐔p 𝐛y 𝐒𝐚𝐛𝐚𝐚'𝐢𝐟 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐭o 𝐏rovide 𝐕arious 𝐋egal 𝐒ervices! (𝐎𝐑𝐎𝐌𝐈𝐀,𝐄𝐓𝐇𝐈𝐎𝐏𝐈𝐀 & 𝐖𝐎𝐑𝐋𝐃) Contact Us:- 𝐅𝐚𝐜𝐞𝐛𝐨𝐨𝐤:

1
#𝐌𝐈𝐑𝐆𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐍𝐀𝐌𝐀 𝐐𝐀𝐁𝐄𝐄𝐍𝐘𝐀 𝐁𝐀𝐃𝐄 𝐀𝐑𝐆𝐀𝐓𝐄𝐄! ➡Abbaan qabeenyichaa hanga dhufutti harka ofii keessa galchuun kaa’uu (keewwata 1155(1)). ➡ Qabeenyi badee argame yeroo tajaajilaan ala yookaan tortoruuf; dulloomuuf danda’utti fi kkf yookaan eegumsa isaaf baasii baay’ee kan gaafatu yoo ta’e bakka ifaa ta’etti caalbaasiin gurguruu (keewwata 1156(1)). Baasii heedduuf kan saaxilu jecha jedhuuf gatii qabeenyichaan madaaluun kan ilaalamu dha. ➡Abbaa qabeenyichaarraa tokko afuraffaan gatii qabeenyichaa bifa komishiniitiin akkuma haala isaatti argachuu danda’a. As irratti komishiniin kennamuu fi kennamuu dhabuun aangoo abbootii seeraatiif kan kenname dha (keewwata 1158(1)). ➡ Hama komishinii kan murteessuu danda’uus qabeenya nama qabeenyicha argatee fi abbaan qabeenyichaa qaban akkasumas abbaan qabeenyaa qabeenya bade barbaadee argachuuf carraa inni qabu dhiphisuu fi bal’isuun tilmaama keessa kan galchuudhan. Eegumsa yookaan gurgurtaa qabeenyichaaf, abbaan qabeenyaa dhiyaatee qabeenya isaa akka fudhatuuf baasii beeksisaaf baase akka bakka buufamuuf gaafachuuf mirga qaba (keewwata 1157(2)). Abbaan qabeenya baasii nama argee hanga bakka hin buufnetti qabeenyicha idaadhaan namni arge qabatee turuuf mirga qaba. Darbiinsi yeroo isaa kan raawwate yoo ta’e abbaa qabeenyaa qabeenyichaa ta’uu (keewwata 1157(1)). Mirga kun S/H/H keewwata 1192 waliin wal qabatee kan ilaalamu dha. ➡ 𝐐𝐚𝐛𝐞𝐞𝐧𝐲𝐢 gataman yookaan dhiifaman qabeenya badan irraa garaagarummaa akka qaban hubachuun barbaachisaa dha. ➡ 𝐊𝐚𝐧𝐚➡enyi hayyama abbaa qabeenyaan ala; kana jechuun dagannoo irraa kan ka’e yookaan dhimma humnaa oli ta’een baduu akka danda’an gararaatti ilaaleera. Qabeenyi gataman yookaan dhiifaman garuu abbaan qabeenyaa kanniinii beekuudhaan ammaan booda na hin gargaaran jechuun kan gate yookaan dhiise dha. Kana waan ta’eef abbaan qabeenyaa duraa akkuma qabeenya kanniin gateen mirga abbaa qabeenyummaa addaan cita. https://t.me/OdaaOromooti
نمایش همه...
𝐆𝐎𝐋𝐀 𝐒𝐄𝐄𝐑𝐀𝐀 𝐌𝐀𝐊𝐊𝐎𝐎 𝐁𝐈𝐋𝐈𝐈 - 𝐌𝐀𝐊𝐎 𝐁𝐈𝐋𝐈 𝐋𝐀𝐖 𝐑𝐎𝐎𝐌

