fa
Feedback
Urael Tech

Urael Tech

رفتن به کانال در Telegram

Afaan keenyaan Teknolojii ha dubbisnu. Group kenyaaf https://telegram.me/uraeltechs Yaadaa qabdanuf= @UraelBot

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
616
مشترکین
+124 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
-1530 روز
آرشیو پست ها
#Urael_𝐓𝐞𝐜𝐡_𝐍𝐞𝐰𝐬 Telegram version Asin duraa hojjata turen hojjachuu dhabuu barbaada waan ta'ef telegram keessan update gochu qabda osoo isin jala logout hin jedhin #𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨_𝐓𝐞𝐞𝐤𝐧𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢_𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨_𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨𝐧_𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐟_𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥_𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚_𝐉𝐨𝐢𝐧_𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚 ༆ @uraeltech

#Urael_𝐓𝐞𝐜𝐡_𝐍𝐞𝐰𝐬 Addunyaa kana irraa Itiyoophiyaan Biyya gatii interneetaa Qalii ta'en dhiyyeessittu keessa sadarkaa jalqabaa irratti argamtti 😢😢 Akka Dhabbanni biyyaa United kingdom "press Comprehensive" jedhamu Qorannoo haaraa taasisee jedhen akka ibsetti Biyyoota addunyaa kana irraa Gatii interneetaa Qaliin dhiyyeessaan biyyoota 10 basee keessa Itiyoophiyaan sadarkaa 1ffaa irratti argamti. Qorannoon kun itiyophiyaa keessatti tajaajila interneetii broadband ji'atti Kaffaltiin isa 307.84€ akka ta'e ibse gatiin kun ammoo biyyoota addunyaa kana keessa biyyaa gatii qalii kaffalchiistu isi taasisaa. Biyyoonni biroo ammoo United Arab Emirates ammoo sadarkaa 2ffaa irratti argamatti 236.09€ kaffalchiisuudhaan. faallaa kanan ammoo Biyya Addunyaa kana irraa gatii xiqqoon dhiyyeessittu ammoo Ukraine Sadarkaa jalqabaa irraa argamti kaffaltii ji'an 4.42£ kaffalchiisuudhaan dursaa jirti.

Breaking news! 1.Paakeejii intarneetii ykn paakeeniiwwan biroo namni biroon fayyadamaa jiru akkuma qarsheen dabarfamutti dabarfachuun akka danda'amu ni beettuu? 2.paakeejii tokko gara isa biraatti (paakeejii miiseejii gara intarneetiitti ykn sagaleetti) kan intarneetiimmoo gara sagaleetti ykn miiseejiitti) jijjiiruun akka danda'amuhoo ni beettuu? Adaraa keessan paakeejii waljalaatii hin hatiinaa garuu tajaajilli paakeejii exchange gochuu fi transfer gochuu eegaleeti jira tajaajilicha argachuuf *999# bilbiluudhaan lakkoofsa 4 ykn 5 tuquun argachuu dandeessu! Galatoomaa! Share waliif godhaa @uraeltech

#Urael_𝐓𝐞𝐜𝐡_𝐍𝐞𝐰𝐬 #𝐄𝐭𝐡𝐢𝐨𝐭𝐞𝐥𝐞𝐜𝐨𝐦 𝐁𝐢𝐫𝐫 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐧 𝐊𝐮𝐮𝐟𝐚𝐦𝐚 𝐒𝐚'𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐟 𝐭𝐮𝐫𝐮 𝐛𝐢𝐭𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮 𝐤𝐮𝐮𝐟𝐚𝐦𝐚 𝐒𝐚𝐠𝐚𝐥𝐞𝐞, 𝐈𝐧𝐭𝐞𝐫𝐧𝐞𝐞𝐭𝐚𝐚 𝐅𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐚 𝐁𝐢𝐭𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮 𝐍𝐚𝐦𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐄𝐭𝐡𝐢𝐨𝐩𝐢𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐦𝐭𝐚𝐧 𝐉𝐞𝐜𝐡𝐮𝐝𝐡𝐚. # 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨_𝐓𝐞𝐞𝐤𝐧𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢_𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨_𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨𝐧_𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐟_𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥_𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚_𝐉𝐨𝐢𝐧_𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚

