cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Visit oromia

Visit oromia

نمایش بیشتر
فنلندة2 047زبان مشخص نشده استسفر12 694
پست‌های تبلیغاتی
196
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

𝐀 𝐂𝐚𝐧𝐯𝐚𝐬 𝐨𝐟 𝐇𝐢𝐥𝐥𝐬 Being home to the vast majority of Africa's mountains, Ethiopia is a land where rolling hills and magnificent massifs seem to stretch on for eternity. Coming to Ethiopia, braving her sea of endless peaks, and challenging yourself to explore new and incredible heights is an opportunity you won't want to miss. Itiyoophiyaan biyya gaarreen Afrikaa keessaa harki caalaan isaanii keessatti argaman yommuu taatu, iddoowwan icciitii fi miidhaginni gaarrenii ifatti bahee itti muldhatu hedduu of keessatti hammatteerti. Gara Itoophiyaa dhufuun galaana tulluuwwanii fi gaarreen wal-qabatoo isheen ittiin badhaate gubbaa bahuun; miira amanuuf nama rakkisuu fi gammachuu daangaa hin qabne keessa lixaa. #visitOromia #landofdiversebeauty #Ethiopia #LandOfOrigins #hills #tourism
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
𝐖𝐞𝐞𝐤𝐞𝐧𝐝 𝐚𝐭 𝐖𝐞𝐧𝐜𝐡𝐢 𝐂𝐫𝐚𝐭𝐞𝐫 𝐋𝐚𝐤𝐞 Wonchi is a place where you will find beauty everywhere and in everything. Whether you choose to take a mud bath or a dip in the cool, sapphire-blue lake, explore the area on horseback or go on a long hike, enjoy a picnic or have an evening barbecue, this tranquil pocket of nature is a most wonderful place to spend a weekend. 📸: Chilalo Tour and Event #Wenchi #lake #weekend #hiking #visitOromia #landofdiversebeauty #visitEthiopia #Ethiopia #landoforigins #FlyEthiopian #tourism #travel #mountain #culture #nature #wildlife #coffee #landscape #forest #tourismethiopia #restarttourism #africa
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
𝐓𝐡𝐞 𝐛𝐥𝐚𝐜𝐤-𝐦𝐚𝐧𝐞𝐝 𝐤𝐢𝐧𝐠 𝐨𝐟 𝐭𝐡𝐞 𝐣𝐮𝐧𝐠𝐥𝐞 Ethiopian lions, known for their unusually black manes, were feared extinct until a small population was rediscovered in 2016. However, this powerful lion subspecies, which is found mostly in South and East Africa, is still on the verge of extinction and in desperate need of conservation efforts. Leenconni Itiyoophiyaa haala hin baratamneen rifeensa gurraacha coraa isaanii irratti marguun kan beekkaman yoo ta'u, bicuu ta'uu isaaniirra kan ka'e hanga bara 2008tti sanyiin isaanii dacheerraa ni bada jedhamee sodaattamaa ture. Haa ta’u malee, gosti leencaa humna guddaa qabu kun baay'inaan Afrikaa Kibbaa fi Bahaa keessatti kan argamu yoo ta'u, ammallee sanyiin isaanii baayyee haphachaa waan jiruuf kunuunsa cimaa isaan barbaachisa. 📷: Aziz Ahmed #lions #visitOromia #landofdiversebeauty #visitEthiopia #Ethiopia #landoforigins #FlyEthiopian #tourism #travel #mountain #culture #nature #wildlife #coffee #landscape #forest #tourismethiopia #restarttourism #africa
نمایش همه...
𝐓𝐡𝐞 𝐇𝐨𝐥𝐲 𝐂𝐢𝐭𝐲 𝐨𝐟 𝐇𝐚𝐫𝐚𝐫 Harar was a gateway for the spread of Islam into the Horn of Africa. With its 110 mosques and 102 shrines, this timeless city is regarded as a sort of metropolis for Islamic northeast Africa, and many Ethiopians consider it to be the fourth-holiest city in Islam. Magaalaan seenaqabeettiin Harar amantaan Islaamaa gaanfa Afrikaatti akka babal’atuuf karra ijoo turte. Magaalaan tun Masjiidota 110 of keessatti hammatte yoo ta'u, akka magaalaa guddittii amantaa Islaamaa kaaba-baha Afrikaatti ilaallamti. Inumayyuu lammiileen Itoophiyaa hedduun Islaamummaadhaan magaalaa sadarkaa 4ffaarra jirtu jedhanii amanu. 📷: Abdelkadr Ibrahim Akash #harar #Hararghe #historicalcity #UNESCO #heritage #visitOromia #landofdiversebeauty #Ethiopia #LandOfOrigins
