cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

GADAA TUBE

This channel is created for Oromo History Oromo Culture Oromo Identity Oromo Religion

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
247
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Karrayyuu bara 1885 G.C @gadaa_tub
نمایش همه...
Harar bara 1936 G.C @gadaa_tub
نمایش همه...
Watch "Diinayaas Warquu_ Jette ekeraan goototaa_Walaloo 2020" on YouTube https://youtu.be/u4gmin7xwJU
نمایش همه...
Diinayaas Warquu_ Jette ekeraan goototaa_Walaloo 2020

Qindaa'ina umrii sirna Gadaa keessatti- 1.Gaammee: 0-8 2.Dabballee: 9-16 3.Kuusa: 17-24 4.Raaba: 25-32 5.Doorii :33-40 6.Luba (Gadaa): 41-48 7.Guula (Yuuba)1ffaa: 49-56 8.Yuuba 2ffaa: 57-64 9.Yuuba 3ffaa: 65-72 10.Gadamoojjii: 73-80 11.Jaarsa: 81 fi isaa ol @gadaa_tub
نمایش همه...
Eebba Karrayyuu... Miinya tahi!…………………..........ziz Foduu tahi!…………………..........ziz Alalaasi!………….……………........ziz Alaa gali!………………..…….........ziz Oli reebi!…………………….……......ziz Maatii raaphu!…………..………...ziz Gadi reebi!………………………...…ziz Karra raaphu!…………………….…ziz Adaboon gooba!…………….......ziz Goobnigeerarsa!……….………...ziz Hurrubni Mirga!………..…….......ziz Dirreen Dannaba!……....………..ziz Simoo ta’i! ……………...….…….....ziz Sin simin!………………..…………....ziz Dandoo ta'i! ……………. …..........ziz Sin danda'in! ……….……...……....ziz Doobbii ta'i! …………………...…....ziz Diina gubi !………………….…….....ziz Guchii ta'i !…………………….........ziz Baalaan booni !….…….….……...ziz Citaa ta'i! …………………………......ziz Gurmuu baasi! ……………….…….ziz Daddaraari! ……………..……………ziz Dilboo ta'i! ………..…………………..ziz Babbaroodi .………………………….ziz Cibraa dhoosi ……..……….………ziz Gaara ta'i! ..............………………ziz Itti jigi!…….........................…...ziz Haladdaq ta'i.……..…………..……ziz Bal'adhu!…………..…………………..ziz Fantaallee ta'i!..…………………….ziz Mul’adhu!.......................……...ziz Qabadhu!....................qabadhu! @gadaa_tub @gadaa_tub
نمایش همه...
Akkam jirtuu misensoota channel gadaa tube channel kana invite share gochuu Seena Artii Aadaa Sabaa keenya haa jajjabessinuu wal ha barsisnuu @gadaa_tub
نمایش همه...
Eebba Tuulamaa == Hayyee,Hayyee! Hayyee, Hayyee! Waaqa uumaa Waaqa uumamaa Waaqa Burqaa Haroo Walaabuu Waaqa sagaltama garbaa Waaqa salgan Booranaa Waaqa torban Baarentummaa Waaqa Bokkuu Gurraachaa Waaqa Ciicoo Gurraattii Waaqa Caffee Tumaa Waaqa shanan Gadaa Oromoo Nagayaan nu olchitee nagayaan nu bulchi Nagayaan nu bulchitee nagayaan nu olchii Kan faantii lafaan lolte kan sammuun Waqaan lolte nurraa qabi Irraa-gora nu oolchi Dogoggora nu oolchi, Hamaa nurraa qabi Tolaa nutti qabi, Xiqqaa nuu guddisi Guddaa nu muldhisii/bulchi Waan qabnuun nu bulchi Rooba nagayaa roobi Baraa nagayaan nu basii Gadaan roobaa nagayaa Barri quufaa gabbina @gadaa_tub @gadaa_tub
نمایش همه...
Eebba Gujii Ee…… Ati Waaqi Ardaa Waaqi Abbaa Ka Me’ee Bokkoo Ka Dibbee Dhugoo Ka Garba Aannoo Waaqi Gujii Gurraachaa ati nuu dhageyi Dhageettu nuu Owwaadhu Ta olii oliitti nu hanqisi Ta gadii gaditti nu hanqisi Ta dallaa lamaanii achumatti nu hanqisi Barri nageya Bariin nageya Jaarsi nageya Jaartiin negeya Ilmi nageya Intalti nageya Ka fuudhu nageya Ta heerumtu nageyaa Uchumti nageya Bobbaan nageya Tissaa uleen nageyaa Elemaa gaadin nageya Ardaan yaa’aa nageya Me’een Bokkoo nageya Duddaa daawwaan nageya Sabbaa Oddoon nageya Gooroon Doolaa nageya Gooroon Oromoo teennaa martinuu nageya Handhurri Oromiyaa Finfinneen nageya. @gadaa_tub @gadaa_tub
نمایش همه...
Eebba Oromoo Maccaa Hayyee! Hayyee! Hayyee! waaqa uumaa waaqa uumamaa Gurraacha Garaan Garbaa Tokkicha maqaa dhibbaa leemmoo garaa taliilaa waaqa saglan booranaa torban baarentummaa waaqa ciicoo gurraattii waaqa bokkuu gurraachaa waaqa shanan gadaa oromoo waaqa shanan odaa oromoo ------------------- kan nagaan nu bulchite nagaan nu oolchi! irraa gora nu oolchi! dogoggora nu oolchi! Citiin sadii, citii sadan nu oolchi! kan roobee tortorsu nu oolchi! kan caamee goggogsu nu oolchi! walii galtee nuuf kenni! waliif galii nuu toli! sonii nuuf roobi! waan rooba keessa jibban nu baasi! waan caama keessa jibban nu baasi! * Eegaa barri quufaa Gadaan gabbinaa,Gabbisi waaq!! leeel! leel! @gadaa_tub @gadaa_tub
نمایش همه...
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.