𝐀𝐛𝐨𝐮𝐭-𝐋𝐚𝐰 𝐢s a 𝐋eading 𝐄-𝐋egal 𝐒ervice 𝐏odium, 𝐖hich 𝐢s 𝐒et 𝐔p 𝐛y 𝐒𝐚𝐛𝐚𝐚'𝐢𝐟 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐭o 𝐏rovide 𝐕arious 𝐋egal 𝐒ervices! (𝐎𝐑𝐎𝐌𝐈𝐀,𝐄𝐓𝐇𝐈𝐎𝐏𝐈𝐀 & 𝐖𝐎𝐑𝐋𝐃) Contact Us:- 𝐅𝐚𝐜𝐞𝐛𝐨𝐨𝐤:

👍 1 1
Photo unavailableShow in Telegram
𝐁𝐞𝐞𝐤𝐬𝐢𝐬𝐚! 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐎𝐥'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐆𝐨𝐝𝐢𝐧𝐚 𝐇𝐚𝐫𝐚𝐫𝐠𝐞𝐞 𝐋𝐢𝐱𝐚𝐚!
نمایش همه...
𝗔𝗗𝗔𝗕𝗕𝗜𝗜 𝗬𝗔𝗞𝗞𝗔𝗔 ................................................... Seerri yakkaa eegduu (guardians) hawaasaa akka ta'e seera yakkaa kwt( 1) irraa nii hubatama. Kaayyoon Seera Yakkaa, faayidaa waliigalaatiif jecha nageenya, tasgabbii, sirna, mirgaa fi faayidaa mootummaa, ummataa fi jiraattoota biyyattii eeguu fi mirkaneessuudha'𝗷echuun ibsee jira. 𝗸un akkamitti mirkanaawa kan jedhuuf gochoota kaayyoo olii gufachiisu akka hin jajjabeeffamne seera baasuufi gochooti akkasiin yakka jedhaman yeroo raawwataman adabbiin akka jiraatu gochuun kaayyoo isaa eegsisa.Duraan akkuma ilaalaa turre, adabbiin dura akeekkachiisi,,due notice. akka jiru beekamaadha.𝘂tuu gochooti akkana akkanaa yakka jedhamee jiruu, utuu akeekkachiisi adabbii jiruu namni fedhii dhuunfaa isaa utuu promote godhuuti kan fedhii hawaasaa waliin walitti bu'u. Utuu adabbii hin ilaalin dura, kolleejjii seeraa keessatti yeroo hunda waayee adabbii waliin walqabatee tiyooriin adabbii waliin walqabatee barumsi kennamu jira. Adabbiin maaf kennama? Maal fayyada? 𝗧𝗵𝗲𝗼𝗿𝘆 𝗼𝗳 𝗥𝗲𝘁𝗿𝗶𝗯𝘂𝘁𝗶𝗼𝗻! 🔹. Retribution (qooda ijaa ija, qooda cabaa caba jechuun isa beekamu) Waan yakkamaan godhe kallattumaan isarratti godhuu. Kallattumaan yakkamaa irratti xiyyeeffachuu waan ta'eef hawaasa kan fayyadu miti. Namni ija namaa balleesse ijisaa ha badu, kan harka cabse harkisaa ha cabu,,,, 🔹. Deterrence (gaabbisiisuu) Tiyooriin inni kun kan jedhu, yakki dabalataa akka hin raawwatamneef isa duraa yakkamaa sana jiilchuufi isa biroo immoo yakkamaa sana akka fakkeenyaatti fayyadamuun hawaasa barsiisuudha. Kanaafuu akka retribution osoo hin taane fuulduree yakkamaa tokkootti boca baasuu tiyoorii kaayyeffateedha jechuudha. 🔹. Rehabilitation ( haaromsuu) Maaltu yakkamaan akka yakka godhuuf isa kakaase? Mee seenaa, yaadamaa fi rakkoo yakkamaa ha sakattaanu. Kaayyoon tiyoorii kanaa yakkamaa sana haaromsuudha. 🔹. Incapacitation ( humna dhabsiisuu) Yakkamaan yakka dabalataa akka hin hojjenneef isa ugguruu ykn humna dhabsiisuu Yakkamichi akka yakka kan biraa hin hojjenneef dhaabbataanis ha ta'u yeroodhaaf bakka ta'e tursuus ha ta'u isa diduudha. Tiyoorii kanaan wal qabatee adabbiin ka'u Adabbii du'aati. Kunis yakkamaa sana hawaasa keessaa remove gochuudhaan yakki biraan akka hin raawwatamne godhuudha. 🔹. Inclusive theory ( tiyoorii haammataa) Tiyooriin olii hundi haga jechuun dandaa'amutti hunduu dadhabina mataa isaanii qabu Tiyooriin inni kun garuu wantoota posative ta'an keessaa fuffudhachuun tiyoorii hunda haammataa isa ta'eedha. Fakkeenyaaf kaayyoon seera yakkaa jiruu inni ifaan barraa'ee jiru jiilchuu (deterring) fi haaromsuu (Reformation ) akka ta'e kwt 1 irraa nii hubatama. Fuula hubannoo seeraa irraa kan fudhatame! #𝐇𝐮𝐛𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨𝐒𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚 #𝐌𝐚𝐧𝐚𝐌𝐮𝐫𝐭𝐢𝐢𝐅𝐞𝐝𝐞𝐫𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 #𝐌𝐮𝐫𝐭𝐢𝐥𝐞𝐞𝐃𝐢𝐫𝐪𝐢𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐨 #𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚𝐒𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚 #𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚𝐀𝐥𝐚𝐧𝐠𝐚𝐚 #𝐎𝐥𝐦𝐚𝐚𝐃𝐡𝐚𝐝𝐝𝐚𝐜𝐡𝐚𝐚 #𝐒𝐞𝐞𝐫𝐚𝐘𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚 https://t.me/OdaaOromooti
نمایش همه...
𝐆𝐎𝐋𝐀 𝐒𝐄𝐄𝐑𝐀𝐀 𝐌𝐀𝐊𝐊𝐎𝐎 𝐁𝐈𝐋𝐈𝐈 - 𝐌𝐀𝐊𝐎 𝐁𝐈𝐋𝐈 𝐋𝐀𝐖 𝐑𝐎𝐎𝐌

