fa
Feedback
West Arsi Communication Post

West Arsi Communication Post

رفتن به کانال در Telegram

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
1 438
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

کانال‌های مشابه
ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
دسامبر '24
دسامبر '24
+14
در 0 کانال‌ها
نوامبر '24
+49
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '24
+40
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '24
+175
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '24
+25
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '24
+134
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '23
+12
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '23
+15
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '23
+37
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '22
+20
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '22
+23
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '22
+30
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '22
+58
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '22
+47
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '22
+27
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '22
+35
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '22
+42
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '22
+33
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '22
+1 377
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
11 دسامبر0
10 دسامبر0
09 دسامبر+1
08 دسامبر+2
07 دسامبر0
06 دسامبر0
05 دسامبر0
04 دسامبر+2
03 دسامبر+7
02 دسامبر+1
01 دسامبر+1
پست‌های کانال
2
Shiraa fi Diigumsa Wayyaaneen taasistuun Birmadummaan biyyaa hin sarbamu Godina Arsii Lixaatti mariin haala yeroo hojjattoota mootummaa sadarkaa godinaatti ajandaa "Shira Wayyaanee birmadummaa biyyaa dura dhaabbatte" jedhu irratti mariin gaggeeffame Murni tplf kan ilaalcha oftuulummaan beekkamufi humni olaantummaa humnaan raawwachuuf socho'uu, ana malee biyyi nagaa hin argattu jechuun kan yaaduufi murna ummata ofiitiif dantaa hin qabnee dha. Hogganaan Waajjira paaartii Badhaadhinaa Godina Arsii Lixaa obbo Muhammad Huseen murni Tplf balbala nagaa fi araaraa mootumaan saaqe cinatti dhiisuun waraana marsaa 3ffaa banuun birmadummaa biyyaa sarbuuf hojjachaa jiraachuu himanii, shiraafi diigumsa wayyaaneen taasistuun birmadummaan biyya keenyaa kan hin sarbamnee fi injifannoon cululuqaan RIB biyya keenyaan argamaa jiru sadarkaa abdachiisaa irra kan jiru ta'uu himuun kaayoo murna kana saaxiluun barbaachisaa ta'uu dhaamaniiru. Kana malees hanga qarriffaan murni shororkeessaa tplf biyya keenya ittiin ciniinte badutti hojiin bal'aan hojjatamuu akka qabu fi Murna diigumsaaf hojjatuu tokkummaan dura dhaabbachuun Mootummaa jijjiiramaa fi Gootota Raayyaa Ittisa biyyaa cinaa dhaabbachuun murteessaa ta'uu obbo Muhammad dhaamaniiru Hirmaattotni marii irratti argamanis murni badii kun dheebuu aangootiif socho'uun saamichaa kaleessa bareetti deebi'uuf hojjachaa kan jiru waan ta'eef,biyya keenya irraa hanga badutti deeggarsa barbaachisaa taasisuun birmadummaan biyyaa akka kabajamuuf ni hojjanna jedhaniiru.
0
3
+2
بدون متن...
0
4
+9
بدون متن...
0
5
Hawaasni Musliimaa magaalaa Shaashamannee deeggarsa taasise Godina Arsii Lixaatti hawaasni musliimaa magaalaa Shaashamannee musliimni obboleewwan waliiti jechuun ummata aanaa Shaallaa ongeen miidhaameef deeggarsa daakuu kuntaala 275 qarshitti yoo shallagamu kuma dhibba saddeetii fi kuma 80 deeggarsa taasisaniiru. Ustaazotni deeggrsa kana taasisan yaada kennaniin aanaan Shaallaa madda amantii musliimaa fi iddoo hayyootni amantii sadarkaa biyyaatti beekkaman keessaa bahanii fi lafa rakkataa gargaaraa turte ta'uu himuun,yeroo ammaa sababa roobni dhabamuutiin rakkoon ummata keenya mudate rakkoo keenya ta'uu hubannee akkaataa duudhaafi ajaja amantiin keenyaatiin deeggarsa kana taasisne jedhaniiru. Gama birootiin waan Rabbiifi Rasuulli/SAW/ keenya dhoorkan irraa dhoorkamuun araarama Rabbii kadhachuun murteessaa ta'uu abbootiin amantii dhaamaniiru. Bulchaa ittiaanaa godinichaa obbo Asaffaa Tolossaa akka godinatti hawaasa ongeen mudate qarqaaruun cinaa dhaabbachaa turuu himuun,hawaasa musliimaa magaalaa Shaashamannee deeggarsa taasisan galatoomfataniiru. Bulchiinsi aanaa Shaallaa musliimotni hawaasni keenya obboleewwan keessan ta'uu beektanii nu cinaa dhaabbachuu keessaniif maqaa kootiifi hawaasa aanaa Shaallaatiin galatoomaa jedhaniiru.
