cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

✔Ergaalee diinal islaam gaggabaaboo ✔Wolaloo ✔Seenaa sahaabota ✔Dhaamsa woliigalaa ✔Gaafii,odeeffannoo, yaadaaf @woliif3 irraan na argattan🙏

نمایش بیشتر
فنلندة2 927زبان مشخص نشده استدین و مذهبی70 394
پست‌های تبلیغاتی
1 001
مشترکین
+524 ساعت
+477 روز
+8230 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

✍️The Statement of Ibn Taymīyyah Concerning the Restricted Takbīr After The Obligatory Prayers After Fajr on The Day of 'Arafāh Until After 'Aṣr on The Last Day of Tashrīq Ibn Taymīyyah رحمه الله mentioned: "The most correct statement concerning the takbīr, which the majority of the Salaf and scholars of Fiqh from the Companions and the Imāms were upon is that the individual makes takbīr after the Fajr prayer on the Day of 'Arafāh until the last days of at-tashrīq after every prayer. ‎● [مجموع الفتاوى ٢٢٠/٢٤] ✍️He رحمه الله also mentioned, "and this is due to the consensus of the senior companions." ‎● [مجموع الفتاوى ٢٢٤/٢٤]
نمایش همه...
👍 1
ማራኪ ተክቢራ.mp37.65 KB
Guyyaa Arafaa👌 Irra caaltuu guyyaa Anaa dhufu yooyyaa Mee itti fayyadami Dhiiroo akkas woyyaa Carraan tun sin tarin Hoodhu ilma aayyaa Ibaadaan injifadhu Cufuma nabsiyaa Guyyaa tana keessa Du'aa'ii baay'essii Firdowsiin galuudhaaf Tolchii of qopheessii Ammas zikriif qur'aanaan Qalbiin kee haa jiidhuu Toowbaallee jabeessi Waa takka sin miidhuu Rakkoo hoo niqabdaa Rabbitti worwaadhuu Garuu maal fa beektuu Carraan har'a qabnu Ikhlaasaan kadhannaan Beek waa takkan dhabnuu Guyyaan kan milkiiti Itti wol haa yaamnuu Cufa ilma namaatiif Toltuu san haa dhaamnuu Koottaa wojjiin taanee Ibaadaa haa saamnuu Guyyaan kan itqiitii Rabbibbooy dhaqiitii Si jela dabarraan Guddiftee si miitii Caaltuun du'aa'iillee Tan guyyaa har'aatii Guyyaa araarama Aadamiif hawwaatii Nageenyaaf rahmata Irratti buusnaati Guyyaa hunda caalu Kana beektaa ati Yowmal arafaadha Sun guyyaa har'aati Kanaafuu olka'aa Yeroon dhumtee dafaa Nuti yoon qaroomne Carraan kun nu lufaa Dubbiin kuni beektuu Yeroo takka dhufaa Guyyaa har'aa ciisuun Gurbaa beeki fafaa Bareechii fayyadam Carraan takka qofaa Ibaadaan har'aatis hunduma hangafaa Baga itti geette Ati guyyaa arafaa🙏 ✍️jibril Hussein        🌹share👌          @Attaqwa3          @Attaqwa3          @Attaqwa3
نمایش همه...
2
Guyyaa Arafaa👌 Irra caaltuu guyyaa Anaa dhufu yooyyaa Mee itti fayyadami Dhiiroo akkas woyyaa Carraan tun sin tarin Hoodhu ilma aayyaa Ibaadaan injifadhu Cufuma nabsiyaa Guyyaa tana keessa Du'aa'ii baay'essii Firdowsiin galuudhaaf Tolchii of qopheessii Ammas zikriif qur'aanaan Qalbiin kee haa jiidhuu Toowbaallee jabeessi Waa takka sin miidhuu Rakkoo hoo niqabdaa Rabbitti worwaadhuu Garuu maal fa beektuu Carraan har'a qabnu Ikhlaasaan kadhannaan Beek waa takkan dhabnuu Guyyaan kan milkiiti Itti wol haa yaamnuu Cufa ilma namaatiif Toltuu san haa dhaamnuu Koottaa wojjiin taanee Ibaadaa haa saamnuu Guyyaan kan itqiitii Beek si jela dabarraan Guddiftee si miitii Caaltuun du'aa'iillee Tan guyyaa har'aatii Guyyaa araarama Aadamiif hawwaati Kanaafuu olka'aa Yeroon dhumtee dafaa Nuti yoon qaroomne Carraan kun nu lufaa Dubbiin kuni beektaa Yeroo takka dhufaa Bareechii fayyadam Guyyaan har'a qofaa Mee itti fayyadami Dhiiroo akkas woyyaa Carraan tun sin tarin Hoodhu ilma aayyaa Ibaadaan injifadhu Cufuma nabsiyaa Guyyaa tana keessa Du'aa'ii baay'essii Firdowsiin galuudhaaf Tolchii of qopheessii Ammas zikriif qur'aanaan Qalbiin kee haa jiidhuu Toowbaallee jabeessi Waa takka sin miidhuu Rakkoo hoo niqabdaa Rabbitti worwaadhuu Sila maal fa beektuu Carraan har'a qabnu Ikhlaasaan kadhannaan Beek waa takkan dhabnuu Guyyaan kan milkiiti Itti wol haa yaamnuu Cufa ilma namaatiif Toltuu san haa dhaamnuu Koottaa wojjiin taanee Ibaadaa haa saamnuu Guyyaan kan itqiitii Rabbibbooy dhaqiitii Si jela dabarraan Guddiftee si miitii Caaltuun du'aa'iillee Tan guyyaa har'aatii Guyyaa araarama Aadamiif hawwaatii Nageenyaaf rahmata Irratti buusnaati Guyyaa hunda caalu Kana beektaa ati Yowmal arafaadha Sun guyyaa har'aati Kanaafuu olka'aa Yeroon dhumtee dafaa Nuti yoon qaroomne Carraan kun nu lufaa Dubbiin kuni beektuu Yeroo takka dhufaa Guyyaa har'aa ciisuun Gurbaa beeki fafaa Bareechii fayyadam Carraan takka qofaa Ibaadaan har'aatis hunduma hangafaa Baga itti geette Ati guyyaa arafaa🙏 ✍️jibril Hussein        🌹share👌          @Attaqwa3          @Attaqwa3          @Attaqwa3
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
✍️Hundi miseesota keenya eddoo kana akka geennuuf gumaacha chaayinaala kanaaf gootaniif rabbiin mindaa keessa jannatul firdowsiin haa godhu🙏
نمایش همه...
نمایش همه...
ERGAA DIINAL ISLAAM!!

