Waadaa Jaalala...Daraaraa ❤💘💘🌺💝🌹🌹🌺
Jaalala dhuman qabne❤💔💘👉Atinaaf ☀Jaalala daraaraa Hunduma dararaa Hanga gootu firii Obsuman bira tarii Inuma kununsii Bu'aa isaatin of gamamachisi Yaadaf##👉 @Atinaafdamma Jion👉 @mehdiatinaaf
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
562
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
Kutaa 1ffaa
Asoosama gabaabaa 🙏
👇👇👇👇👇👇👇
Ana halkaan guutuu dubbisaa buleetan ganaman hirribaa ka'ee Akkuman buleeti gara daree qormaata qajeele Akkuman achi gaheen dubartii takka arge yeroon laalu gabaabdus miti dhertuu garuu jidduu galeessa wayi bifti isii magaala, iji isii waan umaman kulamte fakkaati Anis suuta jedhetin laala ture yeroo kana dubbisus tahee waan biraa gaafachun waan natti ulfaatef sodaadhen dhabbaacha ture
Osuman kanan jiruu hiriyaan kiyyaa tokko natti dhufe
Anis ittin garsiiseka innis akkuma argeen wa'ee isii hunda waan beekuf natti himuu egale achuman osoo hin turin lakk isii naaf kenne Anis mirkaanessuf irraatti yeroon bilbilu dhuguma isittu Ana jaala kaste Anis isii tahuu Akkuman beekenin gara kutaa qormaataa seene qoraamuu eegale.
Garuu an ajaiba kan natti tahe amma argee ammuma isii yaadu eegalu kiyya yeroon bahee isii arguuf tattaafadhus isii arguuf hin dandeenye
Achuman osoo gara Dormii deemu Ammas deebi'e bilbileef garuu isin hin kastu irra deddeebiee yaalus akkasuma hin kastu Hayyee isii yaadu dhiisun qaba jedhe yaadus waan naaf danda'amu tahee natti mullaachu dide erga akkas taheefu jedhen eegaa gabaabaa barreessef ergan kiyyaa akkas je'a ture yeroo tokko qofa silkii kaasi sagalee reefu san irraa naaf deebi'i jedha ture...Akkuman irra naaf deebi'i jedhe ergaa barreessen yeroon bilbilu na jalaa kastee osoo waan bira Ana hin gaafatin eenyu ati Nan jette Anis suuta jedhetin itti hima jedhetan maqaa itti dhiise waan biraa hasawu eegale isinis Akka waan artuu taate silkii natti cufte....
@Dammessa
@Harar
Join us @Dammessaa
🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹
🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺
......#HOJII HAARAWA.....
Sirboota welliftoota #OROMOO DURIR-
AA HANGA AMMAA JIRAN HUNDA IS-
AANII #ALBUMAA HANGA SINGLE ISA-
NITTI QABANNEE ISINIIF DHIHEYSINE-
E JIRRA
NUTI GAHEE KEENYA BAHANNE
ISINIS GEHEE KEESSAN BAHADHAN
AFFEERRAA KEENYA ©CARRAA GAARI
🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸
💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽
💽💽AADAM HAARUN💽💽
💽💽Abdii ibraahim💽💽
💽💽Abdii Gophee💽💽
💽💽Ahmad kabiiraa💽💽
💽💽Ahmad Yaasin💽💽
💽💽Alii Birraa💽💽
💽💽Aliyyii Saabit💽💽
💽💽Abduselaam Haajii💽💽
💽💽Abraahim Baadiyyaa💽💽
💽💽Almaaz Tafarraa💽💽
💽💽Ababaa Kafanii💽💽
💽💽Abitow Kabadaa💽💽
💽💽Ahmed ibrooshee💽💽
💽💽Alii shabbo💽💽
💽💽Andualem Gosaa💽💽
💽💽Abdishuu Ammaa💽💽
💽💽Abbush Zallaqaa💽💽
💽💽Abbabaa Abbishuu💽💽
Alemituu simee
💽💽Addisuu Furgaasaa💽💽
🎵Addisuu Karrayyuu🎵
🎵🎵Alii Momadiima(asaboot)🎵🎵
💽💽Adinaan Mahammad🎵🎵
🎵🎵Abarraa warquu🎵🎵
💽💽Afren Barkoo(Odaa Jamaal)💽💽
💽💽Athem Haddis(Habluul)💽💽
🎵🎵Afroo gishoo🎵🎵
🎵🎵Amiin Huseen🎵🎵
💽💽Afandi Siyyoo💽💽
💽💽Beetij Jamaamaa💽💽