Warri Telegiraamin isini hojjecha hin jirreef yo vpn dhistaan proxy kana fayyadama https://t.me/proxy?server=russia-dd.proxy.digitalresistance.dog&port=443&secret=ddd41d8cd98f00b204e9800998ecf8427e

Dhaabbatni Tekinoolojii Guddicha Idil-Addunyaa Feesbuukiin Jijjiirama Maqaafi Muldhataa Taasisuudhaan gara #Meta yoo jijjiiru
Dhaabbatni Tekinoolojii Guddicha Idil-Addunyaa Feesbuukiin Jijjiirama Maqaafi Muldhataa Taasisuudhaan gara #Meta yoo jijjiiru, App Ummanni Fayyadamu ammoo #Facebook jedhamee itti fufa jedhameera

#_𝐓𝐞𝐜𝐡_𝐍𝐞𝐰𝐬 Dhaabbanni Feesbuuk WBO feesbuukii irraa uggureera maqaa WBO ykn kanneen jaarmiyicha bakka bu'aniin fuulli banamu ykn banamee jiru ni haqama, kan banamuuf jiraatus hayyama hin argatu jechuudha. Qabiyyeewwan namoota biraan maxxanfaman ''garee kanaaf deeggarsa kennu ykn hokkora gareen kun uumu leellisu'' ni haqamu. Namoota Heddu Jala Sababuma kanaan Account isanii uugurama turun isa ni yaaddatama Kanaafuu ofeeggannoo barbaachisuu gochu qabdu.😏😏😏 #𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨_𝐓𝐞𝐞𝐤𝐧𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢_𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨_𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨𝐧_𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐟_𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥_𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚_𝐉𝐨𝐢𝐧_𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚 ༆ @uraeltech ༆ ༆ @uraeltech ༆ 📌 ||| - @uraeltech - ||| 📌

#𝐓𝐞𝐜𝐡_𝐍𝐞𝐰𝐬 Pirezidaantiin duraanii US Doonaaldi Tiraampi miidiyaa hawaasummaa haaraa jalqabuuf akka jedhan ifoomsan. Tiraampi akka jedhanitti miidiyaan ammaa kun ‘’abbaa irrummaa teeknolojii gurguddaa fuuldura dhaabbata’’. Dhaabbanni Tiraamp Miidiyaa fi Teeknoloojii Giruupp (TMTG) kan Tiraampi hogganu tajaajila viidiyoo biraa eegaluuf akka jedhu hime. Jalqaba wagga kanaatti biloogii ‘From the Desk of Doonaald J Trump’ jedhamu bananiiru. Marsariitiin kun aduu ji’a tokkoo keessatti guutummaan cufame. Gorsaan isaanii gameessi Jeesan Miilar ‘’hojii guddaa hojjechaa jirru keessaa kun isa xiqqaadha’’ jedhan. Miidiyaa hawaasummaa amma banuuf jedhan TRUTH Social ji’a dhufu keessummootaaf banamee ‘’guutummaa biyyaatti ni beeksifama’’ jedhe ibsi TMTG #𝐌𝐚𝐝𝐝𝐢 𝐁𝐁𝐂 ༆ credit from kiya ༆

#_𝐓𝐞𝐜𝐡_𝐍𝐞𝐰𝐬 #𝐅𝐚𝐜𝐞𝐛𝐨𝐨𝐤 Maqaa isaa jiijjiruuf akka jiru beeksisee. Routers Maddeen Odeeffannoo Teeknoloojii Ode
#_𝐓𝐞𝐜𝐡_𝐍𝐞𝐰𝐬 #𝐅𝐚𝐜𝐞𝐛𝐨𝐨𝐤 Maqaa isaa jiijjiruuf akka jiru beeksisee. Routers Maddeen Odeeffannoo Teeknoloojii Odeeffatee Akka Qabattee Bahetti Facebookiin Torbanoota asi deeman Kanneen Keessatti Jiijjiira Maqaa Gochuuf Akka Jiru Fi Haala Haaraan Dhufuuf Akka jiru Karoora Qabachuu ibse. Maqaa fi wantoota biroo irratti Dhuma Ji'a Onkoleessaa Walgahii Waggaa Ta'aan irratti Hojii Geeggessan Facebook Markzumberg Ibsa Ni godha jedhame Eegama. Odeeffannoo Teeknoloojii Yeroo Yeroon Argachuf Channel Keenya Join Godha 📌 ||| - @uraeltech - ||| 📌

