DHANGAA OROMUMMAA
Hundinuu jira nooraa❤️💚❤️ Ispoortii, odeeffannoo haqaa, amanamoo, Kitaabbilee asoosamaa, xiinsammuu, walaloo, weedduu jaalalaa suurawwaan mimmiidhagoo hunduma nubiraa argattuu Yaadaaf 👉 @firaaol4 nuquunnamaa
نمایش بیشتردر حال بارگیری داده...
Find out who reads your channel
This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.پست ها | بازدید ها | به اشتراک گذاشته شده | ديناميک بازديد ها |
01 Isin hin darbiin . Carraa kana fayyadamaa. Haala salphaan eegaltanii guyyoota Hafan keessatti coinoota walitti qabadhaa. Link kana hunda seenuun dalaga.
Avacoin
https://t.me/avagoldcoin_bot?start=ae3a0ae21a86428ca53e
Yescoin
https://t.me/theYescoin_bot/Yescoin?startapp=fkh085
Dotcoin
https://t.me/dotcoin_bot?start=r_1774239772
Hamster
https://t.me/hamster_kombaT_bot/start?startapp=kentId1178243575
CEX.IO
https://t.me/cexio_tap_bot?start=1716712060789969 | 285 | 1 | Loading... |
02 ♻️♻️♻️JECHOOTA HAYYOOTA♻️♻️
--------- @Jechoota_kakaumsaa1 --------------
♻️~. Maallaqni hin dubbatu,garuu soba
dhugaa fakkeessa. (South African)
♻️~Namni akka itti jiraatu beeku,
beekumsa ga'aa qaba. (Swedish)
♻️~Iccitiin akkuma Simbirroo ogguma
nama harkaa baatu balali'uu eegalti.
(Saudi Arabia)
♻️~Waa'ee Qilxuu, Qilxuu irraa
baradhu, waa'ee Birbirsaa immoo
Birbirsa irraa baradhu. (Zen)
♻️~Beekumsa (ogummaa) kee guyyaa
tokkoof yoo dagatte, inni immoo
guyyaa lamaaf si dagata.(Chinese)
♻️~Yoo manni kee laga qarqara ta'e,
naacha fira godhadhu. (Indian)
♻️~. Duuti maqaan isaa hin tolu. Ykn ni ture jedhu;ykn immoo ni ariifate
jedhu. (Engliz)
♻️~ Nama Giriikii tokko erga harka
fuutee booda,quboota kee
lakkaawwadhu. (Albanian)
♻️~. Keessummummaa ganda harree
dhaqxee waa'ee gurraa hin haasa'iin.
(Jamaican)
♻️~. Simbirroon Allaattii duuba fiigdu,
waan inni baqatu seeti. (Japanese)
♻️~. Jabanaan kee inni haaraan akka
bishaan baatu hanga
mirkaneeffattutti, isa moofaa hin
gatiin.Swedish)
--Dubistee utuu hin xuqiin hin darbiin👍share
---------
🇯🇴🇮🇳_🇺🇸☟︎』
☛ @Jechoota_kakaumsaa1 ☜︎ | 318 | 6 | Loading... |
03 https://t.me/hamster_Kombat_bot/start?startapp=kentId1178243575
Ammuma seenii fayyadami booda nii gaabbita start godhii eegali | 360 | 0 | Loading... |
04 t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_zybiYTPd7m
Kunimmoo coin haaraa dha kan mirkanaa'edha itti fayyadamaa maallaqa guddaa kaffala | 373 | 0 | Loading... |
05 https://t.me/hamster_kombaT_bot/start?startapp=kentId1178243575
Akkuma seentaniin gayyaa guyyaan bonus million 5 argattuu seenaa Start godhaa | 476 | 1 | Loading... |
06 https://t.me/hamSter_kombat_bot/start?startapp=kentId1178243575
Kana ammuma start gootanii guyyaa guyyaadhaan 5000000 bonus isiniif Kenna ammuma seenaa hojjedhaa | 40 | 0 | Loading... |
07 https://t.me/cexio_tap_bot?start=1716712060789969
CEXP tokens farming major upgrade! Two is better than one! Join my squad, and let's double the fun (and earnings 🤑)! CEX.IO Power Tap! 🚀 | 159 | 4 | Loading... |
08 Warri amantanii Avacoin hojjechaa turtan baga gammaddan. Warri isin jala darbemmoo kunoo Blum kan jedhu kana seena. Booda hin gaabbiin, ammuma seeni. | 110 | 0 | Loading... |
