Mensur Faris
204
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
Baga Gammaddan Baga Gammanne Isiniin Jedha Koolleejjin Balata'aoo Baggee🙏
Koollejjiin Balata'oo Baggee Bara Barnootaa 2016"tti Baraattoota kutaa 12ffaa xumuranii jiran Gosa Barnootaa Ogummaa gara garaatiin Leevilii 1 hanga 4"tti Simatee Leenjisee Barsiisuuf Galmee Eegalee Jira.
Koollejjiin Kunis Goosota Ogummaa Barsiisuuf Qophii Xumuree Jirus
👉 #Makaaniksii
👉 #WOOD TEKNOLOJII
👉 #Crop_Production
👉 #Animaal_Science
👉 #ICT
👉#Apperal_production fi Ogummaawwan xixiqqoon
Simate barsiisuuf galmee egalee jira.
Maarree barattootni kutaa 12ffaa xumartana guyyaa hardhaatii kaastanii raga barnootaa kutaa 8"tii Hanga 12ffaa qabattanii akka galmooftan Koollejjiin Balata'oo Baggee Cimsee Isin Hubachis.
Cooraa Botoritti Qonnaan Bulaan Jamaal Wadajoo Lafa Heektara 20 Irratti Misooma Boqqolloo Misoomsaa Jiru Sadarkaa Gaarii Irra Jira Jedhan.
نمایش همه...
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.