cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Hiriyaa chanel's

Kayyoon keenyaa✌️ ❶Dhimma jaalala. ❷Dhugaa dhoktaa dhala nama Galmii keenyaa ➔Oromoo Sammuun bilisoome arguu😍 @hiriyaakoo 🏇🏇 Yaada qabdaniif @kiyahiki

نمایش بیشتر
فنلندة3 104زبان مشخص نشده استشوخی و سرگرمی19 189
پست‌های تبلیغاتی
826
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
+530 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Yeroo tokko ture, namicha qumaara baay'ee danda'u tokkotu; mooraa loltuu keessatti poolisoota rakkise, kana irraa ka'uunis ijoolleen mooraa keessaa baay'eema rakkatan. Har'a nama 2 tu du'a yoo jedhe, hinuma du'u!  walumaagalatti baay'eema isaan rakkise, gaaf tokko baay'eema rakkachuun wanta kana hogganaa isantiiti himan. Sana booddee; innis marsaa duraa akeekkachisee dhiise. ammas inni, irraa barachuu hin dandeenye! Qumaara isa isaan nyaachuu hin dhiifne. Akkumaa duraatti itti fufe!ammas irraa deebi'uun itti himan! ajajaan Sun ammas waamee  ati hin didee mitii? jedhee "xaliyyaa hojii gadhiisuu siifan kenna, kana booda nu waliin hin hojjettu ittiin jedhe" gidduutii mucaa qumaara bare kun, aniif isin maalif hin taphannuu jedhee gaafate!🤣 Balagee ana wajjin taphataa?  Anaan nan  kabajjuu jedheen! Abbaa 10,000 waliif qabsiifannee taphanna hudduu keessan irraa goddanifni jira ittiin jedhe!🤣 innis waan ofi beekuuf tole ni taphanna jedhe, taphatees qarshii 10,000 irraa nyaate!  Sana booda hogganaan sun sagalee guddiftuu fuudhatee, loltoota sanaan maal isin?  aniyyuu inni biiroo keessa ba'ee hin beekne, qumaara qarshii 10,000 irraan nyaadhe jedhe. Akkamitti jedhanii loltoonni isa gaafatan! hudduu kee irra godannisni jira nan jedhe, yeroo ilaaluu immoo godaanisni tokkoyyuu hudduukoo irra hin jiru!🤣 kanaaf, 10,000 irraan nyaadhe itti jedhe, loltoonni sun baay'isani iyyaan, maal taatanii iyyituu jechuun hogganaan isaan gaafate!  y 100,000 qabsiifneerra, inni hudduu ajajaa keenyaa ilaale nan dhufa nuun jennaan itti jedhan!🤣 @hiriyaakoo @hiriyaakoo @hiriyaakoo @hiriyaakoo
نمایش همه...
👍 1
#Dubbiin_kun_jabduudha telegram🔎😻🙏💃 Hubachuufillee nama rakkisa, garuu qabatama jiru walhubachiisaa adeemuu gaafata. 》Telegram yeroo jalqabaaf "tapha" akka #TikTok kennaa bifa mallaqaatiin waliif kennuuf gargaaru eegaluuf ifoomse. Innis kan #Major jedhamu eegale. Kunis, kennaa (bittaa fi gurgurtaa) ofkeessaa qabu #Star[Urjii] jedhee moggaasee beeksiseera. Tapha Telegiraamiin haaraa fide kun kennaa 🌟 kallattiidhumaan gara TON jijjiiramuudha. #TON tokko Doolara 7 olitti sharafama. Hiriyyoota keessan yoo affeertan 🌟 15 ol isiniif kenna, Premium yoo tahe ammoo 🌟 50 isiniif kenna. Hiriyyoota keenyaaf #referral linkii erguun jalqabuun, #Hojii adda addaa guyyuu raawwachuudhaan, kennaa #Urjiilee namoota biroof arjoomuu fi fudhachuun sadarkaa fi badhaasa argachuu dandeenyutu jira.🤗 Guyyaa guyyaan hojii sasalphaallee isiniif kennee 🌟 isiniif badhaasa. #sirnakafaltiihaaraa (#cryptocurrency) Telegram eegale jedhamee miidiyaaleen ajandaa godhateera. Kanaafuu kallattiidhaan TON gara wallet keessanitti dabarfachuu (withdraw) gochuu kan isin dandeessisu yoo tahu, baayinna TON keenyaatiin bu'aan Telegram irraa argannu garaagarummaa qabaata. Erga eegalee guyyaa shan kan hin guunne Miliyoonota 5 olitu fayyadamuu eegalee jira. Affeeramaa, wal-affeeraa https://t.me/major/start?startapp=5036147549 👑 Itti-adeemaa jirra. . . 💃🚶🏃 Dhimma kana akka hunduu hubachuu danda'utti baldhinaan itti deebina. @hiriyaakoo @hiriyaakoo @hiriyaakoo @hiriyaakoo
