Faaya Amantaa Islaamaa
رفتن به کانال در Telegram
YouTube https://www.youtube.com/channel/UC4lnzSAGyiETeFwTSfbkVkQ Facebook https://www.facebook.com/faislamic/ Instagram https://instagram.com/faayaamantaaislaamaa Contact: @FaayaAmantaIslaamaabot Telegram group @Faayaamantaislaamaagroup
نمایش بیشتر1 315
مشترکین
+224 ساعت
+137 روز
+6030 روز
آرشیو پست ها
Kheyrii xiqqolle taatu hin tuffaatin.
Ciraachi xiqqaan akka garaa tahee hin dagaatin
Kanaf kheyrii xiqqodha jatte hin dhisiin
Atii numaa dalaagii
@FAAYAAMANTAAISLAAMA
Mee channel @FAAYAAMANTAAISLAAMA
Hagam keessanittu hordaffaa jira.
Ni jira jaha me😊
Hangaa qubaan lakkawaamutu hafee Ramadaani dhumuf!
Haga kanaa keessaattis haa cimnu ibaadarratti.
Maaqoo haa baanu Rabbii wajjiin
Hajaa tenyaa haa laakkoynuf
isaa hajaa namaa tahii jachuun tasiisuuti❤️
@FAAYAAMANTAAISLAAMAA
Yoo maqaan keenya galmee warra Jahannam keessa jiraate; Yaa RAHMAAN achirraa nu kaasi. Rahmata keetiin sitti waywaanne!
Repost from Faaya Amantaa Islaamaa
🤲Du'aa'ii Soommanaan furan.
[ Zahaba zama'u, wab-ttalatil uruuqu wasabatal ajru in-shaa Allaah]
Ramadaana kana jalqabuu keenya Dura Qalbii teenya Haa qulqulleessinuu ...
Innaa Lillaahi Wa Innaa ileeyhi Raaji’uun
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Duuti Aalimaa Du’a Aalamaati
Sheikh Alii Hassan Shuunee Aalima Fannii Hundaa, Dooktara Qaamaa fi Qalbii, Barreessaa Kitaabaa, Barsiisaa Seenaa Sabaa tahuun Yeroo dheertuuf hawaasa keenya tajaajila turan.
Guyyaa arraan Tanaa ajalli Rabbii geenyaan osoo hin dhukkubsatin du’a dingataatiin Lubbuun isaanii dabarte.
Sheekha Keenya kanaaf Rabbiin Rahmata Haa Godhu
Jannatul Firdoowsiin Rabbi İsa Haa Qananiisu
Aalii fii Ollaa isaa iimaanaa fii sabrii Rabbi haa kennuuf
Yaa obboleeyyan kiyya addunyaan tun hedduu gabaabduudha, osoo hin dhukkubsatin kanuma ati Fayyaa qabdu tasuma lafa dhooytee duuta, tanaafuu osoo lubbuun nu Keessa jirtuu dalagaa boruuf nu fayyaddu haa dalagannu.
Rabbiin Kheeyriiratti Umrii Nu Haa Dheereessu
Khaatimaa teenyaas Rabbi Nuuf Haa bareechu
Jazaakumullaah
By: Dr. Ibsaa Dhugaa
Galgala kana baatiin sha'abaanaa dhalachuu mootummaan Sa'uudii gabaaseera. Kanaaf Ramadaanaaf guyyaa 30 qofaa hafe. Rabbi ittiin nuhaa gayu!
Baatii Sha'abaanaa tana soomuun akkaan jaalatamaadha. Keeysaafuu qadaa Ramadaana dabree keessa kaffaluun gaariidha. Kanaaf Yoo qadaan sirra jiraate arrumarraa eegali.
𝙉𝙖𝙢𝙣𝙞 𝙃𝙞𝙣 𝘿𝙖𝙣𝙙𝙖’𝙪❗❗❗
1. Nama Rabbi Kuffise Ol kaasuu
2. Nama Rabbi Ol kaase Kuffisuu
3. Nama Rabbi Duroomse Hiyyoomsuu
4. Nama Rabbi Hiyyoomse Duroomsuu
5. Nama Rabbi Bareeche Fokkisuu
6. Nama Rabbi fokkise bareechisuu
7. Nama Rabbi dhukkubse Fayyisuu
8. Nama Rabbi Fayyise dhukkubsuu
9. Nama Rabbi kabaje Salphisuu
10. Nama Rabbi Salphise Ulfeessuu
𝙍𝙖𝙗𝙗𝙞𝙞𝙣 𝙈𝙪𝙡𝙙𝙝𝙞𝙨𝙚𝙚 𝙄𝙨𝙞𝙣 𝙃𝙞𝙣 𝘿𝙝𝙤𝙠𝙨𝙞𝙣
𝘿𝙪𝙧𝙤𝙤𝙢𝙨𝙚𝙚 𝙄𝙨𝙞𝙣 𝙃𝙞𝙣 𝙃𝙤𝙤𝙣𝙜𝙚𝙨𝙨𝙞𝙣.
𝗙𝗮𝗮𝘆𝗶𝗱𝗮𝗮 𝗙𝗶 𝗠𝗶𝗶𝗱𝗵𝗮𝗮 𝗠𝗮𝗮𝗹𝗹𝗮𝗾𝗮 𝗗𝗶𝘆𝗮𝗮𝘀𝗽𝗼𝗼𝗿𝗮𝗮𝗻 𝗕𝗶𝘆𝘆𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗘𝗿𝗴𝘂𝘂.♻️♻️♻️♻️
𝗙𝗮𝗮𝘆𝗶𝗱𝗮𝗮
1. Maatii Fi Fira Ofii gargaaruu
2. Kan beela’ee rakkateef Tola ooluu
3. Isa balaan uumamaa fi namtolchee miite bira dhaabachuu.
4. Gargaarsa Ijaarsa Biyyaatiif Guuramu bira dhaabachuun biyya ijaaruu.
5. Abboota Amantaa Fi dhaabbilee Amantaa hunda hanga danda’uun gargaaruu.
6. Balaa biyya teenyatti galtu hunda alaa fi keessaan, qabeenyaa fi beekkumsaan tumsee irraa deebisuudha.
𝗠𝗶𝗶𝗱𝗵𝗮𝗮𝗻 𝗜𝘀𝗮𝗮. ❌❌❌❌
1. Ofii Isaatii Bakkuma Kaleessa Jiru San dhaabbatee hafuu.
2. Sammuun Isaa Bakka Lamatti qoqqoodamuu.
3. Ba’aa humnaa ol ofitti fe’ee waliin kufuu.
4. Namni Inni biyyatti gargaaru Osoo harka eeggatu hiyyummaa hamtuu keessatti kufuu.
5. Namni gargaaramu maallaqaaf jecha kijibaa fi hanna barachuu.
6. Namni gargaaramu waan argatuuf galata galchuu wollaaluu fi Nama isa gargaaru arrabsuu,hamachuu fi abaaruu.
7. Ofiifis asitti miskiina ta’ee, biyyattis Nama miskiina taa’ee harka namaa eeggatu uumuudha.
𝗙𝘂𝗿𝗺𝗮𝗮𝗻𝗻𝗶 𝗶𝘀𝗮𝗮
1. Abbaa fi haadhas taanaan Yoo danda’an waan ittiin jiraatan godhuufii.
2. Dura Ofii asitti Waa godhachuun gadi dhaabachuu.
3. Gaafa Gargaarsa dirqamaa Wal gargaaruu.
4. Maallaqa Bakka malee fi Nama hin malletti kennuu dhiisuudha.