نمایش همه...
𝐀 𝐬𝐢𝐥𝐯𝐞𝐫 𝐣𝐞𝐰𝐞𝐥 𝐢𝐧 𝐚 𝐬𝐞𝐚 𝐨𝐟 𝐠𝐫𝐞𝐞𝐧 Twinkling like a silver jewel, the Lepis waterfall surges out of the folds of emerald thickets and dense, verdant canopies that drape royally across the land, cascades over a 20-metre drop, and gushes through the heart of the Lepis forest with the relentless power of a conqueror on the path to victory. 📍 Lepis, West Arsi, Ethiopia Fincaa'aan Leephis Godina Arsii Lixaa Aanaa Arsii Nageellee keessatti argamu bosona yabbuu waggaa guutuu magariisa ta'e keessaa kan maddu yoo ta'u, golga bishaanii mammaramaa keessa darbuun qilee meetira 20 irraa saffisa guddaadhaan gadi darbama. Cophni bishaanii bosona magariisa kana keessa ya'ee laga kanatti galuu fi lubbu qabeeyyiin as keessatti argaman hundi isaanii deddeebi'aa na daawwadhaa namaan jedhu. 📸 :Yoye #waterfalls #VisitOromia #landofdiversebeauty #visitEthiopia #Ethiopia #LandOfOrigins #FlyEthiopian #tourism #travel #mountain #culture #nature #wildlife #coffee #landscape #forest #tourismethiopia #restarttourism #africa
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
#FlyEthiopian Flying to Djibouti- regional integration through tourism is our core agenda at the Oromia Tourism Commission! Visit Oromia Ethiopian Airlines Ethiopia Land of Origins
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Africa For Africans Business, Art and Tourism event from November 4 - 6, 2022 Find us at the Visit Oromia corner! 📍Friendship Park 📷: Yadi Pictures #Africa #business #art #culture #tourism
نمایش همه...
𝐊𝐨𝐫𝐞𝐞𝐧 𝐡𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐫𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐟𝐭𝐮 𝐁𝐨𝐨𝐫𝐝𝐢𝐢 𝐊𝐨𝐦𝐢𝐬𝐡𝐢𝐧𝐢𝐢 𝐓𝐮𝐫𝐢𝐳𝐢𝐦𝐢 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚𝐠𝐠𝐚𝐦𝐚 𝐊𝐮𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧𝐚 𝟏𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐤𝐨𝐦𝐢𝐬𝐡𝐢𝐧𝐢𝐢𝐜𝐡𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐠𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞. (KTO, Finfinnee Onk. 25, bara 2015) boordiin hojii raawwachiiftu KTO walgahii har'a waajjiira komishiniichaatti gaggeesseen raawwii hojii kurmaana 1ffaa qorate. Komishinar Lelise Dhugaa haala Caaseeffama, gahee hojiifi ittigaafatamummaa KTO labsiin kennameefi karooraafi raawwi hojii KTO dhiheessanii irratti mari'atameera. Bu'uuruma kanaan, Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantiitti qindeessaan kilaastara Hawasummaafi walitti qabaa Boordii KTO kan ta'an kabajamoo Obbo Abdulhakim Mulu akka ibsanitti Komishiniichii raawwiin hojii bara lama keessatti hojjetee akka biyyaatti kan dinqisiifatamu ta'u ibsaniiru. Gara fulduraattiis misooma oomiishaalee Turizimi, Kenna tajaajilaafi ittifayyadama hawaasaa irratti ciminaan akka hojjetamu qabu kallatti kaa'aniiru
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.