#Tech_news Barattoonni Chaayinaa Rikeerdi haaraa galmeessisan Barattoonni Chaayinaa Diroonii sa'aatii 80f balali'u dandeessu
#Tech_news Barattoonni Chaayinaa Rikeerdi haaraa galmeessisan Barattoonni Chaayinaa Diroonii sa'aatii 80f balali'u dandeessu hojjechuun Addunyaa irratti rikeerdii haaraa galmeessisani. dirooniin FENG ARU 3-100 koochoo ishee meetira 10 kan dheeratu yo tahu mootora gaaziin hojjetudha. Sa'aati diroonin balali'e = sa'aati 80, daqiiqaa 46 fi sekondii 35 kan kanaan dura galmahee ture (kampaanii boying jalatti kan bulu Oriyoon kan jedhamu) = sa'aatii 80, daqiiqaa 2 fi sekondii 52 barattootni kunis Umurii jara 20 gadii

Misiir (Egypt) yuutubeerin biyyaa ishee Gibira akka kaffaltuu ajaja basuufi kunis yuutubeeroota Doolaara 32,000 ol nyaatanii
Misiir (Egypt) yuutubeerin biyyaa ishee Gibira akka kaffaltuu ajaja basuufi kunis yuutubeeroota Doolaara 32,000 ol nyaatanii irratti kan murtaahuudha jedha 🙄😁

Google interneetii Afrikaa ol guddisuuf Dolaara biliyoona 1 karoorsate jira.💪
Google interneetii Afrikaa ol guddisuuf Dolaara biliyoona 1 karoorsate jira.💪

Hayyama seeraa al diroonii kaameeraaf fayyadamuun dhorkaadha. dhabbileen adda adda fi namoonni dhunfaa diroonii osoo hayyama
Hayyama seeraa al diroonii kaameeraaf fayyadamuun dhorkaadha. dhabbileen adda adda fi namoonni dhunfaa diroonii osoo hayyama hin argatiin kameeraa kaasuun dhorkaadha credit INSA

saffisni interneetii addunya rikeerdiin isa ni cabee✊ injineronni Jaappan saffisa interneetii addunyaa cabsaani. ariitiin isa
saffisni interneetii addunya rikeerdiin isa ni cabee✊ injineronni Jaappan saffisa interneetii addunyaa cabsaani. ariitiin isaas seekendi tokko keessatti Fiilmii kuma sadetami shan buusuu danda'a 👏👏👏

💻 recorder warreen tiktok fi youtube fayyadamtanuuf screen recorder

photo content

ayii Teknoolojii🤭

#Twitter Tiwiter hordoftoota isatiif haala galii itti argatan qopheesse kunis bayiina hordoftoota irratti hundaahuuni👌
#Twitter Tiwiter hordoftoota isatiif haala galii itti argatan qopheesse kunis bayiina hordoftoota irratti hundaahuuni👌

Oduu Gaarii hin taane.. Mootummaan Itoophiyaa pilaatfoormii social media kan facebook, twitter, whatsapp fi zoom bakka bu'u h
Oduu Gaarii hin taane.. Mootummaan Itoophiyaa pilaatfoormii social media kan facebook, twitter, whatsapp fi zoom bakka bu'u hojjataa akka jiru beeksise. kanneen keessaa xumuramanii yaalii irra kan jiraani fi dhiyootti akka ifa godhaman Al-Aain INSA wabeeffachuun gabaasee jira. Baajata guddaa itti dhangalaasun pilaatfoormii kanneen uumuun sababa maalif barbaachise jettanii yaaddu? Ol'aantummaa mootummaatin kan hogganamu yoo ta'e kun ummataaf gabrummaa guddaadha.