cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Amantaa kee bari/ሃይማኖትህን እወቅ

“Kottaa, nyaata isa guddaa Waaqayyo isiniif qopheesseef walitti qabamaa!” (Mul.19). Fuula channel kana irratti Barnoota Mana Amantaa Ortodoksii Tewaahidoo kan Doogimaa fi Qannoonaashee eeggatetu dhoobama/maxxana.

نمایش بیشتر
فنلندة1 962زبان مشخص نشده استدین و مذهبی35 495
پست‌های تبلیغاتی
2 453
مشترکین
+124 ساعت
+147 روز
+3230 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
😭 16👍 1
Faarsaa isaatiin dhukkuba lubbuu irraa kan nu fayyisee fi fayyisaa jiru Hangafni Faarfattootaa Kinexibeb W/Qiirqoos dhukkubsatee jira😥😭💔 Hedduu keenya gara daandii afuuraatti kan harkise, cubbuudhaan kan itite laphee keenya isa dhagaa faarsaa isaatiin kan nuuf baqse, tajaajila isaatiinis labsi-himaa kan ta'e, faarsaan isaa gara kadhannaatti kan guddateef, kennaan isaa kan nama inaafsisuufi ija mana kiristiyaanaa kan ta'e abbaan keenya guddaan  hangafni faarfattootaa Kinexibeb W/Qiirqoos yeroo ammaa kana dhukkubsatee yaala barbaada😭😥😭💔💔💔 Osoo mana lubummaa jabaa qabaannee abbaan oolmaa guddaa mana kiristiyaansstiif oole kun waan ittiin yaalamu hin dhabu ture. Garuu maal godharee........😥😭💔 Nuti warroonni faarsaa isaatiin jijjiiramne, warri faarsaan isaa nu fayyade immoo abbaa oolmaa keenya kana haa mil'annu!😣 Abbaa keenya kana yaalsisuuf sochiin eegalameera! Waan dandeenyuun haa deeggarru! Deeggarsi qarshii qofa miti. "Isaan haa fayyisu" jechuuniyyuu deeggarsadha! Kan dandeenyu qarshii keenyaan, kan dadhabne immoo Share gochuudhaan namoota biraan ga'uudhaan cina haa dhaabbannu🙏 Kunoo balbala eebbaa🤲 Deeggaruudhaan lammummaa/michooma keenya haa agarsiifnu! Abbaa keenyaa Sillaaseen isin garaarraa irraa tajaajiltan raawwatee isin haa fayyisu😣🤐💔 CBE 1000481007287 KINETIBEB W/KIRKOS W/MESKEL CMC Michael Branch ሊቀ መዘምራን ኪነጥበብ ወ/ቂርቆስ ታመዋል" ብዙዎቻችንን ወደ መንፈሳዊ መንገድ የመራን፣ በሐጢአት የገገረውን ዓለት ልባችንን በመንፈሳዊ መዝሙሮቹ ያቀለጠልን፣ ልንጠፋ ጫፍ ስንደርስ በሚስረቀረቅ ድምፁ የመለሰን፣ በአገልግሎቱ አዋጅ ነጋሪ የሆነ፣ መዝሙሩ ወደ ጸሎት ያደገለት ታላቁ አባታችን ሊቀ መዘምራን ኪነ ጥበብ ወልደ ቂርቆስ ሕክምና ይፈልጋል። ጠንካራ ቤተ ክህነት ቢኖረን ኖሮ ይህ የቤተ ክርስቲያን ባለውለታ መታከሚያ ባላጣ ነበር። ዳሩ ግን...ሆድ ይፍጀው። እኛ የመዝሙራቱ ተጠቃሚዎች ግን ባለውለታችንን አንተውም። ዘማሪ ኪነጥበብ ወልደ ቂርቆስን ለማሳከም እንቅስቃሴ ተጀምሯል። ....እነሆ በረከት! መርዳት የማትችሉ በማጋራት ተባበሩ። ድጋፋችንን አድርገን ወዳጅነታችንን እንግለጥ CBE 1000481007287 ኪነ ጥበብ ወ/ቂርቆስ ወ/መስቀል CMC ቅርንጫፍ
نمایش همه...
😭 3
Christ is Risen! Happy Easter all of my channel family!🥰🙏
نمایش همه...
19
🔵በሕማማት ወቅት ሊደመጡ የሚገባቸው የጌታን ህማም የሚያሳዩ መዝሙሮች #New_Ethiopian_Orthodox_Mezm... https://youtube.com/watch?v=ZdDooF2yOP8&si=2jJrGw8lX9IePuoc
نمایش همه...
🔵በሕማማት ወቅት ሊደመጡ የሚገባቸው የጌታን ህማም የሚያሳዩ መዝሙሮች #New_Ethiopian_Orthodox_Mezmur /Wudase Mezmur

