cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Shenan Dugo Woreda Health Office

نمایش بیشتر
أثيوبيا12 357زبان مشخص نشده استپزشکی21 913
پست‌های تبلیغاتی
304
مشترکین
-124 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
+630 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
Nagaa jirtuu .DPHCU Keenya hundaaf gabaasa ji'a caamsaa dafaatti dhis galchaa xumuraa !
380Loading...
02
akkaata armaan olitti yaamichi BFO taasifameen guyyaa ibsameettti Ragaalee barbaachisuu fi xalayaa qunamsiiftuu qabachuun guyyaa waltajjii dura Kilaastera Adaama magaala SAdaama galatani aakka bultan, Hirmaatooni aanaa Qindes/Kar fi HIT dha.
390Loading...
03
Tole kaalid
540Loading...
04
Akam jirtu ? Buufatalee Fayyaa keenya Huundaaf Report  Ginbot 2016 Rawwii Ji'a Quality, Completeness, Timelines and Accuracy  isaa  egamee Dhis2.36 Online  Akka Yeroo Standard Hp_ HC itti Galchuu egaate  Akka Galchitanii Of Qopheeysitan  nuu egdaan kabajaan Isin Beeksifna Fayyaan Huundaaf.
540Loading...
05
Baga gammaddaan baga gammadne!!!!
820Loading...
06
WFA/Mag/Hospitaalootaa hundaaf: akkam jirtu? DHIS2.36 duraan itti fayyadamaa turree gara DHIS2Ver 40 tti jijiiramee jira. kanumaafuu Waxabajjii 21 booda ragaan kan galu isa haaraya kanaan waan taheef, akkatuma xalayaa irratti caqafameen ragaa WF, Kan dhaabilee fayyaa isin jala jirani back up akka kuufatan ibsaa, leenjii fi kilooning komputaraa akkatuma ergaan nu gaheen kan isin beeksifnu taha.
1261Loading...
07
Media files
1130Loading...
08
Guyyaa 21/9/2016 Araddaa Rakkoo baas iddoo leenjiin qonnan bulaaf itti kennama jirutii mana fincaanii walinii ykn public toilet guyyaa 2 keessati ijaramee xumaramee jira.
1090Loading...
09
Dhaabbilee Fayyaa gosa qorannoo laaboraatoorii baayyee barbaachisoo ta'an (essential laboratory tests) qabaachuun tajaajila qorannoo laaboraatoorii akkaataa barbaadameen uummata biraan gahuun barbaachisasdha. Haaluma kanaan standardii EFDAn baasee jiruun ji'a tokko dura " essential Laboratory test availability assessment checklist" dhaabbilee fayyaa hundumaa guuttanii nuuf ergitan yeroo ilaallu akka Godina keenyaatti dhaabbileen fayyaa baay'een ulaagaa kan hinguunne tahuu beekameera. Dh/Fayyaa hundi akkaata Staandardii essential Laaboratorii testii guuttachuun tajaajila Laaboratorii fooyyeessuun murteessaadha.
1320Loading...
10
akkam jirtu? Death notification = Tot Population*0.0059 karoorfatu. Birth notification= Total live Birth karoorfatu.
1353Loading...
11
Media files
1390Loading...
12
Guyyaa 19/9/2016ti Araddaa Rakkoo baas ti barumsaa fayyaa waa'ee dhukkuboota daddarboo akka cholera irraati hubaannoon kennamee jira.
1360Loading...
13
Media files
1551Loading...
14
Media files
1953Loading...
15
Media files
2040Loading...
16
Media files
1890Loading...
17
Media files
1560Loading...
18
Media files
1670Loading...
19
Media files
1710Loading...
20
Media files
1640Loading...
21
Media files
1650Loading...
22
Media files
1630Loading...
23
hirmaannaa fii deegarsaa akka ajaa'ibaa gara bulchinsaa magaalaa shanani fii bulchinsaa araddaa shananin godhameen > kilinikaa 1 haala qabinsaa fii maqinsaa koosiin walqabatee akka cufamu fii adabbii > mana fooni 1 iddoo qalmaa hori walinin alaa iddoo qulqulinaa hinqabneeti kan fayadamaa jiru akka cufamu fii adabbi > qoshee magaalaalee shananis laalamee hojatotaaf PPE akka keenamuf gorsinee dabaree > masgidnis hinhafnee laalamee gorsineetumaa dabaree malee Iiiiittii fufaa !!! Bulchinsaa magaalaa shanan obboo kadir Bulchinsaa aradaa shanan obboo kamaalee Iittii fufaa
1670Loading...
24
Media files
784Loading...
25
DPHCU KEENY hundaaf dafaatti dubbisaa
1630Loading...
26
Media files
1513Loading...
27
akkam jirtu? Qophi KAB bara 2017 tiif ragaa kana ilaala, sirritti dubbisaa , unkaa Wareda Target, fi ABC sheet qulqulinaan guuta, akkasumas Karoora Word kan bara 2017 fi KMISF qulqulinaan xumuraa erga, KAB akka duri kopii pastiin hin ta'uu, sababni isaa kan barana galmoota 9n qophaaya, ABC budget sheetiinis fooyya'ee jira. Qind/KA fi HIT abbummaan ragaa barbaachisuu guutuun xumurtan DHIS2 galchuun Adaama irratti ta'a. PHCU isin jala jiranis bifa walifakaatuun guutan, Woreda Target, ABC shet fi Kar Word qopheesuun gaafa yaamamtan qabatani dhuftan jechuudha. Milkaayina qophi KAB deggarsi hogansa sadarka sadarkaan jiruu murteessadha. nagaya Waj. GG. Hog/Keenyaaf, AM QKBHG WFGHLi
1734Loading...
Nagaa jirtuu .DPHCU Keenya hundaaf gabaasa ji'a caamsaa dafaatti dhis galchaa xumuraa !
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram

👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
akkam jirtu? Death notification = Tot Population*0.0059 karoorfatu. Birth notification= Total live Birth karoorfatu.
نمایش همه...