𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐈𝐒𝐏𝐎𝐎𝐑𝐓𝐈𝐈
Odeessa haaraawaa 👉 premier league England 👉 Laligaa Ispeen 👉 Bundisliigaa Jarmanii 👉 SeriA Italy 👉 Liigii Faranasaayi 1 Tapha kallattiin📷 Oduu jijjiiraa fi kkf Ispoortii Afaan keenyaan haa dubbisnu Yaadaaf qeeqa qabdaniif @Solay13 @Ayyoo_LM10
نمایش بیشتر24 166
مشترکین
+824 ساعت
+2737 روز
+1 24230 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
Photo unavailableShow in Telegram
Niwukaastil Yunaayitid Kaalvart Lewiin mallatteessisuuf dhihaatee jira.
@oduu_isportii
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
🇪🇺Tapha geeba Awurooppaa marsaa 2ffaa ramaddii (E)
⏱Xumurame'
Beeljiyeem 2-0 Romaaniyaa
⚽ Teelemaans 1'
⚽ Deebruyinee 80'
@oduu_isportii
👍 8❤ 1
Photo unavailableShow in Telegram
Bruno hiriyyaa isaa Eltai Bindir irratti goolii galche!
@oduu_isportii
😁 21👍 3😭 2🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
Rating taphatoota porchugaliif kenname
@oduu_isportii
👍 8❤ 3
Photo unavailableShow in Telegram
Taphatoota Yuuroo yeroo hunda kubbaawwan mijeessee kennuudhaan sadarkaa olaanaa qaban
@oduu_isportii
❤ 2
Photo unavailableShow in Telegram
Deeggaraan kun yeroo Roonaaldoo waliin suuraa ka'uuf dhufu akkanatti Roonaaldoon isa simate ❤️
@oduu_isportii
🔥 20❤ 9👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Biruunoo Fernaandeez taphoota 15 darban Poorchugaal waliin taasiseen goolii 19 lakkoofsiseera!
MAGNIFICO 🔥👌
@oduu_isportii
👍 17🔥 1
🇪🇺Tapha geeba Awurooppaa marsaa 2ffaa ramaddii F
⏱Xumurame'
Turkii 0-3 Poorchugaal
⚽ B. Silvaa 21'
⚽ Akaayidin Og 28'
⚽ Brunoo 56'
@oduu_isportii
🔥 4👍 1
یک طرح متفاوت انتخاب کنید
طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.