cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Abdulmalik

■◇-baga nagahaan dhuftan Cross & Admin Inbox @am_creative1

نمایش بیشتر
فنلندة1 861زبان مشخص نشده استدین و مذهبی33 386
پست‌های تبلیغاتی
2 581
مشترکین
-324 ساعت
-117 روز
-4630 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Namni gaafa hojii online dalagaa jedhiin bilisaan eegaleetuma abbaa qabeenyaa wahii tahuu fedha, garoo hojiin online bilisaan eegalu hedduun isaa scam dha hedduun isaa namuma hatuuf kan qophaaheedha. Uummata keenya invest godhuu hin sodaatinaa. Har'a hojii online tokko isinitti hima an ofii kiyyaa waan argeef dhugaa tahuu isaa amanee isiniifis qoodaara. Hojii kana sirritti gad fageenyaan beekuuf keessaan na dubbisaa 👇👇👇👇👇👇👇 @amrobecreative Guyyaan qarshii 22 argattan Yoo guyyaan nama tokko galmessite immoo qarshii 132 argatta Galmeedhaf qarshii 550 sibarbachisa Odeeffannoo gahaaf Keessaan na dubbisaa Dhuguma hojjachuu feenaan keessaan na dubbisaa
نمایش همه...
t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_M6nQSi4MVv Join me on Blum and let's earn together! Use my invite link to join the fun. 🌟
نمایش همه...
Blum

Trade, connect, grow and… farm Blum Points! Made by @blumcrypto team 🌸

Guyyaan qarshii 22 argattan Yoo guyyaan nama tokko galmessite immoo qarshii 132 argatta Galmeedhaf qarshii 550 sibarbachisa Keessaan na dubbisaa @amrobecreative
نمایش همه...
نمایش همه...
Blum

Trade, connect, grow and… farm Blum Points! Made by @blumcrypto team 🌸

00:17
Video unavailableShow in Telegram
Alhamdulillah Tiktok | tiktok.com/@almuslih_ahmed
نمایش همه...
27.18 MB
1
نمایش همه...
“Towbaa” Nashiidaa haaraya |Munshid Abdallaa fi Munshid Usmaan #2024

#new #nasheed #newnasheed #remix #remixer Qophiileen keenna Islaamummaan faayamee artiidhaan kan dabaalame Aadaa Hawaasaa makata, Senaa fi safuu dabalata, bohaarsaadha, bashannansiisaadha, Barsiisaadha. #raayyaaabbaamaccaa #islamicnasheed #nasheed #manzuma #Abdurahman_husen #muaz_habib #meetoo #tawbah @EngineerAbdurrahmaanHussen @ABDESHOW. @abelbirhanu1 @Hamiltantv @ZULLAA11 @RaayyaaAbbaamaccaaofficial @ustaazIsmaailAbbaaMilkii @najjaashmohmmadibraahimANMI @ulul-azmmedia78 @kebormultimedia3271 @MaherZain

نمایش همه...
Ajiib! Qur’aanaa fi Azaana_Sagalee nama 10nii Oliitiin | #Drafiif #islamsubhi #alijaber

Sagantaan kuni akka namoota hedduu bira gahuuf #like gochuudhaan eegalaa. Sagantaa Ajaaibaaati wallaahi akka isin jala hin tarre @facebook862 #quran #quranrecitation #qurantilawat #qurantranslation #quranverses #quranquotes #quran_kareem #podcast #ethio quran @minbertv1 @IQRAALQURANKARIM @ABDESHOW. @EngineerAbdurrahmaanHussen @najjaashmohmmadibraahimANMI @ulul-azmmedia78 @FlowPodcast @podcats

Aww
نمایش همه...
نمایش همه...
Abdulmalik

Boost this channel to enable it to post stories.

Photo unavailableShow in Telegram
Laaftutti as hin geenye Yeroo walqunnamtiin saalaa gaggeeffamu sanyii kormaa miliyoona 200 hanga 300 tu qaama saalaa dubartii keessatti dhangala'a. Hundi isaanii waldorgoommii daakkiitiin hanga killee oovaarii irra gad lakkafifamteen walqunnamanitti tattaaffii ajaa'ibaa godhu. Miliyoona 200 keeysaa irra baayyeen isaanii dadhabee gariiniis du'ee sanyii kormaa 300 hanga 500 qofaatuu killeen wal qunnama. 300n kana keeysaa tokko qofaatu irra jabaate killee sanaa wajjin fartilaayizeeshiinii uuma. Tokkichi fiigicha maaraatoonii injifate san eenyu ni beeytaa? Si'ii bar! Akkuma gaafa sanaahu rakkoo meeqaaf harka kennachuu didde ammallee wanni feete yoo dhufte harka hin kennatin!! #Subhaanallaah Dr.Abdulfetah Ibrahim
نمایش همه...
👍 12 1