cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Sanyii isa Jiraataa {Living seed}

wangeela isa ta'ee yesus kiristoos ( Rome1:1-3) dhaloota hundumaatii himna.abboommin waaqayyoo biyya lafaatiif kenne ilma kootii amanaa isa jedhuu barsiifnaa. lakk bilbilaa 0906554827

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
186
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Iddoo amantoota Kiristoos biratti qabanii fi jireenyaa amantoota . kutaa kanaa keessatti wantoota gurguddo ilaala 1) Essaa turee “Isin kanaan dura irra-daddarbaa keessanii fi cubbuu keessaniin [karaa hafuraa] duutanii turtan.” — Efe. 2:1 -hafuuraa Seexanaaf garbaa ta'a ture -dheekkamsa Waaqayyo jalaa ture Humnoota 3 jalaa akkamitti baane 1)Araaraa Waaqayyoo “Araarri Waaqayyoo garuu baay'ee waan ta'eef, jaalala isaa isa guddaa sanaan nu jaallate.” — Efe. 2:4 “Kunis,Waaqayyo irra-daddarbaa namootaa itti lakkaa'uu dhiisee, karaa Kristos biyya lafaa ofitti araarse jechuu dha; ergaa araara isaa kana immoo hadaraa nutti kenne.” — 2Qor. 5:19 “Isa cubbuu tokko illee hin qabne, nuyi karaa isaa qajeelina Waaqayyoo akka argannutti, nuuf jedhee cubbuu isa godheera.” — 2Qor. 5:21 2) Jaalala Waaqayyoo “"Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti!” — Yoh. 3:16 3)Ayyaana Waaqayyoo “Isin ayyaana Waaqayyootiin karaa amantii fayyifamtan; inni immoo kennaa Waaqayyoo ti malee, gochaa ofii keessanii miti;” — Efe. 2:8 Ammaa ergaa fayyinee iddoo akkami qabnaa 1)Yesuus wajjiin mirgaa abba Efen 2:8 2) warraa qulqulla'aaniidha 1Qor 6:19 3)Qajeelaa taanerraa Rom 3:21-, Rom8:30, Qol1:22 4) Umamaa haaraa 2Qor5:17,1Ph1:2 5) Ijjoollee Waaqayyotti Yoh 1:12 Rom 8:14- . 1Yoh 3:1- Jireenya amantoota Qulqullummaatti jiraachuu qaba 1Qor1,5 5:11, Gal4:8 Gal5
نمایش همه...
نمایش همه...
Afaan Oromoo New Gospel song || Guyyaa hedduu || Waariyoo Waaqoo || 2022

نمایش همه...
Heaven Voice Choir Love worship

نمایش همه...
Heaven Voice Choir Love worship

نمایش همه...
በሐዲስ ኪዳን "ታቦት" እንደ ማያስፈልግ በብፁዕ አቡነ በርናባስ ሊቀ ጳጳስ የተሰጠ ትምህርት ። ኦርቶዶክሳውያን ስሙት ።

نمایش همه...
DINQEE ADDISUU:SIIF OF IRRAA

ONLY ON EGEREE MEDIA Egeree Media is an Oromo Media dedicated in supporting and introducing New Oromo Comedians, creators and Gospel singers by financially supporting the production. Videos uploaded on this media solely belongs to Egeree Media. Re-uploading any of the medias creations and content is prohibited! Follow us on: Facebook(Gaaddisa Oromiyaa)

https://www.facebook.com/egereemedia

Telegram channel

https://t.me/EgereeMediaChannel

Telegram group

https://t.me/EgereeNewGospelSongs

یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.