𝐀𝐛𝐨𝐮𝐭-𝐋𝐚𝐰 𝐢s a 𝐋eading 𝐄-𝐋egal 𝐒ervice 𝐏odium, 𝐖hich 𝐢s 𝐒et 𝐔p 𝐛y 𝐒𝐚𝐛𝐚𝐚'𝐢𝐟 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐭o 𝐏rovide 𝐕arious 𝐋egal 𝐒ervices! (𝐎𝐑𝐎𝐌𝐈𝐀,𝐄𝐓𝐇𝐈𝐎𝐏𝐈𝐀 & 𝐖𝐎𝐑𝐋𝐃) Contact Us:- 𝐅𝐚𝐜𝐞𝐛𝐨𝐨𝐤:

👍 2🔥 2
#Himatamaan_Dhabamuun Galmee Cufamu Hambisuuf Murtii dhaddachi Ijibaataa kennee jira ................................................................ Dhimmi yeroo hedduu murtii dhumaa kennuun haqa argamsiisuuf Gufuu ta'an keessaa adeemsa falmii yakkaa keessatti himatamaan baduun galmeewwan yakkaa cufamanii dha. Rakkoowwan gama kanaan mudatan akkasumas haqa uummataa ukkaamsan hambisuuf Dhaddichi Ijjibaataa murtiiwwan tokko tokko kennaa jira. 1. Galmeewwan ragaan Ab/Alangaa fi ittisaa dhagaa'amee murtiif bule himatamaan kan badu (hafu) yoo ta'e beellamuun utuu hin barbaachisin murtiin kennamuu akka qabu, (Jildii 13 ffaa Lakk. Galmee 76909) 2. Galmeewwan Ragaan Ab/Alangaa dhaga'amee himatamaan akka of irraa ittisuuf ajaji kenname garuu ragaa ittisaa utuu hin dhiyeeffatin himatamaan kan badu yoo ta'e beellamni sababawaan kennamee falmiin itti fufee murtiin kennamuu qaba malee galmeen cufamuu hin qabu jechuun murtii dhaddachi ijibbaataa kennee jira. (Jildii 22 ffaa Lakk. Galmee 127313) Credit -Abdushakur Mohammed https://t.me/OdaaOromooti
نمایش همه...
𝐆𝐎𝐋𝐀 𝐒𝐄𝐄𝐑𝐀𝐀 𝐌𝐀𝐊𝐊𝐎𝐎 𝐁𝐈𝐋𝐈𝐈 - 𝐌𝐀𝐊𝐎 𝐁𝐈𝐋𝐈 𝐋𝐀𝐖 𝐑𝐎𝐎𝐌

