ysight
ysight, waa'ee teekinooloojiiwwanii fi argannoowwan haaraa jireenya keenyaaf bu'aa qabaniiti! ysight bilbilootaa fi moosaajota isaanii, kompuutaroota, kalaqa, kiriptoo, saayinsiiwwan fi kannaan biroo kan hammatudha.
نمایش بیشتر- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
در حال بارگیری داده...
ysight Teekinooloojii
Teekinooloojii ysight
Teekinooloojii Bluetooth’n teekinooloojii quunnamtii shuboo malee meeshaaleen elektirooniksii gargaarsa raadiyoo weeviitiin (electromagnetic wave) fageenya gabaabaa irratti daataa murtaa’e akka dabarsan taasisudha.

Hojiiwwan sobaa oonlaayinii namoota gowwoomsaa jiran, keessattuu naannoo keenyatti haaraa ta’ee fi baay’ee babal’ataa jiru irraa akkamitti akka of qusachuu dandeenyu...
Dhaabbatni Bitcoin guddaan biyya Raashiyaa Bitcluster jedhamu Itiyoophiyaa giddugala investimentii maallaqa dijitaalaa addunyaa gochuuf Finfinneetti daataa seenterii guddaa 120 MW hojii kana qofaaf oolu ijaaruuf hojii jalqabe.
Yoo Kompiitara keenya antivirus'tiin hin eegne balaa ulfaataa kompiitera yookiin meeshaa keenyatti fudhachaa jirra.
Vaayirasiin kompiitaraa gosa sooftiweerii hamaa kompitara/meeshaalee keenya keessatti of baay'isuun daataa fi sooftiweerii miidha.