09 t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_fD73H7mSqR | 107 | 2 | Loading... |
10 Hin gowwomiin kana hojjedhu . Amma kunoo haala addaan kan hojjetu Galaxy Wallet hojiirra ooleera. Kan Isin dhibu akkuma start gootanii hojjechaa adeemtaniin balance keessan Dollar n siniif agarsiisaa deema. Kun Isin hin darbiin. Bonus immoo Mission jala seenuun Sassabbadhaa. | 163 | 0 | Loading... |
11 https://t.me/galaxywallet_bot/walletapp?startapp=1774239772 | 220 | 3 | Loading... |
12 Kana dura Notcoin nudarbee baayyee aaraa turre. Amma kunoo haala addaan kan hojjetu Galaxy Wallet hojiirra ooleera. Kan Isin dhibu akkuma start gootanii hojjechaa adeemtaniin balance keessan Dollar n siniif agarsiisaa deema. Kun Isin hin darbiin. Bonus immoo Mission jala seenuun Sassabbadhaa. | 183 | 1 | Loading... |
13 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_1178243575 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Guyyaan isaa dheerateera kunimmoo carraa guddaadha ammuma Start jalqabaa itti fayyadamaa
@ haqummaaf | 197 | 0 | Loading... |
14 Inni dur siif jira jedhuu
Har'a dhabamee bakkaa
Jiruun kiyya yoo taates
Halkan waarii walakkaa
~
Roobni yoo natti roobee
Aduunis yoo na waadee
Hundumtu na tuffatee
Naan jedhus wanta yaadee
~
Ergan fayyaa qabaadhee
Waarees barii barraaqaa
Halkaniif guyyaa kaadhee
Nan fiiga nan carraaqaa
~
Gurmuu kiyya utuu raasuu
Obsee danda'een baadhaa
Rakkoof hin qabu naasuu
Dhagaa guureen jiraadhaa!
~
Via Amena Teferi
#@haqummaaf | 661 | 1 | Loading... |
15 Qophii Qaroo-Haqaa
Namni dubbisuu danda'u hunduu akka dubbisu barbaada.
#Biyyi_kun_Biyya_reenfa_Jajju!
Nama keenya utuu inni lubbuun jiruu xinnoo inni hojjete waliif jajuu, wal jabeessuu, wal onnachiisuun biyya kanatti akka hirmiitti lakkaa’ama. Inumaayyuu mudaa isaa xiqqoo afarsuutu akka eebbaati. Oolmaa isaa guyyaa hedduu, gargaarsa isaa yeroo baay'ee gataniitu-dogoggora sekoondii tokkoo afarsu. Biyya hirmii.
Erga inni du'ee badduu ba'ee garuu as yaanee Miidiyaa hawaasaa RIP dhaan macheessina. Gammuchuu dhokataa of keessaa qabaaf hin qabuu isaa waan beeknu hin qabnu.
An nama jabaa saba kanaaf bu'aa buuse harka caalu erga inni du'ee boodan marsariitii hawaasaa irratti bare. Utuu inni lubbuun jiruu lafatti suuraafi qaamaan utuu namni isa jajuu hin argine.
Kan gaaf tokko bishaan kubbaayyaa tokko hin budduuksineeftu boolla kee daadhiin haa guutu jedha. Boolli maal godha daadhii dhugee? Mee maali fayyidaan isaa? Nagaan boqodhu jedha akka waan gaafa inni jiru nagaa yaadeefii beekuu. Mee maali kun?
Biyya kanatti gaafa ati dhukkubsattee qarmammeettii du’aa irra jirtu hospitaala dhufee si gaafachuuf kan yeroo hin qabne gaafa ati duutu dacha’ee karaa darbaa wal dhorkee, hidhii xuuxaa, wayyaa ol-bachaa, girrisee iddoo awwaalcha keetti wal gaha.
Waan du’uu namaatti gammadanii lafa dhiitan fakkaata! Biyya du’aaf beekamti laattu!
Har'a maaliif namoota hawaaasa kanaaf bu'aa buusan yaadanne gaaffii isaaniif deebii hin taanu? Maaliif iddoo isaan jiran hin ilaallu? Yeroo jiru dhiisanii yeroo du'u jajuun maaliifi?