0
6
https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=pfbid02a7NDrcgSvxYhL26GbiRCLThqW4W5vmP91wR4FHUnL8W9Mz9DfZ298nKspNB4DZKfl&id=100010339981327
0
7
+4
بدون متن...
0
8
𝘕𝘢𝘮𝘢 𝘳𝘢𝘬𝘬𝘢𝘵𝘦 𝘥𝘦𝘦𝘨𝘨𝘢𝘳𝘶𝘶𝘯 𝘰𝘭𝘪𝘵𝘵𝘪 𝘸𝘢𝘯𝘵𝘪 𝘣𝘰𝘲𝘰𝘯𝘯𝘢𝘢 𝘴𝘢𝘮𝘮𝘶𝘶 𝘯𝘢𝘮𝘢𝘢𝘧 𝘬𝘦𝘯𝘯𝘶 𝘩𝘪𝘯 𝘫𝘪𝘳𝘶 Godina Arsii Lixaatti dhaabbilee deeggartoota misoomaa/NGO/wajjiin aanaalee sababa hoongeen miidhaman deeggaruuf mariin gaggeeffamera. Marii kanaan dhaabbileen Sivilii hawaasa sababa hoongeen miidhaman cinaa dhaabbachuun deeggarsa kan taasisan ta'uu himuun,lubbuu namaa sababa nyaata dhabuutiin darbuuf malu nutis cal'isnee ilaaluu hin qabnu,qabeenyi nuti qabnu kan ummataa waan ta'eef,deeggarsa barbaachisaa ni taasisna jedhaniiru. Bulchaan Godinichaa obbo Ahmad Hajjii akka godinatti sababa hoongeen kan miidhamaniif deeggarsa taasisaa turuu himuun,beelli waraana waan ta'eef,hawaasa sababa hoongeetiin miidhama irra jiru cinaa dhaabbachuun,tumsa lammummaa taasisuun ummata keenya kan beela'e hamma humna keenyaa deeggaruu qabdu jedhaniiru. Bulchaa ittiaanaa godinichaa obbo Asaffaa Tolossaa qabeenyi kan biyya kanaa ta'uu hubachuun,nutis kan jiraannu yoo ummatni keenya jiraate waan ta'eef,dhaabbileen deeggartoota misoomaa beela sababa hoongeetiin hawaasa keenya mudate cinaa dhaabbachuun lubbuu sababa nyaata dhabuutiin darbuuf deemtu baraaruuf deeggarsa barbaachisaa gochuun akka barbaachisu dhaamaniiru. Adeemsa hanga ammaa jiruun dhaabbileen mit-mootummaa kunneen deeggarsa qarshii miiliyoona 3.1 ol walitti qabaniiru.Kan hafes yeroo gabaabaa keessatti akka xumuramu himameera.
0
9
https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=pfbid05YRug2BZnB9ZBRMRCYyki8ty9CrbXADEVuLxZCTXhi72fZsNSZgCKE8FUTp62Khpl&id=100010339981327
0
10
https://twitter.com/westarsicomm/status/1570250594836692993?t=AtbKObOcBy1fd__798Bcdg&s=19
0
11
+9
بدون متن...
