cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Oromoo dj

Odeefaannoo dabalaataf karaa facebooktiin Olisshow

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
594
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Namicha hiyyeessa tokkootu sangaa tokko qaba ture. jireenyi itti ulfaannaan sangaasaa gabaa geessee, gurguratee utuu deebi'u... mana dhugaatiitti goree isa booda dhugee machaa'ee manatti galuuf karaarra bu'ee utuu deemuu waan mana ga'e itti fakkaatee karaarra ciisee achitti saamtuun itti dhufanii qabeenya isaa hunda harkaa fudhatanii rifeensa isaa irra haadanii deeman(sokkan).machiin irra galee gaafa ka'u qarshiin isaa harka hin jiru. iyyuuf gaafa mataa qabatu rifeensi irra hin jiru.isa booda kun anaa miti jedhee deebi'ee rafe.😀😁 . . . Hirooya keef forward godhi @OromooDj
نمایش همه...
Church deemee utuun jilbeeffadhee boo'ee kadhadhuu bokkaan roobe Waaqako boo'een si boosise mitii 😳😳😳😂😂😂🙈 @Oromodj
نمایش همه...
On july 29
نمایش همه...
نمایش همه...

Haati manaan kee si jalaa duutee gaafa waardiyyaan boo'ee dhiisuu didu:- . . . . . Namichoo akkasittiin natti hin boo'in sirriimasaa natti himi ijoollee koo keessaa kamtu kankeeti.😂😂 @jechamota
نمایش همه...
Raafuu ➹ ani mukan fakkaadha🌳 Raafuu maramaa➹ ani kubbaan fakkaadha.⚽️ Avokaadoo➹ anaan ampuuliima fakkaata naan jedhuum…🍐 MUUZII ➹ ooohhww friendoch tapha jijjiiraa 😁🙈 IHI'i @baacoowwan
نمایش همه...
Gurbaan jaalalleesaa warra isaa waliin walan barsiisa jedhee chiikii gurraattii gara manaatti fuudhee yeroo😳 galu .. .. #Abbaan_gurbaa_wayita_argu Maaloo waaqa koo gaadidduu isaati naan jedhi. 😆😂🤣 Join 👇👇👇👇 @baacoowwan Share  & Invite ur Friends @baacoowwan
نمایش همه...
Gkd
نمایش همه...
fufgg
نمایش همه...
@Oromiya_education_biro Manneen barnootaa marsaa sadiin akka banaman murtaa'e. 1⃣ Manneen barnoota baadiyyaa fi magaalota aanaa keessa jiran onkololeessa 9 bara 2013 irraa kaasee barnoota ni eegalu. 2⃣ Manneen barnoota magaalota godinaa keessa jiran onkololeessa 16 bara 2013 irraa kaasee barnoota ni eegalu. 3⃣ Manneen barnootaa finfinnee fi naannaawa finfinnee keessatti argaman onkololeessa 30 bara 2013 irraa kaasee gara barnootaatti akka galan murtaa'ee jira. ❤Qormaanni kutaa 12ffaa seensa yuunivarsiitii Sadaasa 28 hanga Muddee 1 bara 2013tti akka kennamu murtaa'ee jira. ❤Qormaanni kutaa 8ffaa immoo Sadaasa 22 fi 23 bara 2013 akka kennamuuf murtaa'ee jira. #MinisteeraaBarnoota @Oromiya_education_biro
نمایش همه...