𝐀𝐛𝐨𝐮𝐭-𝐋𝐚𝐰 𝐢s a 𝐋eading 𝐄-𝐋egal 𝐒ervice 𝐏odium, 𝐖hich 𝐢s 𝐒et 𝐔p 𝐛y 𝐒𝐚𝐛𝐚𝐚'𝐢𝐟 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐭o 𝐏rovide 𝐕arious 𝐋egal 𝐒ervices! (𝐎𝐑𝐎𝐌𝐈𝐀,𝐄𝐓𝐇𝐈𝐎𝐏𝐈𝐀 & 𝐖𝐎𝐑𝐋𝐃) Contact Us:- 𝐅𝐚𝐜𝐞𝐛𝐨𝐨𝐤:

1
𝐁𝐄𝐄𝐊𝐒𝐈𝐒𝐀 𝐎𝐆𝐄𝐄𝐘𝐘𝐈𝐈 𝐒𝐄𝐄𝐑𝐀𝐀! Artificial Intelligence institute! ✅Number of Positions: 130 / For Fresh Graduate ✅ Professions: Accounting, Economics, Procurement Administration, Management, Marketing, Business Administration, Geography, Sociology, Law, Management, Political Science and International Relations, Ethical Education (Civics), Security and Peace, History, Demography, International language(Foreign Language), Statistics, Information system, Computer Science, Computer Engineering, Software Engineering, Information Technology, Cyber Security, and Information system, LLB in law and related fields. 📌 ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ👇👇 👉 Read Detail:- https://ethioworks.com/artificial-intelligence-center-vacancy-2023/ ዛሬ የወጡ የስራ ማስታወቂያዎች ሁሉም በአንድ ቦታ በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇👉 https://ethioworks.com
نمایش همه...
Ethiopia Artificial Intelligence Center Vacancy 2024 - Ethioworks.com

Ethiopian Artificial Intelligence Institute is vested with a comprehensive array of powers and duties aimed at fostering artificial intelligence (AI) for

1🔥 1
𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚! 𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐟𝐮𝐮𝐥𝐚 𝐭𝐞𝐥𝐞𝐠𝐢𝐫𝐚𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐡𝐚𝐫'𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐞𝐞𝐠𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐡𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 '𝐆𝐨𝐥𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚 𝐌𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐢' 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐦𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐣𝐢𝐣𝐣𝐢𝐫𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐢𝐧 𝐡𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐟𝐧𝐚!
نمایش همه...
🏆 1
Photo unavailableShow in Telegram
ሊቀብሩን ይሞክራሉ በዝቶ የሚበቅል ዘር መሆናችንን ግን አላወቁም::
نمایش همه...
👍 1 1
Photo unavailableShow in Telegram
𝐀𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐬𝐮𝐮𝐫𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐡𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐚𝐦𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐚𝐫'𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐨𝐨𝐫 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐭𝐚𝐚𝐧𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐧𝐮 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟𝐮𝐮,𝐡𝐚𝐧𝐠𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐫𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐠𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐬𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐡𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐣𝐣𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐡𝐚𝐚𝐦𝐬𝐚 𝐤𝐨𝐨𝐭𝐢! '𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐛𝐚𝐝𝐮𝐮𝐫𝐫𝐚 𝐦𝐚𝐭𝐚𝐚𝐧 𝐛𝐚𝐝𝐮𝐮 𝐰𝐚𝐲𝐲𝐚 ' 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨𝐧. 𝐃𝐢𝐥𝐛𝐚𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚!
نمایش همه...
1👏 1