BABILE VINE
Hy guys🙌😊dis iz redi's nd bili's channel🌹 In dis channel u get 👇 👉Cool pics 😎 👉Funny videos🤗 👉Vines🤪 👉Memes😁 👉Best quotes😊 👉Love quotes❤ 👉Friendship quotes👫 👉mix music🙌 Admins @B_vine_group @Babilevine_bot Fb.me/Babilevine
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
192
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
😥Rakkannee dhiphanus
Hin kutannu Abdii
Jireenyi adunyaa
Bu'aa baii qabdii😥♥
@Babilevine
😃beela sa'aa sagalii
Michii sa'aa jahaa rabbiin
Nurraa ha qabu🙄
@Babilevine
😄jaalalee ñama wantii jadhamu hin jirtuu Hanga
Nikaa godhatani ñama hundati Wal qixxaa saiaba dafii nikha goradhu😄
@Babilevine
😄dhama'an dhama'e siin dhiisu si dhamaasa sheeyxana Fi jinii irraa qaba gargaarsa dheessutu sibaasa jadhe✔️ @Babilevine
Raayyaa abbaa Mancaa ❤️
Gaafa MM Dr.Abiy Ahmed gara angootti dhufan, Ajajoota waranaa walitti qabee Akeekachisa keennaafi ture.
Dr.Abiy Ahmed: kanaan Booda hiriirri barbaade yoo tasifame Rasaasa tokko dhukasuun dhorkadha,
Ajajaa waranaa: akkamitti? An naaf hin gallee
Dr.Abbiy: konkolaata bishaani isinif qophessina kanaaf bishaan qofa itti facasuudhan tasgabbi uumu qabdu
Ajajoota waranaa maraaf Dubbiin tun hin liqqimfamne yeroo kana isaanis akkana jadhaniin MM tiin
Ajajaa waranaa: ummata Rasaasni of duuba debisu dadhabe bishaan akkamitti of duuba debisu dandaa'a?
Dr.Abiy Ahmed: bishaanifi bishaan qofa fayyadamu qabdu xumureen jira.
Ajajoonni Waranaa akka MM of duuba hin deebine murannoo isaa yeroo argan tokko keessa ol ka'e, yoo maal jadheen gaariidha isinitti fakkaate,....
..
..
Ajajaa Waranaa: tole garuu, bishaan danfaa(ho'aa) itti fayadamu qabna jadheenii hafuura baafate🤣🤣🤣🤣
@Mahiralioffers @Mahiralioffers
😜 2
😂
Nama fudha Ka'e
Hin Fudhiin Jechuni Irraa
Nama Of Ajjeessu Demu
Of Hin Ajjeessin Jechuni
Wayya
Jiraachu Nifedhaa Wan
Ta'ef
Walh Dhugaa...!!
@Babilevine
JECHOOTA JAALALAA FI BASHANANA
❤️sinaaf fi obsa
sinaaf-:helo bilbiltee ture mal si hagargaruu?
Obsa-: akkan si jaaladhu sitii himuufi, si Kadhiimachuun fedha maal jatta Ati
sinaaf-: tole rakko qabu garu Malaqaa ni qabdaaree
Obsa-:ooh Malaqaa barbaanna Bankitii heerumi
😍😍😍kkkk
T.me/Babilevine
BABILE VINE
Hy guys🙌😊dis iz redi's nd bili's channel🌹 In dis channel u get 👇 👉Cool pics 😎 👉Funny videos🤗 👉Vines🤪 👉Memes😁 👉Best quotes😊 👉Love quotes❤ 👉Friendship quotes👫 👉mix music🙌 Admins @B_vine_group @Babilevine_bot Fb.me/Babilevine
MAALLAQNI
┄┄┄┄┄❅☕️❅┄┄┄┄┄
→ Mana malee, maatii hin bitu!
→ Siree malee, irriiba hin bitu!
→ Kophee malee, miila hin bitu!
→ Amartii malee, jaalala hin bitu!
→ Fuullee ijaa malee, ija hin bitu!
→ Qoricha malee, fayyaa hin bitu!
→ Rasaasa malee, jireenya hin bitu!
→ Cubbuu malee, qulqullummaa hin bitu!
🙏🙏🌴 JOIN 🌴🙏🙏
@Babilevine
@Babilevine
یک طرح متفاوت انتخاب کنید
طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.