Telegram #Qaroo_waamaraa #join godhadhaa!
👇👆👇👆👇👆👇👆👇
╔════════════╗
➡️Qaroo_Waamaraa💌
╚════════════╝
🪵
♻️Join & 🔗SHARE
👇👆👇👆👇👆👇👆👇👆
https://t.me/ForAllthingsEye | 691 | 0 | Loading... |
16 Walaloo 🙉🙉
Dur shaashii walii bitu
Yoo fedhan dirba dirii
Amma jiraatti wal fixu
Silaafis hin qaban birrii
Isheen akka jettuuni
Ganama bariin kaatee
Liiphistikiif Kuulii bitii
Yoo na jaalatta taatee
Silaa utuu waa jedhiin
Aartee manaa baatee
Innis akkas dhabeetu
Dur hin jiru kun hundisaa
Yoo ta'u ta'e ittan dhiisaa
Miindaa ji'aan argadhuu
Qoonqoofuu na geessu
Karaa biraa kiraa manaati
Kuulii bituun dandeessu
Isheenis deebiftee
Silaa kan wal jaalate
Lubbuullee walii kenna
Garaa natti jabaatiin
Mee tole waliif Jenna
Ati miindaaf hin boo'iin
Innoo dhuma hin oolu
Yoon kuulii malee bulee
Tolee natti hin toluu.
Innis; irra deebisee
Miinii siifan hodhisiisa
Mudhii keetti safarsiisee
Mormiin jaalala keetii
Qarshii koo na ficcisiisee
Telegram #Qaroo_waamaraa #join godhadhaa!
👇👆👇👆👇👆👇👆👇
╔════════════╗
https://t.me/Jechoota_Kakaumsaa_Afaan_Oromoo1 | 654 | 1 | Loading... |
17 https://t.me/hamSter_kombat_bot/start?startapp=kentId1774239772
Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop!
💸 2k Coins as a first-time gift
🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
Telegram Kee irra maallaqa argamsiifachuu yoo barbaadde , ammuma link Olii kana tuuquudhaan start kan jedhu tuqi. Sana booda tap tap gochuudhaan coin walitti qabachuudha. Earn fi task jala seenuun bonus coin argattu. Yoo guyyaan hojiisaa dhaabbatu immoo coin guurrattan haala salphaa ta'een karaa gurgurattan Isin beeksifna.
Amma hojii hojjechuu qofaadha.
Ammuma seenaatii start godhaa. | 452 | 0 | Loading... |
18 Seeroota warqee(Top 15 Golden Rule) hariiroo nama walinni ilaalchisee hubachu qabdu:
*
1.Dhaggeeffataa cimaa ta’i(Be an active listener):-
•Deebii kennuu dura ilaalcha nama biraa dhugaadhaan dhaga’uun hubachuu qabdu
2.Amanamummaa fi iftoomina qabaachuu(Be honest and transparent) :-
•Amanamummaan wal amantaa uumuu fi hariiroon cimsa deemuudha.
3.Gaarummaa fi kabajaan dubbadhu(Speak with kindness and respect):
•Jechoonni nutti fayyadamuun ol kaasuu ykn diiguu waan danda’aniif ogummaadhaan filadhu dubbadhu.
4.Tilmaama hin godhin(Don't make assumptions):-
•yeroo hunda gaaffii gaafachuu fi hubannoo dogoggoraa akka hin uumamneef ibsa barbaaduun qalbeeffachu.
5.Haasawa tokko tokkoon taasifamuuf yeroo rammadi(Set aside time for one-on-one conversations):
•Hariiroo gadi fageessuuf yeroon qulqullina qabu barbaachisaa dha.
6.Galata ibsuu(Express gratitude):
•Amala gaarii fi gocha nama biraa dinqisiifachuu fi beekamtii kennuu dubbii walinni keessatti murteessadha.
7.Garaadhaan dhiifama gaafadhu(Apologize sincerely):
•Dogoggora kee irratti abbummaa fudhadhuu sirreessii sanan boodaa laphee irraa dhifamma godhi.
8.Garaa laafina agarsiisi(Show empathy):
•bakka nama biraa of kaa’iitii miira isaa hubachuuf yaali malee hinmudaminni.
