cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Faaruuwwan ortodoksii tawaahidoo

Follow our facebook page

نمایش بیشتر
فنلندة1 671زبان مشخص نشده استدین و مذهبی58 290
پست‌های تبلیغاتی
678
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-37 روز
-1830 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
DEBRE TAABOR Maqaa Abbaa kan ilmaa kan afuura qulqulluu waaqa tokkotti ni amanna Ameen!! Walaloo Ijji mana Amantaa Abbooliin Luboonni Tajaajiltoonnisaa sinis Daaqonoonni Abbooliin haadholiin Uummanni hundumtuu Nageenya waaqayyoon Nagaadhaa akkam jirtu? Namoota hunda keessaa filatee nu waamee Arjummaa isaatiin manasaa nu dhaabee Bakka baayyee irraa nuyiin nu sassabee manasaa keessatti walitti nu qabe Egaa maal dubbannaa waayee Oolma isaa Lakkawamee hin dhumu kennaaf jaalallisaa nuti homaa hin qabnu kan isaaf deebisnu galata qofaadha kan isaaf kenninu waayee guyyaa har'aa hubannaa maal qabnaa moo callisneetumaDebre taabor jennaa xiqqoon sinitti himna waayee guyyaa kanaa Nageenyi Waaqayyoo haa ta'u nu faana Iyyasuus kiristoos Qisaariyaa Deemee Duuka bu'ootasaa gidduutti argamee "Namoonni ilma namaan Eenyu jedhu " - jechuun isaaniin gaafate pheexiroos waanta kana dafeetu hubate Warri kaanis musee kaanimmoo Eeliyaasi kan jedhanis jiru ati Eermiyaasi Waaqayyoos deebisee isaanitti dubbate sinoo maal naan jettuu jedheetu gaafate Bartootasaa keessaa inni Ariifataa Qulqulluu pheexiroos Duuka bu'aan gooftaa Gaaffii gaafatameef deebisaa hubatee Ati ilma waaqaati jedheetu dubbate kana kan siif ibse yaada foonii miti Afuura Abbaakoo isa samiirraati jedhee itti dubbate waaqayyos deebisee Furtuu lafaaf samii kennuudhaan Eebbise Lafatti kan hiikte samiitti hiikamaadha lafatti kan hiite samiitti hidhamaadha Ati kattaa cimaa utubaa Abboolii Diiguu hin danda'ani humnoonni si'oolii Guyyaa jahaan booda Taaboritti ol bahee Bartoota isaa keessaa sadan waliin ta'ee pheexiroos, yaahiqoob, yohannis fudhatee ifni waaqummaasaas achitti muldhate Eeliyaasiin waamee biheera hewaan keessaa Museesimmoo kaasee warra du'an keessaa akka biftuutti ifee ifti waaqummaasaa na'aniis kufanii arganii Aangoosaa Duumessa keessatti wajjiniin haasa'ee Museefi Eeliyaas Bitaaf mirgaan kahee Abbaan samii taa'ee isatti muldhatee Ilma koo dhagahaa jechuudhaan dubbatee Icciitiin Sadummaa gaafasis muldhate Ati Eeliyaasi jechaa kan turani Waaqa Eeliyaas ta'uu gaaf sana barani Waadaa Museef gale Tulluu Siinaarratti itti ni muldhate Tulluu Taaboritti Duuka bu'oonnisaa Raajii kana arganii Naasuu guddaadhaanis lafatti kufanii gammachuun ka'anii waaqatti dubbatanii Diina isaan Rakkises kunoo mo'atani pheexiroos gammadee waaqatti dubbate As jiraachuu wayya jechuudhaan gaafaate Museef Eeliyaasiif siifis Daasii tokko isiniif ijaarra maaloo yaa waaqakoo jedheetu dubbate bartuun pheexiroosi jireenya achirraa filachuudhaanisi kanaaf kabajama Ayyaanni har'aa kuni fakkeenyaaf icciitii irratti hundaa'uuni Warreen hin Amanneef waaqayyo kadhanna Ayyaana kabajneetu Eebba irraa arganna Nutoo hin dagannuu Amantaa Abbootii kunoo kabajuudhaaf dhufneerra asitti Xomboora qabsiisnee damaraa ibsina ifa waaqummaasaa fakkeenyaan argina Manasaa filanna akka bartootasaa As jiraachuu wayya mana qulqulluusaa Amma bara baraatti mana isaatii hin baanu yeroo dhufaatiisaa dhaaltuusaa akka taanu Cimsee nu haa dhaabu waaqayyo gooftaani nu kuffisuuf yaada yeroo hunda seexanni nut garuu ni dhaabbanna waaqayyo qabanna waa'ee Lubbuuf jecha cubbuurraa fagaanna Iyyesuus kiristoos fakkeenya haa godhannu Daandii qulqullootaa irra haa deddeebinu Daandii bal'aa dhiisnee ishee xiqqoo ilaalla cubbuu keenya haquuf nuyi gaabbii galla walaloo kiyyallee kanaanan goolaba waan dhaggeeffattaniif guddaa galatoomaa Ayyaani kunisi kan Eebbaaf Nageenyaa Nu hundaaf haa godhu waaqni Uumaan keenya. GALANNI WAAQAYYOOF HAA TA'U. AMEEN.
