Zakir_Aliyi Channel💞
Ergmaan Rabbii(SAW) Waa 4 irraa Maganfatan 1ffaa Ilmii Nama hin Fayyanne 2ffaa Qalbii Rabbi hin sodaanne 3ffaa Lubbuu hin quufne 4ffaa Du'aa'ii qeebaltii hin qabne 1ffaa Beekumsa Nama hin fayyanne jechuun
نمایش بیشتر287
مشترکین
+224 ساعت
+97 روز
+2730 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
Photo unavailableShow in Telegram
Onnee Qulqulluun Nama jaalachuun
waan 4 nama fakkeesitti
1:-Gowwaa
2:-Maraata
3:-Daa'imaa
4:-Walallaa
Garuu akkasitti hin hubatin Khalaas ❌️
:¨·.·¨: ❤️:¨·.♡.·¨: 💔💔
`·. 🌹 https://t.me/Z_Aliyi join and share
❤ 4💯 4
Photo unavailableShow in Telegram
Guyyaa jabaa
qiyaamaa san warra
gaaddisa arshii jala taa'urraa
Rabbiin Nu haa godhu!Aamiin🤲
:¨·.·¨: ❤️:¨·.♡.·¨:
`·. 🌹 https://t.me/Z_Aliyi join and share
😢 2😭 2
Photo unavailableShow in Telegram
"Namni Hedduun Yoo Si
Jaalates Garuu Kan Anarra
Siif Yaadu Hin jiruu Beeki my love🫶
:¨·.·¨: ❤️:¨·.♡.·¨: 💔💔
`·. 🌹 https://t.me/Z_Aliyi join and share
🥰 3❤ 1
Photo unavailableShow in Telegram
Eenyu akka taate itti himuu dhiisii eenyummaa kee
hojiin argisiisi Khalaas
:¨·.·¨: ❤️:¨·.♡.·¨: 💔💔
`·. 🌹 https://t.me/Z_Aliyi join and share👍
❤ 3🥰 2
Photo unavailableShow in Telegram
Namni Hanga Fedhe Yoo Si
Midhee Balbala Mana Isaa
Malee balbala Rabbi sitti
Cufuu Hin Danda'uu Abshiraa 😔
:¨·.·¨: ❤️:¨·.♡.·¨: 💔💔
`·. 🌹 https://t.me/Z_Aliyi join and share
❤ 3👍 1🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
Namoota yeroo ati biraa kaatee
deemtu mata duree oduu
isaanii si godhatan
irraa fagaadhu Khalaas 🙏
:¨·.·¨: ❤️:¨·.♡.·¨: 💔💔
`·. 🌹 https://t.me/Z_Aliyi join and share
❤ 1🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
Of tahuun Of jaalachuun
waan hunda duursa Khalaas 🙏
:¨·.·¨: ❤️:¨·.♡.·¨: 💔💔
`·. 🌹 https://t.me/Z_Aliyi join and share
❤ 2👍 1🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
:¨·.·¨: ❤️:¨·.♡.·¨: 💔💔
`·. 🌹 https://t.me/Z_Aliyi join and share
🥰 4👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
:¨·.·¨: ❤️:¨·.♡.·¨: 💔💔
`·. 🌹 https://t.me/Z_Aliyi join and share
❤ 4👍 2
یک طرح متفاوت انتخاب کنید
طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.