نمایش همه...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

Xalayaa gurraacha!🖤 Awwaalchaa koo irraa hin dhaabatiin...! Jireenya du’an qixxee lubbuu jireenyi gidirsitu, raroo dhoqqeen makame keessatti kan ati gattee...duuti isaa fudhatte! Awwaalcha koo irraa dhaabbatte hin boo'in. Eeyyee qaama koo, gola icciitii kooti jedhen ture fuula keetti kaniin boo'e, madaa nama kamittu hin agarsiifne bakka siif qaba jedhen baase sitti himadhe...dhibeen kee dhibee koo💔dhibeen koo dhibee kee natti fakkate ture... Ati garuu maal goote na dhiifte...kophatti na gattee, warra natti kolfu natti qoosutti dabarsite na laatte...si amanen ture...ati birmadu kaan irraa adda akka taateetti yaadeen ture...nama kooti, hiriyaa kooti jedhen ture...amantoon kun hundi ni laamsha'ee! Si amanen na gante..."akkamitti?" "maaliif?" jette nan gaafatin! Takka ergan murteesse eessatti na argattas...garuu ofuma koo na dhabutti, of wallaalu kootti fi amma immoo lubbuu koo dhabutti sababa akka taate hin dagatiin. Eenyuma olitti iccitii rakkina itti jiru osoo beektu furmaata na barbaadu irraa qaama madaan tortore mukukkula itti keesse as deebitee "Akkam fayya qabda?" jette laphee koo haga dandeettii isaa ol kan miidhe si'idha! Ati jechuun na arrabsite dabarsite warra yeeyyii gogaa hoolaa uffatanitti na laatte...kenna hiriyummaa an ulfinaan siif laadhee tuffatte gatii hiriyaa natti hirdhiste. Nama hedduuf laphee koo laadhe beeka, gonfoo kabaja onnee koo keessatti namaaf hire beeka, yoo hedduu miidhameera, ni beekta onneen tiyya xiqqoon kun baay'ee ganamuun dhiige beeka, godaannisni ishee haga dhumatti waliin kan turu...garuu anaaf namni maaliidha hin jedhu, namni hundi gantuudha jedhes hin murteessine...ammas hin murteessu...carraa kooti! Bara baraaf nagaa ta'i...eeyyen nagaa tahi...daba yoomiyyu sirratti hin hawwuu, kan facaafte haammadhu sin hin jedhu...maaliif jedhe?...hiriyaa akka kee irraa si haa eegu...yoo sirraa hin bareedne hin bareedne kaa jettu yoo sirraa bareede bareedde jirta kan jettu...kolfa fi gadda kee ilaala namoota biratti akka ati hin siqiqne hiriyaa si eegdu siif haa kennu! Waaqni daba mishaan deebisuu hiriyaa gaarii siif haa kennu...onnee yoo qabatte tarii sitti dhaga'amu mala deebi'uus dandeessa. Akkuma daawitii sumaan agarsiisturraa darbe kan keessaa kee sitti himtu si sirreessitu hiriyaa dawaa taate sitti haa qabu...hunduma keenyaf haa kennu. Ani garuu bakka hin deebi'amne waanan deemuuf hiriyaa akka kee hin barbaadu, sababni isaas akka kee imimmaan nyaacha kan naaf boossu osoo hin ta'in onneen ishee kan na waliin boo'u waan fedhuuf beekta animmoo nama miidhu hin barbaadu... Duraas hiriyaa akka ishee osoo naaf laate asiis yoomiin gaha ture...carraa kooti maal haa godhu? @hiriyaakoo @hiriyaakoo
نمایش همه...