9. Komachuu fi salphisuu irraa fagaachuu(Avoid blaming and shaming): •komachuu bayyisuu dhiistee furmaata barbaaduu irratti xiyyeeffadhu.
10.Yeroo hundaa jechaa "ati" jedhu dhiistee "ani" jedhu fayyadamuu(Use "I" statements instead of "you" statements):
kana jechuun Miiraa fi yaada keetiif itti gaafatamummaa fudhacha deemu qabda.
11.Yeroo barbaachisaa ta'etti boqonnaa fudhadhu(Take breaks when needed): •Yeroo miirrii ol ka'u duubatti deebi'anii wal hubacha deemuun murteessadha.
12.Sammuu banaa(Be open-minded): •yaada garaa garaa dhaggeeffachuu fi ilaalcha biroo gaarii ummachuun Wal hubachuuf Sammuu banaa qabachu.
13.Waadaa hordofuu(Follow through on commitments):
Amanamummaan amantaa kan ijaaruu fi kutannoo agarsiisa.
14.Jireenya nama biraatiif fedhii agarsiisuu(Show interest in the other person's life):
•waa’ee hojii bohaartii,fedhii fi hawwii isaanii gaafadhu.
15. Obsaa(Be patient):
•Hariiroo cimaa ijaaruun yeroo fi carraaqqii gaafata,garuu ammoo bu'aan isaa gatii guddaa qaba.
♻️Share Galatoomaa👇
https://t.me/Jechoota_Kakaumsaa_Afaan_Oromoo1 | 626 | 4 | Loading... |
19 https://t.me/Hojionlinebot?start=r06662519620 | 418 | 0 | Loading... |
20 #Annie_Belin jedhamti.
Umurii dheeraa jiraatte. Waggaa 102ffaa ishee yommuu kabajattu gaazexeessaan gaaffii gaafate.
Gaazexeessaa:
“Icciitiin umurii dheeraa jiraachuu keetii maali?”
Annie Belin:
“Icciitiin umurii dheeraa jiraachuu koo dhimma na hin galchine keessa galuu dhiisuu kooti. Hirriba nagaan rafa.”
Galgala kana hirriba nagaa raftee buluu barbaaddaa?
Dhimma si hin galchine keessa hin galiin, yoo galteetta ta’e ammuma bahi! Via leta
Namni baayyeen jireenya mataa isaa dhiisee, abjuu isaa milkeessuu dhiisee waa’ee jireenya namaa cinqamaa oola
@haqummaaf | 714 | 0 | Loading... |
21 Kuni faallaa Notcoin dha. Ammuma seenaatii start godhaa. Mine tahuuf guyyaa gabaabduutu hafe. Hamma dandeessan fayyadamaa. | 768 | 1 | Loading... |
22 https://t.me/theYescoin_bot/Yescoin?startapp=fkh085 | 597 | 5 | Loading... |
23 Haala salphaan 5Mil. Akkamitti galla warra jettaniif, guyyaa guyyaan miiliyoona 5 fudhadha. | 517 | 0 | Loading... |
24 Media files | 521 | 1 | Loading... |
25 Akkas godhi. 5M argatta, iddoo mallattoo gaaffii jiru irratti suuraa ani irra kaae sana warran jala sarare keessa barbaadiitii biti. Innuu siif kennaa deema. Ammuma | 459 | 0 | Loading... |
26 Kana dura warri isin darbe kunoo kana ammuma eegaluun coin walitti qabadhaa. Hojii gaarii | 671 | 2 | Loading... |
27 https://t.me/hamster_kombat_bot/start?startapp=kentId1774239772
Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop!
💸 2k Coins as a first-time gift
🔥 25k Coins if you have Telegram Premium | 690 | 7 | Loading... |
28 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1178243575 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Ammas irra deddeebi'een sinitti hima start godhaa itti fayyadamaa booda akka hin gaabbine
@haqummaaf | 513 | 0 | Loading... |
29 Yeroo tokko ilma maanguddoo dadhabaa tokkotu maallaqa
hatteen shakkamee poolisotaan qabamee mana hidhaatti
darbatame. Mana hidhaa keessattis qorannoon yeroo dheeraa irratti gaggeeffamaa ture.
Guyyaa tokko abbaansaa kan dinnicha oomishuun ilmasaa
guddisaa ture kun xalayaa barreessee ilma isaaf erge.
