cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Qo'annaa Macaafa Qulqulluu

Yeroo hundumaa sagalee @Waaqayyoo_keessatti_of_eeguu. @Sagalee_dhugaa_karichaa_fi_buddeena_jireenya_barabaraa barbaaduu.

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
1 420
مشترکین
+424 ساعت
+117 روز
+9130 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Waa'ee Macaafa Faarfannaa Yeroo tokko tokko namoonni yeroo lallabanis haata'u yeroo barsiisan ; dogoggora guddaatu irraa argama. Sababiinsaa Macaafni faarfannaa kun bakka 5tti akka qoodamu utuu hin beekiin dubbatu ykn utuu adda hin baafatiin Daawit akkas jedhe jedhu Haata'u malee namoota sanaa fi macaafa meeqaffaa akka ta'e adda baafachuu qabna. Kanaafuu
Macaafni inni duraa
. Far boqonnaa 1-41.
Macaafni inni lammaffaan
. Far boqonnaa 42-72.
Macaafni inni sadaffaan
. Far boqonnaa 73-89.
Macaafni inni afuraffaan
. Far boqonnaa 90-106.
Macaafni inni shanaffaa fi inni dhumaa.
Far 107-150. Kutaalee kana 5 irratti namoonni kadhataa fi weedduu, gaabbii fi araara argachuu , galataa fi jajannaa dhiheeffachaa turaniiru. Faarsaa Daawit haa jedhamuyyuu malee namoota gargaraatu irratti hirmaateera ykn caqafameera. Kanas akka armaan gadiitti ilaaluu dandeenya. Macaafa isa duraa keessatti :- Mooticha Daawit qofatu as keessatti yaadasaatu ibsame. Innis ;   Galata, rakkina, hinaaffii , jal'ina namaa, gaarummaa Waaqayyoo, guddummaa Waaqayyoo, yaada garaa geeddarachuu, karaa aangoon Waaqayyoo ittiin mul'atu, Waaqayyoon amanachuu, of kennuu, Waaqayyoon amanachuu, gargaarsa gaafachuu, kadhata ganamaa fi galgalaa jedhee of keessaa qaba. Macaafa isa lammaffaa keessatti immoo: 📖 Far 43-72. As keessatti namoota kanneen akka 👉Ilmaan Qoraahi. 👉 Asaaf 👉Daawit 👉 Yiduutuun 👉 Solomoon Macaafa isa 3ffaa. Far 73-89; Kana keessattis namoota akka ; 👉 Asaaf. 👉 Ilmaan Qoraahi. 👉 Daawit. 👉 Etaan nama Ezraahaa Macaafa isa 4ffaa. Far 90-106. 👉 Kadhannaa Musee. 👉 Daawit. Macaafa isa 5ffaa. Far 107-150 isa jiru 👉 Daawit. 👉 Solomoon. Egaa yeroo barsiifnus ta'e lallabnu namoota sana adda baafachuun murteessaa dha. Iddoo tokko tokkotti eenyutu yaadicha akka ibsataa jiru beekamuu baatus ; hanga barreeffame immoo ilaalanii adda baafachuun gaarii dha. 👉 Join 👉 share 📱📲 👉 comment. ✍ and 👉  If you have a question
Ask
!
نمایش همه...
👍 2
Waa'ee Macaafa Faarfannaa Yeroo tokko tokko namoonni yeroo lallabanis haata'u yeroo barsiisan ; dogoggora guddaatu irraa argama. Sababiinsaa Macaafni faarfannaa kun bakka 5tti akka qoodamu beekuu qabna. Macaafni inni duraa. Far boqonnaa 1-41. Macaafni inni lammaffaan. Far boqonnaa 42-72. Macaafni inni sadaffaan. Far boqonnaa 73-89. Macaafni inni afuraffaan. Far boqonnaa 90-106. Macaafni inni shanaffaa fi inni dhumaa. Far 107-150. Kutaalee kana 5 irratti namoonni kadhataa fi weedduu, gaabbii fi araara argachuu , galataa fi jajannaa dhiheeffachaa turaniiru. Faarsaa Daawit haa jedhamuyyuu malee namoota gargaraatu irratti hirmaateera. Kanas akka armaan gadiitti ilaaluu dandeenya. Macaafa isa duraa keessatti :- Mooticha Daawit qofatu as keessatti yaadasaatu ibsame. Innis ; Galata, rakkina, hinaaffii , jal'ina namaa, gaarummaa Waaqayyoo, guddummaa Waaqayyoo, yaada garaa geeddarachuu,
نمایش همه...