Bohaaraa Birhaanu
Birhaanee Teferraa
🎸🎸Caalaa Bultumee🎸🎸
💽💽Caalaa Daggafaa🎹🎹
💽💽Daagim Mokonin💽💽
💽💽Daawwitee Mokonin💽💽
💽💽Dababe Adame💽💽
💽💽Daadhii Galaan💽💽
🎸🎸Dessaaleny Beekkamaa🎸🎸
💽💽Eebbisaa Addunyaa💽💽
💽💽Eliyaas Kiflu💽💽
💾💾Falmataa Kabbadaa💾💾
💾💾Falmataa Ashabbir💾💾
💽💽Falmataa Roorroo💽💽
💽💽Farhaan Baddeysaa(sulee)💽💽
💽💽Faaxumaa Ahmadiin💽💽
💽💽Fayyisaa Furii💽💽
💽💽Farhaan Dhamala💽💽
💽💽Gaaddisaa 💽💽
💽💽Giiftii Daadhii💽💽
Isaan hafan marsaa 2ffarratti
Qabanne dhihaanna hangasittuu
#CARRAA_GAARII
💽💽Galaanaa Gaaromsaa💽💽
💽💽Gaaddisee Shamshudiin💽💽
#ODUU_AGAA
Ijaan na millattee
Nyaara wal lolchiiftaa
Milluu tee takkumaan
Qaama na laaffistaa
Funyaan kee naaf ragaa
Afaan kiyyaas arkee
Akka wal jaalannuus
Kunoo namuu beekee
Soddomman ilkaan kee
Cinaa qubaan qabaa
Warra fuula duraa
Kanaatu na qabaa
Arraba kee heluuf
Isaanii na dhoorkaa
Yeroon si dhuungadhuus
Humaa een na arkaa 😘😘
Join us 👇👇👇
@Dammessaa
#Hin_Barbaadu
Jiraachuun barbaadu
Jireenya siin Addaa
Ifirraahiis si tuqee
Ofin naquus gadda
Jaalalti tee gaariin
Ati naaf kannituu
Tan akka haadhaatii
Yoomuu nan jibbituu
@Dammessaa
#Hin_Qabu
Jaalalti abiyyii
Ana keysaa baatee
Jiwari fi lammaaf
Onneen bojihamtee
Warra dhugaa malee
Sobuun beyne takkaa
Nafxanyaan yoomiyyuu
Sin tuyxu na harkaa
Dhugaaf umamtanii
Dhugumaan jiraadhaa
Sabaaf jiraattanii
Barcuma argadhaa
Ijaan isin arguun
Media irratti
Hin badinaa marti
Kan na ajaaibuun
Garaa naballeysu
Anaaf yaaduun keysan
Tokkummaa ko cimsu
Baga naaf dhalatan
Lammaa fi jawaar koo
Umrii koon siif laadhee
Hin arkinaa rakkoo
Hiika maqaa keysanii
Namuutuu yoo beeke
Lammaan nuuf lambaadha
Kan dukkanaas hiike
Isa gaafa rakkoo
Balloo nu garsiisee
Hiika maqaa keetii
Ani yoon hir,isee
Sabni koo haa guutu
Hanqina koo maraa
Lammaan kan naaf tahe
Sammuu koo dararaa
Hiikni isa leencaa
Jawaari silaahuu
Jawaar ko jawweedha
Soba hin haasawuu
Soba yoo dhagahuus
Surriitu faca,aa
Dhugaa boodaan fidee
Soba baasa caayaa
Inni yoo dallanuus
Samiin rooban qabdu
Dacheen nama kaaftii
An hirriiban qabu
Tuqamuusaa rabbiin
Hin jaalatu yoomuu
Kan akka jawar kun
Hin dhalatu lammuu
Dhiifama naaf godhaa
Onnee kootu aaree
Harkiis na hollateen
Barreysuu wallaalee
Dogoggora kiyyaas
Ati naaf sirreeysii
Yaada ko hanganaa
Obsumaan dubbisi
Join 👉 @Dammessaa
Kan siif beeku dhiiftee
Kan siin beekne ooftaa
Amala keen beekuu
Akkam tahuu feeta
Siin jaaladha jechaa
Afaan natti tuultaa
Jaalala keetirraas
Jibbaatu naaf furmaataa
Join @Dammessaa
#Maaliin_Godhe
😨😦😧😥😰😓😫
Siin jiraachuuf ja'een
Abdii si goradhee
Ba'aa jaalala kees
Qomatti baadhadhee
Gantuu taatee dhuftee
Namaan na jijjiirtee
Haadha si godhannaan
Dirreetti na gattee??
haaaaaayaa
Aniis yoon si dhabees
Rabbii kiyyan dhabuu
Garuu kanaan booda
Jaalachuun dhaqqabuu
Sirratti naaf jiilaa
Jaalalli kan dhumaa
Ergaan siin hiyyoome
Nan fudha hiyyummaa
Dhugaa hin amannee
Nillee hin shakkinee
Jiruudhaan wal dhabna
Ja'ee takkaan yaannee
Maalumaan balleysee
Furmaata na dhoorkee
Rabbiin humna saatiin
Kan rakkoo too arkee
Moo uumama kiyyaatu
Kan jaalalaan taanee?
