cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Oromoo Music Official

@Oromolyricssongs 🎧🎤 🎼🎹 🎸🎸 🎷🎺1:00 ●━━━━━━──────3:00 ⇆ㅤㅤㅤㅤ◁ㅤㅤ❚❚ㅤㅤ▷

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
294
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

#Keekkiyyaa Badhaadha - MADAQOO(Oromoo lyrics songs) . .. ... ♤Madaqoon kakuu bara kaanii Madqanaan wallaalle afaani Oromoon, abboo gali tooraa Maaf guura-alalchita mooraa, . 'Shan daddaaqaa, shan dandeenyee Akka waaqaaf har'a geenyee, 'Abbaa jaanoo yoona dhageessee Yaa volkaanoo yeroon geessee, . . 'Eertiraan chaartarri geggeessee Asmaraan mukukkula deessee' 'Fokkisee imalli araaraa Aanoleen muude mankaraaraa, 'Labsii mootee qorkee fakeenyaa Biqiltuu kan dursutu nageenyaa, 'Hambaa Aanolee Calanqootii Dirmammuu qabna sirna mootii, . 'Itoophiyaan qeerroon wayyooftee Itti-himan didduun maarree machooftee, 'Loltuu sabaa quuqamuu feetuu Fakkeenya godhu Magarsaa Geetuu, 'Somaalee Affaar Walaan dhiitta Qimaanti Sidaamaas ni dhiitta, 'Gumuz Agawuuf Oromiyaan dhigaa Dubbi qawwee qawwedhumatu diiga, . 'Sifoolee eega mariin oolee Si nyaatee lama walaa taatee, 'Hayyuu hiitee - si nyaate Ofuu miitee - si nyaate Keenya seerroo - si nyaate WBO'f qeerroo - si nyaate Dhugaa Kaatuu - si nyaate Jalaa hin baatuu - si nyaate Gadaa raasii - si nyaate Dhukkee kaasii - si nyaate'(2x) . 'Si nyaatee wala walaa taatee Daddaaqaa garagalchaan waaqaa' 'Si nyaatee ati walaa taatee Hafuuri, ati oduu guurii' . . ♤Madaqoon kakuu bara kaanii Madqanaan wallaalle afaani Oromoon, abboo gali tooraa Maaf guura-alalchita mooraa, 'Shan daddaaqaa, shan dandeenyee Akka waaqaaf har'a geenyee, 'Abbaa jaanoo yoona dhageessee Yaa volkaanoo yeroon geessee♤ . . ''Noobeliin hidhate zinnaaraa Addunyaan dhoowwatte doolaaraa, 'Biyyattii fongole ayyaannii Dinagdee butuche waraannii, 'Filannoo uggurame ogeessii Hidhannoo duude dargaggeessii, 'Jeneraal Artist Haacaaluu Gumaa gootaa shirri hin awwaaluu, 'Gudeeddaa diige dippiloomaasi Sharafa alaaf isa Imbaasii, 'Biyya gidiraan deemtu karooraa Saaxile qabsoon warra diyaaspooraa, 'Biyya hin gabbanne foon hayyuus nyaattuu Maraatuun gara hallayyaa kaattuu, 'Dhukkuba siyaasaa dawaa yaalaa Goda Qilinxoof Qaallittii ilaalaa, . sifoole eega lagaan oolle si nyaate ee walaa taate Tokko nyaachu - si nyaate tokko baachu - si nyaate dubbii uumee - si nyaate wal sukkuume - si nyaate wal dhidhiibaa - si nyaate wal dhimbiiba - si nyaate Bokkuu raasii, addaan baasi . Sobaanu warra dibbee dhaanu walii laalle yaa tawalwaalle Si nyaate imalachuuf kaate Si foole eega mariin oolle, Sobaanu warra dibbee dhaanu walii laalle yaa tawalwaalle Si nyaate imalachuuf kaate Si foole eega rafteen oolleeee. Galatooma🙏💚🙏 https://telegram.me/Yoosan_Getahun https://telegram.me/Vision_Entertainment_Oromoo
نمایش همه...
Yoosan Getahun official

Yosan Getahun @Vision_Entertainment_Oromoo

نمایش همه...
نمایش همه...
نمایش همه...
Lencho_Gemechu_Saglii_New_Ethiopian_Oromo_Music_2021Official_Video1080P.mp35.49 MB
نمایش همه...
Keekiyyaa_Badhaadhaa_MADAQOO_Oromo_Music_2021_Official_Video720P.mp36.05 MB
➥ EXCLUSIVE @AppleMusicsTM
نمایش همه...
J. Cole - Heaven s EP.mp32.74 MB
نمایش همه...
نمایش همه...
نمایش همه...
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.