👍 1 1
Boddee akka na hin komaneef Link isniif gadhisee kan hojjechuu dhiiftan dhugaa app telegram tuu gadhisee wanta ta'eef hiriyoota keessan afeera dafati. https://t.me/major/start?startapp=5036147549 @hiriyaakoo @hiriyaakoo
نمایش همه...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

⭐️ Telegram stars Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqabaa Liinkiin kunooti💥👇🏻👇 ⁨https://t.me/major/start?startapp=5036147549 Source: Abdisa Bancha Jara @hiriyaakoo @hiriyaakoo
نمایش همه...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

Urgaa gaarii natti biiftee Ati dhufnaan fuulla iftee Rakkinni koo na dhokata Onneen kiyyas ni boqota Miira gaddaa narraa qola Kolfeen seeqa natti tolaa Burqaa kootu ol mirgisaa Haamileen koos ni lalisaa ~ Kanaafuu Kanin baase sitti himadhu Fuulla ifaan na simadhuu❤️‍🔥 @hiriyaakoo @hiriyaakoo @hiriyaakoo
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Ati nuyiif sagalee turtee. Nuyi siis dhugaa kees Ofiis dhabne....akka gubanetti jira Hacuukoo @hiriyaakoo @hiriyaakoo @hiriyaakoo
نمایش همه...
👍 2🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
Qulqulluu gadhee ajjeeftee si bira hafuu kenyaatu Salphina danga hin qabne keessatti nu kuufise. @hiriyaakoo @hiriyaakoo
نمایش همه...
👍 2
natti hima jiran natti fakkate!...joonja'een bakkan jirutti kufe! Sa'atiwwaan muraasa booda yoon ka'u ofii koo siree hospitaala irrattin of arge!...Jaartiittin wanti natti himan hundu dhugaa ture! Asaantiin duuteetti!...Eeyye...dhiphinafi gidiraa an keessa ture keessaa na baafte abdii jireenya natti horte booda anaa jiraachuu eegalu na ajjees-te sokkite. Osoon si waliin du'e jiraadhe!💔 @hiriyaakoo @hiriyaakoo
نمایش همه...
"Osoon si waliin du'e jiraadhe...!"💔 "Tibba harmeen koo duute tokko du'a ishii sammuun koo amane fudhachuu dadhabe mana yaala sammuu seenen ture. Harmeen koo anaaf waan hunda koo turte. Fira tokkitti an qabu!... Yaadannoowwaan ijoollummaa koo isheetti hidhamanii jiru!...Biyya lafa kanarratti laphee koo guutuun na "Jaallatti" jedhe namni an dubbadhuuf ishee qofa turte! Harmee koo!" Fayyummaa koo irratti jijjiiramni xiqqoon muldhachuu gaafa eegaluu turtii baatii jaha (6) booda mana yaalaa sana nin bahe! Asaantii achumattini beekan. Hojjettu mana yaala sana turte (Narsiidha)!...Waaqa gaditti isheedha ture lubbuu koo dhabamuuf dhuma geesse yaalun hafuura itti horte. Mana yaala bahe turtii baatii lama booda dhibeen koo deebi'e natti jabaate. Harmee koon yaade! Ishee yaaduun sammuu f laphee koo qabate na bobeesse. Ofii koo waliinis Waaqa waliinis walittin bu'e! "Haadha koo naaf deebisi" jedhe kadhadhe cal na jala jedhe. "Hin jirtu sobadha ati" jedhen uumaa koo gane! "Bakki ooltiif bultii koo mana dhugati gosotaa alkoolii jijjiirun morma burcuqqoo qabanii jiraachu ta'e!...Tamboo waliin fira taane walitti maxxanne!...Huccuun uffadhe jiru ofiirraa baasuun illee na jibbisiise!...Areeda fi rifeensa koo ofiirra gaggabaabsu