fa
Feedback
OROSOFT TECHNOLOGIES

OROSOFT TECHNOLOGIES

رفتن به کانال در Telegram
2 537
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-47 روز
-2530 روز
آرشیو پست ها
🤑🤑🤑🤑🛒🌐🌐 Airdrop ji’a kana keessa list ta’an muraasa : - @hamster_kombat_bot - @rocky_rabbit_bot - @catizenbot - @empirebot Guyyoota muraasa qabdu waan ta’eef yaaluu dandeessu!

Badhaafamaa har’aa! Isinis Hiriyoota keessan gara garee @redpixelgroup add gochuun badhaafamaa!!
Badhaafamaa har’aa! Isinis Hiriyoota keessan gara garee @redpixelgroup add gochuun badhaafamaa!!

🌳🌳🌳🌳🌳🌳 🔤🔤🔤🔤🔤 🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤 🌳🌳🌳🌳🌳🌳 🔠🔠🔠🔠🔠 🔤🔤🔤🔤🔤🔤 🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤❗️ 🌳🌳🌳🌳🌳🌳 👇👇👇👇👇 https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo

Badhaafamaa biraa! Isinis miseensota haaraa gara garee @redpixelgroup dabaluun badhaafamaa!
Badhaafamaa biraa! Isinis miseensota haaraa gara garee @redpixelgroup dabaluun badhaafamaa!

🐶🐶🐶🐶🐶 Dogs har’a gabaaf dhihaate. Gatiin Dogs tokkoo, doolaara $0.0013779 dha. Kana jechuun namni dogs 100,00 qabu doola
🐶🐶🐶🐶🐶 Dogs har’a gabaaf dhihaate. Gatiin Dogs tokkoo, doolaara $0.0013779 dha. Kana jechuun namni dogs 100,00 qabu doolaara $136.79 argata akka jechuuti. Isin dogs meeqa argattan? 🐶🐶🐶🐶🐶

Dogs 🐶🐶 claim godhaa!!

Badhaafamaa har’aa! Isinis Hiriyoota keessan gara garee @redpixelgroup add gochuun badhaafamaa!!
Badhaafamaa har’aa! Isinis Hiriyoota keessan gara garee @redpixelgroup add gochuun badhaafamaa!!

Badhaafamaa har’aa! Isinis Hiriyoota keessan gara garee @redpixelgroup add gochuun badhaafamaa!!
Badhaafamaa har’aa! Isinis Hiriyoota keessan gara garee @redpixelgroup add gochuun badhaafamaa!!

Badhaafamaan jalqabaa kunooti. Isinis ammuma hiriyoota keessan gara @redpixelgroup add gochuun badhaafamaa.
Badhaafamaan jalqabaa kunooti. Isinis ammuma hiriyoota keessan gara @redpixelgroup add gochuun badhaafamaa.

⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️ Challenge haaraa maallaqa argamsiisu, qopheessinee jirra. Innis namoota gara garee @redpixelgroup add gochuun kan qarshii ittiin argattaniidha. Rate : Namoota 4f, qarshii 1 kan isiniif kafallu ta’a. Kafaltiin gaafa qarshii 50 fi sanaa ol ta’e isiniif kafalama. Akkaataa hirmaannaa keessanii irratti hundaa’uun qarshiin dabalataa kan isiniif kafalamu ta’a.

⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️ Guyyatti $100 ol argachuuf bilbilaaf interneetii qofa si barbaachisa. Ammuma app kana buufadhuu hojii eegali. 👇
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️ Guyyatti $100 ol argachuuf bilbilaaf interneetii qofa si barbaachisa. Ammuma app kana buufadhuu hojii eegali. 👇👇 https://is.gd/AlVX89

🌳🌳🌳🌳🌳🌳 🔤🔤🔤🔤🔤 🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤 🌳🌳🌳🌳🌳🌳 NAMOONNI KUMA 50,000 OL APP KANA FAYYADAMAA JIRU !! 🌳🌳🌳🌳🌳🌳 Galmee jechoota Afaan Oromoo fi Afaan Ingiliizii namni hundi bilbilasaarraa qabaachuu qabu !! 👇👇👇👇👇 https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo

🤑🤑🤑🤑🤑 🤑BLUM, NOT coin’tti aanee, Airdrop baay'ee abdachiisaa ta’eedha. 🐹🐹🐹🐹🐹 Blum: Binance Labs, BNB Chain, fi Coi
🤑🤑🤑🤑🤑 🤑BLUM, NOT coin’tti aanee, Airdrop baay'ee abdachiisaa ta’eedha. 🐹🐹🐹🐹🐹 Blum: Binance Labs, BNB Chain, fi CoinMarketCap’n deeggaramuudha. Airdrop kun kanneen biroo irraa kan adda isa taasisu, namoonni projecticha duuba jiran kan beekkamaniidha. Gareen cimaan kun muuxannoo guddaa qaba. Airdrop kun dhuma waggaa irratti (ji’a 4 asitti) qoodamuu danda’a jedhamee shakkama. Isinis linkii kanaan seentanii, game salphaa kana taphachuun kennaa kana qoodachuu dandeessu. https://t.me/BlumCryptoBot/app 🤑🤑🤑🤑🤑

