cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Muslim Peace Media

Muslima Jechuun Nageenya, Nagaa Jechuudha

نمایش بیشتر
فنلندة1 882زبان مشخص نشده استدین و مذهبی62 332
پست‌های تبلیغاتی
553
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
-530 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
BARNOOTA SOOMANAA IRRAA ★★★★★★★★★ #MAALIIN_RAMADANA_SIMANNA #1FFAA TOOBBAADHA. Towbaan yoom sirraa qeebalamti? تَوْبَةً نَّصُوحًا Yeroo ulaagaa 4 guuttatteedha. 1⃣Dilii dalagu jirtu san dhiisuu harka (kessa fudhachuu). 2⃣Dilii dalagaa turte saniif sheenawuu. 3⃣Diliin dalagaa turte san ittiin deebi'u jettee murtessuu (itti deebi'uu dhabuu) 4⃣Haqni namaa yoo sirra jiraatte Abbaaf galchuu(deebisuu) yokaa irraa halaaleeyfatuu يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا تُوبُوا إِلَى اللَّهِ تَوْبَةً نَّصُوحًا عَسَىٰ رَبُّكُمْ أَن يُكَفِّرَ عَنكُمْ ... Naaf isinis warra towbaa qulqulluu gama rabbii isaanii deebiu nu haa godhu #Amiiin
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
💢 #Ji'aa #Ramadaana waa jahaan Simachuu qabna❣❣❣❣❣ 1 ,3️⃣#Duaaiidhan_Simachuu qabna . Akkana jechuun Duaaii godhachuu qabna .Yaa Rabbii #Ramadaanan nu gahii warra kheeyrii keessaattii dalagatuu nu godhii jannee simachuu qabna. 2,🕋#Haala_Gammachuu qabnuun. Gammannee ,jiruu Addunyaatif Osoo hin yaaddooynee Gamachuun si Simachuu qabna 3,💐#Galata_Rabbiif galchuudhan... Yaa Rabbii galannii keetii kan bara dabree nu Soommansiiste ,Baranaas Fayyaadhan itti nu gahii jannee. .4,😍#Towbaa_Qulqulluu godhudhaan.. Dilii hojjannee gara Rabbii keenyaa Araramaa kadhachuudhan. .. 5,❣#Hariiroo_Teenyaa fi Tan ilma nama jidduu tolchuun, Irraa waliif dabruun ,dhiifamaa godhuufi. 6,💢#Ji'a #Kana_keessaa niin jijjiiramaa jannee murachuun Ramadaana simachuu qabna. . .#Jaalleewwan kiyyaa kan #muslimaa Warra Baatiin Ramadaana irra dhuftee Gammachuun irraa milkaawe nu haa godhuu.
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Yaa Rabbi ati Dilii namaaf araaramta, cubbuu namaaf Irra dabarta. Hedduu Irra namaaf dabru jaalatta. Yaa rabbi cubbuu fi dogoggora Kenya hundaahu irra nuuf Dabri. Yaadaa fii Muraada Kenya nuuf guuti! Gammachuu hawaasa kenyaatin nu gammachiisi! Amiiiiiiin Amiiiiiiin Amiiiiiiin, yaa Rabbi nuuf awwaadhu!
نمایش همه...
Allahamdulila rabbiif galanni haa gahu Booranni Rooba argate!!!! Galanni Rabbiin haa gayu, dacheen Booranaa Rooba argachuu eegalte.
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Nama waldhabdeen tokko daftee waa jechuunii irraa uf qusadhu,cal’istee gumgumaa ooluu irraallee uf tiksi,haala laalii ijjannoo qabaadhuu,murtii fudhadhu, yeroo dubbachuun kee si miidhuufi,yeroo cal’isuun kee qabrii qotee si awwaalu,adda baasii beeki! ila Galmee jechootaa,jumlaan qabattee deemtun sana ufirraa harcaasi,jechoota sifayyadan qofa keessaa filadhuu irratti xiyyeeffadhu,duuchumatti,namni namaaf qorsa jettee hin xumurin,dhukkubas tahuu dandahaa beeki,walitti qabdee,nama amanuun hin barbaachisus hin jedhin,namni walkeessa jiraa beeki, nama maleellee hin jiraatanii hubadhu,,ija qofa mitii qalbiinis waa argi! Jaaloo Dhiira alaa jajjabaa taatee,abbaa manaa laafaa tahuu dandeettaa walitti araarsi,haadha ilmaanii bareedduu taatee,niitii jajjaba tahuu dandeettaa taajjabi,waan tokko guuttee,waan biraa hanqachuu dandeessaa walitti uf deebisii uf hodhii,nama qaamaafi yaadni tokkoo tahuu yaali,duuchumatti walitti qabdee abaaruufi walitti qabdee eebbisuu irraa uf qusadhu! Obbolaa ilmi namaa rakkoo isaa yeroo gabaabatti irraanfataa beeki,nama kabaja isaa gadi buuse garuu,yoomuu hin dagatuu laali,nama gatii kee hir’isuuf deemu carraan ati kennituuf hinjiruu beeki,atis gatii namaa tiksaa socho’i,waan boru si qaanessu hin dalagin,murtii sirrii yoo fudhatte immoo tasa hin gaabbin!!! Hey Gaafa sadarkaa namoomaa geette,dagattee,sadarkaa duraan irra turte,kan bineensummaa san hin harkisinii irraanfadhu,kophaafi adda tahuu har’aa qofa laaltee, karaa sirrii irraa hin maqin,bishaanuma guutee dhufe hunda duuka hin dhangala’in,wanti kophaa si taasisu yoo jiraate,kophaa tahi,adda bahi malee,namni maal naan jedha jettee uf hin gatin,ati nama addaa,nama ijjannoo qabu tahuu kee ufitti himii mataa kee galatoonfadhu malee uf hin abaarin!! Yes Nama uf moggaa dhabdu,kan nama uumetu jiraa ol jedhii laali,atumti daandii sirrii irra jiraadhu malee,si bohaarsa,si abdachiisa,si qajeelcha,si bareecha,si tolcha,si jaalachiisa,alaa manaa nagaa siif kenna, saahiba cimaa irraanfattee,ol jedhii isa samii gubbaa jiruun”Abeet”jedhii,achi garagalii dharaa fi soba dura dhaabbadhu raajii argitaa!!! By: @Cush Land Sufian Ousuman
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
نمایش همه...
Abdi Amin Bakhar/አብዲ አሚን በከር عبد امين بكر

@abdiaminbakhar

یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.