0
12
𝘒𝘶𝘯𝘶𝘶𝘯𝘴𝘢 𝘉𝘪𝘲𝘪𝘭𝘵𝘶𝘶 𝘈𝘴𝘩𝘢𝘢𝘳𝘢𝘢 𝘔𝘢𝘨𝘢𝘳𝘪𝘪𝘴𝘢𝘢 𝘈𝘢𝘯𝘢𝘢 𝘞𝘰𝘯𝘥𝘰𝘰𝘵𝘵𝘪 Godina Arsii Lixaa Aanaa Wondoo,ganda Maddootti biqiltuun Ashaaraa magariisaa dhaabamaa ture kunuunfame. Hogganaan waajjira Qonnaa Aanaa Wondoo Obbo Shaambal Tunaa biqiltuu dhaabuun qofti gahaa waan hin taaneef,isa dhaabame kunuunsuun dhaloota boruu gammoojjummaa irraa baraaruuf faayidaa qabaachuu irraa kan ka'e kunuunsi kun hawaasa naannichaan akka aanaa keenyatti gaggeeffamaa jira jedhan. Kana malees,biqiltuu dhaabame kana hawaasni akka ilmoo isaatti kunuunsuun miidhaan irra akka hin geenye taasisuu akka qabu dhaamsa dabarsaniiru. Hoggaanaan itti aanaa waajjira Qonna Godina Arsii Lixaa obbo Ibsaa Gammadaa akka godinaatti biqiltuun ashaaraa magariisaan dhaabame aanaalee hunda keessatti kunuunfamaa jiraachuu himuun,akka aanaa wondootti hawaasni qabeenyaa isaa ta'uu hubatee kunuunsa biqiltuu taasisaa jiraachuu himaniiru.
0
13
بدون متن...
0
14
بدون متن...
0
15
𝐄𝐫𝐠𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐠𝐚 𝐆𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢 Obbo Muhammad Huseen Itti gaafatamaan Paartii Badhaadhinaa Godina Arsii Lixaa bara haaraa sababeeffachuun ummata biyya keenyaa fi jiraattota Godinichaan baga bacaqii gannaa dabarsitanii booqaa birraa nagaan geessan Jedhan Kabajamtoota ummata Biyya keenya barri darbe bara dhiibbaan gara garaa karaa adda addaatiin biyya keenya mudataa turee dha.Haa ta'uu malee,tokkummaa ummataafi kutannoo hoggansii paartii keenyaa taasiseen injifannoo dachaan bara itti goolabnee dha. Tokkummaan ummata keenyaa akka cimu qofa osoo hin taane,hirmaannaa fi miira biyyoolessummaa paartiin keenya bu'uura hin sochoone irratti akka dhaabbatu gochuu keessatti hirmaannaan hawaasa godina Arsii lixaa baay'ee olaanaa ture. kabajamoota Ummata Godina Arsii Lixaa hirmaannaa biyya baraaruu keessatti shoora olaanaa bara itti bahaa turtan ,nagaa godina keenyaa akka jiraatuu hawaasni fi qaamoleen nageenyaa,abbootiin gadaa,qeerroo fi qarreen,abbootiin amantiifi haadholiin siinqee gahee olaanaa bara itti taphachaa turtanii dha. Duulakeessaa fi alaan nurratti baname gaggeessummaa Paartii keenya Badhaadhinaatin qolachaa humna birmadummaa Biyyaa eegsisuuf iddoo gara garaa jiru bira dhaabbachuun akkuma bara darbe hojii boonsaa hojjachaa turtan bara kanas badhaadhina eegalame itti fuufsisuuf qophii ta'uun barbaachisaa ta'uu hawwii qaban himaniiru Dhuma irratti Barri 2015 kan Gammachuu, Tokkummaa,Jaalalaa fi Badhaadhinaa akka isiniif ta'u hawwa. 𝐎𝐛𝐛𝐨 𝐌𝐮𝐡𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝 𝐇𝐮𝐬𝐞𝐞𝐧 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐠𝐚𝐚𝐟𝐚𝐭𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐏𝐚𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐁𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚𝐝𝐡𝐢𝐧𝐚 𝐆𝐨𝐝𝐢𝐧𝐚 𝐀𝐫𝐬𝐢𝐢 𝐋𝐢𝐱𝐚𝐚.
0
16
+2
بدون متن...
0
17
+9
بدون متن...
0
18
+9
بدون متن...
