cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Narsaddiin Abdallaa🎙

Channel~kiyya ergawwan islaamaa 1👉Nashiidaa fi Da'awaa gara garaa🎤 2👉Walaloo fi yadaloo🎤 3👉Goofataa fi diraamaa gaggabaabaa🎤 Amantaa fi saba jiddu gala godhate Isiniif raabsa!!!

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
178
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

نمایش همه...
Ilaahii koo Nashiidaa Haaraya Bara 1443H part 2

نمایش همه...
Nashiidaa Haaraya Bara 1443H Du'aa'ii by Abdallaahi Ahmed part 1

✍Dawaan Qalbii waa shan (5) (jedhe Hayyuun tokko) : ➛ #1ffaa : Qur’aana hubannaan qara'uudha. ➛ #2ffaa : Garaan qullaa ta'uudha (Soomana soomuu). ➛ #3ffaa : Dhaabbata halkanii ( Salaata Leylii ). ➛ #4ffaa : Yeroo obboroo/Suhuuraa sana Rabbitti warwaachuu. ➛ #5ffaa : Namoota gaggaarii wajjiin jiraachuu. Join👉@tafak_or @tafak_or @NasraddiinAbd
نمایش همه...
#Fuxuur ✍Du'aaii yeroo soomana furanii : ذهب الظمأُ وابتلَّت العروق، وثبت الأجر إنشاء الله ➛ Zahaba-zzama'u, wabtallatil-Uruuqu, wasabatal Ajru Inshaa'allaah.... Join👉@tafak_or
نمایش همه...
Repost from Qobbo multimedia
نمایش همه...
sheek amiin ibroo #Baga jala bultii baatii ramadaanaa nagayaan geessan #Qobbo multimedia 2022

warreen channala kiyyaaf haaraya taatan subscribe like share naaf godhaa

#Baga_geessan Ramadaana yeroo ibsinu salphaadhumatti ; ➛ Ramadaanni guyyaa gabaabaadh, guyyoota gabaabduu tana keessattis ufitti gabaabachuun hin barbaachisu. ➛ Baatiin Ramadaanaa Seenuu fi bahuun isheetis qixuma dadhabbiin nurraa hin eegamu. ➛ Yeroo dadhabbii fi laafinni sitti dhaga’ame keeyyata Qur’aanaa akkana jettu tana yaadachuu qabda : "أيَّاماً معدوداتِ......" Ramadaanni guyyoota lakkaa’aman wahii qofa...osoo hin beekin nama jalaa dhuman. ➛ Ramadaanni baatii 12 keessaa akka fakkeenya Nabiyyallaahi #Yuusuf (عليه السلام) gidduu Obboleewwan isaa 12 keessaa san : ✍ Baatii Ramadaanaa waan hin taaneen uf jalaa hin ajjeesinaa!. ✍ Baatii Ramadaanaa keessa uf tiksuu dadhabdanii, boollatti/Eelatti uf jalaa hin gatinaa!. ✍Guyyoota gabaabduu tana mallaqa rakasatti uf jalaa hin gurguratinaa. ✍ Simannaa gaarii godhaafii, qobsuma gaarii qubsiisaa....maaltu beekaa asumattuu nu fayyaduu danda'a ykn boru jaarsummaa nu dhaabachuu danda'a. ➛ Anaa fi isinillee warra baatii tana saamatu Rabbiin nu haa godhu....baga geettan baga geessan. كل عام وأنتم بخير.....! Obboleessa keessan durataa'aa miidiyaa Tafakkur (Ibraahim Eda'oo) irraa. ..🤎 🌙 _____ https://t.me/tafak_or
نمایش همه...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁 Ergaa gaggaarii, yaadannoo gaggabaaboo, Da'awaa Islaamaa, jechamoota gaggaarii, Beekkumsa waliigalaa, Seenaawwan barsiisoo, Dinqiiwwan adda addaa argachuu yoo barbaaddan media kana join godhaa. Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

➛Nama sadi kadhaan/Du'aa'iin isaanii hin deebifamtu ; ➫Nama soomana afaanii qabu hanga hiikutti, ➫Hoogganaa/Imaama haqa dalagu, ➫Miidhamaa. Rasuula keenyarraa (SAW). Rabbiin Ramadaanaan nu haa gahu kaa!. Join👉@tafak_or @NasraddiinA
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
#ODUU_GAMMAACHISA😊 Qebaltti #somana ilalchise #da'illee Bekkamoodhaan sagaanta #Daعwa Qopheeysinee Jira. #Hawaasni nannawa #DIRE_DAWA Jirattan hundaf baati #bitootteessa GUYYAA O4-O7-2O14 Ganama sa.a 1:3O egallee akka hirmaatan isiin afeerreti jira. IDDOON =Duroo Keellaa Galma Mana Barumsaa #Addisuutii 🌴 #Da'ille_Babekkaamoo Qophii irratti hirmataan keessa kan akka... #Ustaz_ABU_YASSIR 🌴 #Ustaz_ABU_HAYDAR 🌴 #Sheikh_ABDULLAHI 🌴 #Sheikh_ABDURAZAQ🌴 #Tiketa sensa👇 #VIP birri 2OO fi normal kan birri 15 ni jira #BUS_Makina🚌🚌 Jira kan gara sagaanta bilashiti isiin geysu insha allah #BUS🚌tokko #Ashawa (Alay bade) dhabata #BUS🚌tokko ammo #Saphiyan_Saido dhabata akka isiin hin dabarre kotta qodaa irra furadha😊 Pls yeroo dubiste #share godhi🌴 https://t.me/Maherzain123
نمایش همه...
✍Namoonni gaggaariin asiin dura dabran waa 3 waliif dhaamaa turan: 1ffaa; Nama gidduun isaatii fi gidduun Rabbii tolte, Rabbiin gidduu isaatii fi gidduu ilma namaa bareecha. 2ffaa : Nama keessi isaa tole Rabbiin gubbaa isa tolcha. 3ffaa : Namni Aakiraan isa yaachifte Rabbiin waan ganda duniyaa fi Aakiraallee isaaf gaha . #Ibnul_Qayyim Join👉@tafak_or @Nasraddiinabd
نمایش همه...
نمایش همه...
Nashiidaa Markaza Diyaaul Waxan#Ganda gabbataa

Hordoftoota Channel kiyyaa Share Like gochuu hin dagatinaa? Warroonni Haarayni Subscribe gochuudhaan maatii tiyyatti dabalamaa?