Boost this channel to help it unlock additional features.

#Beeki.. ✍️Irra caaltuun duaaii tan guyyaa arafaati.. ✍️Guyyaan arafaa guyyaa addaati. Nama hundaaf dhufee dabra, nama hojii gaarii hojjatte qofaaf adda taha.. ✍️Guyyaan arafaa guyyaa akka guyyaa hundaati nama itti hin fayyadamneef👌 ✍️Wanni adda isa godhu ibaadaan isa keessatti dalagamtu haalaan Rabbi biratti jaalatamtuu tahuu isiiti❤️ ✍️Du'aa'iin caaltuun tan guyyaa arafaa godhatan. Waanuma feete kheeyrii duniyaa fii aakhiraa kadhadhu. Ka ati kadhattu Allaahidha ✍️Ka na kadhadhaa isiniif qeebalaa jedhes Al-Mujiib tahuu beeki👌 ✍️Ammas irra caalaan duaaii tanuma ofiif kadhatan ta'uus quba qabaadhu🌹 ✍️Kanaafu irra caaltuun dubbii guyyaa arafaa heddumeeysuu qabnuu👇👇 لا إله إلا الله وحده لا شريك له، له الملك، وله الحمد، وهو على كل شيء قدير ''Laa ilaaha illallaah wahdahuu laa shariik lahu, lahul mulk, walahul hamdi, wa huwa alaa kulli sheeyi'in qadiir👌 ✍️Duaaii biraatis ta dura beeytu hunda guyyaa arafaa godhadhu. Duaaii naaf godhaa jettee nama kadhaturra, atummaan ifiif Rabbi kadhatuu siif caala. Rabbii kee kadhadhu nama hin kadhatin. ✍️Rabbiin worra guyyaa boruutti fayyadame cufa waan barbaadee argatu nu haa taasisu🤲 Share 👇👇 @Attaqwa3   @Attaqwa3 @Attaqwa3
نمایش همه...
3
Photo unavailableShow in Telegram
✍️Symbolic relationship between Lailatul Qadr and Yaomal Arafah👇 . 🌑 + 🌕 = 🌓 👉 Laylatul Qadr and Yaomal Arafah are symbolic and spiritually related 👉 Laylatul Qadr and Yaomal Arafah are 24 Hours [a complete day] of Allah's Blessings 👉 Laylatul Qadr represents the night part of the day. Yaomal Arafah represents the day time 👉 Laylatul Qadr starts from Sunset to Sunrise. Yaomal Arafah starts from Sunrise to Sunset 👉 On the Night of Majesty Allah asks Angels to descend on Muslims. On the Day of Arafah Allah calls all Angels to focus on Muslims 👉 Laylatul Qadr is the most beloved Night to Allah. Yaomal Arafah is the most beloved Day to Allah 👉 Allah comes to the nearest Heaven on both days 👉 Fasting is mandatory and recommended respectively on both days 👉 Laylatul Qadr is among the last ten days of Ramadan. Yaomal Arafah is among the first ten days of Dhul Hijjah 👉 Laylatul Qadr is amongst the odd number of the last ten days of Ramadan. Yaomal Arafah is amongst the odd number of the first ten days of Dhul Hijjah 👉 Allah presents the first ten days of Dhul Hijjah as Nights in the Holy Qur'an this is symbolic relation to Night of Majesty 👉 Umrah is recommended during the last ten days of Ramadan. Umrah is recommended during the first ten days of Dhul Hijjah 👉 Eid prayer follows after the last ten days of Ramadan. Eid prayer follows after the first Ten Days of Dhul Hijjah 👉 Zakatul Fitr is recommended after the last ten days of Ramadan. Udh-hiyyah is recommended after the first ten days of Dhul Hijjah 👉 Special Adhkar during the last ten days of Ramadan: *Allahuma innakal afuwun tuhibul afwan fa'afu annii* 👉 Special Adhkar during the first ten days of Dhul Hijjah: *Allahu Akbar Allahu Akbar Allahu Akbar Laa ilaha illal Lah Allahu Akbar Allahu Akbar Walil Lahil hamd* 👉 Allah accepts all supplication on Laylatul Qadr and Yaomal Arafah 👉 The Prophet and his companion increase their Ibaadat and good deeds during the first ten days of Dhul Hijjah and last ten days of Ramadan 👉 Allah grants Al-Jannah to many of the believers on Laylatul Qadr. Allah grants Al-Jannah to many of the believers on Yaomal Arafah 👉 On the Day of Arafah and Night of Majesty dedicate your life to act of worship, invocations, supplications and good deeds 👉 The rewards in Laylatul Qadr and Yaomal Arafah cannot be earned in any other days Share 👇👇 @Attaqwa3 @Attaqwa3 @Attaqwa3
نمایش همه...