نمایش همه...
Eenyutu dhaala.mp34.72 MB
Eenyutu dhaala Eenyutu dhaala gooftaa mootummaa kee Nutoo hin hubannee gaarummaa kee Addunyaa dorgomuuf oliifi gadi fiignee Biyya lafaaf jennee nu seera kee diignee ............ Egaa yaa ilmaan koo koottaamee gara koo Akka dhaaltaniifi mootummaa abbaa koo Jettee nu waammattee gara mana keettii Nuti garuu hin deebine kunoo hanga har'aatti ............ Kan ati duuteefi uumamni harkakee Dhagahuu dadhabee maaloo waamicha kee Otoo nutti himamuu halkanii fi guyyaa Deebi'uu dadhabnee maaloo maal nuuf wayyaa ................ Jireenyaa addunyaarraaf oliifi gadi kaannee Hojii fooniif jennee seera keerraa kaannee Gara keetti deebinaa ati nuuf araarami Yeroo dhufaatii kee mirga keetti nu waami ................. Eegaa yaa obboleessaa atis yaa oobboleettii Koottaa ni deebinaa gara Waaqayyootti Gaabbii haa qabaannu fuula isaa duratti Akka nu yaadatuif guyyaa dhufasaati ================= @faaruuwwanortodoksiitawaahidoo1 ==================
نمایش همه...
D9vdtx96fxxt 99dtdtirkd rnng.ojrn k urdin n n cjrn nci crj አሰፋ ኸተd. ,J x8 f rm f8 fncfn fo ncf8krn r nxkn f8 x8 gu ncfm n ,g7 ጸጠሰ c7, 7, i mlcigux8ncc8 f8l f8n x8lfncf gkxm k xn ዐfklcfo tf fፐሸጥነጸ ኖወ ነ ነወ ሥነቀ n ሰፐጸ ኝፐቀጨወ ገጸ ዐ ኞገፖኸ ጸነከነነወነ ፐጠወመቀነወነኸጠመሮቀጠነወሠሰነኖf8lfገጸ ገኸፐፐዐ u, j j ncnvn bc kፖ ዐ ዐ ወጸ ገቀፐጰፖ ፖ ፖn ኸ ኘመፐ ሠመቧቮጸፖ ዐገሸኟ ĸ^uc,l cu m ፖ8 k l 8 8n ጸ ቀፐጸ cu i, i,,8. g7 cun n . . ,j ,. ጸ ዐ o n nn n nሸጠጸ ኞ ጨኮኵኵ xioፀጨgugkgg7flfl7 n ገ ጸገከገጸ ነኸ ጸ ገጸ ገጸ ገጸ ጸ ገሸኘጸ ገሸአጸ ፐሸ ሸጠሸሸሸ ሽ ከሰ ሰ ክፐሸሸፐሸፐሸፐሸፐጰወ ነኸ jc ,n un r7vu rloŕrrrrrffu,,d co,rg ,7xldu r7x
نمایش همه...
X9r_drdxy963xooyd9xy9d9c8,9g,rd9,89d,vrdx6xvd9d99yxyrr9dtxgdyxo96gd9xfg9
نمایش همه...
,x9 9xxoxxx,%d6x,9dd99 99
نمایش همه...
MDJXXB,FDU,M,XXI94d
نمایش همه...
07:56
Video unavailableShow in Telegram
VID_20221212_070901.mp417.52 MB
نمایش همه...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.