illee nan jibbe!...Ofiin jibbe!" "Wanta kana hunduma keessatti garuu Asaantiin nan dhiisne ture!...Yeroo hedduu ana of balleessuuf jedhu natti dhufte na hambistee beekti!...Gara mana yaalichattis deebi'e akkan yaalamuuf baay'ee dhamateetti! Maal godha garuu hin taane!" "Yaalli sun milkaa'u waan dideef akkuma amantii isheetti 'tsabala' si geessa jette mana hojii isheeti eeyyama gaafannan dhowwatan! Isheen garuu hojii ishee gadhiiste 'tsabala' na geessite! Osoo hin nuffiin baatii afur na waliin achi teesse!...anumti kun xumura irratti nan fayyee! Dadhabbii Asaantii ilaale Waaqni na fayyise! Waaqayyoo fira namarraa fudhate deebisee nama namaaf kenna mitiree? Uumaan koo Asaantii naaf kenne! Ana ofii koottis Uuma koottis nan araarsite! Yoon harmee koo yaadu bakka awwalcha ishee deemen waan garaa koo itti haasa'a! Waa'ee Asaantii illee ittin hime! Gammachuun waan naaf seeqxu natti fakkata! Yeroon booda wanti hundu ni jijjiirame! Carraa barnoota argadhee gara bar-gamatti sokkee!...Biyya ormaa taa'ee walitti dhufeenya Asaantii waliin qabu adda hin kutne!...Yoo hunda waliif bilbilla! Waliif barreessina!...Guyyaa tokko hiriyaa jaalala akka qabatteefi nama gaarii akka ta'e waa'ee koos akka beeku natti himte! Baay'ee natti tole nan gammadeef! Asaantiin obboleetti koo adda turte! Qulqulluu namati! Turtii ta'e booda 'text' yoon erguuf deebisuufi bilbila yoon bilbilu kaasu dhiiste! Natti bitaacha'e..."Maal taateeti?" jedhe namnin gaafadhu waan hin jirreef akkanumatti yaada guyyoonni hedduun darban!... Barnoota koo xumureen gara biyyatti deebi'e! Xiyyaara irraa akkuman bu'een gara bira osoo hin deemiin kallattin gara apartamaa Asaantiin dur keessa jiraattuun deeme!...Habaaboon bite qabadheen mana ishee ergan gahe rurrukute!...Jaartiin umriin qajeele tokko balbala narra banaan!...Akka nama waa harka bade ta'een "Asaantiin hin jirtu?" jedhen..."Asaantiin eenyu?" nan jedhan isaanittis bitaacha'e!... Itti fufanii erga 'apartamaa' kanatti galanii reefu baatii shan akka jiraataniifi dubartii ani jedhunis akka hin beekne naaf himanii balbala cufatan!... Namniin gaafadhu natti bitaacha'e oliif gadi osoon jooruu Haati tokko "Maal barbaadda ilma koo?" nan jedhan!...Anis dafee ariitiidhaan ee..Asaantiin barbaada ture hin jirtu? Harmee bakki mana jireenya ishee kana ture jedhen gara mana isheetti quba qabe!... Harmeenis morma isaanii cabsanii..."Ayii ilmakoo" jedhanii gaddan!..."Maaliidha harmee?" jedhen oduu gadda wayii natti himuuf akka ta'an lapheen koo shakkeera!..."Asaantiin bar duuteetti" nan jedhan!..."Ee...maal akkamitti?" jedhen naasuudhaan qaamni koo hundu hurgufama ture!..."Eeyye ilmakoo Asaantiin duuteetti!" Abbaan mana ishee "dhukkubsata sammuu mana yaala kee ture waliin narratti (maggaaxa) wanta hin taane raawwata" jirta jedhe cubeen morma ishee erga waraane booda ofiis galaafate!" nan jedhan...waan fiilmii
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.