🔥Baga Gammaddan Bilbila keessaniin Carra qabeessa qofaafi Namoonni Carraan kun isin gahe baga gammaddan Link gadii namoota m
🔥Baga Gammaddan Bilbila keessaniin Carra qabeessa qofaafi Namoonni Carraan kun isin gahe baga gammaddan Link gadii namoota muraasaaf hojjata carraa keessan yaalaa. 👇👇👇👇👇 https://bit.ly/3vl73v

Gatiin sharafa biyya alaa hamma ta’e ol dabalee jira.
Gatiin sharafa biyya alaa hamma ta’e ol dabalee jira.

Kun immoo maxxansa keenna rephrase godhee bifa viidiyoon isinii dhiheessee jira. Linkii kanaan daawwachuu dandeessu. https://vm.tiktok.com/ZMrB2BF2h/

🐹🐹🐹🐹🐹🐹 Airdrop maali? 🐹🐹🐹🐹🐹🐹 🐹 Cryptocurrency keessatti airdrop jechuun kennaa tolaa jechuudha. Dhaabbanni tokko maallaqa dijitaalaa isaa gad lakkisuuf jalqaba fudhatama argachuuf kennaa inni fayyadamtootaaf tola kennu jechuudha. ⚡ Yeroo tokko tokko, saantima/token kana kan argattu galmaa'uu ykn qaama hawaasa onlaayinii murtaa'e tokkoo ta'uu qofaani. Yeroo tokko tokko namoota dursa galmaa’aniif kennama. Yeroo tokko tokko namoota game taphataniif kennama. ⚡ Dhaabbanni, pirojektichi xiyyeeffannoo hawwachuu fi namoonni maallaqa dijitaalaa isaanii haaraa kanaaf fedhii akka qabaatan karaa itti nama amansiisaniidha. Akka promotion/advertisement’tti ilaaluu dandeenya. @orosoft Fakkeenyota airdrop kana duraa:- ➡️ Uniswap(UNI) - 2020 keessa UNI 400 namoota platform isaanii fayyadamaa turaniif kennee ture. ➡️ Stellar (XLM) - 2018 keessa blockchain.com wajjiin ta’uun XLM maallaqa doolaara miiliyeena $125 baasu fayyadamtootaaf tola kennee ture. ➡️ Decred (DCR) - 2016 keessa DCR 258,000 keessa fayyadamtoota duraa(early users)f kennee ture. ➡️ Algorand (ALGO), Notcoin fi kkf hedduutu ture. @orosoft Amma immoo telegram airdrops jiran:- ➡️Tapswap ➡️Hamster combat ➡️Blum ➡️YesCoin ➡️Catizen ➡️PixelVerse ➡️GemZ ➡️MemeFi ➡️HotWallet fi kkf 🐹 Erga waa’ee airdrop hubannee, waa’ee tap tap biyya keessa faca’ee kanas sirritti hubanne jedheen yaada. 📌 tap tap waan gooneef qofa qarshii arganna osoo hin taane, dhaabbatichi wantoota heddu ilaaluun reward/token nuuf kenna malee coin miliyeena 2 hojjanneef miiliyeenota arganna jechuu miti. Hamster’s ta’ee tapswap tokko doolaara meeqaan akka list ta’u wanti beekame hin jiru. Fakkeenya Hamster(HMSTR) dhiheenya kana pre sale’dhaan kucoin fi gate.io irratti token 5000 doolaara $0.369’n gurguramaa ture. Kan biraa immoo kun fulltime job miti! expectation keessan gad buusuun yeroo boqonnaa qabdanitti qofa hojjadhaan dhaamsa kooti. ✔️ osoma jennu, Binance National ID’dhaan verify gochuu dandeessu. @orosoft Gaafiiwwan keessan maxxansa kana jalatti comment keessan barreessuun gaafachuu dandeessu.

⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️ Jechoota akka Crypto mining, Tapswap, hamster, Airdrop fa’a dhageessanii jirtu ta’a. Waa’ee jara kanaa bal’inaan
+1
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️ Jechoota akka Crypto mining, Tapswap, hamster, Airdrop fa’a dhageessanii jirtu ta’a. Waa’ee jara kanaa bal’inaan baruu feetuu? Dhuguma maallaqa argamsiisa moo yeroo gubuudha?? (👍) = like 25 booda bal’inaan isiniif maxxansina.

Rental agreement template for payoneer 📌📌📌 https://www.scribd.com/document/694997193/payoneer-rental-Agreement