Tanumaafi atillee
Har'a addaan baanee?
Gaafii kiyyaaf garuu
Rabbiiniin dararaa
Kan fuldura dhufuus
Isaatu agaraa
Maaf naaf himuu dhabee
Natti jabaate garaa
Yoo waliif nu qoodees
Deebiin eega irraa
Yaa waaqa Yaa waaqa
Mee Naaf Tolchi bara
👇👇👇
JOIN 👉 @Dammessaa
Bagan siif moo'ame!
Dhugaatti namooteem
Fudhattee onnee koo
Moo'eera jetteetoo
Nan miidhiin kiyyaako
~~~~~~~~~
Dhukaasa tokko malee
Moo'icha kee labsattee
Ana Nama cimaa of se'uu
Na jilbeeffachiiste.
~~~~~~~~~
Egaa harka kenneera
Moo'amuu koo hin haluu
Kaanetu labsinaa
Akka kankoo taate
Namni hunduu haa baru.
~~~~~~~~
Maarree sin gorfadha
Dhagayi yaa tiru
Namoonni nutti inaafan
Hedduun isaanii jiru
Ammumaa kaasii dhaabi
Gurra isaaniif hiruu.
✍ @mehdiatinaaf
🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹
🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺
......#HOJII HAARAWA.....
Sirboota welliftoota #OROMOO DURIR-
AA HANGA AMMAA JIRAN HUNDA IS-
AANII #ALBUMAA HANGA SINGLE ISA-
NITTI QABANNEE ISINIIF DHIHEYSINE-
E JIRRA
NUTI GAHEE KEENYA BAHANNE
ISINIS GEHEE KEESSAN BAHADHAN
AFFEERRAA KEENYA ©CARRAA GAARI
🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸
💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽
💽💽AADAM HAARUN💽💽
💽💽Abdii ibraahim💽💽
💽💽Abdii Gophee💽💽
💽💽Ahmad kabiiraa💽💽
💽💽Ahmad Yaasin💽💽
💽💽Alii Birraa💽💽
💽💽Aliyyii Saabit💽💽
💽💽Abduselaam Haajii💽💽
💽💽Abraahim Baadiyyaa💽💽
💽💽Almaaz Tafarraa💽💽
💽💽Ababaa Kafanii💽💽
💽💽Abitow Kabadaa💽💽
💽💽Ahmed ibrooshee💽💽
💽💽Alii shabbo💽💽
💽💽Andualem Gosaa💽💽
💽💽Abdishuu Ammaa💽💽
💽💽Abbush Zallaqaa💽💽
💽💽Abbabaa Abbishuu💽💽
Alemituu simee
💽💽Addisuu Furgaasaa💽💽
🎵Addisuu Karrayyuu🎵
🎵🎵Alii Momadiima(asaboot)🎵🎵
💽💽Adinaan Mahammad🎵🎵
🎵🎵Abarraa warquu🎵🎵
💽💽Afren Barkoo(Odaa Jamaal)💽💽
💽💽Athem Haddis(Habluul)💽💽
🎵🎵Afroo gishoo🎵🎵
🎵🎵Amiin Huseen🎵🎵
💽💽Afandi Siyyoo💽💽
💽💽Beetij Jamaamaa💽💽
Bohaaraa Birhaanu
Birhaanee Teferraa
🎸🎸Caalaa Bultumee🎸🎸
💽💽Caalaa Daggafaa🎹🎹
💽💽Daagim Mokonin💽💽
💽💽Daawwitee Mokonin💽💽
💽💽Dababe Adame💽💽
💽💽Daadhii Galaan💽💽
🎸🎸Dessaaleny Beekkamaa🎸🎸
💽💽Eebbisaa Addunyaa💽💽
💽💽Eliyaas Kiflu💽💽
💾💾Falmataa Kabbadaa💾💾
💾💾Falmataa Ashabbir💾💾
💽💽Falmataa Roorroo💽💽
💽💽Farhaan Baddeysaa(sulee)💽💽
💽💽Faaxumaa Ahmadiin💽💽
💽💽Fayyisaa Furii💽💽
💽💽Farhaan Dhamala💽💽
💽💽Gaaddisaa 💽💽
💽💽Giiftii Daadhii💽💽
Isaan hafan marsaa 2ffarratti
Qabanne dhihaanna hangasittuu
#CARRAA_GAARII
💽💽Galaanaa Gaaromsaa💽💽
💽💽Gaaddisee Shamshudiin💽💽
Atuu jaalala keef
Nan gaafannee mindaa
An maafin if cinqee
Mukatti if hidha???
✍️ @fileebar18
JOIN 👉 @hacefunny
یک طرح متفاوت انتخاب کنید
طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.