Ijoolleen Eliimelek biyya Mo'aabitti godaananii du'an eenyu fi eenyu dha ?Anonymous voting
  • A. Saamu'eel fi Saa'ol
  • B. Maahilon fi Kiliyoon
  • C. Naa'omii fi Orphaa
  • D. Deebii hin qabu.
0 votes
Siimson dubartii eenyu jedhamtuun gowwoomfame ?Anonymous voting
  • A. Deliila.
  • B. Oorphaa
  • C. Liidiyaa
  • D. A fi B
  • E. Deebii hin qabu.
0 votes
Ijoollee Giidewon torbaatama kattaa tokko irratti mootiin fixe eenyudha ?Anonymous voting
  • A. Saa'ol.
  • B. Daawit
  • C. Abiimelek.
  • D. Baaraaq
0 votes
Ajajaan humna waraanaa Saa'ol maqaansaa eenyu jedhama ?Anonymous voting
  • A. Yerobi'aam
  • B. Biiniyaamiin
  • C. Abneer
  • D. Yehuu
0 votes
Mootiin Israa'el inni jalqabaa eenyu ?Anonymous voting
  • A. Abneer
  • B. Daawit
  • C. Saa'ol
  • D. Yoshaafaax
0 votes
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Eegumsa Waaqayyoo jala jiraadhu ! 📖 Far. 91 ¹ Namni golgaa isa hundumaa gararraa jiru keessa jiraatu, gaaddisa isa hundumaa danda'uu jala in buufata; ² Waaqayyoon, "Ani sitti kooluu galeera, ati masaraa koo ti; ati Waaqayyo koo isa ani amanadhuu dha" in jedha. ³ Waaqayyo, kiyyoo namni siif kaa'e, dha'icha nama balleessu irraas si oolcha; ⁴ harka isaatiin si golbooba, bobaa isaa jalatti kooluu in galta, amanamummaan isaa gaachanaa fi marsaa siif in ta'a. ⁵ Wanti halkan nama sodaachisu, xiyyi guyyaa namatti gad dhiifamus si hin sodaachisin! ⁶ Dha'icha dukkanaan namatti dhufu, dhukkuba adeemaa saafaa nama balleessus hin sodaatin! ⁷ Kumni tokko si bukkeetti kumni kudhanis gara mirga keetti yoo kufan iyyuu, wanti namatti dhufu kun sitti hin dhi'aatu; ⁸ ati garuu ija keetiin ilaalte, gatii warra jal'ootaaf baafamu in argita. ⁹ Ati, "Yaa Waaqayyo, ati isa ani kooluu itti galuu dha" jetteetta; isa hundumaa gararraa jirus iddoo kooluu itti galtu godhatteetta. ¹⁰ Wanti hamaan sitti hin bu'u, dha'ichis mana keetti hin dhi'aatu. Ameen Museen Waaqayyo masaraa kooti yeroo jedhu ; sababa kooluu itti galeefidha. Eegumsa Waaqayyoo jala waan jiruuf isa amanate. kanaaf ati amanannaa kooti jedhe. Eegumsa Waaqayyoo jala jiraachuun akka caalu amaneera. Eegumsa Waaqayyoo jala warra jiraachuu isaanii beekanii amanantu ani kooluu sitti galeera jechuu danda'a. Eegumsi Waaqayyoo salphaa miti. 👉 Join 👉 share 📱📲 👉 comment. ✍ and 👉  If you have a question
Ask
!
نمایش همه...
👍 6
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.