Wudase_Media#ውዳሴ_ሚድያ#wudase_Mezmur#ውዳሴ_መዝሙር#zemari_solomon_abubeker_Official#ዘማሪ_ሰለሞን_አቡበከር#New_Ethiopian_Orthodox_tewahdo_Mezmur#አዲስ_የኢትዮጵያ_ኦርቶዶክስ_መዝሙር#Christian_ Mezmur #አዲስ_የኢትዮጵያ_ኦርቶዶክስ_መዝሙር #new_ethiopian_orthodoxtewahido_mezmur #ዝማሬ #zimare #mezmurorthodox#ማኅቶት ቲዩብ - mahtot tube #Finote Tsidk - ፍኖተ ጽድቅ #donkey tube#mezmurorthodox #ቤተ ቅኔ - Bete Qene#finote #ዘማሪት ምርትነሽ ጥላሁን mirtnesh tilahun official… #አሜን ቲዩብ - Amen Tube#ዘማሪት #TABOR ታቦር TUBE#tabor #zemari #Quanquayenesh media ቋንቋዬነሽ ሚድያ#zemarit#የማለዳ#ልብየሚነኩ#መዝሙር #ዘኦርቶዶክስ#ክርስቲያን#zimare #zemari

Subscribe godhaa hordofaa!🙏
نمایش همه...
نمایش همه...
አቤቱ በመንግስትህ አስበኝ | ዲያቆን ኤርሚያስ ሺበሺ | Abetu Bemengesteh Asebegne | Dn. Ermiyas Shibeshi

👍 2 1👏 1
"......Imaltoota Tarsees biratti Yoonas kan du'e gaafa galaanatti darbatame sanadha! Isaan guyyaa Yoonaasiin galaanichatti gadi darbatan irraa kaasanii Yoonaas akka jiraatetti hin yaadne. Warra Naanawee biratti garuu Yoonaas jiraataadha. Dhokannaa guyyaa sadii fi halkan sadii booda Naanawee keessatti argame!......... .....Yihuudota biratti Kiristoos hanga ammaattiyyuu kan du'e dha. Mana kiristiyaanaa ykn kiristiyaanota biratti garuu Kiristoos jiraataadha!..... ........Namootni Tarsees hanga har'aatti waa'ee namicha isa galaanatti darbatanii fi waa'ee isa jiraataa ta'ee hin argine sanaa akka du'etti seenessu. Namootni Naanawee immoo "Waaqayyoos qurxummii ajeje, innis Yoonaasiin lafa gogaa irratti tufe; እግዚአብሔርም ዓሣውን አዘዘው፥ እርሱም ዮናስን በየብስ ላይ ተፋው።" ዮናስ 2፥11 jedhamee lallabama. .....Yaa'ii ykn wal ga'ii Yihuudotaa keessattis hanga har'aattiyyuu Kiristoos akka du'aa hin kaanetti ykn akka waan duuka bu'oonni hataniitti odeeffama; Yaa'ii mana kiristiyaanaa ykn yaa'ii kiristiyaanotaa keessatti garuu; “Inni as hin jiru, akkuma dubbate ka'eera; kottaa iddoo reeffi isaa ka'ame ture iyyuu ilaalaa!” Mat. 28:6 jedhamee lallabama!......... Michoota koo! Anii fi isinis yoona kana tarii yaada namoota hedduu keessatti du'ootadhaam! Sammuu namootaa hedduu keessatti "hin jiran" jedhamneerra ta'a! Garuu............. Maxxansa "Jireenyi akkasi" jedhu kan gara fuulduraatti isiniif dhiyaachuuf jiru keessaa kan boccoqamedha!
نمایش همه...
25🥰 2👏 1🙏 1
​​​​​“YouTube Channel” fi “Telegram Channel” barsiisaa keenya jaalatamaa fi kabajamaa Barsiisaa Dn Baacaa Nagaasaa [BTH] hundumtuu “Subscribe /Join” taasifachuun, Irraa haa barannu! Isaan cina dhaabannees jajjabina haa taanuuf! YouTubeSubscribe — Etastaos Tube TelegramJoin — Amantaa Kee Bari!
نمایش همه...

14🥰 3
YouTube
Subscribe
Telegram
Join