cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Dameksa A Kasim

Kuniis mana keenya. Seerri 'FB' nutti cimnaan gadi buunee asittiis mana dhaabne. Gaafa achiin nu qobqoban asiin jiraachuufi. @Dam_gram9 JOIN godhaa olseenaa Mana keenya FB 'Suullamii' kanaatu nama geessa? https://www.facebook.com/dameksa.ahmed

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
280
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
Barattoonni Qormaata Seensa Yuniversitii kan bara dhufuu qoramuuf qophiirra jirtan, barataan Idilees(regular) ta'e Kan dhuunfaa(private) Akkasuma warreen Galgalaa(Night) martuu, foormiin qormaatichaa bifa haaraan Irra deebi'amee karaa DRS'tiin guuttamaa Waan jiruuf, guyyaa 24/9/2014 --27/09/2014 giddutti dhuftanii akka guuttan Manni Barumsaa Waamicha cimaa Isiniif Taasiseera. HUB: Foormiin kanaan dura guuttame akkuma jirutti ta'ee Inni kun bifa adda ta'een kan guuttamuudha; Dirqamaasi. Yemmuu dhuftan: Passport ID/Phooto(3*4) lama qabattanii dhufuu hin dagatinaa Yeroon: Ganama sa'aa 2:30 - 5:30'fi Waaree booda Sa'aa 8:30 -11:00'ttiidha. Odeeffannoo kana SHARE Gochuun waliif qoodaa. Addattimmoo ijoollee 'Private' Kanneen 'without information' ta'an Biraan Nuuf gahaa... @GALATOOMAA 🙏 ~MB Sad.2ffaa Baddannoo
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
ITTI SIQII LAALI! Namoota tokko tokko fagootti Ilaaltee baayyee jaallatta. Namoota cimoo, hubatoo, bilchaatoo, Amala qabeessa sitti fakkaatu. Gaafa itti dhihaattu garuu, faallaa waan yaadaa turtee argita. Namoonni tokko tokko ammoo, fagootti gaafa ilaaltu, nama bilchina hin qabne, nama gadi bu'aa sitti fakkaatu. Gaafa itti dhihaattu garuu, cimina Ajaa'ibaa keessatti argita. Dhimma Jireenya isaanii Irratti jaboofii Jireenya hawwaasummaa nama beekan ta'uu isaanii mirkaneeffatta. Akkuma Suuraa Kanaatti Jechuudha! Suuraa kana fagoorraa Yoo ilaalte Nama bineensa wahii fakkaatu ta'uutu Sitti mullata. Itti siqxee Gaafa laaltu Garuu Intala bareedduu seeqqattee Jirtu argita. Mee Itti siqii ijakee Akka Nama Cimuu godhii Sirritti laali Argitee.? Namoonnif wantonni wanta fakkaatan miti. addaan baafachuuf itti dhihaatanii laaluun gaariidha! Warri na hubattan Galatoomaa! JOIN gochuun Chaanaalii Keenyatti Dabalamaa @Dam_Gram9 @Dam_Gram9
نمایش همه...
Ati guddaa jedhamuuf, dirqama An Xiqqaachuu hin qabu. Anis Guddaa jedhamuuf, dirqama Si xiqqeessuu hin qabu. Qulqullinni jireenyaa Namni biroon qabu, barbaachisummaa kee gad hin buusu. Namni biraan cimaa ta'es laafaa, Ati qofaama keetti nama barbaachisaadha. Kanaaf Ofii Namatti mi'aawuuf, nama biraa hadheessuun, Ofii 'jabaa' jedhamuuf dadhabina namaa tarreessuun, yoo gad nu buuse malee, Homaa tokko nuuf hin eda'u.✌ @Dam_Gram9 @Dam_Gram9
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
AAMMEE Sheek haajj Ibraahim Tufaa President'ii Majlisa federaalawaa Itoophiyaa ta'uun Muudamaniiru!
نمایش همه...
Repost from Abdisa Bancha Jara
Akka Ragaan ani biyya keessaa interneetarraa funaane mirkaneessutti 👉🏽- "“FIAS 777” Dhaabbata Qindoomina garee Sobdootaati | Banch of the collection of Scammers – according to Scan Detector" https://bit.ly/36Vq6ke
نمایش همه...
Barattoonni kutaa jiranitti barnoota isaanii irraa deebi’u jechuun odeeffannoon adeemaa jiru soba jedhame. Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaala Finfinnee Barana barattoonni daree jiranitti barnoota isaanii irraa deebi’u jechuun odeeffannoon adeemaa jiru soba ta'uu himeera. Barattoonni odeeffannoo sobaa kanaan utuu hin burjaaja’in barnoota isaaniif xiyyeeffannaa kennuun bu’aa caalu galmeessuuf tattaffachuu akka qabanis biirochi hubachiiseera. @Dam_Gram9
نمایش همه...
Jaal Gammachuu Ayyaanaa baga Nagaan Hiikkamte! Baga Hayyoota Wal jaalattanuun Wal argitan! @Dam_Gram9 @Dam_Gram9
نمایش همه...
Sammuun positive'n waanuma hunda keessa carraa bareedaa (opportunity) barbaada. Sammuun Negative'n ammoo waanuma hunda keessa balleessaa, khaxaa (fault) irra barbaada. @ethiopsychiatryinspire @Dam_Gram9
نمایش همه...
Repost from Abdisa Bancha Jara
#MilkaayinnaBiraa - Keenna lolaan uumaadha, - 'Ergaa Baga Gammaddanii isiniif darbe cinaatti Afaan keessan tajaajila #AfaanAmaaraa fa;a hin argatin, Afrikaa keessaayyuu Afaanotni muraasni qofa tajaajila kennaniin - Barreeffama-gara-sagaletti(text-to-speech)'dhiyootti tajaajila akka argannuu kallattiin kaayameera. Odeeffannoo fi ragaa Guutuu Marsariitii 3F Tech irra keenyeerra 👇🏼 https://3fnews.com/afaan-oromo-text-to-speech Telegram @abdisabancha hordofaa mee
نمایش همه...
Yeroo n waa si gorsu, akkan si caalu sitti himuufii miti akka ati na caaltuufi malee.! @Dam_Gram9 @Dam_Gram9
نمایش همه...