Xalayichis, "Ilma koo, ani amma dadhabeera. Humnas
dhabeera. Akka durii lafa diddiquun boroo mana kootii
dinnicha facaafachuu hin dandeenye. Osuu na bira jiraattee
na gargaarta ture" kan jedhu ture.
Ilmi isaas irra deddeebisee rakkoo abbaasaa itti yaade. Fala
ta'a jedhee kan yaades lafa kaa'e. Xalayaa barreessee abbaa
isaaf erge. Xalayichis, "Abbaa koo osuun si bira jiradhee si
gargaree natti tola. Garuu akkas jettee boroo mana
keenyaa hin diddiiqiin. Maallaqan hate bakka sanan
dhoksee" kan jedhu ture.
Yeroo inni xalayaa kana abbaa isaaf erguuf jedhutti
poolisoonni xalayicha argan. Bananiis ni dubbisan. Baay'ee
gammadan. Osuu yeroo hin fudhatiinis laficha jedhame
sana diddiqanii maallaqa awwaalame akka barbaaduu qaban ajajni darbe. | 879 | 0 | Loading... |
30 Namoota sammuun tuqame sadiitu yaalamuuf hospitaala
seene. Erga yeroo dheeraaf wal'aanamaa turanii boodas
doktorri isaanii qorumsa isa dhumaa qoree yoo kan fayyan
ta'e gadhiisuu barbaade. Kanaanis tokkoon tokkoo isaanii gaaffii gaafachuu eegale.
Maraataa isa jalqabaa, "2+2" meeqa jedhee gaafate.Maraatichis, "3700" jedhee deebiseef. Doktorichis, "Ati sammuutti waan hin deebineef asuma turta" jedheen.Maraataa isa lammaffaas, "2+2" meeqa jedhee gaafate. Maraatichis, "Wixata" jedhee deebiseef. Doktorichis, "atimmoo tasumaa du'arraa adda fagoo hin jirtu. Atis asuma turta" jedheen.
Dhumarratti maraataa isa sadaffaas gaaffiima walfakkaataa, "2+2" meeqa ta'a jedhee gaafate. Maraatichis "4" jedhee deebiseef. Doktorichis baay'ee gammaduudhaan, "BRAVO! Ati deebii sirrii deebifte.Akkamitti argatte?" jedheen.Maraatichis, "3700 wixataaf hireen argadhe" jedheen.Doktorichis gaggabee lafa dhahe.Amma hospitaalicha keessa maraattota afurtu jira.
@haqummaaf | 707 | 2 | Loading... |
31 🌟Invite Friends🌟
This is your referral link:
https://t.me/getcapybot/now?startapp=MTc3NDIzOTc3Mg==
Share it with friends to earn HUGE bonuses! | 678 | 3 | Loading... |
32 Kun bot haaraa hojii eegalee jira. Link kana tuquun eegala. Carraa gaarii. | 627 | 0 | Loading... |
33 Erga start gootanii tartiiba kana hordofaa | 786 | 0 | Loading... |
34 Ammas carraan kun isin hin darbin itti fayyadamaa | 807 | 0 | Loading... |
35 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_1178243575
🎁 +2.5k Shares as a first-time gift | 806 | 0 | Loading... |
36 Erga link Olii start gootanii tartiiba kana hordofaa isa lakkoofsa 2 irra jiru sana gadi xuxxuqaa | 877 | 0 | Loading... |
37 Isin hin darbin itti fayyadamaa maallaqa guddaa irraa argattuu start godhaa seenaa conii hedduu hojjechuu dandeessu guyyaatti hanga miiliyoona 2 .5 hojjechuu dandeessu booddee itti gammaaddu | 618 | 0 | Loading... |
38 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1178243575
🎁 +2.5k Shares as a first-time gift | 633 | 0 | Loading... |
39 Haala salphaa ta'een link kana tuquun start jechuun eegala. Kaffaltiin Isaas dhuyaateera. Kanaafuu itti fayyadamaa. | 641 | 0 | Loading... |
Gold is where you find it.
Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!
Trade, connect, grow and… farm Blum Points! Made by @blumcrypto team 🌸
Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!
Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!
🤩 Farm CEXP tokens and earn rewards! CEX.IO App makes it simple and secure to buy, exchange, and store cryptocurrencies
Trade, connect, grow and… farm Blum Points! Made by @blumcrypto team 🌸