🤡baąřï§ bý ķïňğ🤴👈☝️👌❤🖤💘
Every thing @👉👉👉👈 Video 🎼🎵🎵🎶 Voice 🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤 Game🔫🗿🎹 True love❤💚💘 Every thing 👈👈👈 Music 🎧🎧🎧📻📻🔊🥁🎻🎺 For question and any suggestions ✍✍✍✍🙏👇🙏🤲👈
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
133
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
1. Wa sadii eegii
⭐️biyya
⭐️haadha
⭐️ija
2. Wa sadiif qophaa'i
⭐️dirqama sitti laatamu
⭐️beekumsaaf
⭐️gaa'ilaaf
3. Wa sadii kabajjii
⭐️waadaa ke
⭐️hiryaa ke
⭐️gaa'ila ke
4. Wa sadii too'adhuu
⭐️Arabaa ke
⭐️dallansuu ke
⭐️miira ke
5. Wa sadii dinqisiifadhu
⭐️bareedina
⭐️jireenyaa
⭐️uummamaa
6. Wa sadii jibbii
⭐️komii
⭐️inaaffaa
⭐️hameenya
7. Wanti sadii bayyee si barbaachisuu
⭐️Amantaa
⭐️Abdii
⭐️jaalala
🙏Halkan gaarii
👻Diinake yommuu argitu seeqqadhu kolfi jabinake haabaru
😗Nama sigatee deeme yommuu argitu seeqqadhu kolfi waan gaabbuf
😍Nama jaallattu yommuu argitu seeqqadhu kolfi akkati jaallatu hubataa
😁Nama beektu yommuu argitu seeqqadhu kolfi nagaa siif kenna
😂🤣Kottaa kolfaa irratti isa barreefame yommuu argitu seeqqadhu kolfi sitti hin lakkaa'u
@kottaakolfaa
@kottaakolfaa
@kottaakolfaa
Like👍👍
Walaloo ijoollummaa
.
.
Yomuun Kana barreessu harka nabubuta
barataaf barsiisaan harka naaf rukutaa
.
.
Qottoo qara doomaa
waan nadhaggeeffataniif guddaa galatooma
.
.
Walaloo walaleessa
kutaa 6ffaa keessaa
Yaa barata dhageessaa
tokkoof tokko ta'uun ba'eessa
👍👍👍keeti
@kottaakolfaa
@kottaakolfaa
@kottaakolfaa