Kombalcha Vine
@KombalchaVine ▶Aᴋᴋᴀ Mᴀʟᴇ Kᴏғᴀʟᴛᴀɴ ▶Gadda In Iranfatan ▶Jecha Nama Irranfatan ▶Walalo Jalala Arkatan ▶Nama jalatan Cabsatan Join Godha 👇👇👇👇👇 @Kombalchavine @Ramjane2020
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
148
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
Fayyaa keessaniif ganama ciree sirriitti nyaadhaa, laaqana giddu-galeessattiif irbaata immoo xiqqeessaa nyaadhaa
👉By Dr Hamza
@Ramjane2021
@IJOLLE_KOMBELCHA
200
Barcumaafis, faayidaafis
Hin hojjatiin waan fafaa
Ati duutee darbita
Seenaan lafarratti hafa
@Waloo_Leta
500
Irbaatni ittoo hin qabne
Duwwaadha malee maali
Surreen butaantaa hin qabne
Qullaadha malee maali...
Ameessi aannan hin qabne
Gu'aadha malee maali
Namni seenaa hin yaadanne
kan sabaasaaf hin taane
Du'aadha malee maali!
@Waloo_Leta
600
Furdachuun salphaa ture
Akka namaa nyaattanii
Anaaf, Oromoof jecha
Ekeraa fakkaattani
Moroda xiiqiirratti
Soofamtan akka baalaa
Dhugaatu sin marare
Guddina garaa caalaa!
Waa'ee keessan barreessuuf
An' jechan dhabe homaa
Gaatii nuuf kaffaltaniif
Jiraadhaa, galatoomaa
#Share
@Waloo_Leta
400
Gowwaan hafaa cortee
har'a buluu feetu
Gaafa lafti dhihu
ni bari'a hin seetu
~
#Share
@Waloo_Leta
300
Jaalalli umriin hin daangeffamu.
Anuu waggaa 1400 duuba dhufee jaalala isaatiin booji'ame
Sallallaahu Aleyhi Wasallam.
@Qilleensi_nasrii_bubbise1
❤️❤️❤️❤️❤️
أحبك يا رسول الله...
@Qilleensi_nasrii_bubbise1
900
Yoon akkana jenne rakkoo qabaa
🔷️ Universiiti - Nubarsiifti
🔹️ Gondar - qonxar(talbaa)
🔶️ Nayiroobi - Naa roobi
🔸️ Somaalee - sun male
🔷️ Jabuuti - ijaa buuti
🔹️ Libiyaa - laal biiyya
🔶️ Kenya - keenya
🔸️ Washington DC - wan shakkiitan dhiisi
........Itti fufaa
@yadaagarii
🏴🏴🏴🏴
🚩🚩🚩🚩
🏳🏳🏳🏳
@Cex33
1100
#F_Lite kan sin didee!
Kunoo #apk kana buufadhaa!
#share waliif godhaa!
Join
@Oro_quotes
@Oro_quotes
Lets VPN.apk14.25 MB
1200
یک طرح متفاوت انتخاب کنید
طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.