0
19
Qaamota Nageenyaa ijaaruuf aarsaa gochaa turaniif sirni beekkamtii kenname Waajjirri Bulchiinsaa fi Nageenya Godina Arsii Lixaa guyyaa nageenyaa sababeeffachuudhaan qaamota nagaa buusuu keessatti hirmaachuun waldhabdee naannawa daangaa ollaatiin ture araarsuun nagaa godinichaa akka eeggamuuf qaamota deeggarsa wal irraa hin citne taasisuun shoora olaanaa kanneen taphachaa turaniif sirna beekamtii fi badhaasaa kenneera. Hoggannaan Waajjirichaa komaander Geetaachoo Taayyee Godinni Arsii Lixaa rakkoo nageenyaa malee,akka jiraatuuf hojiin gama waajirichaan hojjatamaa ture olaanaa ta'uu himuun,iddoowwan rakkoon nageenyaa mudatetti qaamota dhimmi ilaaluu wajjiin ta'uudhaan rakkinicha furuun hojiin guddaan hojjatamuu himanuun,keessattuu gaheen abbootii amantaa,haadholii Siinqee,abbootii qabeenyaa godinichaa olaanaa ta'uu himaniiru. Bulchaan Godina Arsii Lixaa obbo Ahmad Hajjii nageenyi dhimma nama hundaa ta'uu hubattanii akka godina keenyaatti naannoo daangaa sidaamaa wajjin rakkoo ture furuu keessatti qooda olaanaa kanneen bahaniif galatooma jechuun,nageenyi dhimma murteessaa fi barbaachisaa ta'uu hubattanii walitti dhufeenyi abbootii amantii,abbootii qabeenyaa akka jiraatuuf,iddoo rakkoon jirutti waliin mari'achuun nageenya labsuu irratti hojjachuun murteessaa ta'uu himaniiru. Nagaa itti fuufinsa qabu fiduu keessatti mootummaa cinaa dhaabbachuudhaan deeggarsa wal irraa hin citne taasisuun kanneen nagaan akka hin uumamne taasisuu keessatti hirmatan wajjin taanee seeratti dhiyeessaa nagaan waaran akka dhufuuf tumsi qaamota kanaa murteessaa ta'uu himaniiru. Dhumarratti nagaan akka dhufuuf,araara kanneen buusaa turaniif sirni badhaasaa taasifameera.
0
20
Guyyaan Nageenyaa Magaalaa Hawaasatti sirnoota gara garaan kabajame Naannoo Sidaamaatti guyyaa Nageenya sababeeffachuun kutaa hawaasa gara garaa wajjiin sirnoota gara garaatiin kabajameera Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Ledaamoo gatiin nageenyaa lubbuu wajjiin walqixa ta'uu himuun,nagaan yoo jiraate wanti dhabame kamiyyuu hin jiraatu,daldaluun,barachuun walumaagalatti bahanii galuun kan danda'amu yoo nageenyi jiraatee dha.Yoo nageenyi hin jirre walitti bu'insa fi gaga'ama dinagdee fi hiyyummatu dhufa jedhaniiru. Gama birootiin wantoota nagaa gidduu sabootaa seenuudhaan jeeqan tokko taanee,walhubannaadhaan rakkoo keenya furachaa gatiin nagaa olaanaa ta'uu hubannee hariiroo keenya cimsuuf tumsi hawaasaa murteessaa ta'uu obbo Dastaan dubbataniiru. Bulchaan Godina Arsii Lixaa obbo Ahmad Hajjii Saganta kabaja guyyaa nageenyaa kana irratti argamuudhaan yaada kennaniin nageenyi qabeenya guddaa addunyaa kana ta'uu himuun,Walitti dhufeenya saba Oromoo fi Sidaamaa cimsuu keessatti hojiin bal'aan hojjatamaa turuu himaniiru.Hawaasni saboota lameenii miidhaa nageenyi dhabamuun dhufu hubatanii hariiroo isaanii jabeeffachuun,kanneen nagaa boreessan wajjiin ta'anii hojjachuun nagaan itti fuufinsa qabu akka dhufu kan hojjatan ta'uu dubbataniiru.Muuxannoo bara 2014 ture cimsuudhaan bara kana itti fuufsisuun hawaasni sodaa nageenyaa tokko malee akka jiraatu kan hojjatamu ta'u dhaamaniiru.
0